Mo'aa Tv
СтатистикаየDr. Gamachis Desta ተከተታይ ትምህሪቶችና ስብከቶችን Linkun Join በማድረግ ይከተቴሉ Mo'aa tv for spritual and leadership educations
- Последний пост
- 7 дек.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtu.be/Zr9MuoH94aM?si=MITprjcwPuaW8vxS
🌻 Baga Geessan ✉️ #Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga! 🎉 Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa! 💐 #Ayyaana_Gaarii! @moaatvlead 🌻
🔔Ergaa guyyaa sanbataa 🔔 “Mootummaan kee mootummaa baraaf bara hundumaa ti, mo'uun kee dhalootaa hamma dhaloota hundumaatti; [Waaqayyo dubbii isaa hundumaatti amanamaa dha, hojii isaa hundumaattis gaarummaa in argisiisa.]” — Far. 145:13 ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 @moaatvlead ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Qophii addaa waxabajjii 1 irraa hin hafamu😍 Mata dureen qophichaa #Mallattoo_Macaafichaa 😍 📍Teessoon keenya Magaalaa Naqamtee ganda 03 Waldaa Mekaana Yesuus Calalaqii ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇 @moaatvlead ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Faarfannaa haaraa [8:00] "HIRPHA BAHIRU FAARFANNAA KOO ETHIOPIAN AFAAN OROMO PROTESTANT SONG May 24, 2025" Hirpha Bahiru Official ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇 @moaatvlead ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
“Inni as hin jiru, akkuma jedhe ka'eera!” — Mat. 28:6 Baga ayyaana yadannoo du'aa ka'u gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe. ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇 @moaatvlead ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#Yerichi_jala_ga'era! Ani ba'aa kee baachuuf, Hidhaa kee hiikuuf, Xaxaa kee furuuf, Dhimma kee xumuruuf, Hojii kee hojjechuuf, Kakuu kee raawwachuuf, Ka'eera dammaqi hin rafin! Mat 26:41 Mar:14:37_42 :-)akkas sinjedhee Iyesuus har'a Siin reebama Siin dhiitama Siin kabalama Siin tuffatama Siin rakkadha Fannoo keen baadha Siin salphaadha Siin dhiphadha Siin gidirfama Siin fannifama Siin du'aa Siin awwalama Siin ka'a Siin jiraadha Sin gammachisa Ati nan gatin, Nan dagatin,na hin ganin malee yaa dhalako siin jedha YESUUS! By 👉 @danibabisha ✝𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄👇 Join for more👇 @moaatvlead ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Seenaa mucaa kanaa👇 https://youtu.be/piGMbr_6q5I?si=7kssyLGr15opMcyX
"Eebba Ganamaa - Luba Qannoo Galaan Waliin-479" https://youtu.be/GAjJUmm_TBE?si=joMXFAVWdr6s-lE0
Barri dhumaa dhiyaateera🙏 Halkan harraa wanti suuraan isaa mullatu, kan balali’uufi Harcaatii Hawaarraa bu’e kan fakkaatu kun Samii Itoophiyaa irratti mullateera. Yeroo ammaa kanas sagalee guddaa dhageessisuun Keeniyaa Moyyaalee qubachuu isaa ragaaleen ni mullisu. Taateen kun Samii Oromiyaa dabalatee naannolee garaa garaatti mudateera. Yaa gooftaa Yesuus araara kee nuuf buusi🙏 ✝️ 🙏Qalbii haa jijjiirrannu🙏
Eebba Yisaakor Luba/Dr. Gemechis Destaa tiin Join for more👇 @moaatvlead
Lallaba Akkamin gara guutummaa dandeettiitti guddanna❓ Join for more👇 @moaatvlead
2017 እንዴት ተዘጋጅተን ምርታማ እንሁን?| ዶ/ር ገመቺስ ደስታ | |Ethiopia| |Dr Gemechis| Join for more👇 @moaatvlead
2017 እንዴት ተዘጋጅተን ምርታማ እንሁን?| ዶ/ር ገመቺስ ደስታ | |Ethiopia| |Dr Gemechis| Join for more👇 @moaatvlead
Eebba ganamaa https://youtu.be/R-Z6gjfLN_w?si=iybQqjcm6NP2UVQa