tgindex
Odaa Technology Team

Odaa Technology Team

Статистика

Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.

Последний пост
12 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 293
−7 за 3 дн.
Сутки
−4
−0,17%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 217
21 постов
Вовлечённость
53,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 25 мая1 3582443

    Namoota telegram fayyadamtan hundaaf: Yeroo ammaa Itoophiyaa keessatti akka tasaa telegram keessan irraa logout gootaanii ykn bilbila jijjiirtanii deebitanii gara telegram tti login gochuuf maallaqa isin gaafata. Kanaaf yoo akkasitti isin gaafate app telegram keessan isa kanatti jijjiiraa...sana booda isiniif hojjeta. Galatoomaa🙏 Guyyaa gaarii🙏🙏🔥

  • 1 мая1 43875

    AI that work offline AI interneetii ykn daataa malee hojjetu

  • 12 мар.1 62083

    OF EEGGANNOO❗️❗️❗️❗️ *Very Very Urgent !* Please pass this message to your family and friends now. People have been receiving calls from these numbers:-         Tel: +947        Tel: +371        Tel: +371        Tel: +563        Tel: +370        Tel: +255 or any number starting from +371 +375 +381 These guys only ring once and hang up. If you call back, they can copy your contact list in 3sec and if you have a bank or credit card details on your phone, they can copy that too.    +375 code is for Belarus.    +371 code is for Latvia.     +381 Serbia.    +563 Valparaiso.    +370 Vilnius.    +255 Tanzania. Don't answer  or Call back. Also, Don't Press #90  or  #09 on your Mobile when asked by any caller.  It's a new trick which is being used to access your SIM card, make calls at your expense and frame you as a criminal. PLEASE FORWARD this message to as many friends as you can to stop any intrusion!!! From Cyber Crime Department

  • Ramadaanni guyyaa borii akka eegalamu ifoomeera. Obboleewwan keenya muslimaa hundi Ramadaan Mubaarak!🙏🙏🙏

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 16 февр.1 28011

    Viidiyoo 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CQeAeJ7iG/

  • Nagaa bultanii? Naannoo isin jiraattanitti bunni siiniin tokko eessa gahe? Nu biraa 40 bira darbee 60 gahuufi🤔

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 28 янв.1 2902

    Kun Raajiidha!! Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa. Namni suuraa irratti argitan kun #AlexHonnold jedhama. Lammii biyya Ameerikaati. Biyya #taiwan tti gamoo #taipei jedhamuun beekamu kan meetira 508 ykn darbii 101 lafarraa ol fagaatu gargaarsa meeshaa tokkoo malee gamicha ala isaarra deemuudhaan koree addunyaa dinqisiise. Ani yoo xiqqaate viidiyoo sana yeroo heddu deddebi'ee ilaalee kanaafan namni kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu jedhe. Mee tilmaamaa gamoo 508m ol fagaatu miti, mana 4m lafarraa fagaatu koranii gadi ilaaluun hammam akka namatti ulfaatu. Alex garuu gamoo kana erga koree fiixee isaarra bahee booda kolfaa selfie ka'aa ture. Namni kun kanaan duras dhagaa qilee dheerina meetira 915 qabuu koree addunyaa ajab jechiisisee tire. Waa'ee nama kanaa maal jettu? Maaltu isinitti dhaga'ame.

  • 16 янв.1 0705

    RIP😥

Odaa Technology Team — tgindex