tgindex
Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Oromia Industrial Parks Development Corporation (OIPDC)

Статистика

Official Channel, www.oipdc.org, oroindustrypark@gmail.com, https://www.facebook.com/KMPIO

Последний пост
7 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
1 032
+2 за 3 дн.
Сутки
+1
+0,10%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
258
21 постов
Вовлечённость
25,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
204
1/48двое суток
233
1/72трое суток
252

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/oEaXQCv_biM?si=PUUt9SS9tMGyGtVs

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa Naqamtee keessatti Dameen Ijaarsaa KMPIO Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 27/2018 tin biqiltoota nyaataa gosa adda addaa Appilii 100 fi Avocaadoo 250 waliigala biqiltoota 350 dhaabe.

  • Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa/KMPIO/ Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 27/2018 Paarkii Industirii Qonna Qindaa'aa/PIQQ/ Bulbulaa keessa biqiltuu dhaabe. Sagantaan kun hirmaannaa hojjattota PIQQ Bulbulaa fi KMPIO tiin kan raawwatameedha. Ashaaraa Magariisa Bara kanaatiin biqiltuun nyaataa gosa adda addaa paarkii kana keessaa dhaabuun kan gaggeeffameedha. Isaanis:- 1. Paappayaa 1,022 2. Maangoo 706 3. Moringa 535 4. Avocado 43 Waliigala biqiltoota nyaataa 2,306 dhaabbateera. Hirmaannaa namaatiin KMPIO irraa Dhi 56 Dub 16 Ida'ama 72 PIQQ Bulbulaa irraa Dhi 44 Dub 29 Ida'ama 73 Waliigala Dhi 100 Dub 45 Ida'ama 145 hirmaatanii jiru.

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Korporeeshiniin Misooma Paarkiwwan Industirii Oromiyaa Rakkoo Ibsaa Bishaan PIQQ Bulbulaa Mudate Hiikuu Irratti Marii Gaggeesse. Marii kanarratti KMPIO irraa Obbo Abarraa Guutamaa Daarektara Ijaarsaa fi Obbo Geetaahun Addunyaa kan argaman yoo ta'u, Aanaa Xiyyoo irraa Itti Gaafatamaa Ijaarsa Paartii Obbo Kaabboo fi Itti Gaafatamaa Nageenyaa Obbo Abdallaan argamaniiru. Ganda Morqicha Qobboo irraa Obbo Mohaammad Bulchaa Gandichaa fi hoggansi biroon kan argaman yoo ta'u, uummata keessaa abbootii gadaa, jaarsota biyyaa fi caasaan milishaa argamanii jiru. Rakkoon ibsaa amma nu muudate kun harkifannaa hojii humna ibsaa irraa kan ka'e ta'uu hawaasa keessaa qaamonni argaman kan kaasan yoo ta'u, akkuma Ji'a Caamsaa keessa boolla poolii dhaaban qotuu eegalaniin osoo hojiin kun itti fufeera ta'ee ooyruun qotamee sanyiin faca'ee osoo hin margin hojii kana xumuuruun akka danda'amu kaasanii jiru. Yaa ta'u malee yeroo ammaa midhaan margeera waan ta'eef nu qaamonni har'a marii kana irratti argamne hojiin kun kireeniin osoo hin taane humna namaatiin midhaan akka hin balleessinetti akka hojjatamu amannee fudhannus qonnaan bultoota 15-18 ta'n hojiin kun ooyruu isaanii keessa qaxxaamuru mariisisuun amananii akka fudhatan gochuun barbaachisaadha. Kanaafuu, hoggansi aanaa, gandaa fi abbootiin gadaa fi jaarsonni biyyaa har'a marii kanarratti argamnee hojii misoomaa kana akka hojjatamu amannee fudhanne Adoolessaa 28/2018 qonnaan bultoota kana asuma Goljaatti waamnee amansiisuun hojiin kun akka hojjatamu gochuu qabna jechuun hirmattonni ofitti fudhachuun irratti walii galamee jira.

  • без подписи