- Последний пост
- 15 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Welcome to the Summer Training Program, organized by Jimma American Corner in collaboration with industry professionals and community partners. This program is designed to equip participants with practical, hands-on skills through a range of specialized training tracks, preparing them for real-world opportunities and success in today’s dynamic and competitive environment. Register Here:https://forms.gle/q3uqDZmdeG8mMV1QA
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I. 📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa 🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30 ========//======= የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. 📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት 🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30 =====//====== Students' & Parents' Day June 28, 2018 E.C. 📍 Venue: JUCS Primary and Secondary School 🕒 Time: 2:30 A.M. – 6:30 A.M. (Morning) #"Celebrating Strong Partnerships Between School and Families for Student Success." =====//======
📢 BEEKSISA #Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama. #Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra. 📍 Bakki: Mooraa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad.1ffaa fi sad.2ffaa 📅 Guyyaa: Waxabajjii 28, 2018 ganama 2:30-6:00 #"Walta'iinsi Maatii fi Mana Barumsaa Milkaa'ina Barattootaaf Bu'uura Cimaadha." #Bulchiinsa M/B Kominiitii Yuunivarsiitii Jimmaa!! =====//==== 📢 ማስታወቂያ #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የወላጆች ቀን በሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ይከብራል። #በዚህ ልዩ ፕሮግራም ላይ ሁሉም ወላጆች በመገኘት የልጆቻችንን ውጤትና እድገት እንዲያከብሩ እና የቤተሰብና የትምህርት ቤት ትብብርን እንዲያጠናክሩ በክብር እንጋብዛለን። 📅 ቀን: ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ከ2:30-6:00(ጥዋት) 📍 ቦታ: ጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች ቅጥር ግቢ #"የወላጆችና የትምህርት ቤት ትብብር ለተማሪዎች ስኬት መሠረት ነው።"
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
🎉 Congratulations to Grade 6 and Grade 8 JUCS Students! 🎉 #Jimma University Community School (JUCS) proudly congratulates all Grade 6 and Grade 8 students for successfully completing the Regional Examinations. #Your hard work, determination, and commitment to learning have led to this remarkable achievement. We also extend our sincere appreciation to our dedicated teachers, supportive parents, and school leaders whose continuous guidance and encouragement made this success possible. #Participation Rate: 100% #Success Rate: 100% 🌟 Well Done, Grade 6 and Grade 8 Students! 🌟 #Keep striving for excellence and reaching greater heights in your academic journey. Jimma University Community School (JUCS) "Excellence Through Commitment and Perseverance"
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Guyyaa 12/10/2018 Qormaanni Naannoo xumura Sad.1ffaa kutaa 8ffaa gaggeeffamaa ture nagaa xumuramee jira. Barattoota Mana Barumsaa Koominiitii Yuunivaresiitii Jimmaa Sadarkaa Kilaastaraatti qoraman dhiira 79 dubara 82 Walitti 161(100%) qoramanii jiru. Carraa Gaarii Hawwninaaf ============================ ቀን 12/10/2018 ዓ.ም የ1ኛ ደረጃ ትምህርት የ8ኛ ክፍል የክልል ፈተና በሰላም ተጠናቋል። በጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት በክላስተር ደረጃ ከተፈተኑ ተማሪዎች መካከል ወንድ 79፣ ሴት 82፣ በአጠቃላይ 161 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል። መልካም ውጤት እንመኛለን!
Barattoota Kutaa 8ffaa Hundaaf Qormaata Naannoo kennamu ilaalchisee Oorenteeshiniin boru guyyaa 10/10/2018 sa'aatii 2:00 irraa jalqabee kennama waan ta'eef dursitanii mooraa mana barumsaa keenya keessatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna. ======================= ለሁሉም የ8ኛ ክፍል ተማሪዎች ከሚሰጠው የክልል ፈተና ጋር በተያያዘ ኦረንቴሽን ነገ በ10/10/2018 ዓ.ም. ከ2፡00 ሰዓት ጀምሮ የሚሰጥ ስለሆነ፣ አስቀድማችሁ በትምህርት ቤታችን ግቢ ውስጥ እንድትገኙ በጥብቅ እናሳስባለን።
видео или голосовое, без подписи
BEEKSISA Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif #Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa Bara 2018 Kabajamuu Qaban. BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu. #1_Kan_Heyyamaman Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman: #Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa, #Kaardii Galmee/Admission Card/ #Kobbee/Irsaasii/ (Pencil) #Haqxuu #Sarartuu #Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu. #2_Kan_Dhoorkaman. Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo: #Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf #Qalama #Sa'aatii harkaa #Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu, #Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane , #Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu, #Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa, #Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi #Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna. Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna. #Qormaatnis_kan_kennamu: Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u, Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama. Biiroo Barnoota Oromiyaa =========//======= ማስታወቂያ ለ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ተማሪዎች በ2018 ዓ.ም የ6ኛ እና 8ኛ ክፍል የክልል ፈተና ሥነ-ምግባር ኦትቢ - ግንቦት 30/2018 ዓ.ም ተማሪዎች ለፈተና የሚያስፈልጓቸውን (የተፈቀዱ) ቁሳቁሶች ብቻ ይዘው በፈተና ጣቢያ መገኘት እንዳለባቸው እና ለፈተና የማያስፈልጉ (የተከለከሉ) ቁሳቁሶችን ከመያዝ ተቆጥበው መገኘት እንዳለባቸው እናሳስባለን። 1. የተፈቀዱ ቁሳቁሶች ወደ ፈተና ጣቢያ/ክፍል ማስገባት የተፈቀደላቸው፦ 👉የትምህርት ቤቱን ህጋዊ ዩኒፎርም 👉የፈተና መግቢያ ካርድ (Admission Card) 👉እርሳስ (Pencil) 👉ላጲስ (Eraser) 👉ማስመሪያ (Ruler) 👉መቅረጫ (Sharpener) ተማሪዎች እነዚህን አሟልተው በጠዋቱ 1፡00 ሰዓት በፈተና ጣቢያ መገኘት አለባቸው። 2. የተከለከሉ ቁሳቁሶች ወደ ፈተና ጣቢያ ማምጣት የተከለከሉት፦ 👉ሞባይል ስልክ፣ ታብሌት፣ 👉ኮምፒውተር እና መሰል መሣሪያዎች 👉ብዕር (Pen) 👉የእጅ ሰዓት 👉ማንኛውም ኤሌክትሮኒክስ መሣሪያ 👉በሐኪም ያልተፈቀደ መነጽር 👉የትምህርት ቤቱን ዩኒፎርም ሳይለብሱ መቅረብ 👉ከሌላ ተማሪ መቅዳት ወይም ለመቅዳት መሞከር (ከፈተና ያስወግዳል) 👉ስለታም ነገሮች፣ የጦር መሣሪያዎች እና መሰል አደገኛ ቁሳቁሶችን ይዞ ወደ ፈተና ጣቢያ/ክፍል መግባት ወይም ለመግባት መሞከር ማጨስ #ከላይ የተጠቀሱት ድርጊቶች በሙሉ በጥብቅ የተከለከሉ መሆናቸውን እናሳውቃለን። #ስለሆነም ፈተና የሚወስድ እያንዳንዱ ተማሪ የፈተናውን ሥነ-ምግባር በማክበር ትኩረቱን በፈተናው ላይ ብቻ እንዲያደርግ እንጠይቃለን። የፈተና ቀናት 📌 6ኛ ክፍል: ሰኔ 08–09/2018 ዓ.ም. 📌 8ኛ ክፍል: ሰኔ 11–12/2018 ዓ.ም. የኦሮሚያ ትምህርት ቢሮ ======//====== NOTICE Examination Rules and Regulations for Grade 6 and Grade 8 Regional Examinations (2018 E.C.) Oromia Education Bureau (OEB) – Sene 30, 2018 E.C. All Grade 6 and Grade 8 students are informed that they must come to the examination center only with materials that are permitted for the examination and must not bring any prohibited items. 1. Permitted Items Students are allowed to bring the following materials into the examination room: 👉School uniform 👉Admission Card 👉Pencil 👉Eraser 👉Ruler 👉Sharpener 👉Students are required to arrive at the examination center by 1:00 a.m. (local time) with all necessary materials. 2. Prohibited Items The following items are strictly prohibited in the examination center: 👉Mobile phones, tablets, 👉computers, and similar devices 👉Pens 👉Wristwatches 👉Any electronic devices 👉Unauthorized eyeglasses not approved by a medical professional 👉Appearing without the official school uniform 👉Copying from others or attempting to help others during the examination (this will result in disqualification) 👉Bringing or attempting to bring weapons, sharp objects, or any dangerous materials into the examination center 👉Any form of misconduct or disturbance #All students are advised to respect the examination rules and focus solely on their examinations. Examination Dates 📅 Grade 6 Regional Examination: Sene 8–9, 2018 E.C. 📅 Grade 8 Regional Examination: Sene 11–12, 2018 E.C. We wish all students success in their examinations. Oromia Education Bureau =========///====== 🎓 Best of Luck and Success in Your Examinations! 🎓 Jimma University Community School (JUCS)
Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu…
Beeksisa Waxabajjii 02/2018 Kabajamtoota Maatii barattootaatiif ➽Kaffaltii Barnootaa fi Geejjibaa barattootaa ji'a Waxabajjii Kanneen hin kaffalle atattamaan akka kaffaltan jechaa barataan/ttuun hin kaffalle Qorumsa Xummura See.2ffaa kan hin qoramne ta'uu isaa cimsinee isin hubachiifna. Nagaa Wajjiin! Bulchiinsa M/B KYJ(JUCS)irraa ========//======== ማስታወቂያ ሰኔ 02/2018 ዓ.ም ለተከበራችሁ የተማሪዎች ወላጆች/አሳዳጊዎች ➽ የሰኔ ወር 2018 ዓ.ም የትምህርት እና የትራንስፖርት ክፍያ ያልከፈላችሁ ወላጆች በአስቸኳይ ክፍያውን እንድትፈጽሙ እናሳስባለን። ➽ ክፍያውን ያልፈጸሙ ተማሪዎች የ2018 ዓ.ም የ2ኛ ሴሚስተር የማጠቃለያ ፈተና እንደማይፈተኑ በድጋሚ በአጽንኦት እናሳውቃለን። ከሰላምታ ጋር! የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሙኒቲ ት/ቤት (JUCS) አስተዳደር ========//========