LABORATORY OFFICIAL PAGE 📄 🔬🧫🔬 🧪 🔬
описание
Barattootni keenya M.Laboratory taatan kamiyyuu akka karaa chaanelii kanaa yaadaa fi gaaffii qabdan nu biraan geessaniifi akksumas #vacancy_announcement fi any d/t cases For our 🔗 link @lab2014
192
подписчиков
Охват к подписчикам
33,9%
ERR
Реакции к просмотрам
0,85%
38 на 34 постов
Пересылки к просмотрам
0,25%
11
Постов в день
0,3
всего 35
Где отзываются чаще
доля реакций к просмотрам- 25 маябез подписи3,57%
- 3 нояб.без подписи3,23%
- 30 июл.Akkaataa galmee Link kana tuquun galmaa'aa! 🔗 https://forms.gle/eNbU1f5HbPiPsDUQA3,13%
- 30 июл.Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee 🏥 Beeksisa Hojii Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ogeessota hojii armaan gadi irratti ramaduuf dorgommii hojii banaa beeksiseera. Namoonni ulaagaalee barbaachisoo guutan galmee isaanii dhiyeessuun dorgommicha irratti hirmaachuu danda'u. Gosoota Ogummaa 44 irratti barbaada Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Finfinnee 🏥 Bifa 2'n qacaruu barbaada #contrat fi #permenant dhaan miindeessuu barbaadu📊 Galmaa'aa share share waliif godhaa 🔄📢 t.me/kanenusofficialpages 🔗2,94%
- 13 авг.Justice For Oromoo Welaga please sharex2 ✊📢 Uummata iyyee iyyisiisee Birmatnaa dhabe 😭😭😭1,79%
- 7 июл. 2025 г.без подписи1,65%
- 3 авг.#Update Qormaanni Madaallii Gahumsaa (Competency Assessment) eebbifamtoota ogummaa fayyaa Hagayya 13–15/2018 ni kennama. Eebbifamtoonni ogummaa fayyaa maqaan isaanii Faaydaa (Fayda ID) waliin walqabsiifamee qormaataaf eeggachaa jiran, Adooleessa 27–30/2018 qofa keessatti marsariitii https://hple.moh.gov.et/ seenuun Fayda ID fi Password isaanii galchuun bakka qormaataa isaanii akka filatan Ministeerri Fayyaa hubachiiseera. Bakkaaleen qormaataa hundi damee ogummaa tokkoon tokkoon keessatti baay'ina qoratamtoota simachuu danda'an irratti daangaa waan qabaniif, bakka qormaataa keessan saffisaan filachuun carraa argachuuf akka isin gargaaru ibsameera. Yeroo galmee rakkoon kamiyyuu yoo isin mudate, bilbila bilisaa 952 irratti bilbiluun, sana booda lakkoofsa 3 cuqaasuun deeggarsa kallattiidhaan argachuu ni dandeessu.1,60%
- 30 июл.Beeksisa Dabalataa 📢 #Biiroon_Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee #Gita_hojii_banaa garaagaraa 30+ ta'an irratti nama 700+ ol barbaada. Emergency Medicine Specialist 4 Pediatric Nurse (Emergency Services) 10 OR Nurse 42 Internist 5 General Surgeon 3 Pediatrician 5 Neonatologist 3 Obstetrician & Gynecologist (OB/GYN) 6 Cardiologist 6 Oncologist 2 Neurologist 1 Neurosurgeon 1 Orthopedic Surgeon 3 ENT / Head & Neck Surgeon 2 Dermatologist 2 Ophthalmologist 2 Pediatric Nurse (Inpatient Services) 20 NICU Nurse 24 Pediatric Critical Care Nurse (PICU) 22 Professional Nurse (Cath Lab) 4 Specialized Nurse (Dialysis) 4 Oncology Nurse 2 Intensivist 2 Anesthesiologist 4 ICU Nurse 10 Perfusionist (Cath Lab) 3 Pathologist 6 Microbiologist 3 Assistant Cyto & Histotechnologist / Immunohistochemistry Technologist 4 Radiologist 9 Radiologic Technologist 15 Biomedical Engineer 4 Quality Officer 6 Biostat 1 #KOONTIRAATAN Receptionist – 6 Call Center Agent – 6 Registration Clerk – 8 General Practitioner (GP) – 44 Midwife – 22 Clinical Nurse – 35 Runners – 37 Laboratory Technologist – 27 Laboratory Technician (Phlebotomist) – 20 Specialized Nurse (OPD–Specialty) – 5 Physiotherapist – 4 Dietitian/Nutritionist – 2 Emergency & Critical Care Nurse – 39 Surgical Nurse – 41 Psychiatry Nurse – 3 Anesthetist – 26 Liaison Officer – 6 Ambulance Driver – 4 EMT Professionals – 6 Medical Social Worker – 5 Autopsy Technician – 2 Radiology Scheduler/Receptionist – 3 Pharmacist – 25 Clinical Pharmacist – 10 Infection Prevention Nurse & Infection Surveillance – 3 Environmental Health Officer – 2 Electrical Engineer – 2 Electrical Technician – 2 Plumbers & HVAC Technologist – 2 Plumbers & HVAC Technician – 2 General Maintenance (Handyman) – 3 Recruitment & Credentialing Officer – 2 Payroll & Benefits Officer – 2 HR Officer – 2 Accountant – 5 Inpatient (IPD) Billing Clerk – 6 Outpatient (OPD) Cashier – 8 Insurance & Claims Officer – 5 Procurement/Accounts Payable Officer – 2 Guyyaa galmeen itti xumuramu Adoolessa 22,2018 hanga Adoolessa 25,2018 sa'aatii 11:30 xumurama. ⏰ 👉Namoonni ulaagaalee hojii kanaaf barbaachisan guutan galmee isaanii dhiyeessuun dorgommii irratti hirmaachuu danda'u. ✅ 👉Galmeen hojii karaa sirna elektirooniksii (online) tiin guutamuu qaba. 💻 👉Beeksisni hojii kun guyyaa 22/11/2018 irraa eegalee hojii irra oola. 🗓️ 👉Yeroo galmee: Sa'aatii 2:30 irraa hanga 11:30tti (akka beeksisa irratti barreeffametti). ⏳ 👉Odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa linkii ykn QR Code irratti argamu fayyadamuun ni danda'amata. 🔗 Hubachiisa:Ragaan barnootaa fi muuxannoo hojii sirrii ta'e dhiyaachuu qaba.Namni ulaagaalee guutuu hin dandeenye dorgommii keessatti hin danda'u 🚫 Namootni #permanent fi #conctrat galmaa'uuf barbaaddan kan biiroo fayyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee irratti ykn galmaa'uuf online isin dide haala qulqullina qabuun ni galmeessina 🏥📋 Qarshii 100 qofaan 💰 Kanaaf 👉 link t.me/kanenuspage2023 irratti na qunnamaa ykn lakkoofsa qunnamtii 0923582653 📞✨ T.me/kanenusofficialpages1,44%
- 17 дек.без подписи1,26%
- 14 нояб.без подписи1,16%
- 11 мар. 2025 г.без подписи1,07%
- 5 янв.без подписи1,03%