F𝕒𝕝𝕒𝕒𝕤𝕒𝕞𝕒
СтатистикаChaanaalii kanaan gaafiwwan:- Ani eenyu? Maalifan uumame? Yemmuun du'e eessan deema? Waaqni maali? Dachee fi samii kana maaltu uume? Dhugaan maali? Seexanni eenyu? Amantaan maali? Fi kkf xiinxala
- Последний пост
- 10 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Криптовалюты (по похожим)
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 170
- 1/48двое суток
- 194
- 1/72трое суток
- 210
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
HUMAN; ALL TOO HUMAN! Friedrich Nietzsche Dhiifama gochuun yeroo baay'ee mallattoo guddummaa miti; bifa dadhabbiiti. Namni tokko humna haaloo ba'uuf yeroo dhabu gargaarsa dhabuu isaa 'dhiifama' jedhee jechoota kabajaatiin mara. Akka Niitche jedhutti namoonni baay’een dhiifama kan godhan dhuguma humna waan qabaniif osoo hin taane, salphaatti filannoo biraa waan hin qabneef. Haaloo ba’uuf ykn addaan ba’uuf hamilee hin qaban. Of kabajuu isaanii eeguuf gargaarsa dhabuu isaaniif maqaa qulqulluu "dhiifama" jedhu moggaasu. Kun mala saayikoloojiiti. Namni tokko akka kabajamaa ta’ee of ilaaluu itti fufuuf mo’amuu isaa gara safuu naamusaatti jijjiira. Mee namni tokko si balleessee jireenya kee akka balleessu yaadi. Osoo aangoo qabaattee haqa gaafatta ykn haaloo baafta turte. Homaa gochuu yoo dadhabde garuu; "Waaqayyo dhiifama gochuutti waan gammadeef dhiifama isaaf godheera" jetta. Waaqayyootiyyuu osoo balleessitee si balleessa malee, dhiifama siif hin godhu. Atis humna haaloo bahuu waan hin qabneef dhiifama jettee of sossobda. Dhiifamni warra irree jabaaf hin fayyadu. Aangoo haaloo qabaadhu. Baallee 98 irraa FUULA FB MOATA A.Jerjera irraa
видео или голосовое, без подписи
Namticha kanatu Waraana Addunyaa 2ffaa (world war II) keessatti Harree dugdatti baatee deema. Achiin namoonni akkas jedhanii gaaffatan, "maal taatee harree dugdatti baattee deemta?" ittiin jedhanii itti kolfan! akkas jedhee deebiseef; “Fanjii ykn Boombii irra ejjettee nu fichisiisti” jedheen. Nutis bara kana keessa jiraachuuf jenneetu namoota akka Harree kanaa meeqa dugdatti baannee deema jirra sinitti fakkaate!
Dhiira taatu kitaaba kana reediyoodhan tamsasimee. Goonni kana fa'a dubbisa
Jarri china deemtee baratteeyii edaa yeroo sana🧐
QaruuXen kitaaba akkanaa fa'a dubbisa.
#Ambo Gamoo Hacaaluu gubbaa mana maxxansaa Kush 0913238525 #Naqamte Ifaa Balaay biraa argattu 0985251828 #ADAAMAA Mana Maxxansaa fi Raabsaa Kitaabaa Imaltuu tii argattu. Bakki: Ganda Dhaaddacha Araaraa (04) Bilbila: 0910386974 0940682562
#Kitaabilee_kana_dubbistaniittuu? “Yeroo nama wajjin dudubbattuutti namticha sana olaantummaadhaan yookaan immoo gadaantummaan osoo hin taane, sadarkaa wal qixxummaan ilaali! Dandeettiidhaan si caala yoo ta’e, obsaan dhaggeeffadhu; si amansiisa waan ta’eefi. Dandeettiidhaan isaa ol yoo taatemmoo itti himi; amansiisuu waan dandeessuufi. Wal qixa yoo taatan immoo walii walii keessan wal dhaggeeffadhaa! Yoo kana raawwattan gidduu keessan wal falmii badaan hin jiraatu.” (Falaasama Jireenyaa fuula 4 irraa fudhatame.) “Duuka buutonni isaan doofonni kun homaallee isa gargaaruu hin yaalle. Iyyesuus garuu gowwaa hin turre. Sa’aatiiwwan rakkinaa jaha Fannoo irratti dabarse irraa barumsa fudhachuudhaan, gara Iyyerusaalemitti baqate. Kashmir keessas waggaa 112f jiraate. Iddoo kanatti kan nuti hubannu ‘Du’aa ka’uu’ waanti jedhamu tasumaa akka hin raawwatamnedha. Sababni isaas immoo sadarkaa jalqabaa irratti ‘Iyyesuus fannoo irratti fannifamee du’e.’ jechamni jedhu, waanta dhugaa irraa fagaatedha. Kashmir keessa awwaalcha Musee cinaatti awwaalcha Iyyesuustu argama. Dhugumatti yaa obbolaa kiristaanaa! Bakki awwaalchaa sun amantaa isin du’aa ka’uu irratti qabdan balaa irra buusa. Bakka awwaalchaa sanarra barreeffamni itti aanee dhufu kun ni dubbifama. Garuummoo awwaalcha sanarra maqaan jiru Iyyesuus kan jedhu osoo hin taane, ‘Joshuwa’ kan jedhudha. Sababni isaas immoo jechi ‘Iyyesuus’ jedhu hiikkaa afaan giriikii ‘Jooshuwaa’ jedhu qabaata. Maqaansaa inni dhugaan Jooshuwaadha. “Jooshuwaan gara biyya kanaa dhufee, waggaa 112 booda boqote. Yaadannoodhaaf akka ta’uuf jecha maqaa asirra qubate jijjiirre’ Jedha. Maqaan mandara bakki awwaalchaa sun keessatti argamuu ‘Falgam’ kan jedhu yemmuu ta’u, hiikkaan isaas immoo tiksee Hoolotaa jechuudha. Iyyesuus bakkee kana kophaa isaa jiraata ture. Duuka buutota isaa keessaa baay’ee jaalatamaa kan ta’e Toomas isa hordofee ture. Iyyesuus immoo Toomaasiin qarqara Hindii biroo kan ta’e gara kibba Hindiitti ergee ture. Kiristaanummaan Hindii addunyaa kana irraa, Kiristaanummaa isa durii akka ta’e yeroo dhageessan, hin ajaa’ibsiifattanii? Kiristaanummaan warra Vaatikan inni kan durattii ta’uunsaa kaafamu, dhugumatti kan durii miti. Phaaphaasonni sun kan dhufaniyyuu yeroo itti ‘Fannifamuu waanta jedhametu raawwatame’ jedhame irraa kaasee waggoota 300 boodadha. Reeffi Toomaas haala gaariidhaan eegamee tureera. Addunyaa keenya irraa qaamni haala kanaan eegamee ture yoo jiraate kan Toomaasidha. Qaamnisaa kan eegame keemikaala fayyadamuudhaan gama saayinsiitiin osoo hin taane tooftaa aadaatiinidha. Qaamni Toomas kunis ‘Goa’ keessatti argama. Waggaattii gaaf tokkoo mana amantaa keessa jiruu bahee, daawwattoonni haala ilaaluu danda’aniin naannoo ifaa irra ni taa’a. waggoota kuma lama dabarsus, haalli baduu tokkollee irratti hin argamu. Inumaayyuu waan hirriba hamaa keessa jiru fakkaata. Ani mataan kiyyayyuu bakka sana deemee ilaaleera. Duuka buutota Iyyesuus keessaa waanta fooyyee qabu kanan irratti arge, Toomaas qofadha.” (Amantii Qorachuu Fuula 71-72 keessaa fudhatame.) Maarree warri hin dubbisne dafaatii dubbisaa. Maxxansa 2ffaan isaanii qophaa’aa jira. Bakkeen argama isaanii… #Finfinnee Atobistera mana kitaabaa Elellee 0911641066 Lagaharree GGAO fuuldura Waltaanaa bira 0964419683 #Buraayyuu_Maaramii Bulchiinsa magaalaa fuuldura Baankii Bunnaa cina mana Kitaabaa Yoomiyyuu 0912841550 #Buraayyuu_Kattaa Ana bira jira 0929428759 #Bishooftuu Gamoo Hiwoot fuuldura, Mana Uffata aadaafi diizaayinii Furtuunaa 0911741446 #Ambo Gamoo Hacaaluu gubbaa mana maxxansaa Kush 0913238525 #Naqamte Ifaa Balaay biraa argattu 0985251828 #ADAAMAA Mana Maxxansaa fi Raabsaa Kitaabaa Imaltuu tii argattu. Bakki: Ganda Dhaaddacha Araaraa (04) Bilbila: 0910386974 0940682562 #Finfinnee Atobistera mana kitaabaa Elellee 0911641066 Lagaharree GGAO fuuldura Waltaanaa bira 0964419683 #Buraayyuu_Maaramii Bulchiinsa magaalaa fuuldura Baankii Bunnaa cina mana Kitaabaa Yoomiyyuu 0912841550 #Buraayyuu_Kattaa Ana bira jira 0929428759 #Bishooftuu Gamoo Hiwoot fuuldura, Mana Uffata aadaafi diizaayinii Furtuunaa 0911741446
Kiitaabota kana namoonni soft copy na gaafachaa turtan isiniif erguun ni danda'ama. Garuu waa sadiif jedhee post gochuu hin feene. 1) Hamilee barreessaa eeguf. 2) Soft copy dubbisuun ija keetiif miidhaa waan qabuuf,akkasumas suusii bilbila keetii waan sitti cimsuuf. 3)Atis kitaaba hard copy dubbistee dandeettii keetii akka gabbifattuuf. Kunoo kitaabicha yoo barbaddan iddoowwan asii gadiitii argachuu.dandeessu.
Saree yeroo hunda hidhamee dutaa oolu tokkotu ture jedhama. Jedhamaadha. Maarree sareen kun yeroo hundumaa hidhaarra kan jiru yoo ta’eyyuu, yeruma hunda duta. Yoo way arges osoo way hin argiinis inuma duta ture. Addumattiyyuu namas ta’ee uumama biroo yeroo arge, hidhaadhuma isaa keessa taa’eetu duta. Namichi olla sanaa irra deddeebiin gocha saree kanaa ilaalee bita itti galee ture. Guyyaa keessaa gaaf tokko namichi sun qe’ee sareen kun dutu deemee saricha sana gaaffii wayii gaafachuu murteesse. Akkuma yaades immoo deemuudhaan saricha bira gahee, “Silaa hidhaatti jirta mitii? Ariitee qabuus, ariyachuus hin dandeessu mitii?” jedhee gaafate. “Eeyyeen.” Jechuun deebise sarichis ofitti amanuudhaan. “Yoosoo maaliif duttaree?” “Warri asitti na hidhan akka waanan bu’aa buusuutti na haa lakkaa’an jedheetanidha.” Jechuun deebise sarichis. FALAASAMA
Sammuun hojii hin qabne biiroo seexanaati. (OSHO)
Kitaaba kana barbaadaa dubbisaa. Ija isiniif banaa
Ammammoo sochii biraa! Yeroo amma kanatti amantaqn Orthodox sooma keessa jira. Garuu manneen fooni hedduun cufamanis,muraasni kan hojjatan jiru. Namoonni hedduun masqalii mormrratti baachaa dhokatanii kan mana foonii kana seenanis danuudha. Garuu ani wanti na raajummoo namoonni ani ortodoksiidha ofiin jedhu manneen foonii kana irratti mormii fi dhiibbaa yoo uuman mul'ata. Ati amantaa kee hordofuu dhiistee wanta namni biroo godhu irratti maaf xiyyeefffatta. Namoonni mana foonii irratti masqalii godhatn immoo orto qofa akka hin taanes beeki. Peenxee,kaatolikiin jiru. Yoon ani kufe na waliin,yoon ukame na waliin,haxxiffadhus na waliin jechuun kun dheedhummaadha. Dhugaa dubbachuuf namni kirrii hidhatu hundi ni sooma jechuunis ni ulfaata. Hedduun hin sooman,sodaa hawaasaf malee(Yilugnta). Akka fakkeenyattin Ortho kaase malee Musliimnis sabicuma sodaachuun kan tsooman,hijaaba godhatan hedduudha. Bilisummaan yaadaa hin jiru waan ta'eef. Bilchaadhaa! @wis_dom_369
NAMA KOFALCHIISA ⤺⤻⤺⤻ Biyya keeniyaa keessatti dhiirri tokko looshinii haati manaa daalledhaaf jettee bitatte fuula dibate. Fuulli daallee ta'uu isaati😁
Iraan tun biyyuma addaati. Dhukaasa ishee gara biyyoota arabaa hedduutti hammeesitee jirti,gudii isaan gootee jirti. Araboonni sooma kanaan miidhamaa jiru. Ruuzni takkallee garaatti hin hafne. 😂 @wis_dom_369
Addunyaa wal dhooftuu
BORU GUYYAAN JERHAMU HIN JIRU Boru guyyaa fooyedha kan jedhamu soba. Koottu sin gorsaa ani. Har'a sirritti dhandhamii jiraadhu. Boruu fi ati yoomillee osoo wal hin argin godaanta. @wis_dom_369
Religion is not guarantee for pece. @wis_dom_369
Ramadaana keessa nyaanni isin nyaattan kan ramadaanan alaa caala. Ni soomna jettu,ofii nyaanni isin nyaattan hamma duraa caalaa dachaadhan dabala. 😁 Of gowwoomsaa jirtu. Ayyaana nyaataa gaarii
Which philosophy is better ?