Meelbaa abdoo
описание
Bilisummaadhaf falmuu hanga dhiigaan ibsutti falma hin lakkisu
100
подписчиков
Охват к подписчикам
98,0%
ERR
Реакции к просмотрам
0,00%
0 на 21 постов
Пересылки к просмотрам
0,00%
0
Постов в день
0,0
всего 21
Где отзываются чаще
доля реакций к просмотрам- 31 дек.без подписи0,00%
- 31 дек.#Miidhagina-Dachee Dacheen hundinuu miidhagina mataa ishee qabdi. miidhagina fi haalota garaa garaa kenneefii uume rabbiin.qilleensa garaa garaatin faayet qilleensa qorraafi hoo'aadhaan tulluufi gaarreenifi laggeeniin faayet miidhagsee bareeche uumee ilmaan aadamif gumaache rabbiin.oromiyaan dachee miidhagduufi badhaatudha.irrati hojjannaan hojii kee bareechitee mul'isti.gaarri na duubaan mul'atu kun kan inni argamu taanzaaniyaa osoo hin taane asuma oromiyaa baale sawweenati argama.gaara qaawaa jedhama.gaarri qaawaa maaliin beekkama mee warri beektan nuuf himaa .??0,00%
- 29 дек.Bara jireenya kee keessatti wanta beektu hunda dubbachuun sirraa hin eeggamu ta'a. Garuu, wanti baruun sirraa eeggamu jiruu kee xiyyeeffannoon jiraachudha. Lafa kana irratti nama ta'uudha malee nama fakkaachuun ni salphata akkuma jedhamu, atis garaa guutun nama ofitti amanuu fi of ta'u ta'i. Nasisa Adamo yaadaan suraadhan Awrooppaa nageesse🙏🙏cabbiin biyya ormaa haalaan qorraata yoon jedhe dhugaaniin sobe soba guddaa🤣🤣0,00%
- 29 дек.без подписи0,00%
- 26 дек.#J+M Luqmaan Al-hakiim ilma isaatiin Duniyaan tun bahara tuujii gad fagoo namni hedduun keessatti nyaatameedha. Safiinaan ( dooniin) ati ittiin irra ceetu sodaa rabbii haa ta'uu.» jechuun dhaameef0,00%
- 26 дек.без подписи0,00%
- 20 дек.#Jireenyi addunyaa akkuma teessuma lafa isheeti. Bu'aa bahii, sulula diriiraa deemsi isaa nama jalaa hin dhumne, tulluuwwan bahuun isaanii afuura nama kutan, holqaawwan hin guutamne, bosonawwaan rukkatoo lilmoon keessa hin hulluqne fa'aadha. Kanarra darbee akkuma teessuma lafa ishee baldhoodhas. Kana qofaa miti, dirree miidhaagaa keessa taa'anii hin quufamne, uumama ajaa'ibsiisoo ilaalamanii dharraa hin ba'amneefi wantoota ilaaluf illee nama sururan qabdi,dhuguma adunyaan guddoodha bal'oodhasi galaana guddaa kana obsaafi gamnummaan daakanii keessa qaxxaamuru......salphatti fiixa hin bahamu.🙏🙏🙏0,00%
- 5 нояб.shee Nasir Abdurramaan 💥 Join Share godhaa 👇 @michuu_tube YouTube keenya subscribe Godhaa 👇 https://youtube.com/@michuu.oromoo.tube1?si=KURLvyLYKPcT2lox0,00%
- 5 нояб.без подписи0,00%
- 11 авг. 2025 г.без подписи0,00%
- 10 авг. 2025 г.https://t.me/sheksulxanmuhammed/210,00%
- 3 авг. 2025 г.без подписи0,00%