tgindex
Riyad Abdo Officials

Riyad Abdo Officials

Статистика

አሰላሙ አላይኩም Riyad Abdo ነኝ በቻናሌ አዳዲስ ነሺዳዎች ግጥም አልበም ከቨር ነሺዳዎች የተለያዩ ኢስላሚክ አርቶችን ታገኙበታላቹ ቤተሰብ ይሁኑ :: | ይህንን ቻናል የከፈትኩበት አላማ አላህ በሰጠኝ ተሰጦ እራሴ ተጠቅሜ እንዲሁም ዑማውን ለመጥቀም ነው። ዱንያዬም ሆነ አኼራዬንም እንዲያሳምርልኝ ዱአ አድርጉልኝ

Последний пост
5 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 938
−2 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
416
20 постов
Вовлечённость
21,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ተለቀቀ Gadi Dhiifameera 👆👆👆

  • https://youtu.be/UhlByJWbuPc?si=yjMp60DZSK2WTKYc

  • 4 июл.192101

    Sanbata Guddaa Galgala saati 2:00 irratti nuu eega karaa toora YouTube koo Riyad Abdo Official Liinkin comment jela jiraa subscribe gochaa nu eega እሁድ ማታ 2:00 ስአት ላይ ይጠብቁ በ Riyad Abdo official

  • 8 мая643212

    Milkiin Kee Milkii Kooti! ​Obboleessako ani hunda caalaa jaalladhu, har'a hojii kee isa dhiibba uumu (Impactful) kanaan yeroo ati mul'attu arguun koo naaf Gammachuu guddaadha. Galmi ati geesse kun dadhabbiin kee bu'aa akka qabu ragaan ba'a. ​Kitaabni kun dubbistoota baay'ee bira ga'ee jireenya namootaa irratti jijjiirama akka fidu nan amana. Ofitti amanamummaa fi dandeettii kee kanaan gammachuuf, jaalala guddaan siif qaba! Jihad Mohamed ​#Viral #newbook #brotherhood #growth

  • Waraanni siif darbame Osoo qomakoof ta'ee

  • Jabaatera shawqiinke 💚💚💚

  • Sitti baqanne nu Araarami

  • 1 апр.449111

    Palestine Mirga ofiitiif falmachuun Jaraaf yakka ta’ee badii Warra itti roobaa jiru Boombiin samii irraa gadi, Hamminni ilmaan yahuudotaa Kan jaratti ta’e 'aazaa' Hirkoo ta’iifii gaachani Rahmaan Falasxiiniif gaazaa Warri jallinaan guutamuun Naatoo namummaa gurguran Warri humnaan bara dheeraaf To’achuun gaazaa ugguran, Warri har’as daguuggiidhaan Lammilee nagaa hunkuran.... Hirree keetu nurraa cabsaa Rahmaan harka nuuf diriirsi Muslima afaan tokko godhii Humna cimaan nuuf hiriirsi. Islaamummaaf dhiibamani Saamamanii lafaaf biyya, YaaRabbi ati nuuf gargaari Birmadhuuf dhaga’ii iyya. Lubbuu lammii nagaa tiksii Haqa kenniif abbaa maluu Diina jaraa humna buusi Haamaas mirgaan akka galuu Erga waggaa shantamaatii Gabrootakee ijji hin qoorree Gargaarsakee male-n moonu Nuti hagamiyyuu joorree Humna keetu mara moo’ee Gufuu karaarraa nuuf maqsaa Yaa Allaah nuuf bilisoomsi Manakee masjiida Aqsaa..!

  • Eid Mubarek

  • Osoo dheebun keenya, siin ba’ee hin dhumatin🥺, Tasa nu dhiistee deemte, osoo nu hin dhaggeeffatin. Jaalala keetiin nu mamsiistee, akka waan hin deemneetti Gargar ba’iinsi dhufe, onnee keenya cabsuutti. Yaa Allaah! Sooma keenya, rahmataan nurraa qeebali, Dhiifama kee nuuf kenni, bifa gaariin nu ilaali. ​Waggaa dhufutti nu ga’i, nagaa fi gammachuudhaan, Jannata kee nuuf kenni, badhaasa fi rahmataan. Amin 🤲🤲🤲

  • https://youtu.be/-C3khyZJLGw?si=E7tc_Vsj1DafMaqG

  • Riyad Abdo Officials pinned «https://youtu.be/rsW7OYzwROg?si=Ye0HsX38urdERPkl»

  • https://youtu.be/rsW7OYzwROg?si=Ye0HsX38urdERPkl

  • 10 Thank You Galatooma

  • Channel photo updated

  • Asiin seena 👇👇 https://youtu.be/rsW7OYzwROg?si=j49f_fZOWuKK_ENj

  • Ardha Galgala liinki asii gad jiruun argattu saati 2:00 irratti 👇👇👇 https://youtu.be/rsW7OYzwROg?si=c-pRNJh_yHVA2TDK

  • Bor galgala saati 2:00 irratti https://vt.tiktok.com/ZSmvKCCN7/

  • https://youtube.com/@riyad-abdo?si=_-wfAh0F8JgK0l-q

  • I.Allah Hoji Haara qabanne dhufaa jirra amma sanatti YouTube koo seenati subscribe naaf godha 👇👇👇 https://youtube.com/@riyad-abdo?si=6sT8yL4ZDjQXQ1cD

Riyad Abdo Officials — tgindex