- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 797
- 1/48двое суток
- 913
- 1/72трое суток
- 985
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Jechiika (dictionary) Afaan Oromoo kun dadhabbii guddaadhaan barreeffame. Garuu faayidaa yaadame kennee uummata keenya tajaajiluu hin dandeenye. Barattoota sadarkaa 2ffaaf baay'ee gaarii dha
Qaaccessa qabxii barattootaa hojjechuuf jalqaba Excel irratt Tl, Maqaa, Saala, Gos barnootaa1, gosa bar2, gosa bar3 (waanuma baratan jechuu dha) erga guunnee booda qabxilee isaanii guunnee gara moobaayiliitti dabarsina. sana booda yoo app kana fayyadamtan riippoortii BBO n gaafatu sinii baasa. yeroo tokkotti kutaalee gosoota barnootaa walfakkaatanii fi wal qixa baay'atan qaaccessuuf Excel Workbook tokkicha bantan irratti sheet tab gara garaa irratti kutaalee gara garaa galchuu dandeessu. yoo kana gootan hunduu wal faana qaacceffamu.
Kun immoo kan moobaayilii ti
Sooftiweerii kanaan gabatee qophii qormaataa (exam blueprint) qopheeffachuu dandeessu. Kunis 'ga'umsaalee yoo xiqqate gonfachuu qaban' (minimum learning outcomes) kan mataduree tokkoon tokoon jala jiru (kitaabarraa) erga galchitanii booda sinii hojjeta.
kun moobaayilii irratti hojjeta (android) Lakkoofsa galchitanii akka jechaan barreessu ajajju. 'offline' hojjeta
Kitaabni kun adeemsa ittiin qorannoo gaggeessan qaba. Filannoo matadureetii hamma wabeeffannaatti. Jechoota haaraa ta'aniif jibsoo (glossary) gara dhumaa jiru ilaalaa. Kun Afaan Oromoo guddisuuf ga'ee guddaa qabaata
без подписи
Rakkoo roostara kutaa 9 fi 11 (transcript) waliin walqabate fureera).
без подписи
https://www.facebook.com/share/p/Q6bxwSzxaQ3xtSK4/
keessumaa mana barumsaa keessatti ittiin ijoollee barsiisuuf, akka mana barumsaatti baanerii 1 m x 1.5 m ta'e irratti maxxansitanii itiin ijoollee warra BSTD faa barsiisuu dandeessu (warra isaan ilaallatu jechuu kooti). Warri kaan kan kutaa gara olii ti
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи