Siinqee Bank
СтатистикаSiinqee Bank – Licensed by National Bank of Ethiopia (NBE) Official Account - https://t.me/SiinqeeBanksc 🌐 https://siinqeebank.com 📍 Ethiopia | Available 24/7 📞 +25111 557 1160 / 871
- Последний пост
- 10:38
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 46
- Всего постов
- 1 625
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- В каталоге с
- 12 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 4 946
- 1/48двое суток
- 5 829
- 1/72трое суток
- 6 286
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
Baankiin Siinqee fi Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Waliigaltee Walhubannoo Mallatteessan Baankiin Siinqee fi Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa dameewwan daldalaa fi misoomaa garaagaraa irratti waliin hojjechuuf kan isaan dandeessisu Waliigaltee walhubannoo Tarsiimawaa (MoU) har’a, jechuunis Hagayya 12, bara 2018 Hoteela Iskaayilayititti mallatteessan. Waliigaltichi bakka Pirezidaantiin Baankii Siinqee Obbo Nawaay Margaasaa fi Hoji Gaggeessaa Olaanaa Korporeeshinichaa Injiinar Ashannaafii Dhaabaa akkasumas hoggantoonni olaanoon dhaabbilee lameenii argamanitti sirna hoo’aa ta’een mallatteeffamera. Pirezidaantiin Baankii Siinqee, Obbo Nawaay Margaasaa saganticharratti akka ibsanitti, sadarkaan guddinaa baankichi amma irra ga’e kun dhaabbilee gurguddoo waliin hariiroo uumee hojjechuun ce’umsa diinagdee biyyaalessaa fiduuf carraa guddaa kan uumudha. Gama biroon Hoji Gaggeessaan korporeeshinichaa Injiinar Ashannaafii Dhabaa, guddina saffisaa Baankii Siinqee dinqisiifachuun, waliigaltichi hojiiwwan Korporeeshinichi damee Manufaakcharingii (manufacturing), dhiyeessii maashinootaa fi dameewwan kanaan walqabatan irratti hojjetu daran akka cimsuufi akka guddisu ibsaniiru. ሲንቄ ባንክ እና የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን የስትራቴጂክ ትብብር ስምምነት ተፈራረሙ ሲንቄ ባንክ እና የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን በዘርፈ ብዙ የቢዝነስ እና የልማት መስኮች ላይ በትብብር ለመስራት የሚያስችላቸውን ስትራቴጂካዊ የመግባቢያ ስምምነት ዛሬ ነሐሴ 12 ቀን 2018 ዓ.ም በስካይላይት ሆቴል ተፈራርመዋል። የመግባቢያ ስምምነቱ የሲንቄ ባንክ ፕሬዝዳንት አቶ ንዋይ መገርሳ እና የኦሮሚያ ኮንስትራክሽን ኮርፖሬሽን ዋና ስራ አስኪያጅ ኢንጂነር አሸናፊ ዳባ የሁለቱ ተቋማት ከፍተኛ አመራሮች በተገኙበት በይፋ ተፈርሟል። በፊርማ ስነስርዓቱ ላይ የባንኩ ፕሬዝዳንት አቶ ንዋይ መገርሳ እንደገለጹት፥ ባንኩ የደረሰበት የዕድገት ደረጃ ከግዙፍ ተቋማት ጋር በትብብር በመስራት አገራዊ የኢኮኖሚ ሽግግር ለማምጣት የሚያስችለው ነው። የኮርፖሬሽኑ ዋና ስራ አስኪያጅ ኢንጂነር አሸናፊ ዳባ በበኩላቸው የባንኩን ፈጣን እድገት አድንቀው፥ በዚህ ስምምነት ኮርፖሬሽኑ በማኑፋክቸሪንግ፣ በማሺነሪ አቅርቦት እና በተያያዥ ዘርፎች የሚያከናውናቸውን እንቅስቃሴዎች በእጅጉ እንደሚያሳድገው ተናግረዋል። #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #Financial_Inclusion #EMPOWERED_TOGETHER

Waliin hojjeechuun, waliin milkoofneerra! Ifaajjii waloon , milkaa’ina dachaa galmeessineerra! Nu waliin waan hojjettaniif, galma keenyaas tumsitaniif Galatoomaa! Torbee Hojii Gaarii ! Baankii Siinqee Tokkummaan gara Milkaa'inaatti! በጋራ በመስራት፣ በጋራ አሳክተናል! በጋራ ጥረት፣ ድርብ ድል አስመዝግበናል! ከእኛ ጋር ስለሰራችሁና ግባችንን ስለደገፋችሁ እናመሰግናለን! መልካም የሥራ ሳምንት! ሲንቄ ባንክ በአንድነት ወደ ስኬት! Together, We Succeed! Through our collective efforts, we have achieved remarkable success! Thank you for working with us and supporting us in achieving our shared goals! Have a Productive and Successful Week ahead! Siinqee Bank Empowered.Together! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
Sanbata eebbifamaa, waan gaarii hundaan guutame isiniif haa ta'u! መልካሙ ሁሉ የሚያጋጥምዎ ብሩክ ሰንበት ይሁንልዎ! #Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan #EMPOWERED_TOGETHER