tgindex

Odaa Technology Team

описание

Barnoota Teknolojiin wal qabatan hundaa asii argattu.

2 292
подписчиков
Охват к подписчикам
53,1%
ERR
Реакции к просмотрам
0,25%
61 на 21 постов
Пересылки к просмотрам
0,21%
52
Постов в день
0,0
всего 22

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 12 июл.без подписи1,82%
  • 25 маяNamoota telegram fayyadamtan hundaaf: Yeroo ammaa Itoophiyaa keessatti akka tasaa telegram keessan irraa logout gootaanii ykn bilbila jijjiirtanii deebitanii gara telegram tti login gochuuf maallaqa isin gaafata. Kanaaf yoo akkasitti isin gaafate app telegram keessan isa kanatti jijjiiraa...sana booda isiniif hojjeta. Galatoomaa🙏 Guyyaa gaarii🙏🙏🔥1,77%
  • 12 мар.OF EEGGANNOO❗️❗️❗️❗️ *Very Very Urgent !* Please pass this message to your family and friends now. People have been receiving calls from these numbers:- Tel: +947 Tel: +371 Tel: +371 Tel: +563 Tel: +370 Tel: +255 or any number starting from +371 +375 +381 These guys only ring once and hang up. If you call back, they can copy your contact list in 3sec and if you have a bank or credit card details on your phone, they can copy that too. +375 code is for Belarus. +371 code is for Latvia. +381 Serbia. +563 Valparaiso. +370 Vilnius. +255 Tanzania. Don't answer or Call back. Also, Don't Press #90 or #09 on your Mobile when asked by any caller. It's a new trick which is being used to access your SIM card, make calls at your expense and frame you as a criminal. PLEASE FORWARD this message to as many friends as you can to stop any intrusion!!! From Cyber Crime Department0,49%
  • 1 маяAI that work offline AI interneetii ykn daataa malee hojjetu0,49%
  • 17 февр.Ramadaanni guyyaa borii akka eegalamu ifoomeera. Obboleewwan keenya muslimaa hundi Ramadaan Mubaarak!🙏🙏🙏0,47%
  • 16 янв.RIP😥0,47%
  • 28 янв.Kun Raajiidha!! Dhalli namaa kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu nama jechisiisa. Namni suuraa irratti argitan kun #AlexHonnold jedhama. Lammii biyya Ameerikaati. Biyya #taiwan tti gamoo #taipei jedhamuun beekamu kan meetira 508 ykn darbii 101 lafarraa ol fagaatu gargaarsa meeshaa tokkoo malee gamicha ala isaarra deemuudhaan koree addunyaa dinqisiise. Ani yoo xiqqaate viidiyoo sana yeroo heddu deddebi'ee ilaalee kanaafan namni kutannoo qabaannan waan dadhabe hin qabu jedhe. Mee tilmaamaa gamoo 508m ol fagaatu miti, mana 4m lafarraa fagaatu koranii gadi ilaaluun hammam akka namatti ulfaatu. Alex garuu gamoo kana erga koree fiixee isaarra bahee booda kolfaa selfie ka'aa ture. Namni kun kanaan duras dhagaa qilee dheerina meetira 915 qabuu koree addunyaa ajab jechiisisee tire. Waa'ee nama kanaa maal jettu? Maaltu isinitti dhaga'ame.0,16%
  • 16 окт. 2025 г.без подписи0,09%
  • 16 февр.Viidiyoo 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CQeAeJ7iG/0,08%
  • 16 февр.без подписи0,00%
  • 16 февр.без подписи0,00%
  • 2 февр.Nagaa bultanii? Naannoo isin jiraattanitti bunni siiniin tokko eessa gahe? Nu biraa 40 bira darbee 60 gahuufi🤔0,00%