- Последний пост
- 29 июн.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 61
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
"Lola dhiisii gali" jettee "Nagaa wayyaa gali" jettee "Nuti obbolaanii" gali jettee Si'a digdama kakattee Gurbaan gallaan halkan dukkaanaan dahattee Bakka ciisutti galaafattee? Maqaa Oromoon kakachaa Lafee Oromoon taphachaa Dhiigasaatiin teessoo aangoo kee ho'ifachaa... Afaan kan kee warqee-warqee Garaan kan kee dhoqqee-dhoqqee Halkan malee guyyaa hin deemtu Shira malee fira hin beektu, Lafa loota akka bofaa Nagaa jettee? Kan nagaa hin feene si qofa!
Hin du'in Akki itti jirtu Hamaa ta'uu mala Abdii muruurrammoo Abdachuutu caala! Bor waan dhufu hinbeektu Yookan boru duuta Inni har'a yaaddee Ofiinuu siif guuta Har’aaf obsa dhabdee Maaf daftee of huuta? Yookaan jiraatteemmoo Rakkina injifatta! Jireenya goolabuuf Maalif ariifatta? Waan fedheen yoo dhufes Guyyaan boruu kuni Waanti har’a jiru Ni darbaa amani!
Hin wallaalle beeka! •Akka ijikee narran jirre Ijakee dur na mil’atu akkat- ormaan kabatamte •Akka ati kankoon ta’iin Akkati kan namaa taate Akkat-ormaan qabatamte •Hagamuu utuun dhiphadhee Diigamuu manakee caalaa Akkan koo sin naasifanne •Hagamuu utuun maraadhee, Hagamuu yoon lafa cire Akkan koo sin taasifanne •Hin wallaalle beeka garuu, Qubachuudhaaf qalbiikootti utuun beekuu na bararta •Hin wallaalle beeka garuu, Utuun beekuun si jaalladha utuun beekuu na mararta •Xiqqooshee wanta si miidhu Akkati na miidhaa jirtu utuun beekuun sii jibbadha •Hin wallaalle beeka garuu, Utuun beekuun sii raafama utuun beekuun sii dhiphadha •Akka fedhiikeen na miite Akka haalli badiin qabne utuun beekuun beekaa yakka •Akkati sichi koon taane Hin wallaalle beeka garuu utuun beekuun beekaa shakka •Afaan banee na liqimsuuf Si dhabuukoo ifa baasee gaafan beeke ardiin duta •Hin wallaalle beeka garuu, Beekuudhuman hin barbaadne gaafan beeke abdiin kuta! @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️ ➖➖➖➖➖
Du'a kahuu goofta keenyaa yesuus kiristos kan armaan gaditti siif laate hundi kun siifaa ta'uu Ameen Jedhii Fudhadhu 🙏🙏🙏🙏🙏 🌹Lalisii margi 🌹Bu'aa kee argi 🌹Gufattee hin cabin 🌹Hawwitee hin dhabin 🌹Dhabdee hin rakkatin 🌹Yaadee hin hanqatin 🌹Hojjattee hin kasaarin 🌹Dallantee hin aariin 🌹Jiruu keef hin gaddin 🌹Galma keef hin shakkin 🌹Sammuun kee hin dhiphatin 🌹Onneen kee hin rifatin 🌹Arrabni kee damma 🌹Garaan kee gamna 🌹Sammuu keef beekumsa 🌹Qaama keef eegumsa Eebba kana Ameen💖💝💖💝💖💝💖💝❤️🔥💝❤️🔥💔❤️🔥💔🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏!!!! Jedhii Fudhadhu siif ta'aa hiriyoota keef baay'ee jaalattu 100f ergi Isaan keessaa tokko yoon ta'e naafis qoodii dabalii🤎❣️❤️❣️❤️❣️❤️❣️❤️❣️❤️💟❤️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💚💚💚💚💚💚💚💛💛💛💛💛💛💛💚💚💚💚💚💚💚❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥❤️🔥💜💜💙💜💜💙💜❣️❣️❣️🩵🩵🩵🩵🩵💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝❤️❤️❤️❤️❣️❤️❤️❤️❤️❤️
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Hin wallaalle beeka! •Akka ijikee narran jirre Ijakee dur na mil’atu akkat- ormaan kabatamte •Akka ati kankoon ta’iin Akkati kan namaa taate Akkat-ormaan qabatamte •Hagamuu utuun dhiphadhee Diigamuu manakee caalaa Akkan koo sin naasifanne •Hagamuu utuun maraadhee, Hagamuu yoon lafa cire Akkan koo sin taasifanne •Hin wallaalle beeka garuu, Qubachuudhaaf qalbiikootti utuun beekuu na bararta •Hin wallaalle beeka garuu, Utuun beekuun si jaalladha utuun beekuu na mararta •Xiqqooshee wanta si miidhu Akkati na miidhaa jirtu utuun beekuun sii jibbadha •Hin wallaalle beeka garuu, Utuun beekuun sii raafama utuun beekuun sii dhiphadha •Akka fedhiikeen na miite Akka haalli badiin qabne utuun beekuun beekaa yakka •Akkati sichi koon taane Hin wallaalle beeka garuu utuun beekuun beekaa shakka •Afaan banee na liqimsuuf Si dhabuukoo ifa baasee gaafan beeke ardiin duta •Hin wallaalle beeka garuu, Beekuudhuman hin barbaadne gaafan beeke abdiin kuta! @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️ ➖➖➖➖➖➖➖ #she@oromichuu
Deebbinera my family 🙏
видео или голосовое, без подписи
Yoomuu naaf hubadhu Akkan si jaalladhu Waadaa jaalala kee An karaatti hin nyaadhu _ Urjii samii keessan Foolii kee barbaadaa Har'as taa'ee kinoo Ani Suman yaadaa _ Osoon aduu ta'ee Siifan kophaatti ifaa Osoo dhiyoo ta'ee barareen siif dhufaa _ Yaanni koo gulufee Suma faana kaataa Golli Onnee kootii Suma qofa baataa _ Siif yoomuu banaadha Hin cufamu karri koo Osoon si jaalladhu Haa dhumu barri koo _ Hedduun si jaalladha Onneen koo si dharraatii Egereen jiruu kootii Si qofatti rarraatii...! _ Qilleensi urgaa kee fidaa Ormi hin argu fuunfatee gola onnee koo keessaa Si qofatu dhuunfatee _ Jireenya kiyya guutuuf Si godhadheera mootii Ati naaf qooda dhuunfaa Gar tokkee qaama kootii...!✍️🤔 @Walaloo_Jaalalaa #gammee ➖➖➖➖➖➖➖➖
Anis nan boqodha! Akkam jirta jedhee Nagaa sigaafachuuf Anoo akkan qabuu Hojiin koo siyaaduu Si arguuf araaduu qofa akka ta'e hunduu quba qabu Ati garuu beektaa Rakkoo kee isa kalee Hubatteettaa laata Sijaallee maraachuuf Qarqara gahuukoo Mee maaloo maal jettaa Guyyuma jalqabaa Gaafan si arge san Keessi koo dhibamee Midhaan bishaan miti Haasaa namaattiyyuu Qaatan nagaa dhaame Yeroon karaa deemu Namnin ani argu Hunduu si fakkaata Yeroon gara manaa galus Girgiddaa mana koo Bifuma kee baata Yoon achi ilaalu Yoon asis ilaalu Suuruma keen arkaa Yoon hirriba rafus Na dursitee kortee Hirriba na dhorkaa Boqonnaa dhoowwitee Lapheekoo rarraastee Maal argattaa egaa Maali yoo garaa laaffatte Miidhamuun koo kunii Maal bu'aa sii qabaa Maalii yoo na dhiifte Sinjaaladhuu anii Sin barbaadu jettee Yoo garaa na kutte Maaf natti taphatta Maaf na maraachita Kun cubbuu guddaadhaa Dawaa dhukkuba koof Falasaa barbaadi Anis nan boqodhaa!
Jalale keessanif sher godha
Jaalala Koo Maaliif Goote Akka Warqee Cabee? Ituun Sijaaladhuun Jaalala Sirraa Dhabee. Qabeenya Hin Oranne Qabeenyi Koos Siture Atis Narkaa Ba'uufi Eessa Abbaa Koo Lixuree? Anoo Kana Hin Seene Kiyya Jedheen Silaalaa Jaalalan Siif Qabaam Waan Hundumaa Caalaa. Anoo Yaadee Hin Beeku Narraan Tokko Laaltaa Seexana Maaliitu Sitti Asaase Laataa? Argee Si dhabuufii Akka Abjuu Halkanii Erga Wal Jaallatanii Maali Gargar Bahuunii? Sabboonummaa Keetin Kanin Si Jaalladhe Yoomuu Abdii Kooti Jedheen Si foo'adhee Har'a Maal Dhageessee Dugda Natti Gatte Waan Waliin Dubbanne Akkamiin Dagattee? Ilove You lubu Koo!!
➡Dhufee Natti Asaasa ➡Gola sammuu kootii ➡Anis Suman yaada ➡Yoomuu ati Kooti ➡Wal irran Nannaqa ➡Jechoota siif tuulee ➡Waaqatu Siin Uume ➡Babbareechee kuulee ➡Siifan Lallabadha ➡Waantota Jaalalaa ➡Dhihoos ta'i Fagoo ➡Yookinis Halaala ➡Siitu Na Hin Dhiyeessine ➡Na keesseetta ol fagoo ➡Akkan ani sii hin dhabne ➡Naa Gargaarta kolfa koo ➡Mudaa koo narra hin ilaalle ➡Anis kankee hin lakka'u ➡Rabbii Waliif Nu kenne ➡Walumaaf nu haa kaa'u ➡Jiruu kiyya bareechi ➡Siifan jooree jawwara ➡wiirtuu biyyaa Bayeettii ➡Situ Anaaf waan maraa ➡Gola walaloo kootii ➡Siin dawwachiisa seeni ➡Yoomuu ati kan kootii ➡Jechaa cimaa Dhabeeni ➡Dirree lola jaalalaa ➡kan mootii ykn Giiftii ➡Walabummaan halaalaa ➡Onnee koo irratti ifti #✍️Gemeda@oromichuu
Gaaf tokko Ni hubatta Gaaf tokko ni hubatta Siif galuu hin ooluu Jaalala kam caalaa Kabajni akka caaluu Wal simsiisuu caalaa Yaada wal hubachuun Wal shakkuu caalaa Amantaan jiraachuun Obsi karaa guddaa Galma kee si geessuu Jarreen kun jireenyaaf Akka barbaachisu Jireenya kee keessatti Yeroo ta'e tokkoo Dhugaadhaan ni bartaa Ni hubatta gaaf tokko
Hordoftoni Ammanta Christan Bagaa dhalchu goftaa kenyaa yesus kiristosin issin gahee 🌲🌲😍😍 Merry Christmas 🎄🎄🎄
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи