tgindex
HINKOSA ASEFA AMANU OFFICIAL TELEGRAM

HINKOSA ASEFA AMANU OFFICIAL TELEGRAM

Статистика

BAGA NAGAAN DHUFTAN!   ✅ Carraa Hojii Bizinesii: ✅ Leenjii Gahumsaa:   ✅ Barnoota Xiinsammuu:   ✅ Jechoota Hayyootaa: Linkii armaan gadii cuqaasuun nu dabalamaa: 👇👇👇 🔗 https://t.me/oromticha430 #Share godhaa! Garee hundaaf 👁👉09 47 25 64 23

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
21
Всего постов
221
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
856
−2 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
64
40 постов
Вовлечённость
7,5%
к подписчикам
Постов в день
3,0
всего 221
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
57
1/48двое суток
65
1/72трое суток
70

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Beeksiisa Kana Share Waliif Godhaa Godina Shawaa Lixaa(Amboo) Barsiisota Bay'ee barbaada Muxannoo 0 n Telegram irraan. https://t.me/oromticha430

  • “Sadarkaan nuti itti ol kaane caalaa, gad of qabnee deemuu qabna.”

  • Gorsa xinnoo kana HUBADHU! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Bagan kufes; bagan ka'es, kan Albeenis danqaraanis natti fiigu argeera jette dullattiin Sa'aa. Mudannoon rakkinaa yeroo tokko tokko eenyummaa hiriyoota kee dhugaa hedduu si barsiisa. Nama hundumaaf gaarummaa yaadi, garuu hiriyaa filadhu!” jedhu Giriikonni. Gorsa Xinnoo kana Qalbifadhu! Namaaf jettee yeroo kee hin gubin! Jaallatamuufis ta'ee jaalachuufis jettee hin rakkatin! Kan eenyummaa kee beeku si jaallata. Waan gaarii gootu hunda gatii isaa ilma namaa irraa hin eggatin waaqarraa galata argatta. Nama tokko jaallattee yoo dhabde itti hin gaddin sababni isaa waaqayyo nama sana akka inni siif hin taane waan beekuuf sirraa qabe. JAALALLI DHUGAA: Dhoksaa hin qabu. Gaabbii hin qabu. Jibba hin qabu. Wal tuffii hin qabu. Wal komii hin qabu. Walitti mufachuun yoo jiraates walirraa fagaachuu hin qabu. Jaalalli dhugaa onnee qulqulluu qofa barbaada. HIRIYAAN GANTUUN WAA SADII (3): ➊. Qoree bishaan keessaa ➋. Bofa marga keessaa ➌. Summii midhaan keessaati. HIRIYAAN DHUGAA WAA SAGAL(9) Garuu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha. ➊. Abdii jiruu ➋. Obsaa jiruu ➌. Gorsaa jiruu ➍. Qajeelchaa karaa ➎. Dawaa sammuu ➏. Irkoo guyyaa rakkoo ➐. Galma geessaa kaayyoo keeti. ➑. Jajjabeessaa hojii keeti ➒. Gorfataa karaa guddinaa Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya. Maaliif seete, diina akka diinatti beektee irraa fagaatta. Garuu hiriyaan gadheen si fakkaatee si nyaata. Kaayyoon Hiriyaa Gadhee: ➊. Jireenya kee balleessee namaa gadi si godhuu. ➋. Agartuu kee jamsee ija kee balleessuu. ➌. Miila kee mummuree tarkaanfii si dhorkuu. ➍. Harka kee si hidhee hojii irraa si hambisuu. ➎. Sammuu kee maraachisee baasee si salphisuu. ➏. Jaarsaa fi Jaartii Addaan baasee kophaatti si hambisuu. ➐. Fuudhaa fi heeruma dhorkee manatti si hambisuu. ➑. Uummata keessatti maqaa kee xiqqeessuu dha... HIRIYAAN DHUGAA HOO? ➊. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa. ➋. Yoo gaarii hojjatte gammachuu siif qaba. ➌. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama. ➍. Bakka ati hin jirretti toltuu kee haasa'a. ➎. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara. ➏. Olfuudhee si baatee tabarra si dhaaba. ➐. Kabaja siif laatee maqaa kee ol qaba. ➑. Gammachuu kee gammadee, gadditus si wajjin gadda. ➒. Dhibee kee hundumaaf qoricha. https://t.me/oromticha430

  • Of jijjiiruun hammam akka ulfaatu ilaali, nama biraa jijjiiruu danda'a jettee yaaduun hammam gowwummaa akka taʼe ni hubatta. —Jacob M.Braud ━━━━━━━━━━━ https://t.me/oromticha430

  • IYYANNOO LUBBUU WARAA: WAAQAYYOO HIN CALISU! Baay’ee nama gaddisiisaa! Mee namni kamiyyuu sammuu nagaan haa ilaalu! Meeshaaleen waraanaa gurguddoon kun, Dirree waraanaa irratti osoo hin taane, Qotee bulaa Oromoo, waan tokko hin beekne, Kan ijoollee isaa guddifachuuf halkanii fi guyyaa akka wal-diggeessaa biyyee haadhu irratti dhukaafamaa jiru!  Yoo xiqqaate guyyaatti lubbuu nama afurtamaatu wareegama. Mootummaan biyya bulchuuf aangoonni siyaasaa gurguddoon yoo calisanillee, Waaqayyo lubbuu kanaaf hin calisu! Hunduu guyyaa isaa eeggatee waan facaasaa jiru kana hammachuuf jira!  — Barsiisaa Hinkoosaa Asaffaa Amanuu (Warra Xiqii) https://t.me/oromticha430

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Oda Bultum University Vacancy Announcement for 2019 E.C Academic year ..... OBU August 10/2026..... Appilication dates: August 11-24/2026 https://t.me/oromticha430

  • FINFINNEEN KAN KEENYA! Mee takka irra diddichuu ree? Akka dinnicha arfaasaa! Finfinnee, Aradaa Tufaa Munaa, Qe'ee Qajeelaa Doyyoo— Kan keenya, kan keenya dha!  Maal taane jenna wayyoo? Qe'ee Doorii Doddottoo, Qe'ee Maramee Harqaa! Akkamiin dhabna harkaani?  Salphaatti asi hin geenye, Hormiis unuu hin deenye! Ilmaan qaalii itti dhabnee, Lafeedhaan itti cabnee; Dhiiga qaalii loolafnee, Goota hedduu kolaafne!  Xiqqaa guddaan wal waamnee, Qabsoo walitti dhaamnee; Qeerroo fi Qarree waamnee, Tokko tokkoon wareegamnee!  Oromoo fi Oromiyaa, Qabeenya keenya deegaa; Finfinnee keenya eegaa, Sadarkaa kanaan as geenyee!  Kanaafuu... Finfinnee irratti eenyuunuu hin dhageenyu, Rorroo karaa Finfinneen dhufus takka hin fudhannu! Biyya irratti gurrarraa, lataa fannifamee; Biyya Eebbisaa Addunyaa irraa harkifamee... Nuti takkaa dabarsinee hin laannu!  Finfinneen Mootummaa Naannoo Oromiyaa jala buluu qabdi!  — Barsiisaa Hinkoosaa Asaffaa Amanuu (Warra Xiqii)

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи