- Последний пост
- 8 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 142
- 1/48двое суток
- 162
- 1/72трое суток
- 175
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Live stream finished (1 hour)
Live stream started
Live stream finished (23 minutes)
GAAFFII BADHAASA Qabuu Ajaaja 1ffaan 10 % Hiibboo 1. Dhaanquu dhaabeen dhaanquu irraa qalqala kaa'e, qalqala immoo guuboon kaa'e, quuboo irraa immoo xaafiin facaase.. A. Dhaanquun ____ B. Qalqallii _ C. Guuboon _ D. Xaafiin __ 2. Shantamma ta'uu, tokkichaa dhaabatuu, dudda dubbattuu.. A. Kan ta'uu ___ B. Kan dhaabatuu _ C. Dudda ____ 3. Ganama afur, guyyaa lama, galgala sadii. A. Afur _ B. Lama _ C. Sadii __ Gaaffii waligalaa 1% 4 Adduunyaa irraatti dhugaattin dhugaan sadarkaan jalqabaa irraa jiruu Kam? _ Deebbiin keessaan gara linkii Kanaan https://t.me/atieenyuu Isaa Kan immoo JOIN CHANNEL godhaa 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/kekiya_luckcom
Live stream started
📝 Sadarkaalee 25 (Digdamii Shan) Namummaa (Personality) Gaarii Gabbifachuuf Fayyadan ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ⚪️1ffaa: Itti gaafatamummaa fudhachuu! ⚪️2ffaa: Namoota biroof dursa kennuu! ⚪️3ffaa: Atis namootni biroonis akka injifatan hawwi! ⚪️4ffaa: Jechoota dubbattu of eeggannoon filadhu! ⚪️5ffaa: Namoota hin ceepha'in, hin mormin! ✅6ffaa: Kolfi; nama gaarii ta'i! ✅7ffaa: Amala namoota gara gaaritti hiikkadhu! ✅8ffaa: Namoota sirriitti dhaggeeffadhu! ✅9ffaa: Dharraa injifachuu qabaachuu! ✅10ffaa: Namoota garaa kee irraa jaji! ©11ffaa: Wayita dogoggortu amanii irra darbi! ©12ffaa: Mari'adhu; malee hin falmin! ©13ffaa: Jette-jettee hin odeessin! ©14ffaa: Waadaa kee gara kakuu jabaatti jijjiiri! ©15ffaa: Namoota galateeffadhu, garuu akka si galateeffatan hin eegin! ✅16ffaa: Amanamtummaa qabaadhu! ✅17ffaa: Haaloo garaatti qabattee hin turin! ✅18ffaa: Waan gootu hundumaa dhugaa irratti hundaa'ii godhi! ✅19ffaa: Of hin guguddisin! ✅20ffaa: Namoota hubadhu fedhii isaaniif bakka kenni! ✨21ffaa: Guyyuu amala gaarii bartee godhadhu! ✨22ffaa: Qoosaa Amaleeffadhu! ✨23ffaa: Qoosaa hamilee namootaa buusu hin qoosin! ✨24ffaa: Hiriyaa gaarii argachuuf jalqaba ofii keetii nama gaarii ta'i! ✨25ffaa: Bakka namootaa bu'ii yaadi! https://t.me/kekiya_luckcom https://t.me/kekiya_luckcom
без подписи
Baratoota sadan keessaa kamtuu sirriidha jetuu Comment godhaa Ⓜ️
🎉 BAGA NAGAAN DHUFTAN! 🎉 Baga gara giddugala carraa keenyatti nagaan dhuftan! 🌟 Kun garee carraa qofa miti; garee amanamummaa, iftoomina fi haqa qabeessummaa irratti hundaa'ee hirmaattota isaatiif carraa fi badhaasa adda addaa qopheessuudha. 📝 Hirmaachuuf: ✅ Lakkoofsa carraa keessan qabadhaa. ✅ Challenge fi badhaasaawwan yeroo gara yerootti qophaa'an irratti hirmaadhaa. ✅ Hiriyoota keessanis affeeraa; carraawwan dabalataas argachuu dandeessu. 🍀 Carraaqan Carraa Argata! 🤝 Amanamummaa • Iftoomina • Haqa Qabeessummaa
Humna Keessoo: Loon qee'ee itti dhalatanitti jabaatu; ati ammoo abjuu kee itti dhalatetti jabaadhu.⚡️ Abjuun kee si qofaaf osoo hin taane, namoota biroofis gaaddisa akka ta’uuf carraaqi.💥
Nama sii jaalachuuf fedhii qabu, kan jaalala, amanamummaa fi kabajaa siif kennuuf fedhii qabu, kan si jaalatee fi hammam akka si jaallatu nama hundaatti agarsiisu, kan jaalalti tee jireenya kiyya jedhee ifaa bilisaan sitti agarsiisu, kan si kabajuu fi si kunuunsu, nama sanakunuunsi jaalalti teessan akka cimee itti fufuuf kunuunsi, sababni isaas nama onnee gaarii qabu kan si argachuuf wareegamu addunyaa kanaratti namni akkasii baayyee xiqqaa waan ta'eef. Harka lamaan simadhu🌹 ❤️ 🩹https://t.me/SEENAA_GOOTOTA_OROMOO
Har'aa challenge tokkn qaba dhiiroo Asumman join godhii darbii Like illee hin dagattiin maloo... Deebbii isaa ,,,,,,,,,,,,,,,,,,,
Hubadhu Biiftuu Koo ~ Amman si jaaladhu beekta silaa tiruu Muufattee hin turin mi'eessituu jiruu ~ Balleessaa koo ilaaltee garaa hin jabaatin Keessa kee qulqullutti ulfa jibbaan baatin ~ Dhiifaman si gaaffa morma kiyya cabsee Si muufachiiseeratii waadaa kiyya cabsee ~ Ta'us gaabben jiraa keessi koo ibiddaa Osoo kan beektuu maaf na duraa baddaa? ~ Ilmi namaa silas inuma balleessaa Gaafa sana baru qalbiisaa deebisaa ~ Hubadhu biiftuu koo Kan caalu gaabbidhaa Dhiifama naaf godhi Hedduun si jaaladhaa Itti fufa.... Kutaa itti aanuu argachuuf ABBAA SHUREE JOIN godha 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree
Akkam naaf oolte bareedaa koo? Hin na’iin gaafan bareedaa koo sin jedhu. Gargar yoo bane iyyu ani ammayyu jaalalli koo hin banne. Xalayaa kana kan ani barreessuufis dhiifama si gaafachuufi dha. Eegan siin adda bahee booda kunoo huqadhee, uffatni natti bal’atee, halkan tokko nagaan bulee hin beeku. Kan darbe dabarsinee dhiifama wal gaafanee akka waliin jiraannun fedha. Itti fufa.... Kutaa itti aanuu argachuuf ABBAA SHUREE JOIN godha 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree
Akkam fayyaa jirta? Nagaa keetii? Ani nagaa koo dha. Jaallalle koo, yeroon siin jedhu sitti hin bitaacha’iin. Ani har’as baay’een si jaalladha. Akkamitti na jaallatta naan hin jedhiin, kun sammuu koo na dhukkubsa. Harra ani kan ani xalayaa siif barreessuuf barbaadeef, badii ani sirratti dalage waan boqonnaa na dhowweef dhiifama akka naaf gootuufi. Dirqamaan dhiifama naa godhi siin hin jedhu, garuu keessi koo boqqonaa akka argatuuf dhiifama keen barbaada. Dhiifama. Itti fufa.... Kutaa itti aanuu argachuuf ABBAA SHUREE JOIN godha 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree
Xalayaa kana gaafan sii barreessu maal jedhee akkan sii barreessun na harkaa bada. Kana ta’ees garuu barreessuu koon itti fufa. Yeroo kamii akkan siif jalqabu hin beeku garuu, baay’ee akka ani si jaaladhu akka naaf bartun barbaada. Miirri kun yoom akka natti dhagahame hin beeku. Garuu, ani jaalala keen qabameera. Kana hunda naaf bartee, wal jaalannee akka waliin jiraannun fedha. Itti fufa.... Kutaa itti aanuu argachuuf ABBAA SHUREE JOIN godha 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 ➢ https://t.me/abbaa_shuree
#Seeroota kubbaa miilaa Yeroo ijoollummaa! 😂 1. Mucaan inni furdaan yeroo mara goolii eegaadha. Yoo mucaa furdaan hin jirre namni miili isaa dhukkubsatu kan oliif gadi fiigee taphachuu hin dandeenyes gooli eegaa ta’a. 2. Eenyu akka taphatuuf bakka inni taphatu kan murteessu abbaa kubbaati. 3. Taphataan hin filatamin yeroo itti aanu taphachuudhaaf kubbaa dhiitamtee ala baatu funaanee taphattootaaf dirreetti deebisa. 4. Abbaan kubbaa dallane taanaan taphichi ni dhaabbata ykn ni xumurama😂 5. Yoo akka tasaa osoo taphattuu miilakee dhagaan dhahee akka dhiigu agarte, akka gargaarsa jalqabaatti wanti ati gootu daddaftee bakka dhiigu sanatti biyyee naquudha. 6. Yoo abbaa kubbaa bira geessu kubbaa miliqsuun ykn Loocee Baasuun hin danda'amu Akkas goote taanaan taphichi ni dhaabbata ykn ni xumurama 😂 7. Abbaan seeraa hin jiru Ofiif wal amanuudha Ykn abbaama kubbaatu seeras eega. Taphaan ala (offside) wanti jedhu hin jiru🚶 8. Adabbiin kan kennamu taphataan kufee dhukkeen haalaan yoo ka'e qofa. 9. Eenyullee waan abbaan kubbaa raawwatu irratti yaada kennuu hin danda'u. 10. Namni tapha hin dandeenye xumurarra filatama! 11. Taphataa cimaan yeroo mara garee abbaa kubbaa keessatti filatama😂 12. Garee faallaa adda baasuuf gareen tokko dirqama qullaa taphata 😂 13. Yeroo rukuttaa adabbii (Penality) gooli eegaan abbaa fedhetti jijjiirrama😂 14. Taphi kan xumuramu yoo dukkanaa'e qofa. kana jechuun hanga kubbaan argamtutti taphi itti fufa. 15. Taphi erga xumuramee booda gareetti wal qoodanii waldhiitaa /waltumaa galu🥹 16. Obbaleewwan lama garee tokko keessa taphachuunilleen dhoorkaadha. 17, Abbaa kubbaa yoo akka carraa maatiin isa barbaadan kubbaa isaa fudhatee sokka. Taphnis ni dhaabbata https://t.me/abbaa_shuree
#Haadha_manaa_amaloota armaan gadii qabdu argachuun carroomuudha👇🏽 1. Haadha manaa yeroo ati bakka hojii keetiitii galtu, akka nama utuu sin argiin yeroo dheeraa tureetti hammattee si dubbistu.😚 2. Haadha manaa yeroo ati keessummaa fuutee manatti galtu, fuula ifaadhaan gammaddee simattu🥰 3. Kan yeroo ati dadhabdee utuu hin kadhatin raftu, harka ishee mataa keerra keessee siif kadhattu😔 4. Haadha manaa akka carraa walitti buutanii ykn wal loltanii, daqiiqaa tokko booda sin jaalladha jettee garaa si raastu😢 5. Haadha manaa yeroo qarshiin sirka jiru si jaallaattee, gaafa ati dhabdus sin jibbine😕 6. Haadha manaa yeroo ati qarshii kuma 3 itti laattu gammaddee, yeroo ati qarshii dhibba 3 itti laattu hin aarre😤 7. Haadha manaa qabeenya irratti hunduuftee sin jaallanne.👐🏽 8. Haadha manaa nama hamachuu hin beekne🥱 9. Haadha manaa yeroo ati uffata ykn kophee bituufii suuqii wajjiin deemtu, kan filaannoo hin baay'isne.🤦🏽♂️ 10. Haadha manaa waaqayyoon sodaattu😲 11 Haadha manaa hiyyeessotaaf garaa laaftu 12 Haadha manaa ogeettii 13 Haadha manaa maatii kootiif maatii ishee ija tokkon ilaaltu 14 Haadha manaa safuu Ummataa beektu https://t.me/abbaa_shuree
Hojii online investimentii hin barbaanee Bilbila harka keessan keessaa jiruun hojjechuu dandeessan kana egaalaatti hojjeedha.... https://7tg.top/go?i=rhypvi_6608676629_copy
без подписи