New curriculum Textbook grade 5-12th & Breaking News Oduu Ammee fi Kitaabilee haarawa kuta 5-12ffaa
Статистика🎓Please share to your friends and add members to this channel! And get more satisfaction!💎💎👨🎓 👨
- Последний пост
- 31 июл.
- Последнее чтение
- ещё не заходили
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Новости и СМИ
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 507
- 1/48двое суток
- 581
- 1/72трое суток
- 626
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. ---------------- BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307 dubara 249,902 #walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%) dubara -221,012 (88.4%) #walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; #Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun #Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et
без подписи
Beeksisa Ariifachiisaa Barattoota Qormaata Bahumsaa ykn Exit Exam fudhattan hundaaf! Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam Waxabajjii bara 2018 fudhattaniif hojii mirkaneessuu akka taasistan ibsameera. Mirkaneessuu (Self Verification) kun daqiiqaa 2-3 kan fudhatu yoo ta'u, barattoonni qormaata kana fudhatan ragaalee barnootaa isaanii National ID Fayda waliin akka walitti hidhan kan taasisudha. Kanaanis National ID Fayda fayyadamuun, lakkoofsa FAN fi odeeffannoo dhuunfaa guutuun mirkaneessuu kana xumuruu qabdu. Link comment irra jiruun erga seentan booda; «Exit Examination» kan jedhu tuquun, sana booda «Continue Verification» tuquun wantoota barbaachisan guutuun mirkaneessaa Qormaanni Bahumsaa ykn Exit Exam bara 2018 Waxabajjii 4-12 bara 2018 tti ni kennama. Barattoota qormaata bahumsaa ykn Exit Exam bara 2018 fudhatan hundaaf share taasisaa! #ExitExam
YAADACHIISA Barattoota Kutaa 12ffaa Bara 2018tiif ------------------- Liinkiin "exam1.ethernet.edu.et " Shaakala Qormaataa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Yaadachiisuu Ta'a. ------------- BBO - Caamsaa 20/2018 Qormaata Shaakalaa Caamsaa 07/2018 irraa eegalee marsariitii irratti liinkii "exam1.ethernet.edu.et " jedhuun barattoota Naannoo Oromiyaatiif gad-dhiiseera. #Faayidaan_Qormaata_Shaakalaa irra deddeebi'anii akka shaakalamu barbaadameef inni guddaan _ #hanqina_beekumsaafi dandeettii (knwoledge & skill) barattootaa kan guutu, - #sodaa_qormaataa kan hir'isuufi #ofitti_amanummaa kan guddisu ta'uu itti amanameera. Kanaafuu, Liinkicha yoo bantan fuulli "MoE - Exam Portal' argattu, Fuula baname kanarratti: - Iddoon #Username jedhurratti Lakkoofsota Kaardii Galmee(Admission Card) kee irra jiru galchi. - Iddoo #Password Jedhurratti immoo, Lakkoofsota 1234 jedhaman galchi. Itti aansuun "#Log in" kan jedhu tuqi. Kana booda, Gara Fuula Qormaata Shaakalaa galtee jirta jechaadha.
Choose this & Comment/mention what is your interest in this channel. We need your suggestions!
#Irraa_of_eeggadhaa! Ergaan kun namoota hundumaaf! ~~~~~ Yeroo ammaa kana hat*toonni qorichaan nama hadoochuun akka malee namoota saamaa jiru! Guyyaadhaa guyyaatti namoonni osoo boo'anii argaa jirra. Ani cimaadha, ani ofan eega jechuun baay'ee cima. Karaan isaan ittiin isinitti dhufan baay'ee cima. Ana guyyaa sadii na muudateera. Guyyaa lama hin milkoofne! Guyyaa sadaffaa irratti milkoofte. Jarri network hidhatanii jiru. Namumti nagaan tokko sitti dhufee erga nagaa si gaafatee booda, wanta naannoo ati jirtu sanatti beekamaa ta'e wayii si gaafata. Ati dhuguma jettee itti himta! Tokkommoo irraa siqee dhaabata ykn akka nama wal hin beekneetti deemaa isinitti dhufa. Kanuma keessa si tuquun sammuu si hadoochanii si fudhatanii sokku. Yoo ati nama homaan qabneetti si shakkan bilbilakee si harkaa fudhatanii sokku. Yoo nama waa qabutti si shakkan konkolaataan si fudhatanii deemanii transfer akka gootu si godhanii transport ittin galtu siif kanfalanii si biraa deemu. Kana jalaa ooluuf aldureewwan kana namni hunduu dursee beekuufi raawwachuu qaba. 1. Account isin maallaqa irra keewwattan kan ATM, mobile banking hin qabne ta'uu qaba. Yoo ATM qabaattellee manatti gattanii baatu waan ta'eef, Mobile banking qabaachuu hinqabdan. Daily kan itti fayyadamtan qofa account mobile banking qabu fayyadamuu qabdu. 2. Nama wal beektaniin alatti namni kamiyyuu sin beeka jedhee yoo harka isin qabachuu dhufe harkan qabiinaa! Nagaa hin gaafatiinaa, alaalumatti akkam jedhaanii[addattuu yeroo kophaa jirtan]. 3. Nama waan saamame ykn waan beela'e fakkaatee qaamni isaammoo fayyaa ta'e kamiyyuu hin keessummeessinaa! Yoo keessummeessitan illee alaalatti keessummeessaa! Inni waan biraaf deema waan ta'eef. 4. Nama daandii irratti sa'aatii, mana namaa, dhaabbata, fi kkf isin gaafatu kamiyyuu waliin hin dubbatiinaa. Warri sun immoo baay'ee hamoodha. Yeroo sana godanyaan isaa fageenya irraa si hordofaa jira. 5. konkolaatota manaa qabatanii daandii bukkee dhaabatanii fodda gadi butatanii taa'anii bilbila tuttuqan irraas of eegaa. Jarri waa si gaafatu ykn akka nama hin argineetti waa sitti facaasu. Isa booda akka nama hin argineetti bu'anii dhiifama jechuun miilatti si kufu, isa booda ati rakkoon qabu maali tasahoo osoo jettuu of si dhabsiisu. 6. Daandii block qal'oo kamiyyuu irraa of eeggadhaa! Hamma danda'amerti nama lamaan socho'uufi yoo kophaa taatan immoo daandii imaltoonni fi trafikoonni irra jiran irra socho'aa! Wantoonni kun karaa namoonni baay'een ittiin nyaataman waan ta'eef irraa of eeggadhaa! Hiriyyoota keessaniis illee #Share_godhaa hubachiisaa. Galatoomaa 🙏🙏 Ergaawwanii fi odeeffannoo gaggaarii Afaan Oromoon argachuuf fuula facebook👇 https://www.facebook.com/ZiyadsaniA follow godhaa.
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи