tgindex
♥️💌Xalaaya jaalala isanirraa isiniif♥️

♥️💌Xalaaya jaalala isanirraa isiniif♥️

Статистика

Channelin kun kan xalayaan jalala Akkasumas dhugaan aja'iibsiiso Adduunyaa kanaa itti dhiyaatudha 👉Yaada kessan nu erguu yoo barbaddan akkasumas cross gootani namonni nu waliin hojjachuu barbaaddan @xalayajalala_bot fayyadama @xalayajalalagroup

Последний пост
21 нояб.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
4 684
−2 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
11,2 тыс
21 постов
Вовлечённость
239,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 21 нояб.3 747382

    hojii online kaffaltii tokko malee hojjechuu barbaadda? Ammuma start gochuun jalqaba, dhugaadha ni kafala Start gochuun jalqaba, haala hojiisa Vidiyoo isinifan hojjadha ammasitti start gochaa naa eega! Linkin isaa 👇👇https://t.me/DailyCashsbot/win?startapp=17637430672104

  • tiktok.com/@jechootajalalaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Seenaa #Garaa #nama #raasu. (barreeffama gabaabaadha) Gurba tokkotu haadhi isaa jala dhukkubnan gara hospitaalatti geesse; yeroo achi ga'u qarshiin isa ga'u hin dandeenye ture, furmaata biraa waan dhabeef gara Hiriyyaa isaatti bilbilee akka qarshii 3000( Kuma sadi) fiduuf itti himate. Hiriyyaan isaa kunis qarshi ittin jedhame kana barbaacha jalqabe; garuu dubbiin hin eegamne giddu kanatti mudate innis bilbilli hiriyyaa isaa kan qarshii isaaf barbaada jiru daqiqaa 30 eegee gaafa bilbilu cufaadha, ammas abdi hin murre sa'ati tokkof walakka eegee ammas cufaadha. kana gidduutti hiriyyaan isaa bilbilli cufaa ture kun fiigichan dhufe. Gurbaan haadhi isaa Hospitaala jiran kunis aariidhan hudhee qabachuf akkas jedheen: Maal ati hiriyummaan kee kanaa? Akka haadhi koo duutu barbaadde? Hiriyyaa fakkeessa maalif taata? Waan garaa isaa keessa jiru erga fixate taa'e mucaan bilbila cufate kunis akkas jedheen. Hiriyyaa koo dhukkubni kee dhukkuba kooti, haadhi kee haadha kooti, lafa rakkinaatti lafa gaddaatti walin jiraachudhan hiriyyaan hiriyyaa taati garuu.... Qarshii ati naan jette kana dafee argachu hin dandeenye, namoota gaafadhus namooti nuti kanaan dura walin nyaanne dhugaa turre na didan an garuu... Fala biraa dhabeen bilbila koo gurguree qarshii kana fidee dhufe kanaaf bilbilli koo cufaa ture jedhen. Gurbaan sila dheekkama ture kun jilba irratti kufee dhifama gaafate. ............ Adaraa Yoo rakkoon hagam isinitti jabaattes dubbachuf hin arifatinaa. booda gaabbin waan hin oolleef. @xalayajalala @xalayajalala

  • ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ Nan gaabbe malee hin gaddu, sababiin isaa ani nama na tuffatuufi nama na jibbun dhabe, Ati garuu nama si kabajuufi nama si jaalatu dhabde. Dhugaa isaa garuu gaafa hiikni jaalalaa siif gale hubatta. ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • 29 сент. 2024 г.13,7 тыс7072

    Anis nan boqodha! Akkam jirta jedhee Nagaa sigaafachuuf Anoo akkan qabuu Hojiin koo siyaaduu Si arguuf araaduu qofa akka ta'e hunduu quba qabu Ati garuu beektaa Rakkoo kee isa kalee Hubatteettaa laata Sijaallee maraachuuf Qarqara gahuukoo Mee maaloo maal jettaa Guyyuma jalqabaa Gaafan si arge san Keessi koo dhibamee Midhaan bishaan miti Haasaa namaattiyyuu Qaatan nagaa dhaame Yeroon karaa deemu Namnin ani argu Hunduu si fakkaata Yeroon gara manaa galus Girgiddaa mana koo Bifuma kee baata Yoon achi ilaalu Yoon asis ilaalu Suuruma keen arkaa Yoon hirriba rafus Na dursitee kortee Hirriba na dhorkaa Boqonnaa dhoowwitee Lapheekoo rarraastee Maal argattaa egaa Maali yoo garaa laaffatte Miidhamuun koo kunii Maal bu'aa sii qabaa Maalii yoo na dhiifte Sinjaaladhuu anii Sin barbaadu jettee Yoo garaa na kutte Maaf natti taphatta Maaf na maraachita Kun cubbuu guddaadhaa Dawaa dhukkuba koof Falasaa barbaadi Anis nan boqodhaa!

  • 17 июл. 2024 г.17,8 тыс479

    видео или голосовое, без подписи

  • 10 июл. 2024 г.17 тыс558

    erga nagaa Wal gaafanne booda waliin haasa'aa Imala Keenya  gara mana barumsaatti itti fufne...... Haala barumsaa...haala maati.... Waan bayyee waliin haasa'aa mana baruumsaa Keenyaa genyee...  Anaf Urjiin Isa durii caalaa bayyee walitti dhiyaachuu eegalle... Mana barnoota guyyaa hundumaa iddoo tokkotti Wal eegne wajjin deemu jalqabne..  waan yaadde Fi icitii ishee hundaa akka obbolessa ishetti na mariisfti...anis akkasuma wantoota na mudatan gammachus ta'ee gadda isheenin mari'adha... Urjii nama hundumaa caalaa kessako seenu eegalte... Yeroon Urjii arguu Hunda  miirri Addaa natti dhaga'amuu eegale...guyya guyyan Yoon ishee arguudha baadhe kessiko ceeqamu eegale...sammuu kessa deddebi'uu eegalte..tarii jaalalatu irra na qabe laata? Ani hin beeku...jaalalli maalidha? Kanan dura ofikooti durbarra jaalalli na qabe waan hin beeknef wanti hundumtuu haara natti ta'ee... Haala kanan wa'een Koo Fi Urjii ji'a tokko oliif itti fufe... Akka jaalalli ishee irraa na qabe ofirrattin bare ...garuu waan Hunda urjiitti himuuf bayyeen soodadhe sababni isaa Urjiin anaan akka obbolessa isheetti na ilaalti...tarii Yoon sin jalladhe jedhee itti himee anarra fagaachu dandessi jedheen shakke.. .....har'a ganamaan barattonni hundumtuu gara mana barumsatti deema jiru...anis iddoo anaaf Urjiin itti Wal eegne waliin Mana barnoota deemnu dhaabadhe ijakoon ishee ilaala ishee eegaa jiraa.....yeroon deema jira ... Urjiin garuu ammayyuu karaa irraa mul'achaa hin jirtu...maal taate hafte laata? Jedhee kessiko ceeqamu jalqabe... Yeroon mana barumsaa darbuuf waan tureef anis ishee eegee dadhabe, utuu keessiko ceeqamu gara mana barumsatti imale... Barumsii eegale...kana nu barsiisa jiru Obbo lammii ture...Obbo lammii barsiisa herrega(mathematics) yogguu ta"aan, barsiisa heddu na jallatani Fi anis heddu isaan jalladhudha...yeroo bayyee kutaa kessatti gaffii na gaggafatu..anis na deebisa .... Har'a garuu qaamakotu kutaa kessa taa'e barata jira malee sammuunko kutaa kessa hin jiru...wa'ee Urjiin yaada ture... Obboo lammin akkan yaadan kutaa kessa hin jirre waan baraniif maqaako waamudhan wa'ee barumsa barsiisa jirani  keessa gaffii tokko na gaafatan...Anis yeroo isaan maqako waaman akka nama hirriba kessa dammaqu ta'ee...gaffii isaan na gaafatan deebisu hin dandenye.... Obbo lammiin akka rakkoo kessa jiru waan baraniif akkuma barumsa xumuranin daree kessa gara Alaatti na waamudhaan  akkas Nan jedhan "akka sammun Kee waan tokkotti dhiphachaa jiru naaf gala rakkoo  si mudate maaltu jira natti himiti Waliin taane rakko jiru furra Nan jedhan... An garuu jaalalatu na qabe jedhe itti himachuu Nan sodadhe..irra deddebi'anii na gaafatanis an garuu itti himuu Nan dide... Xumuratti irratti akkas Nan jedhan " waanti fedheyyuu Si mudatus yomiyyuu harka hin kennin, waanti kamiyyuu Si mudatus barumsakef iddoo kenni......waan bayyee na gorsan... Yeroo namni Gorsa na gorsu hedduun jalladha...Gorsa kessaa waan bayyeetu argama...Gorsa yoo hojirra oolchan faayida guddaa qaba...haala kanan guyyaa guutu utuun Ija kootin Urjii hin argin gara manaatti deebi'e gale ..dukkanis dhufe .. Kutaa itti aanu argachuf👇👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=1366095334

  • 10 июл. 2024 г.10,9 тыс2

    видео или голосовое, без подписи

  • 8 июл. 2024 г.11,9 тыс164

    ⭐️ Telegram stars Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇 https://t.me/major/start?startapp=1366095334

  • 8 июл. 2024 г.11,4 тыс165

    Haala kanan oolma guuyyaako xumuree manatti gale..... Kan nagaan na oolchite nagaan na bulchi jedhee uumaako galatefadhee gara hirribakoti sokkee.. Hirriba heddun jalladha sababni isaa yeroon rafuu rakkina, yaaddoo....Nan dagadha...sammuunko boqonnaa gaari argata...kanaafu hirriba hedduun jalladha... Yeroo bayyee hirriba Koo kessatti Abjuu Nan arga garuu tasuma an abjuutti hin amanu sababni isaa hanga har'atti abjuun argee kessaa Kan Dhugaa ta'ee tokkolle tasumaa hin argine waan na aja'ibummo Yeroo bayyee wanan abjuudha argu wantan guyyaa yaada ooletu akka diraamatti fuulako dura deddebi'a...kanaafu abjutti hin amanu...Yeroo tokko halkan abjuu tokko Abjoodhen ganama ka'ee Abbaakotti Hime abjuchis akkas ture "cidha guddaa tokko irratti utuun mucaa durbaa tokkof qubeela kennun arge" Abbankoos akka nama mufatu ta'ee ijolleen abjuu maali abjootti Ati ofii keetiyyu abjuudha jedhee natti dheekame...ergasii kaase Abjuun abjoodhu hunduma nama tokkotille Hime hin beeku...Yeroo tokko tokko garuu namonni Abjuun waan fulduratti nutti dhufuf jedhu nutti agarsiisaa kanaafu abjuun wanta dhugaadha jedhu...enyuutu abjuudhan wanta fuula Keenya duratti nu mudatu nutti agarsiisa? Uumaa mo seexana? Gaffi kooti... Halkani darbee simbirroon ganaman kaate ciu ciuu asi Fi Achin wacuu eegalte kormaan indaqoos sagalee isaa ol fudhate kukkulukku jedhee Halkanni darbee guyyaan dhufuu isaa lallabe...Yeroo tokko tokko uumaan akkamitti akka uumama Kana uume bayyee na aja'ibaa...akkamitti hindanqoo Fi simbiroonni akka dukkanni darbe ifti dhufe baranii wacanii, iyyu? Tarii nutu isaan akka namatti hin yaadan Jenna Malee isaanis sammuu qabu natti fakkata.. Anis akka Amala Koo ka'ee uffata mana baruumsaf ta'uu uufadhe, fuulako dhiqadhe...cireeko ergaan nyadhe booda barrulee Koo Hunda fudhadhe mana barumsaatti imaluuf kararra bu'ee.. Ija koon kararra Urjii barbaada fulduratti imalun eegalee... Xiqqo narra fagaatte Kan jirtu durba rifensi ishee dheera..mudhii soonsaa.. yeroo deemtu Kan nama hawwatu simboo qabetti...of fulduratti arge.. Urjii akka isheen taaten hubadhe... Maal akkan ta'aa jiru naaf hin galle akkuman of fulduratti durban argaa jiru ishee ta'uu mirkanefadhee booda miiira Addaa tokkotu natti dhaga'amuu jalqabe...dha'annan onneeko bayyee dabalee...miiran kessa jirun walale...tarii jaalalatu mucaa kana irraa na qaba jiramo? Jedheen ofiiko of gaafadhe ....akkamitti akkan deeme ishee qaqqabe hin beeku ishee birattin of arge.. Urjii jedheen waame ..gara kotti garagaltee..ijashee nama hawwatun na ilaalte sagalee ishee akka kiroole sanan wayyee firoomsa Nan jette... Isa duraa caalaa onnen Koo dha'annaa ishee dabaltee... Inni akkas onnenko dha'anna isaa dabaluuf Na dhukkubu barbaada jira mo jaalalatu akkas nama godha ? Jedhen sammuko kessa deddebise yaadu eegale. ...erga nagaa Wal gaafanne booda waliin haasa'aa Imala Keenya gara mana barumsaatti itti fufne...... Itti fufa https://t.me/major/start?startapp=1366095334

  • 8 июл. 2024 г.12,1 тыс62

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 июн. 2024 г.17 тыс4611

    .... Gidduutti barsiisan dhufee daree seene... Erga nagaa nu gaafate boodas barumsa nu barsiisu itti fufe... Amala Koo kessatti yeroo barsiisan barsiisu callise dhageffachun heddu natti tola akkasumas yoo waanti naf Hin gallee jiraate gaffii gaafachu heddun jalladha... Yeroo tokko barsiisan gaffi an gaafadhe deebisuf jecha yeroo boqonna daqiiqa muraasafa dabarsa...yeroo kana barattonni daree kooti sababan gaaffi gaafadhef natti aaru...an garuu yoo isaan natti aaranis ta'ee natti gaammadan homaa natti hin fakkaatu...jireenya koo kessatti Nama Nan kabaja namnis akka na kabaju Nan barbaada garuu namni akka ol na kaasus ta'ee akka gad na buusu hin feedhu...sababni isaas ati waan feete gooteyyu namni waan siin jedhu hin dhabu kanaafuu callisee jiraachun filannoo kooti.... Haaluma kanan yeroon Mana baruumsadha gallu ga'ee ...hundumtuu kutaa isaa kessa barruule harka isaatti qabatee akka Wal beekutti Wal qaqabate gara manatti galuuf karaa irra bu'aa jira..inni kaan asii ol, Inni kaan asii gadi, hunduu karaa Mana isaatti gessu qabate asii Fi achi kaata...anis barrulle ko qabadhe karaa irra bu'ee... Akkuman xiqqoo deemen duddubakooti sagalee Firoomsaa, Firoomsaa jedhee Al lama na waamun dhaga'ee...sagalee durba ture ...anis of dudubatti fuulako galagalchadhe.. kan na waame ijolle durbaa sadan kutaako kessa tessuma an irra taa'u dudda duuba taa'ani baratan ture... Itti fufanis nu eegi Nan jedhan...anis dhaabadhe isaan eege... leensa, meeri Fi Feenet jedhamu Sadan isaani akka isaan ijollee Maagalaa ta'an haalli uffanna isaani, haalli dubbanna akkasumas haalli deemsa isaani ni beksisa... Na bira ga'aani isheen tokko(meeri) akkas Nan jette...Beksisa guyya kalessa ba'ee hin arginemo? Nan jette... Anis deebise beeksisa Kan Maal jedhu?...isheenis deebiste namni kamiyyuu magaala kana kessa yeroo deemu qofa isaa deemu hin qabu Kan jedhu ba'eera Nan jette seeqan..anis akka isheen qoosa jirtu baren duuka seeqe..walin hasa'aa kolfaa imaluu eegalle... Amala Koo kessatti Nama kolfuu yeroon argu anis duuka kolfee taphachuun heddu na gammachiisa.... Namni yeroo rakkatu yookinis gaddu arguu caala waanti na aarsu hin jiru..utuu namni hunduu gammade jiraate hawwi kooti, yeroo bayyee namoota rakkaato harka isaani namatti qabani nama kadhatan argu kessiko bayyee gadda..utuun qabeenya guddaa qabaadhe namoota akkasi gargare heddun gammada... Kitaaba tokkorra jechaan dubbise akkas jedha " namni tokko kaninni gammaduu danda'uu yoo namonni naanno isaa jiraan gammadoo ta'aan qofa" jedha. Naannoo keeti utuu namni boo'u ati Nan kolfa jechuu hin dandessu... Haala kanan oolma guuyyaako xumuree manatti gale..... Kan nagaan na oolchite nagaan na bulchi jedhee uumaako galatefadhee gara hirribakoti sokkee.. Itti fufa @xalayajalala @xalayajalala @xalayajalala

  • 4 июн. 2024 г.10,7 тыс103

    видео или голосовое, без подписи

  • 18 мая 2024 г.13,7 тыс4115

    Kutaa 3ffaa ...ishenis seequ ishee Itti fufte deemsa Mana barumsaatti goonu Itti fufnee.... Àkka isheen natti himtetti urjiin Kan dhalatte godina wallaga lixaa kessatti yoggu taa'u haata'u malee Abbaan ishee gara magaala naqamtetti jijjiramnif maati isaani hundi akka gara magaala naqamte dhufan natti himte...itti dabalttes maagalan kun akka isheef haaraa ta'ee Fi hiriyaa dubaraas ta'ee kan dhiira akka hin qabne naaf himte...Urjiin akkuma Koo barattu kutaa 11ffaa yommuu taatu haata'u male an damee social science (sayinsi hawwaasa) yoggu ta'uu Kan ishee Natura science (sanyisii uumama) baratti kanaafu kutaan barumsaa kenyaa adda adda ture... Utuu waalin haasofnu seensa balbala mana barumsaa kenyaa genye..moora Mana barumsichaa kessa barattonni hundumtuu barrulee Fi qalama isaa inni kaan dugdatti fannifate..inni kaanimoo harkaa isaatti qabatee gara daree barnoota isaatti asi Fi Achi socho'a jira...Darren Koo Fi ka Urjiin adda adda waanta'eef nagaa walitti dhaamuf kaane...anis kana booda hiriyaa gaari waliif taana wajjin mana barumsa deemne wajiin Galla kanaafu hin badin, you carraan walitti nu fidde yeroo barumsa xumuramu Wal agarre wajjin Galla siin Wal baruukotif hedduu gammadera jedheen harkako Isa mirgaa gara isheetti dirirsee, isheen harkako qabdee anis siin Wal baruukotif hedduu gammadera Nan jette...Addaa baane isheen gara daree barnoota ishee anis gara daree barnoota ko... ...manni barnoota iddoo itti sammun Namaa qaramu, iddoo sammuun Namaa itti dagaguu, iddoo akkata Nama waliin jiraatta itti baran waan ta'eef Jireenyi Mana baruumsa hedduu Nama gammachisa... Anis daree barumsaako seene barrulee Koo Teessuman irra taa'urra ol kawwadhe...barsiisan daree hin seenne waan ta'eef ijoollen daree kootti akka walitti dhidhiyaatanitti hunduu hasa'aa, kolfaa jiruu...yeroo barsiisan daree hin jirre hasa'uu Fi kolfuu heddun jalladha...mana barumsichaaf haaraa waanan ta''eef daree Koo kessa Nama tokkolle hin beeku, kanaafu akka Nama dhukkubi callisuu wayii qabe mataako gadi qabadhe callisee taa'uun dirqama natti ta'ee.... Tessumni Ani irra taa'e baradhu fuldura (tokkoffaa) irratti Kan argamudha..Ija barsiisaa kessa ilaala barumsa barachuun heddu na gammachisa...tessumma irra Nama sadii taane kan teenyu yeroo ta'u ana bira ijoolle dhiira Lamatu taa'a...duddubako teesumma jirurra ijollee dubaraa sadiitu taa'a..... Barsiisan har'a maaf akka dafee daree seenu dhiise naf hin galle.. ijolleen warri kan biroon hasa'anii taphachaa waan jiraniif utuu barsiisan achuman hafeyyuu heddu jallatu..an garuu naman itti hasa'e kolfu wanan hin qabnef heddu na jibbisise...utuu kanan jiruu karaa duddubaakoti duddako irra quba haata'u yookis qalama adda baafachu hin dandeyee akka natti bu'uu ta'e...anis enyuutu na waama jedheen fuulako dudubatti nannefadhe....yeroon nannefadhu ijollee dubaraa sadii tessumako duddaduuba taa'antu jira, callisani na ilaalan anis nama dugdakotti bu'ee Nan wallale..enyuutu natti bu'e jedheen gafadhe...hin beeknu Nan jedhan...anis fuulako isaanirra gara fulduratti nannefadhe...yeroon fuulako isaanirra nannefadhu kit kit kit kit..kolfaa walirra hin cinne sadii ta'aani kolfuu eegalan...akka isaan Anatti kolfaa jiran naaf gale...sammuko kessatti ijolleen kun tapha akka barbaadantu naaf gale ... Anis sodaa dhiise isaan duuka haasa'uf karaa isaanitti fula nannefadhe.... Gidduutti barsiisan dhufee daree seene... Itti fufa @xalayajalala @xalayajalala

  • 18 мая 2024 г.10,5 тыс82

    видео или голосовое, без подписи

  • 16 мая 2024 г.11,4 тыс3912

    Kutaa 2ffaa Anis naasu meeqa kessan gale barrulee Koo harkaa fudhacha galatoomi eyyee oleera ittin jedhe... Ishenis barrulle Koo natti laatte gara fulduratti gara mana barumsaati ariitin qajeelte... Anis Millako irraa dhukkubin waan natti dhaga'amef gad jedhee harkakon iddoo na dhukkube xiqqoo sukkumadhe...daqiiqa muraasa boodas ariitin gara mana barumsatti imale..yeroon achi ga''uu wardiyyaan mana barumsaa balbala cufuf dafaa ol seena jedhee ijolletti iyyaa jira mucaan barrule Koo naaf lattes balbala mana barumsicha ol seena jirti....Anis ariitin moora Mana barumsicha ol seene... Manni barumsichaa gudda waan ta'eef barattonni bayyinan gara kutaa kutaa isaanitti socho'a turan, Anis gara kutaa barnoota Koo seene barumsaa Koo guyyaa sana hordofun gara manatti deebi'e.... Halkanis akka amalakoti barrule Koo Amma sa'atii shanitti dubbise gara ciisicha Koo deeme... Ciisen taate na mudate yaadu jalqabe, akkan itti kufefa yaaden ofitti kolfuu eegale...maal an akkamitan kufa ijakoon lafa ilaala hin figuumo? Jedhen of gaafadhe ofittis kolfe...wa'een mucaa barrulle Koo walitti qabde lafa fuute naaf lattes fuulako dura dhufe...motummaaniyyu yeroo rakko akkas dafee nama hin qaqabu kun essaa dhuftee daftee barrule walittti naaf qabde? Barruule walitti qabun dura utuu anan na qabde lafaa ol Naa kaafte ta'ee gaari ture jedheen ofitti kolfuu eegale... Amala Koo kessatti ijollee durbatti bayyen dhiyaadha ijollee durbaa bayyee waliinis Wal beeka garuu guyya tokkofille ijolle durbatti jalalaf jechaa dhiyaadhe hin beeku...ijolle durban itti dhiyaacha ture akka hiriyyumma (akka obbolessa Fi obboleti) malee takka durba kaminiyuu jalalaf hawwee hin beeku... Ijollee durba waliin bayyen taphadha, nan hasa'a ijollen durbaa bayye amala Koo kana jallatu... Haaluma kanan sekondiin daqiiqa, daqiiqan sa'atii, sa'atinis guyyatti jijjirame torbeen tokko darbee... Guyyan isaa wixata ture Anis akkuma amala kooti barruleko harkatti, akkasumas iskiiriptoo borsaa surreko kessa suuqadhe gara mana barumsatti imalan ture.... Mucaa durbaa akkumako barruule harkatti qabatte Mana barumsaa deema jirtu fagenyaa irratti of fulduratti arge... Anis qofaako dabbarama deemukorra ishee duuka deemun qaba jedheen ariitin deeme ishee qaqqabe.. yeroon ishee qaqqabu garuu mucaa yeroo darbe barruule Koo walitti qabde naaf latte dha, obboletti akkam ati jedheen harkako Itti dirirsee ishenis harkako qabde nagakodha ati akkami? Nan jette, Anis nagakodha jedhe, Isa yeroon lafatti kufe yaadatte fakkaata akka seequ wayii taate.. Anis Wal Haa barruka Firoomsaa nan jedhan atiho enyuu jedhamta jedheen gaafadhe Urjii Nan jedhan jette... Anis deebise akka qoosatti Sidhaka Kan halkan halkan nuuf ifun ittin jedhe ...akka seequ taate, Itti fufen garuu yeroo hunduma halkan halkan hin iftu guyya tokko tokko ni dhabamta amalake kana sirressin ittin jedhee...ishenis seequ ishee Itti fufte deemsa Mana barumsaatti goonu Itti fufnee.... Itti fufa @xalayajalala @xalayajalala @xalayajalala

  • 15 мая 2024 г.10,1 тыс3518

    Mudanno jaalala... Akm jirtu hordooftota xalayaa jalalaa naagan kankoo qilleensa kessaan qaxxamure bakka jirtan maratti isiin Haa qaqabu, har'as mudanno jaalala waggota 9 dura na mudate tokko isinif qoodu filadhe tarii baruumsa irra argachuu waan dandessanif obsaan dubbisa Maqaan Koo Firoomsaa Darrajje jedhama kan dhaladhe godina wallaga baha kessatti Kan argamu magaala tokko kessatti ture... Abbaanko daldaala yeroo ta'uu haatiko hojjattu motumma dha an maatikof mucaa jalqaba yeroon ta'uu ... Anis ijollumako kaase jireenya qananii jiraacha ture...dhalli nama erga dhalate booda jijjirama agarsiisa adeema...Anis akkuma namoota biraa umuurin kankoo baruumsa seenuf genyaan Mana barumsaa dhunfaa nanno kenyaa jiru tokkotti galma'ee barumsa ko tokko jedhee jalqabe... Abbaanko meshaale waan daldaaluf wa'ee baruumsakof dantaa hin kennu ture haata'u malee haatiko garuu kitaabole adda addaa naaf bituudhan barumsa kootti na cimsaa turte Anis kutaa 1ffaatti Baratotta daree kessan jira kessa 5ffaa ba'een bara sana xumure...haatikos hedduu natti gammadde...haala kanan barumsa kootti cimaa adeeme kutaa 7ffaatti Baratotta daree kessa jiran kessaa hunduma dursuun 1ffaa ba'ee, eegasii booda hanga kutaa 10ffaatti namni na dursu hin argamne, haatiko hedduu natti boonte...haaluma kanan qormaata biyyoolessa kutaa 10ffaa qoramen qabxii guddaa galmesiise gara kutaa 11ffaatti darbe, haatiko qabxii an qormaata biyyoolessa irratti argadhetti gammadun barumsaa ga'aa ta'ee Fi haala gaarin akkan cimuuf jecha gara magaala guddoo godina wallagaa Baha Kan taate Naqamte Mana Essuumakotu taa'ee akkan baradhuuf achitti na ergite... Essumiko Obboo Qalbessa jedhamu nama bayye gaari kaan ta'aani Fi anan akka hiriyaa isaanitti na ilaalu na walin taphatu Anis akka hiryaakoti walin taphadhe hasa'a..Obbo Qalbessan ijollee dhiira lama qabu Inni tokko Bonsaa yeroo jedhamu kutaa 7barata inni tokkomo Hacaalu jedhama innimo kutaa 5 barata... Yeroo bayyee Ganna Ganna yeroo manni barumsaa cufamu boqonna ko bayyinan magaala naqamte essumako biratti wanan dabarsuuf magaalan Naqamte anaf haara hin turre.. .. Ganni darbe birran dhufee.. Anis Mana barumsa magaala naqamte kessa jiru tokkotti barumsa damee sayinisii hawwasa (social science) jedhamu galmaa'e barumsa Koo kutaa 11ffaa itti fufe.... Barumsaa Koo bayyee waanan jalladhuf barumsa kootti xiyyefanno guddan Kenna ture...ganama ganama Mana barumsaa deeme, guyyaa guyya mo Mana kitaaba deemen dubbisa...akkasuma yeroon manatti galuus kutaa ciisicha qofakotti waanan qabuf halkan Amma sa'ati ja'a Fi Isa ol taa'e dubbise yeroo hirribni na qabu kitaaba ko walitti cufe rafa ture.. Guyyaa tokko halkan Amma sa'ati 7tti dubbise rafe... Ganama dafee hiribarra ka'uun dadhabe...essumiko gara kutaako dhufee hirriba na kaase Anis aritin cireeko nyaadhe sa'ati Mana barumsaa waan natti guyya'ee ariitidhan qalama Fi barrulee Koo harkatti qabadhe Mana ba'ee... Manni barumsaa Mana an jirurra xiqqo ni faagata akkasumas yeroo sa''ati irra dabarsani deeman balballi Mana barumsa waan cufamuf ol seenun hin danda'amu ture..Anis ariitin utuu balballi hin cuufamin achi ga'uuf Millako ol fudhadhen fiigicha jalqabe...kayyoko Fi barumsako waanan bayyee jalladhuf humna koon ol fiigun jalqabe.....akkuman xiqqoo fiigen milliko dhagaatti bu'uun akkuman fiiga jirutti Fuldurakotti garaakodhan lafatti kufe...barruule an harkakotti baatadhe turee hunduu kara karaa narkaa facaa'an ... Anis akkuman ta'ee ta'ee iddon ciisu ol ka'ee barrulle Koo walitti qabuf ijako sukkumacha ol jedhee...yeroo kana ture wanti Ani hin yaanne Kan na mudate...mucaan durbaa Kan akkako uffata Mana barumsa akka kooti uffatte jirtu tokko barrulee Koo fafaca'aani turan walitti qabde na hixatachaa haftetta? Nan jette..Anis naasu meeqa kessan gale barrule Koo harkaa fudhacha galatoomi eyyee oolera ittin jedhe......itti fufa @xalayajalala @xalayajalala @xalayajalala

  • 17 мар. 2024 г.15,5 тыс9046

    Hamma Gaalaa √ Utuu sammuun nama waan hunda dagatee danda'eeti dhiisee Wanta dabarsiineef jaalalan siif qabun dagadha callisee Jaalalli utuu ta'ee akka huccuu haaraa bor moofa'ee badu Jaalalaakee baadhee tasa iyyuu hin dhiphadhu dukkanaaf ifa aduu. √ Dubbiikee bilchaataan qabattee onneeko erga dhuunfatteeti Onneekee naaf laatte erga anaan jette an qabeenya keeti Dhugaanan sijaalla an siin ala hin qabu nama onnee dhugaa Anaan jettee kaatee maaf nattii harcaate akka baala mukaa √ Ani reefuun arge edaa jaalallikee lakkii asoosama Hiyyeessa akkakoof gadduu ta'aa malee maaf itti qoosama Yeroof nagodhattee siif ta'ee argameera madda bashananaa Garuu bu'aa hin qabu dubbiin faallaa ta'ee bor kan kees si ganaa √ Maal akkam bareedu jechoonnikee sun kan naaf ta'aan kiyyoo Utuun uffee jedhuu kan afaan na ka'aan damma makaan biyyoo Ani homaa hin ta'u madaa'es nan fayya naaf jira waaqayyoo Garuu kankee hin beeku gatii dabakeetii dhuma keetiif wayyoo √ Karaa sobaan darban gala nama dhiba jedhanii mammaaku Har'umaaf maleessa boriif gatii hin qabu waa hunda walmakuun Jechaan na sobde malee ijikee hin dandeenye injifachuu haala Nama amanuu irra mixii coomsu wayya gochuuf hamma gaalaa!

  • 17 февр. 2024 г.13,9 тыс5319

    Waliin Dubbii Ajaa'iba Gaaf tokko otoon mana barumsaatii galaa jiruu karaarratti shamarree bifaa fi dhaabbii bareedaa qabdu tokkotu fuuldura koo deemaa jirti. Silaa akka amaleeffannaa ta’ee nuti ijoolleen dhiiraa gaafa shamarran bira geenyu otoo waa itti hin dubbatiin hin dabarru. Yoo osoo hin haasofsiisiin darbine shamarran ofiima isaanii qeeqa qaban nutti agarsiisu. Dhugaa dubbachuuf nutis warri dhiiraa otoo shamarran karaarratti argine hin qoccoliin darbuu hin dandeenyu; hin feenus. Egaa anis kanumaafan suuta jedhee sagalee koo qarachaa akkasumas waanan dubbadhu itti yaadaan ariifadhee ishee qaqqabe. Duraan wal hin beeknu yoo ijaan argama ta’e malee. Kanaaf nan saalfadhe. Gara jigetti haa dhangala’u jedheen haasaa koo gaaffiidhaan eegale. Moonenus: Dhiifama obboleetii waa si gaafadhuu? Shamarree: Maal na gaafatta? Eessatti na beekta? Maal jedha tortoraan kun? Ohoo hin qaanoftuu yommuu waa si gaafadhuu, naan jettu? Moonenus: Maaliif akkas dheekkamuun barbaachise, waan hin beekne gaafachuun cubbuudhamoo yookaan hammina maalii qabaa? Shamarree: isin warri dhiiraa lafumaa kaatanii dubbii nu irraa barbaaddu. Kanaafan akkas jedhe malee cubbuudhas hamminas qaba hin jenne. Waanuma fedheefuu na gaafadhu yoon danda’e siin deebisa; hin danda’u taanaan itti yaadeen yookaan gaafadheen guyyaa biraa sitti hima. Moonenus: tole galatoomi. Ani kanan jedhu mana barumsaa keenya keessatti manni fincaanii kan dhiiraa fi kan dubartootaa maaliif adda adda ta’ee? Kanuma si gaafachuun barbaade. Shamarree: maali isheen itti gaafatamtuu dhimma mana fincaanii mana barumsaa keenyatti siin jedhanimoo? Maal jechuu keeti? Moonenus: akkas jechuu koo miti garuu anatti yeroo baay’ee waan gaaffii natti ta’eef tarii kan ati beektu ani hin beeku; kan ani beeku ati hn beektu kanaaf walirraa baranna jedheen malee. Shamarree: akkan yaadutti, yoo manni fincaanii kan dhiiraa fi dubartootaa tokko ta’e rakkoon dhufu salphaa sitti hin fakkaatiin. Mee laali lafarrattiyyuu baay’inni uummataa daran dabalaa jira: gaafa manni fincaanii dhiiraa fi dubartootaa tokko ta’ummoo maaltu akka dhufuu danda’u yaadi. Lafaa gadittis baay’inni uummataa dachaa baay’een dabaluunsaa kan oolu miti. Kanaaf natti fakkaata jechuudhaan deebii ajaa’ibaa fi barnoota waliin wal qabate naaf deebifte. Waanan itti deebisu dhabeen dhiise. Kolfaa gaggabaa gara mana keenyaatti galle.....

♥️💌Xalaaya jaalala isanirraa isiniif♥️ — tgindex