tgindex
LAMI TECH1 ♻️

LAMI TECH1 ♻️

Статистика
@lamitech1английский

◇This is One of the best channel in Ethiopia join now to get technology tips and trick for free

Последний пост
1 дек.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
23
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
341
0 за 3 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
203
23 постов
Вовлечённость
59,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 23
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • $Ton sadarkaa kanatti gad bu'a jedhee eenyuutu yaadee beeka? Crypto Predict gochuun baayyee ulfaataadha!...yeroon kun Coin kamuu bituuf yeroo gaarii ta'uu danda'a, garuu ammas Persentiin namoota Sell godhaa jiranii guyyaa guyyaan dabalaa waan jiruuf...dafeema pump ta'uuf illee baayyee rakkisaadha! Mootiin Crypto kan ta'e bitcoin illee Volume isaa gara million 404 tti gad bu'ee jira,😒 kun immoo sa'atii kana namni crypto trade gochuuf sodaa akkamii keessa akka jiru argisiisa! Hanga January haaluma kanaan waan itti fufu fakkaata!😳

  • 🔥 Yoo xiqqaate tokko tokkoon keessan app kana irraa birrii 3500 ol hojjechuu qabdu 🎉 Namoonni baayyeen birrii guddaa irraa hojjechaa jiru 🙏 please Akka isin hin dabarre Warri hin eegalle link gadiitiin eegalaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://join.honeygain.com/LEMIAA7487

  • ➡️Application Buzzer jedhamu kana irraa nama afeeruu qofaan maallaqa baafachuu dandeessu. 🔗Nama 1 yoo afeertan 0.15$ isiniif kenna. 🟢Yeroo Application kana buufattanii erga sign-up gootanii booda Applicationicha keessa daqiiqaa 5f yoo turtan $2 tola isiniif kenna. ✨Payment 💯 isaa kan mirkanaa'edha. Karaan itti withdraw godhatan crypto dha. ℹ️Application kana buufachuuf [ DOWNLOAD ] ✏️Referral code [ C786DF ] 💡 Referral code koo kana yoo itti galchitanii galmooftan bonus isiniif kenna.

  • Of Eeggadhaa Please 🙏 Wantoota akka kanaa comment jalatti ergaman irraa of eegaa Account keessan hack gochuuf ergamu hin baniinaa Please of eeggannoo godhaa

  • Kutaa 2ffaa Network Mee Network Generation (1G → 5G) hunda karaa salphaa fi gabaabaan waliin haa ilaallu 📡 1G – First Generation (1980s) Tekinolojiin: Analog (tartiiba durii) Faayidaa: Sagalee (voice call) qofaan hojjata. Fayyaa: Qulqullina sagalee gadi…

  • Kutaa 2ffaa Network Mee Network Generation (1G → 5G) hunda karaa salphaa fi gabaabaan waliin haa ilaallu 📡 1G – First Generation (1980s) Tekinolojiin: Analog (tartiiba durii) Faayidaa: Sagalee (voice call) qofaan hojjata. Fayyaa: Qulqullina sagalee gadi-aanaa, saffisa interneetii hin qabu 📡 2G – Second Generation (1990s) Tekinolojiin: Digital Faayidaa: Voice call qulqullinaa gaarii SMS erguu Interneetii salphaa (GPRS/EDGE) Saffisa interneetii: 40–250 Kbps (lagi xiqqaa) 📡 3G – Third Generation (2004–2010) Faayidaa: Interneetii saffisaa → YouTube qulqullinaan ilaaluu dandeessisa Video call ni hojjeta App sirriitti hojjeta Saffisa: 2–20 Mbps 📡 4G – Fourth Generation (2013–amma) Tekinolojiin: LTE / LTE-A Faayidaa: Interneetii baay’ee saffisaa (Streaming 1080p salphaa) Game online sirnaan hojjeta App hunda saffisaan bana Download/Upload saffisaa Saffisa: 20–100 Mbps (ol ka’a)

  • 🔥 Network jechuun maal jechuudha? ✔️ Network jechuun walitti hidhamiinsa meeshaalee lamaan ol ta’ee odeeffannoo waljijjiiru danda’an. ✔️ Fakkeenya: bilbila, computer, Wi-Fi router, server… hundi networkiin wal qunnaman. Afaan salphaatti: ➡️ Network = karaa odeeffannoo itti dabarsu fi wal qunnamtii itti godhannu. 🔥 Faayidaan Network maali? Networkiin hojii hedduu nuuf tajaajila, isaan keessaa: ✔️ 1. Odeeffannoo waljijjiiruu Fakkeenya: email, message, file erguu. ✔️ 2. Interneetii fayyadamu Network malee internet hin fayyadamnu. ✔️ 3. Bilbila tokkicha alaatti wal biluu GSM / 3G / 4G / 5G networkiin bilbila irratti hojjetti. ✔️ 4. Hojii waliinii (collaboration) Manneen hojii, bankii, hospitaala, mana barnootaa — hundi networkiin hojjetu. ✔️ 5. Tajaajila tajaajilaa (services) Fakkeenya: mobile banking, social media, cloud storage, Zoom, Telegram… hundi network isaan barbaachisa 🔗 Yeroo itti aanu Gosoota network 1G haga 5G waliin ilaalla

  • ➡️Application Buzzer jedhamu kana irraa nama afeeruu qofaan maallaqa baafachuu dandeessu. 🔗Nama 1 yoo afeertan 0.15$ isiniif kenna. 🟢Yeroo Application kana buufattanii erga sign-up gootanii booda Applicationicha keessa daqiiqaa 5f yoo turtan $2 tola isiniif kenna. ✨Payment 💯 isaa kan mirkanaa'edha. Karaan itti withdraw godhatan crypto dha. ℹ️Application kana buufachuuf [ DOWNLOAD ] ✏️Referral code [ C786DF ] 💡 Referral code koo kana yoo itti galchitanii galmooftan bonus isiniif kenna.

  • Bilbiloota One ui 8 update argatan 📱Galaxy A Series Galaxy A05 / A05s Galaxy A14 / A14 5G Galaxy A13 / A12 / A11 / A10 Galaxy A22 / A23 Galaxy A32 / A52 / A72 All A-series from 2021 or earlier ⚙️ Galaxy M Series Galaxy M14 (4G & 5G) Galaxy M13 / M12 / M11 Galaxy M22 / M32 / M33 All M-series launched with Android 13 or earlier 🔧 Galaxy F Series Galaxy F14 Galaxy F13 / F12 Older F-series models (Android 13 or earlier) 💎 Galaxy S Series Galaxy S21 / S21+ / S21 Ultra Galaxy S20 / S20+ / S20 Ultra / S20 FE Galaxy S10 / S9 / older models 🔁 Galaxy Foldables Galaxy Z Fold 3 / Z Flip 3 Galaxy Z Fold 2 / Z Flip / Fold (1st gen) https://t.me/lamitech1

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Samsung one ui8 Update list

  • Dhageessanii?🙊 Ethio Telecom Galii Maammilootasaarraa Bara Kana Qofa Sassaabe Qarshii Biliyoona 162 Tahu Walitti Qabuu beeksisan Sababa kanaaf Tajaajila Bilisaa Kan Bilbilaafii Intarneetiif Oolu Kan Borurraa Hamma Guyyaa Sadiif Itti Fayyadaman bor irraa kaasuun kennu!😳 Garuu biyya akkamii keessa jirra? Mee isin waggaa kana Internet qofaaf qarshii hagamii fixxani? Kana beektuu? Biyya hindii keessatti Bilbillikee 5G yoo support godhe Local Voice free fayyadamta😢 Kan biyya keenyaa kun adduma😢 Waan jedhu hin qabu Jabaadhaa inuma jabaanna😁

  • #Mataa dureen ala #Breaking #Kutaa_8ffaa #BBO Bu'aan qormaata naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2017 ifoomeera. Barattoonni bu'aa qormaata keessanii ilaaluuf link armaan gadii tuquun website irraa ilaalaa; https://oromia.ministry.et/#/result Akkasumas gama Telegram bot dhaan ilaaluuf Bot armaan gadii fayyadamaa! @MinistryResultQMTBOT Baraatonni fi Maatiin barattoota carraa Gaarii isiniif hawwinaa admin oro arsenal irraa

  • ✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.🔐 Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:- 🖌 Pin code 🖌 Fingerprint 🖌 face authentication 🖌 Authentication App .... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira. Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha Oddeffannoo Dabalataaf @Lamitech1

LAMI TECH1 ♻️ — tgindex