- Последний пост
- 1 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I. 📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa 🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30 ========//======= የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. 📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት 🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30 =====//====== Students' & Parents' Day June 28, 2018 E.C. 📍 Venue: JUCS Primary and Secondary School 🕒 Time: 2:30 A.M. – 6:30 A.M. (Morning) #"Celebrating Strong Partnerships Between School and Families for Student Success." =====//======
📢 BEEKSISA #Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama. #Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra. 📍 Bakki: Mooraa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad.1ffaa fi sad.2ffaa 📅 Guyyaa: Waxabajjii 28, 2018 ganama 2:30-6:00 #"Walta'iinsi Maatii fi Mana Barumsaa Milkaa'ina Barattootaaf Bu'uura Cimaadha." #Bulchiinsa M/B Kominiitii Yuunivarsiitii Jimmaa!! =====//==== 📢 ማስታወቂያ #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የወላጆች ቀን በሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ይከብራል። #በዚህ ልዩ ፕሮግራም ላይ ሁሉም ወላጆች በመገኘት የልጆቻችንን ውጤትና እድገት እንዲያከብሩ እና የቤተሰብና የትምህርት ቤት ትብብርን እንዲያጠናክሩ በክብር እንጋብዛለን። 📅 ቀን: ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ከ2:30-6:00(ጥዋት) 📍 ቦታ: ጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች ቅጥር ግቢ #"የወላጆችና የትምህርት ቤት ትብብር ለተማሪዎች ስኬት መሠረት ነው።"
Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu…
Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu isaa cimsinee isin hubachiifna. Nagaa Wajjiin! Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa ========//======== ማስታወቂያ ሰኔ 02/2018 ዓ.ም ለተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች ➽ የሰኔ ወር 2018 ዓ.ም የትምህርት እና የትራንስፖርት ክፍያ ያልከፈላችሁ ወላጆች በአስቸኳይ ክፍያውን እንድትፈጽሙ እናሳስባለን። ➽ ክፍያውን ያልፈጸሙ ተማሪዎች የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር የማጠቃለያ ፈተና እንደማይፈተኑ በድጋሚ በአጽንኦት እናሳውቃለን። ከሰላምታ ጋር! የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሙኒቲ ት/ቤት (JUCS) አስተዳደር ========//========
June month Student fee Bill
видео или голосовое, без подписи
➽Sagantaa Qormaataa Kutaa 7ffaa fi 9-11ffaa ➽Grade 7 & 9-11 Final Exam Schedule
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Sagantaa Qormaata Xumuraa Seemisteera 2ffaa የ2ኛ ሴሚስተር የማጠቃሊያ ፈተና ፕሮግራም 2nd Semester Final Exam Program (2018 E.C) ማሳሰቢያ:- ከዚህ የቀረ የትምህርት ዓይነት ቀደም ብላችሁ ዓርብ ስለሚትፈተኑ ተዘጋጁ
📢 Sagantaa Qormaata Xummura Seemisteera 2ffaa Bara Barnootaa 2018 A.L.Htti. Guyyaa: 26/09/2018 #Kabajamtoota Maatii Barattootaa fi Barattoota Keenya Hundaaf, #Sagantaan qormaata xummura seemisteera 2ffaa akka armaan gadiitti ni raawwatama: 🔹 Daa'imman Bu’uura Boruu (KG): 📅 Waxabajjii 8–10/2018 🔹 Kutaa 1ffaa – 5ffaa: 📅 Waxabajjii 8–12/2018 🔹 Kutaa 7ffaa fi Kutaa 9ffaa – 11ffaa: 📅 Waxabajjii 8–16/2018 🔹 Qormaata Soroorfame Barattootaaf deebisuu 📅 Waxabajjii 17–19/2018 📝 Barattoonni keenya yeroon sirriitti qophaa’anii qormaata isaanii akka fudhatan ni hubachiifna. 🌟 Carraa Gaarii Barattoota Keenya Hundaaf! 🌟 👉Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa!! ========//====== 📢 የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር የመጨረሻ ፈተና መርሃ ግብር ቀን፡ 26/09/2018 ዓ.ም ውድ የተማሪዎቻችን ወላጆችና ተማሪዎች፣ #የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር የመጨረሻ ፈተና መርሃ ግብር እንደሚከተለው ይካሄዳል፡- 🔹 የመዋዕለ ሕፃናት (KG) ተማሪዎች 📅 ከሰኔ 8–10/2018 ዓ.ም 🔹 ከ1ኛ እስከ 5ኛ ክፍል ተማሪዎች 📅 ከሰኔ 8–12/2018 ዓ.ም 🔹 7ኛ ክፍል እና ከ9ኛ እስከ 11ኛ ክፍል ተማሪዎች 📅 ከሰኔ 8–16/2018 ዓ.ም 🔹የፈተና ውጤት ለተማሪዎች መመለስ 📅 ከሰኔ 17–19/2018 ዓ.ም 📝 ተማሪዎች ለፈተናቸው በሚገባ እንዲዘጋጁ እና በሰዓታቸው እንዲገኙ እናሳስባለን። 🌟 ለሁሉም ተማሪዎቻችን መልካም የፈተና ውጤት እና ስኬት እንመኛለን! 🌟 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮ/ት/ቤቶች አስተዳደር =======//======== 📢 Final Examination Schedule for the 2nd Semester – 2018 E.C. Academic Year Date: 26/09/2018 E.C. Dear Parents and Students, Please be informed that the Final Examination Schedule for the Second Semester of the 2018 E.C. Academic Year is as follows: 🔹 Kindergarten (KG) Students 📅 June 8–10 /2018 E.C. 🔹 Grades 1–5 Students 📅 June 8–12/ 2018 E.C. 🔹 Grade 7 and Grades 9–11 Students 📅 June 8–16/2018 E.C. 🔹 Exam Result Feedback Period 📅 June 17–19/2018 E.C. 📝 Students are encouraged to prepare thoroughly for their examinations and attend all exams on time. 🌟 We wish all our students the very best of success in their examinations! 🌟 ➽Committed to Excellence in Education 🎓📚 👉Jimma University Community School (JUCS) Administration!!
Guyyaa 25/09/2018 Maatii Barattootaa Kutaa 7ffaa Hundaaf Qormaanni Moodeelaa kutaa 8ffaa guyyaa 26-27/09/2018 kennama waan ta'eef barattoota kutaa 7ffaa qofaaf guyyaa kana lamaan manni barumsaa cufaa dha. Gaafa guyyaa 28/09/2018 barnoonni itti fufa waan ta'eef harcaatii tokko malee yeroo barnootaa kabajanii akka argaman isin beeksifna. Kutaa 9-12 barnoonni itti fufa. ================= ለሁሉም የ7ኛ ክፍል ተማሪዎች ወላጆች የ8ኛ ክፍል የሞዴል ፈተና ከ26-27/09/2018 ዓ.ም. የሚሰጥ በመሆኑ፣ ለ7ኛ ክፍል ተማሪዎች ብቻ በእነዚህ ሁለት ቀናት ትምህርት ቤቱ ዝግ ይሆናል። በ28/09/2018 ዓ.ም. ትምህርቱ እንደተለመደው የሚቀጥል ስለሆነ፣ ተማሪዎች ያለ ምንም መቅረት የትምህርት ሰዓታቸውን አክብረው እንዲገኙ እናሳስባለን። ከ9-12 ክፍል አይመለከትም ትምህርት ይቀጥላል።
видео или голосовое, без подписи
Share GAAFFII SHAAKALAA SAAYINSII WALII GALAA KUTAA 7ffaa.pdf
видео или голосовое, без подписи
Guyyaa 13/08/2018 Barattoota Mana Barumsaa Keenya Hundaaf Akkuma beekamu qormaatni giddu galeessaa guyyaa 7-13/08/2018 kennamee xumuramuu isaa ni beekama. Kanaafuu boru (14/08/2018) adeemsi baruu barsiisuu itti fufa waan ta'eef harcaatii tokko malee sa’aatii barnootaa kabajuun daree barnootaatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna. Barataan daree irraa hafu rakkoo uumamuuf itti gaafatamummaa ni fudhata. Hubachiisa:- Barnoonni guyyaa guutuu waan ta’eef qophii guutuu gootanii dhufuu qabdu. ========================== ቀን 13/08/2018 ለሁሉም የትምህርት ቤታችን ተማሪዎች እንደሚታወቀው ሚድ ፈተናው ከ7-13/08/2018 እየተካሄደ ዛሬ መጠናቀቁ ይታወቃል። በመሆኑ ነገ (14/08/2018) የመማር ማስተማር ሂደቱ የሚቀጥል ሲሆን ያለምንም መንጠባጠብ የትምህርት ሰዓት በማክበር ትምህርት እንድትከታተሉ አጥብቀን እናሳስባለን። በክፍል ያልተገኘ ማንም ተማሪ ለሚከሰቱ ችግሮች ተጠያቂ ይሆናል። ማሳሰቢያ፥- ትምህርት ሙሉ ቀን ስለሆነ ተዘጋጅታችሁ መምጣት አለባችሁ።
видео или голосовое, без подписи
BEEKSISA Guyyaa: Ebila 06/2018 Kabajamtoota maatii barattootaa konkolaataa deddeebisa barattootaa (Student Bus) fayyadamtan hundaaf, 👉 Ebila 07/08/2018 irraa eegalee rakkoo dhiyeessii boba’aatiin walqabatee tajaajila kennuu waan hin dandeenyeef filannoo biroo akka fayyadamtan kabajaan isin beeksifna. Nagaa wajjiin!! Bulchiinsa M/B KYJ (JUCS) ========//======= ማስታወቂያ ቀን፡ ሚያዝያ 06/2018 ዓ.ም ክቡራን የተማሪዎች ወላጆች፣ የተማሪዎች አውቶቡስ (Student Bus) አገልግሎት ተጠቃሚዎች ሁሉ፡፡ 👉 ከሚያዝያ 07/08/2018 ዓ.ም ጀምሮ በነዳጅ እጥረት ምክንያት አገልግሎቱን መስጠት ስለማንችል ሌሎች አማራጮችን እንድትጠቀሙ በክብር እናሳውቃለን። ከሰላምታ ጋር!! ከት/ቤቱ አስተዳደር =======//======== NOTICE Date: April 06/2018 E.C Dear Parents/Guardians who use the Student Bus service, 👉 Starting from April 07/08/2018 E.C, due to fuel supply shortages, we are unable to continue providing the student transport service. Therefore, we kindly request you to arrange and use alternative transportation options. With regards!! JUCS School Administration
Share April 2018 JUCS Student School Fee.xlsx Updated!! Telegram Attachments 👉Share JUCS Telegram Attachment_.xlsx 👉Kabajamtoota Maatii barattootaa kaffaltiin barattootaa 'online' 👉 'student ID'n or bill code 'SMS' n isin hin qaqqabin kanarraa ilaallchuu ni dandeessu ==========//========= የተከበራችሁ ወላጆች፣ የተማሪዎች የትምህርት ክፍያ የተማሪ መለያ ቁጥር (Student ID or bill code) በSMS ያልደረሳችሁ ከዚህ ማየት ትችላላችሁ። ========//======= Dear Parents, If you have not received the student ID or bill code via SMS for school payment, you can check from the attached Excel sheet. ======//========
https://t.me/+-1-nH4OLWL5mZGI8