tgindex
Последний пост
31 июл.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
266
−1 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
49
20 постов
Вовлечённость
18,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
44
1/48двое суток
50
1/72трое суток
54

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Durba shawaa fuutee farsoo hin dhugu jechuun warra intalaa tuffachuudha😼 Anis Nan dhaga'e😫😁

  • ...Jechaa engiliffaa "knife" jedhu keessatti qubeen 'k' nyaataa dura moo nyaataa boodaa liqimfamtii?🤝😂

  • Harroota sadiitu jira turee... Innii 1ffaan...ahaa ahaa ahaa....jedhee callisee Innii 2ffaan...ahaa ihiii ahaaa ahhaa....jedhee Innii 3ffaan immoo kunoo post kana dubbisa jira🤝😭

  • Hamtuun Isin hin argin, Isin hin rakkisin, Waan dhabdan argadhaa, Nyaadhaati Quufaan Bulaa Isin hundi Nagiyaan naaf bulaa🙌 yoo isinitti tole like 👍 20+ ol godhaa.

  • kolfi umurii nama dheeressa jennan agabuu ciisne kolfaa jirra😁😁🙄

  • Yeroo booyicha namootni arginuu hedduun iddiriin nun adabiin jedhani kannen dhufani dha🤝😁

  • Barrii ittii qarshii 1 kanaan karameellaa 10 bitaacha turree sunis inuma darbe😭🏃

  • Isaa dhugaa waaqaan isiniin jedha...kufaatiin an ammaa kufe dargiin hin kufnee😭😭😭

  • Jireenya koof plan utuun taanee plane ✈️ tu na barbaachisa🥹

  • Jireenyii filannoo dha jedhu😊....inni kankenyaa tokko bakka duwwaa guutii dhaayii?😭😂

  • Nan gaafatiin maaloo Hin himadhu beekee Ganni Kun akkas qorra Jedhee yooman eegee 😤😤

  • mataan si dhukube hospitala yo demte ballessa male kan waranamu *dd*u keedha😢

  • Ijolleen kun garu garaam geesse laataa😭😂 Namoonni yaadattaan react

  • Good morning frl....kun ganamaa haaraa dha...guyyaa keessaan kana uumaa keessan galateeffacha eegaala....have a nice day fam Isin jaalatamtoota 🖤🖤

  • Akkam bultaan hundii keessan specially shamarraan babbaredduun😌🖤🖤😂

  • Sooreessi hirriba hin qabu jetta🥹 ...obboleessa koo atii Garuu Sooruumas, hirribaas hin qabdum😭

  • Channel photo updated

  • Which lock is open?🤔

  • Namoota arifataniif oduu gaaru surre shamarraniitti ziippin akkasitti godhama jiraa

  • 🥺 Biyya Mootummaan Birr Liqeeffatu Keessatti Uumaani Akkamittin Liqeeffachuu dhiisa.😁

Biftuu Tech — tgindex