tgindex
Bekumsaa fi mammaksa❤️

Bekumsaa fi mammaksa❤️

Статистика

Yaada yoo qabaattan keessaan nu dubbiisa👉

Последний пост
25 июн.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Криптовалюты (по похожим)
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
916
+4 за 1 дн.
Сутки
+4
+0,44%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 714
20 постов
Вовлечённость
187,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://static.vshowapi.com/inviteNew/share?c=poppo&link_id=11091263&user_id=81207508&temp_type=1&sys_temp_id=3 Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:81207508

  • https://vp.poppolive.com/CdheSQ Download the app to meet more interesting friends from all over the world! My ID:81207508

  • Osoo inni deemuu bofti isa hidde. Boficha qabeetuma mana yaalaa dhaqeen. Sababni dhukkubbii isatti jirtu hoggaa laalu gaafii ogeessonni gaafatan bofuma san laalanii akka isa yaalaniif. Bofaatu si ciniinee? Eessa si ciniine? Bofti ka akkami? Bifti isaahoo?, haalaan fiigaa? Akkamitti si ciniine? Gaafii jettu hundaaf akka deebisaa takkittii tahuuf boficha qabee geesse. Garuu waan si ajaa'ibu namoota mana yaalaa san jiran hunda keessaa isa qofaatu boficha qabatee mana yaalaa san keessatti hafe. Tiyyaan na baasii😯🤣. Amagaa Kiiwuu jeechun😁😁🫢 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Yoo fuudhuu barbaadde wantoota ati gochuu qabdu...👇🏽 1.Fuudhuuf jettee nama fuudhee gadi lakkiseen hin mari'atin 2. Fuudhuuf qarshii hammam na barbaada jettee nama hin gaafatin. 3. Akka gabbara kaffaluun jiru hin yaadatin of irraanfachiisuu yaali.😑 4. Ergan fuudhee booda, maalan nyaachisa jettee hin dhiphatin, waanuma ati nyaattu nyaatti malee wanti addaa hin jiru. 5. Utuu hin fuudhin waa'ee daayippeerii mucaa bituu hin yaadda'in yoo cime baalaan martee baattaa😁 6. Namoota utuu hin fuudhiin Umuriin isaanii 30 ol ta'e irraa fagaadhu😃 https://t.me/bekumsamammaksa

  • [Ergaa dhaqxeef dagatte.] -Haadha manaaf Abbaa manaa tokkotu ture. Haati manaa tun abbaan manaa ishee akka waliin rafu gaafachuu barbaadde; garuu, ni saalfatte. Fedhii ishee kana gara daa'ima isaanitiin beeksifachuu barbaadde. Kanaaf daa'ima yaamtee "Har'a abbaan kee yoo gale, edana haadhatoo ni tuqxaa?" Jedhiin jetteen. Mucaan xiqqaan kunis abbaan isaa yoo galu "Abbaayee edana haadha too nituqxaa?" Jedheen. Abbaanis "Maal gurbaa ati saalfii gattee? adaba godhadhu!" Jedhee mucaan lole. Haati manaa kunis yemmuu inni mucaan lolu san daftee "Yoo dhiiste dhiisi malee, daa'imaan hin loliin!" Jetteen. Abbaan manaatis dubbiin galteefii jennaan osoo balbala hin cufatin, achumatti haadha manaa waliin wal gangalchuu eegalan. Haaluma kanaan osoo jiranii, Niitiin ollaa isaanii jiraattu takka meeshaa isaanirraa ergifachuuf manatti itti ol lixxe. Yemmuu gara manaa seentu warra hojii cimaa gubbaa jiru argiti. Daftee "Jabanaa naaf ergisaa!" Jechuu barbaaddee garuu, "Qunxuoo naaf ergisaa!" Jette. Namichis dafee "Qunxuoo takka qabna; lama hin qabnu takkittii qabnu ittiin hojjataa jirra" Jedheen. Baacoodha waan ta'eef safuu cabsuu kootiif na oofkalchaa! https://t.me/bekumsamammaksa

  • Oromiyaa jechuun  Biyya dhadhaa irraa ejjattee yoo mucuccaattee kufte dammaa irratti kuftuudha❤️👍🥰 https://t.me/bekumsamammaksa

  • 😅𝕁𝔸𝔸ℝ𝕊𝔸𝔸 𝔽𝕀 𝕁𝔸𝔸ℝ𝕋𝕀𝕀😅🤣 𝙹𝚊𝚊𝚛𝚜𝚊 :  𝑺𝒊𝒊𝒇𝒂𝒏 𝒄𝒂𝒍𝒍𝒆𝒆𝒔𝒔𝒆𝒆 𝒏𝒂𝒒𝒂                   𝒔𝒊𝒊𝒇𝒂𝒏 𝒄𝒂𝒄𝒄𝒂𝒃𝒔𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒒𝒂                   𝒎𝒆𝒆 𝒎𝒂𝒂𝒍𝒖𝒎𝒂 𝒅𝒉𝒂𝒃𝒅𝒆                   𝒏𝒂𝒎𝒂 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒕𝒆 𝒍𝒊𝒒𝒂𝒂 𝙹𝚊𝚊𝚛𝚝𝚒𝚒 : 𝑮𝒂𝒂𝒇𝒖𝒏𝒂 𝒏𝒂 𝒇𝒖𝒖𝒕𝒆                    𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖𝒏 𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒃𝒆𝒆                    𝒂𝒃𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒂 𝒎𝒐𝒐                    𝒌𝒂𝒏 𝒔𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒂 𝒒𝒂𝒃𝒆 𝙹𝚊𝚊𝚛𝚜𝚊 :  𝑫𝒖𝒓𝒂 𝒔𝒊𝒕𝒖 𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆                   𝒂𝒏𝒊 𝒔𝒊 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂                   𝒂𝒎𝒎𝒂 𝒎𝒂𝒂𝒍 𝒓𝒂𝒌𝒌𝒂𝒕𝒕𝒆                   𝒎𝒐𝒐 𝒎𝒂𝒕𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒊 𝒃𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂 𝙹𝚊𝚊𝚛𝚝𝚒𝚒 : 𝑵𝒂 𝒋𝒊𝒃𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒇𝒕𝒆 𝒋𝒊𝒓𝒖𝒖𝒏                    𝒕𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒉𝒊𝒏 𝒌𝒂𝒇𝒇𝒂𝒍𝒖 𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂𝒂                    𝒔𝒊 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒏𝒊𝒔 𝒉𝒊𝒏 𝒋𝒊𝒓𝒂𝒂𝒅𝒉𝒖                    𝒂𝒃𝒂𝒂𝒓𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒋𝒂𝒂𝒓𝒔𝒂𝒂 𝙹𝚊𝚊𝚛𝚜𝚊 :  𝒂𝒏𝒂𝒕𝒖 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒆𝒕𝒆𝒆 𝒇𝒊𝒅𝒆𝒆                   𝒎𝒂𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒌𝒖𝒖𝒔𝒂𝒂                   𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊 𝒐𝒍 𝒏𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒉𝒂𝒂𝒔𝒂'ain 𝒅𝒉𝒂'𝒆𝒆𝒏 𝒍𝒂𝒇𝒂 𝒔𝒊 𝒃𝒖𝒖𝒔𝒂𝒂 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Durbi durii harka tokkoon aannan Raafti. Durbi Ammaa harka lamaan Text caafti😒 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Dhirri Ethiopia dubartii fuudhee gara biyyootaa Arabaa Export gochuu malee....... Fudhee surprise gochuu hin beeku naan jedhe namni wayii😂😂😂😂 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Happy new year😮‍💨🥳🥳 2025 💥 🎄

  • Qarshii osoo hin qabaatin shamarree barbaaduu jechuun akka kaardii osoo hin guutin data on gochuuti🥱😅 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Barsiisaan Fiiziksii Mana barumsaati si Ari'ee...Ergasii ati Poolisi taatee yeroo inni waa balleesse si bira dhufu. Ulfaatini Harka kootii Kg 10 yoo ta'e daqiiqa meeqatti kabballa 7 si kabaluu danda'a😁 https://t.me/bekumsamammaksa

  • 💥Dur dur bara gaarii sana hantuuta meeqatu manakoo keessa fiigaa ture. Amma gaafa jireenyi qaala'u hundi isaanii mana namicha isa sooressa ollaakootti galanii jireenya fooyya'aa jiraachaa jiru. 💥Namakoo! Gaafa ati waa harkaa dhabdu nama dhiisii hantuunniyyuu sitti jijjiiramti 😂 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Addunyaa jechi jedhu kunuu hiikni isaa kana natti fakkaatti👇 Addunyaa ➲Adduma nyaanna                     ➲Addaan yaana                     ➲Adda duuna                     ➲Adda fuuna ❶Adda nyaanna jechuun walitti nuuf kennanis adduma afaan kaawwanna. ❷Addaan yaana jechuun immoo waliin turrus gargar ba'uun hin oolu jechuudha. ❸Adda duuna jechuun jireenya keessatti waliin turrus wal dhiifnee duuna jechuudha. ❹Adda fuuna jechuunis gaafa cidhaa dhuftanis gaafa jireenyaa adduma bulchina jechuudha.😁 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Ani baay'ee beekumsaan koon hin boonu malee, Torbaan keessa guyyaa kamisaa tokko qofatu jira Wisdom!!😌 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Nama dhugaan si Jaalatuuf onneen qoftiin itti xiqqaatti . . .loading........ . .Maallaqaas kaniif😋     https://t.me/bekumsamammaksa

  • My love😘 Yoo kolfaa jirtee ta'ee kolfaa kee naaf ergii😄 Yoo boo'aa jirtaa ta'ee,imimman kee naaf ergii😢 ishee🙈;mana fincaniin jiraa maal siif erguu😁 https://t.me/bekumsamammaksa

  • ✅QOOSAA AJAA'IBAA!! 🥰 ➡️Jaalalleewwan hedduu wal jaalatantu qarqara galaanaa jiraachaa turan. abbaan manaa ishee kun galagala galgala ala turuu amaleeffateera! bakka turu turee, gafa manatti galuuf jedhee balbala rukutu haadha manaan isaa  akkana jettiin: ishee:" deem bakkuma ooltee dhuftetti deebi'i sa'atii kanaan an balbala siif hin banu jetteen. isa : Balbala naaf bani ykn galaana kana keessattiin of darbadha malee." Jedheen ishee sodaachisuuf. ishee:"maal na rakkiseree dhimma  keetii," jetteen! Inniis dhagaa guddaa ol fuudheetuma Galaana ykn bishaan mana isaa bira jiru kana keessati 'dip' godhe!😳 Yeroo  kana rifattee jaarsi koo na jalaa bishaanitti of-gate jetteetu, qullaa ishee sireerraa kaatee paantii qofaan alatti gadi fiigdee bishaan keessa laaluu jalqabde. Inni ammoo mana jalatti dhokatee waan jiruuf manatti ol lixee balbala manaa dabaree isaa isheetti cufe! Isheeniis  qoosaa kee sirratti beekeera amma balbala na jalaa bani jetteen. Inniis hin banu jennaaniin "nan iyya malee bani" jetten isheeniis! innis akkas jedheen "Maal na rakkiseree inumaayyuu iyyi, yoo iyyite malee si jalaa hin banu jedheen inniis"! Maaliif? yeroo isheen jettuun inniis yoo maal jedhe wayya!😁 Halkan kanaan qullaa paantii qofaan eessaa akka dhufte ollaan naaf haa barukaa! Hin jedhu seetanii!😁 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Nama tooko yoo si sobe Maalif akka si sobe Hin gaafatin sababni isaas Maalif akka si sobe Dhoksuuf soba Biraa si soba Waan ta'eef 🫵🙏 https://t.me/bekumsamammaksa

  • Ana Hi lubbu akkam ati❤️ Ishee : Ng Ana: Baayyeen si yaade maaliif akkas badde?😘 Ishee: Jiraam Ana: Halkaniif guyyaa ani waa'ee keen yaada ijakoo dura deemta.😧 Ishee: Tole Ana: Akkam haalli qilleensa biyya Ethiopia as Ameerikaadha hin qorra?🤌 Ishee: OMG Reefuun si baraam bilbilli kee immoo na dide kan koo qabadhumee Wud Ana : Qabami si ha qabu jedheen block itti cabse😁 https://t.me/bekumsamammaksa

Bekumsaa fi mammaksa❤️ — tgindex