- Последний пост
- 31 июл. 2025 г.
- Последнее чтение
- 21:21
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 185
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Ergaa Pirezedaantiin Nannnoo Oromiyaa Kabajamoo Obbo Shimallis Abdiisaa Sagantaa gamaaggama raawwii hojii waggaa bara bajataa 2017 Baankii Siinqee Magaalaa Bishooftuu Rizoortii Nooraatti gagageeffame irratti argamuun dabarsan. የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት ክቡር አቶ ሽመልስ አብዲሳ ቢሾፍቱ ከተማ ኖራ ሪዞርት በተካሄደው የባንካችን የ2017 በጀት ዓመት አመታዊ የስራ አፈጻጸም ግምገማ ፕሮግራም ላይ በመገኘት ያደረጉት ንግግር :: #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK

Suuraawwan muraasa sagantaa gamaaggama raawwii hojii waggaa bara bajataa 2017 Baankii keenyaa የባንካችን የ2017 በጀት ዓመት አመታዊ የስራ አፈጻጸም ግምገማ ፕሮግራም በፎቶ ። #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gara Wiirtuu tajaajila maamiltootaa Baankii keenyaa 871tti bilisa bilbiluun gaaffii, yaadaa,qeeqa,komii fi eeruu qabdan birmadummaan dhiyeefadhaa! Deebii quubsaa fi Odeefannoo wayitawaa hubannoo bal’aa waliin argadhaa!! ወደ ባንካችን የደንበኞች አገልግሎት ማዕከል 871 በነጻ በመደወል ያልዎትን ጥያቄ፥ሀሳብ፥ቅሬታ እና ጥቆማ በነጻነት ያቅርቡ። ተገቢ መልስ እና ወቅታዊ መረጃን ያግኙ። Contact our Bank’s Customer Service Center by dialing 871 free and get instant responses and up-to-date information regarding your inquiries, suggestions, complaints, and comments. #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
External Vacancy Announcement 1 Branch Manager-I 2 Branch Manager 3 Manager-Banking Operation Management-I 4 CSM II 5 CSMІ 6 SCS0-Cash-I 7 Senior Customer Relationship Officer 8 Senior Internal Controller-II 9 Internal Controller 10 Digital Banking Service Officer 11 IT & HW Technicia 12 Institutional CRM I 13 Siinqee Ihsan CRM 14 Banking Operation Officer 15 Contact Center Agents-For external Contact Center 16 MF & Retail CRM Notice -Terms of Employment: is Permanent After Probation Period -Registration Date: 7 (seven) Consecutive days after the vacancy announcement. -Only short listed candidates will be contacted. -How to Apply: - Interested applicants who meet the above requirements can apply on line at https://vacancy.siinqeebank.com/ -Contact Phone: +251115571135 -End date: August 3, 2025 NB: As part of our hiring process, it is mandatory for all applicants to submit specific credentials or documents. This includes, resume, Cover letter, MA/BA degree, Certifications 8th to 12th grade and recent work experiences from the current working organization is mandatory.. #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
видео или голосовое, без подписи
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER Translation: om-en The price of the purchase and sale price of the foreign exchange rate today የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ. Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of today #Siinqee_Bank #Bank_Bank #Since_Digital #Sinqee_Ihsan #Financial_Incusion #Empowered_Together JOIN| SIINQEE BANK
Juma'aa Gaarii Isiniif Hawwina! መልካም ጁመዓ ይሁንልዎ ! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Tajaajila Baankiin keenya kennu irratti odeeffannoo wayitaawaa fi amansiisaa argachuuf miidiyaalee hawaasaa keenya hordofaa; maatiis ta’aa! ባንካችን ስለሚሰጠው አገልግሎት ወቅታዊ እና ተዓማንነት ያለው መረጃ ለማግኘት የማህባራዊ ገጾቻችንን ይከታተሉ! ይወዳጁ ! Follow us on our social media platforms to receive the latest updates on our services, promotions, and financial tips. #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Miiltoon ofii bakka nama qaqqabuu hin dandeenyetti, michuun namaaf liqeessuuf yeroo humna hin qabnetti, wabiin keessan yeroo mara itti gammaddan Tajaajila Liqii Dijiitaalaa Baankii Siinqee "Wabii" fayyadamaa! የልብ ጓደኛዎ ሊደርስልዎት በማይችልበት ሁኔታ ፣ ወደጅዎ ሊያበድርዎ አቅም በሚያጣበት ጊዜ መፍትሄ የሚሆንልዎ የሁልግዜ አጋር እና ዋስትናዎ የባንካችን ዲጂታል የብድር አገልግሎት “ወቢ”ን ይጠቀሙ! When urgent financial needs arise and your best friend is out of reach or a loved one can’t lend a hand, “Wabii,” our digital financing service and your reliable guarantee, has got your back! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANk
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Maallaqa roga addunyaa kamirraayyuu michuuwwan keessan baargamaa irraa karaa 'swift code' keenya - SINQETAAn ykn karaa dhaabbilee daddabarsa maallaqaa idil-addunyaa bebbeekamoo ta'an karaa 'Ria' 'Dahabshiil' fi 'EthioDash' isiniif ergame fudhachuuf Baankii keenya filannoo keessan taasifadhaa.Milkaa’ina keessaniif Filannoon keessan yoomiyyuu baankii keenya haa tahu. ከየትኛውም የዓለም ክፍል ከሚገኝ ወዳጅ ዘመድዎ በባንካችን ስዊፍት ኮድ SINQETAA ወይም በዓለም አቀፍ ገንዘብ አስተላላፊ ወኪል በሆኑት፣ ሪያ ደሀብሺል እና ኢትዮ ዳሽ በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ በፍጥነት ለመቀበል ባንካችንን ምርጫዎ ያድርጉ፡፡ከእኛ ጋር ይስሩ፣ በአገልግሎታችን ይረኩበታል። Access funds sent from friends and family around the world using our SWIFT code: SINQETAA or via trusted international money transfer agents – Ria, Dahabshiil, and EthioDash. #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
"Baankiin Siinqee kan uummata oromoo hundaati. Rakkoo qusannaa fi liqii uummata keenyaa hundee irraa furuuf kan hundeeffameedha. Baankichi erga hundeeffamee waggoota muraasa keessatti akka biyyattiitti baankii dorgomaa ta'uu danda'eera. " - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa. Baankii Siinqee Tokkummaan gara milkaa'inaatti! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Torbee hojii gaarii isinif haa ta'u! Tokkummaan gara Milkaa'inaatti! መልካም የስራ ሳምንት ይሁንላችሁ! በአንድነት ወደ ስኬት! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK
Siinqee Dijitaal , tajaajila baankii ammayaa fi kalaqa teekinoolojii jabanaa filannoowwan hedduu waliin isiniif dhihaate fayyadamuun Bittaa fi gurgurtaa guyyaa boqonnaa keessan raawwattan hundaaf yaadaa fi yaaddoo tokko malee haala salphaa fi mijaataan ta'een kaffaltii keessan raawwadhaa! የሲንቄ ዲጂታል ዘመናዊ የባንክ አገልግሎቶችን እና ከብዙ አማራጮች ጋር የቀረበልዎትን ዘመኑን የዋጀ የቴክኖሎጂ ትሩፋትን በመጠቀም በዕረፍት ቀናትዎ ለሚያከናውኑ ግብይት ያለምንም ጭንቀት እና ሀሳብ በቀላሉ ክፍያዎን ይፈጽሙ። Experience the convenience of Siinqee Digital modern banking services! With our advanced technology and wide range of options, you can easily and securely make payments for weekend transactions—no worries, no stress. Enjoy your weekend with peace of mind #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER JOIN| SIINQEE BANK