- Последний пост
- 1 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Yaadachiisa Guyyaa Ayyaana Maatii fi Barattootaa Bara 2018 2018 JUCS Students' & Parents' Day Reminder!! =====//=== Ayyaana Maatii Barattootaa Waxabajjii 28, 2018 A.L.I. 📍 Bakka: Mana Barumsaa Kominittii Yunivarsiitii Jimmaa (JUCS) Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaa 🕒 Sa'aatii: Ganama 2:30 – 6:30 ========//======= የተማሪዎች እና የወላጆች ቀን ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. 📍 ቦታ፦ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ አንደኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ት/ቤት 🕒 ሰዓት፦ ጠዋት 2:30 – 6:30 =====//====== Students' & Parents' Day June 28, 2018 E.C. 📍 Venue: JUCS Primary and Secondary School 🕒 Time: 2:30 A.M. – 6:30 A.M. (Morning) #"Celebrating Strong Partnerships Between School and Families for Student Success." =====//======
📢 BEEKSISA #Guyyaan Ayyana Maatii fi Barattootaa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad1ffaa fi sad.2ffaa Waxabajjii 28, 2018 sadarkaa Manneen Barnootaatti kabajama. #Kanaafuu, maatiin barattootaa, barattoonni, barsiisonni, hojjettoonni fi keessummoonni kabajamoon sagantaa kana irratti argamuun gammachuu fi milkaa'ina ijoollee keenya waliin akka qooddattan kabajaan isin affeerra. 📍 Bakki: Mooraa Mana Barumsaa Koominittii Yuunivarsiitii Jimmaa sad.1ffaa fi sad.2ffaa 📅 Guyyaa: Waxabajjii 28, 2018 ganama 2:30-6:00 #"Walta'iinsi Maatii fi Mana Barumsaa Milkaa'ina Barattootaaf Bu'uura Cimaadha." #Bulchiinsa M/B Kominiitii Yuunivarsiitii Jimmaa!! =====//==== 📢 ማስታወቂያ #የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ ትምህርት ቤት የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የወላጆች ቀን በሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ይከብራል። #በዚህ ልዩ ፕሮግራም ላይ ሁሉም ወላጆች በመገኘት የልጆቻችንን ውጤትና እድገት እንዲያከብሩ እና የቤተሰብና የትምህርት ቤት ትብብርን እንዲያጠናክሩ በክብር እንጋብዛለን። 📅 ቀን: ሰኔ 28 ቀን 2018 ዓ.ም. ከ2:30-6:00(ጥዋት) 📍 ቦታ: ጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚዩኒቲ የ1ኛ ደረጃ እና 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች ቅጥር ግቢ #"የወላጆችና የትምህርት ቤት ትብብር ለተማሪዎች ስኬት መሠረት ነው።"
видео или голосовое, без подписи
Guyyaa 16/10/2018 Maatii Barattootaa BSTD Hundaaf Guyyaan maatii barattootaa BSTD Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa gaafa guyyaa 21/10/2018 mooraa Yuunivarsitii Jimmaatti (main campus) ganama irraa sa’atii 2:30 irraa kaasee kan gaggeeffamu ta’uu isin beeksifna. ለቅድመ መደበኛ ተማሪ ወላጆች በሙሉ የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮምዩኒቲ የቅድመ መደበኛ ት/ቤት የወላጆች ቀን የሚከበረዉ በ21/10/2018ዓ.ም በጅማ ዩኒቨርሲቲ ጊቢ (main campus) ከ 2፡30 ጀምሮ የሚካሄድ መሆኑን እናሳዉቃለን፡፡ ት/ቤቱ Guyyaa 16/10/2018 Maatii Barattoota Eebbifamtootaaf Baga gammaddan! jechaa guyyaan eebbaa bara 2018 Waxabajjii 21/2018 mooraa Y/Jimmaa(main campus)tti sa’atii 2:30 irraa kaasee gaggeeffama. Kanaaf gaawonii eebbaa gaafa 19/10/2018(Jimmaata)ganama waan kennamuuf qarshii qabsiisa gaawonii kan deebi’u 500(dhibba shan)qabattanii akka fudhattanu isin beeksifna;kan deebiftan ammo gaafa 24-26/10/2018 ta’a.Guyyaa kana kan dabarse qarshiin isaa kan hin deebine ta’uu isin beeksifna. M/B ቀን 16/10/2018 ዓ.ም ለተመራቂ ተማሪ ወላጆች በሙሉ አንኳን ደስ አላችሁ አያልን የ2018 ዓ.ም የምረቃት ቀን ሰኔ 21/2018 ዓ.ም በጅማ ዩኒቨርሲቲ (main campus) ከ2፡30 ጀምሮ ይካሄዳል፡፡ስለዚህ የምርቃት ጋዎን በ19/10/2018 (አርብ)ጥዋት ስለሚሰጥ የሚመለስ የጋዎን ማስያዥ ብር 500(አምስት መቶ)ይዛችሁ መታችሁ እንድትወስዱ እና የምትመልሱት ደግሞ ከ24-26/10/2018ዓ.ም ይሆናል፡፡የሚመለስበትን ቀን ያሳለፈ ወላጅ ያስያዘዉ ብር የማይመለስለት መሆኑን እናሳዉቃለን፡፡ ት/ቤቱ
видео или голосовое, без подписи
🎉 Congratulations to Grade 6 and Grade 8 JUCS Students! 🎉 #Jimma University Community School (JUCS) proudly congratulates all Grade 6 and Grade 8 students for successfully completing the Regional Examinations. #Your hard work, determination, and commitment to learning have led to this remarkable achievement. We also extend our sincere appreciation to our dedicated teachers, supportive parents, and school leaders whose continuous guidance and encouragement made this success possible. #Participation Rate: 100% #Success Rate: 100% 🌟 Well Done, Grade 6 and Grade 8 Students! 🌟 #Keep striving for excellence and reaching greater heights in your academic journey. Jimma University Community School (JUCS) "Excellence Through Commitment and Perseverance"
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Milkaa’inaan Goolabame 📅 Waxabajjii 09/2018 E.C. Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti guyyaa 08/10/2018 -09/10/2018 guyyaa 2f kennamaa ture nagaa, tasgabbii fi naamusa gaariin milkaa’inaan xumurameera. Qormaata kana keessatti barattoonni Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS) kutaa 6ffaa keessaa dhiira 83 fi dubara 73, walumaagalatti barattoota 156 (100%) ta’an qormaata isaanii guutummaatti fudhatanii jiru.Kana keessa barattoonni sagantaa Afaan Oromoo Dhi=38 du =18= Id 56(100%), Barattoonni sagantaa Afaan Amaaraa immoo Dhi=45 du= 55 Id=100(100%) qormaata xummura sad.1ffaa kutaa 6ffaa karaa nagaa fi tasgabbii qabuun xummuranii jiru ➽Barattoota keenyaaf qabxii gaarii akka ta'uuf ni hawwina! 👉Bulchiinsa Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS) ==========//======== የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በተሳካ ሁኔታ ተጠናቀቀ 📅 ሰኔ 09/2018 ዓ.ም በጅማ ከተማ አስተዳደር ሞሌ ክላስተር ውስጥ ከሰኔ 08-09/2018 ዓ.ም ለ2 ቀናት ሲሰጥ የነበረው የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በሰላም እና በጥሩ ሥነ-ምግባር ተጠናቋል። በዚህ ፈተና ላይ ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) የ6ኛ ክፍል ተማሪዎች 83 ወንዶች እና 73 ሴቶች፣ በድምሩ 156 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ሙሉ በሙሉ ወስደዋል። ከእነዚህ ውስጥ በኦሮምኛ ፕሮግራም 38 ወንዶች እና 18 ሴቶች፣ በድምሩ 56 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል። በአማርኛ ፕሮግራም ደግሞ 45 ወንዶች እና 55 ሴቶች፣ በድምሩ 100 (100%) ተማሪዎች የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተናቸውን በሰላም አጠናቀዋል። ➽ ለተማሪዎቻችን ጥሩ ውጤት እንመኛለን! 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) አስተዳደር ========//========
Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Milkaa’inaan Goolabame 📅 Waxabajjii 09/2018 E.C. Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 E.C. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti, Kilaastara Moleetti guyyaa 08/10/2018 -09/10/2018 guyyaa 2f kennamaa ture nagaa, tasgabbii fi naamusa gaariin milkaa’inaan xumurameera. Qormaata kana keessatti barattoonni Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS) kutaa 6ffaa keessaa dhiira 83 fi dubara 73, walumaagalatti barattoota 156 (100%) ta’an qormaata isaanii guutummaatti fudhatanii jiru.Kana keessa barattoonni sagantaa Afaan Oromoo Dhi=38 du =18= Id 56(100%), Barattoonni sagantaa Afaan Amaaraa immoo Dhi=45 du= 55 Id=100(100%) qormaata xummura sad.1ffaa kutaa 6ffaa karaa nagaa fi tasgabbii qabuun xummuranii jiru ➽Barattoota keenyaaf qabxii gaarii akka ta'uuf ni hawwina! 👉Bulchiinsa Mana Barumsaa Kominiitii Yuunivarsitii Jimmaa (JUCS) ==========//======== የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በተሳካ ሁኔታ ተጠናቀቀ 📅 ሰኔ 09/2018 ዓ.ም በጅማ ከተማ አስተዳደር ሞሌ ክላስተር ውስጥ ከሰኔ 08-09/2018 ዓ.ም ለ2 ቀናት ሲሰጥ የነበረው የ2018 ዓ.ም የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተና በሰላም እና በጥሩ ሥነ-ምግባር ተጠናቋል። በዚህ ፈተና ላይ ከጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) የ6ኛ ክፍል ተማሪዎች 83 ወንዶች እና 73 ሴቶች፣ በድምሩ 156 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ሙሉ በሙሉ ወስደዋል። ከእነዚህ ውስጥ በኦሮምኛ ፕሮግራም 38 ወንዶች እና 18 ሴቶች፣ በድምሩ 56 (100%) ተማሪዎች ፈተናውን ወስደዋል። በአማርኛ ፕሮግራም ደግሞ 45 ወንዶች እና 55 ሴቶች፣ በድምሩ 100 (100%) ተማሪዎች የ6ኛ ክፍል የአንደኛ ደረጃ ማጠቃለያ ፈተናቸውን በሰላም አጠናቀዋል። ➽ ለተማሪዎቻችን ጥሩ ውጤት እንመኛለን! 👉የጅማ ዩኒቨርሲቲ ኮሚኒቲ ትምህርት ቤት (JUCS) አስተዳደር ========//======== Grade 6 Primary School Completion Examination Successfully Concluded 📅 June 16, 2026 (09/10/2018 E.C.) #The Grade 6 Primary School Completion Examination for the 2018 E.C. academic year, administered in Mole Cluster, Jimma City Administration, was conducted from June 15–16, 2026 (08–09/10/2018 E.C.) and was successfully completed in a peaceful, orderly, and disciplined manner. #A total of 156 Grade 6 students from Jimma University Community School (JUCS), comprising 83 boys and 73 girls, sat for the examination, achieving 100% participation. Among them: Afan Oromo Program: 38 boys and 18 girls, total of 56 students (100%). Amharic Program: 45 boys and 55 girls, total of 100 students (100%). #All students completed the Grade 6 Primary School Completion Examination successfully in a peaceful and conducive environment. ➽ We wish our students the very best results in their examinations! 👉Jimma University Community School (JUCS) Administration ======//========
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи