Walaloo mi'ooftuu
СтатистикаQartuu qalbii namaa, yaada yoo qabaattan @UmarsheAhmadl qunnamaa! Walaloo mi'ooftuu unadhaa sammuu keessan bohaarsaa feetan galma'aa. Nashiidaa keenyas argadhaa # YouTube kiya subscribe godha https://youtu.be/2TLrfOwlK3I Email: umarsheka18@gmail.com
- Последний пост
- 12 нояб. 2021 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 8 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 29 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
видео или голосовое, без подписи
~homaan taanu! Dhagahi siifan himaa Dubbii haqaaf qulqulluu Osoo rabbiin hin qabaannee Guyyaa tokkon bulluu Akka nyaata dhabeef Namni silaa ni du'aa Akka ilma namaaf Afaan boollaa bu'aa Garuu murtiin sirraati Murtiin sirriif haqaa Nu osoo sin qabaannee Yoona silaa raqaa Borillee homaan taanu Osoo si abdannuu takkaa Dukkanaaf huurrii baraa Situ nurraa saaqaa "inshaallaah"
Urjii samaawwaataa Qaroo ija keenyaa Yaadhaalaa Ambiyaa Har'a maal dhageenyaa? Yaa Abbaa Ulamootaa Yaa Goobana lafaa Rabbiin siif kadhachuu Maaltu sirraa hafaa? Yaa abbaa keenya gaarii Yaabareedaa ija kuulaa Sheeka sheekowwanii Yaa shekh Adem Tuulaa Kan dukkana nurraa saaqan Nuuf ibsanii baatirii Yaarabbi bira nuuf gori She Ahmad watariin # Rabbiin isin haafayyisu
As wr wb❤️ isinan jaalladha
Ati inni shuumtee shaartu Olbaaftee gad-buuftu ilma namaa Bakkattafaan siqofa Situ nuuf amanamaa Gaachana isaanirraa kaastee Gooftaan isaan gootu qullaa hamaaf hamtuu fashaleessi Harkakeetiin bullaa Warra hammaatee daangaa darbe Hedduu qabda gooftaa Silaa shuumuuf shaaruu keessatti Kee namaan galu tooftaan Akkuma trumpii har'aa White house oooftaa
Guyyaa Nagaaf gammchuu Kan jaalalaf nageenyaa Bilisaan haa jiraatu Inni dhihoof fageenyaa Kun hawwii kooti Ilma namaa hundaaf Osoo Adda hin baasin Isa xiqqaa guddaa
Tulluun ofiin beekee siduraa kufu hin jiru, akkasumas Tulluun ati dhiibnaan siduraa kufuu didus hin jiru.
Isin hin argin iji hamtuu Isin irraa haaqabu rabbiin Gammadaatii jiraadhaa Isin hin cabin qalbiin❤️
UmarsheAhmad: Warra bultii barbaadan Bultii gaariif dansaa Naaf ijaari ati Yaarabbin dandeessaa Warra ijaarratanii qaban Immoo, jiruu gaariif bultii Rahaadhaaf gammachuun Jireenyasaanii guutii Qalbii cabuu malee Jireenya gammachuu Waliinis naaf milkeessi Milkii biyya kachuu
Guyyaa haati ilmoo buuftu Guyyaa aarrii baaftu sabiyyiin Guyyaa ummati ummatii Jedhu dhaabatee Nabiyyiin Guyyaa mankaraaruu malee Of quban qabne biyyi Guyyaa dafqi abbaa liqimsitu Abbaan hojiisaatiin walgahee Gaafa namni amanuu dadhabu Bu'aa hojiisaatii dhagahee Gaafa gaaddisni tokkon jirre Aduunis gadhiyaattee taakkuun Guyyaa haati ilmoo shakkinaan Abbaanis ilmoo shakku Guyyaa dachiinis naman fuune Samiinis mammaramu Gooftaan keenya rahmaan Nutti haa araaramuu
As wr wb?
Kaayyoof akeekakee Galma kankee ganamaa Hin sharafin homaattuu Dhageessaa namanaa? Homtuu sin jijjiirin Sobaan dhugaa rabbii Hagam lafaa addaatus Baqee bada cabbiin
Săllů ăllă Ñăbīī ❣ﷺ❣ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ اللَّهُمَّ صَلِّ وَ سَلِّمْ وَبَارِكْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍﷺ
видео или голосовое, без подписи
~Alhamdulillaah ~Galanni kan rabbii gooftaa balbala lammaffaa naaf baneeti ~Thanks to Allah who opened for me, the second door # IFB of CBO
Karaa qajeelaa deemuuf Qophee dalgaa kaawwattaa? Gadda obboleessa keetiin Gammachuu lakkaawwattaa? Dhadhaan dhabe jettaaree? Teessee utuu raaftuu dhama Gaarii dacheerra guute Ati maaf yaadde hamaa? Bifti wal fakkaatuyyuu Daakuufi daaraan firaaree? Riqicha bososaarraan Laga ce'uun jiraaree? Dhugaan bultee ho'iti Akka abidda dibaa Karaan sobaan darbanis Galatti nama dhiba!
dhabdus homaa miti Uffattus erbee moofaa Rabbiin kan ilaalu Hojii kankee qofaa Homaattuu hin lakkaa'in Yoo hinqabaannes wayyaa Rabbiikee qabaachuutu Hundarra siif wayyaa Duuniyaatti hin rarra'in Isheen beeki fixeensaa Kan rabbiif hinbitamne Nama miti bineensa Qalbiikeetiin yoo amante Dhiiftee duuniyaaf bololuu Homaallee yoo hinqabaatin Si'i dureessi hunda caalu Hunduu duniyaattafa Gadin seenu qabrii Hojii kankee malee Sifaanan deemu horiin Kanaaf mee nadhageessaa Atis obboleessaa atisi yaa uktii Ibaadaakee jabeessi Duuti hinuma dhuftii
Hamaankee haa xiraa'u Isa haa ajeeffatu gandi Jiruuf jireenyasaa ta'ee Isarraan deemin gaddi Gammadeen jiraatin Si hamaa sibaasee Kan alanfates haagatu Afaansaatii baasee Siif haata'uu yaabi Farda kankeef kooraa Si qilee sibuusee Maal abbasaatiif kooraa? Gooftaan kankee sinbuusin darbatee harka hamtuu Malaaf humna rabbiin Sirraa haadhabamtuu