tgindex
Dr.heran official 👩‍⚕

Dr.heran official 👩‍⚕

Статистика

Hello everyone I'm dr heran for health and health education I'm teacher you have a questions Inbox me write. for advertising work Inbox me

Последний пост
23 авг. 2025 г.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Криптовалюты (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
4 179
+4 за 4 дн.
Сутки
+1
+0,02%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
5 086
20 постов
Вовлечённость
121,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • #Dhiiguufi Durbummaa *** Gaaffiilee yeroo baay'ee keessaan gaafataman irraa haa eegallu:- 1. Durbummaan maali? 2. Yeroo shamarri tokko jalqaba wal quunnamtii saalaa gootu dhiiguun dirqamaa? 3. Yoo dhiigni hin jiraanne durbummaa hin qabdu jechuudhaa? 4. Durbummaan wal quunnamtii saalaa osoo hin raawwatiin baduu danda'aa?      •#Durbummaan maali? Karaalee garagaraa waan hiikni itti kennamuuf, hiikni kallattii durbummaaf kaa'ame hin jiru. Karaa ilaalcha wal quunnamtii saalaan yeroo fudhatamu, shamarri tokko durbummaa qabdi kan jedhamu, tasumaa wal quunnamtii saalaa kan gootee kan hin beekne yookaan dhiira faana kan wal hin beeknedha. Karaa ilaalcha hawaasaan immoo, durbummaan akka haamilee, qulqullummaafi dhaabbii hawaasaatti kan fudhatamudha. ~>Karaa fayyaanis (Medical considerations) akka biraan ilaalama. Kanneen olii irraas addadha. Akkanuma durbummaa waan jedhamu hiika anatoomiifi fiziyooloojii mataa isaa danda'e hin qabu, karaa fayyaatiin yeroo ilaalamu. Sababni isaas, waan namoonni baay'een durbummaa jedhanii waaman yookaan beekaniifi meembireeniin qaama saalaa dubartootaa haguugee argamu kan "Hymen" jedhamu gargar waan ta'eefidha. •#Meembireenii ulaa qaama saalaa dubartootaa (Hymen) maali? ~> Hymen'n meembireenii haphiifi dhisamaa  haga ta'e yookaan guutuutti ulaa qaama saalaa dubartootaa haguugee kan argamudha. Hammiifi yabbinni isaa namaa namatti, akkanuma yeroodhaa yerootti garagarummaa kan qabaatudha. Sababoota garagaraan tarsa'uu yookaan baduus kan danda'udha. Sababoonni itti tarsa'uu danda'us:-    - Yeroo wal quunnamtii saalaa jalqabaa     - Vaginal cup (Kan yeroo marsaa laguu dubartoonni fayyadaman) fayyadamuun     -  Hojiilee ulfaatoofi ispoortii garagaraan     -Miidhaa balaan dhaqqabuun     -Uumamaanis jiraachuu dhabuu mala.  ~>Kanaaf, yeroo hundumaa yoommuu wal quunnamtii saalaa jalqaba godhan dhiiguun dirqama miti. Kanaan dura wal quunnamtii saalaa godhuu baattullee carraan dhiiguu 43% qofa. Perseentii baay'een dhiiguu dhiisuu danda'aa jechuudha. Kanaafuu, dhiiguu waan dhiifteef durbummaa hin qabdu jechuu hin dandeenyu. Akkanuma wal quunnamtii saalaan alattis meembireeniin armaan olii sun tarsa'uu waan maluuf wal quunnamtii saalaa qofatti wal qabsiisuu hin qabnu.  Eeyyeen, dhugaan karaa fayyaa jiru kanadha. Fayyaa hin dhabiinaa! https://t.me/heran_official

  • видео или голосовое, без подписи

  • HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA) Hir'ina dhiigaa jechuun yoo dhiigni diimaan qaama keenya keessatti argamu haga barbaachisuu irraa gadi bu'u jechuudha. MALLATTOO ISAA 1. Dadhabbii, afuurri cituu, harkii fi miilli dilallaa'uu 2. Mataa dhukkubbii lafti namaan maruu, waa yaadachuu dadhabuu. 3. Dha'annaan onnee oduma taa'anii akka nama fiiguu namatti dhaa'amuu 4. Gurra keessaa namatti iyyuu, dhamdhamni nyaata namatti jijjiiramuu fi kkf. MAALTU HIR'INA DHIIGAA FIDAA? 1. Dhiiguu kanneen akka dahumsaa, marsaa laguu, kintaarootii fi kkf. 2. Hir'ina viitamin B. 3. Hir'ina elementii ayirenii (Iron) 4. Dhukkuba garaachaa 5. Raammoo garaa (hook worm) 6. Dhukkuba busaa (malaria) 7. Dhukkuba kalee yoo baayyee namarra ture 8. Dhukkuboota lafee (bakka itti dhiigni oomishamu) miidhan. 9. Dhukkubootni biroo kan yeroo dheeraaf namarra turan illee hir'ina dhiigaa ni fidu. NYAATA KAM NYAANNEE OF WAL'AANNAA? 1. Hundee diimaa 2. Timaatimaa fi loomii 3. Tiruu 4. Kuduraalee fi muduraalee. 5. Damma fi Aannan 6. Nyaata armaan olii kana yoo nyaannu bunaa fi shayii waliin dhuguu hin qabnu. Kunis xuuxamuu iron waan hir'isuuf. Fayyaan Faaya Dr. Gurmeessaa https://t.me/heran_official

  • видео или голосовое, без подписи

  • Qaamni saalaa dhiiraa gosoota garagaraatu jira. Qaamni saalaa dhiiraa tokko kan biraatiin waan hundaan wal hin fakkaatu. Hundi isaanii "quality" mataa isaanii qabu. Gosoota qaama saalaa dhiiraa keessaa muraasni :- 1. Qaama saalaa osoo hin ka'in xiqqoo ta'ee gaafa ka'u garuu baay'ee guddaa ta'u (Growers) 2. Qaama saalaa osoo hin ka'in guddaa ta'e, gaafa ka'us jabeenya malee guddinni isaa baay'ee hin jijjiirame (Showers) 3. Qaama saalaa gaafa ka'es xiqqoo ta'e (Inch 3 gadi) 4. Qaama saalaa gaafa ka'e baay'ee guddaa ta'e (Inch 7 ol) 5. Qaama saalaa jalli isaa furdaa ta'ee, fiixeen isaa qal'aa ta'e 6. Qaama saalaa jalli isaa qal'aa ta'ee fiixeen isaa furdaa ta'e 7. Qaama saalaa gara oliitti jallatu 8. Qaama saalaa gadi jallatu 9. Qaama saalaa gara bitaatti jallatu 10. Qaama saalaa gara mirgaatti jallatu 11. Qaama saalaa gaafa ka'e hidda dhiigaa gurguddaa qabu 12. Qaama saalaa rifeensa qabu (Hairy penis) fi kkf Isaan kanneen keessaa kamtu baay'ata jettanii yaaddu? https://t.me/heran_official

  • Dhibee Walqunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu (Premature Ejaculation) ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa dhangala'u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Waqxii tokkoof nama mudatee baduus danda'a, namoota tokko tokkorrammoo turuu danda'a. Dhibee kana kan fidu kana jedhamee quba itti qabamee adda baafamuu baatus kanneen armaan gadii waliin ta'anii harka keessaa qabu. 1. Dhiphina/muddama sammuu (stress) 2. Yeroo hedduu garmalee gadduu (depression) 3. Sodaan walqunnaamtii saalaa hin danda'u jedhu dursee sammuu keessa jiraachuu. 4. Miira balleessaa qabaachuu (guilt) namatti dhaga'amuu 5. Rakkoon hariiroo jaalalaa (relation ship) jiraachuu. ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• AKKAMIIN OFGARGAARUU DANDEENYA? ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Namoota rakkoo kana qaban keessaa 95% osoo qoricha mana yaalaa hin barbaadiin maloota armaan gadii kana keessaa kan isaaniif ta'u fayyadamanii dhibee kana ofirraa balleessu. 1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa. 2. Qofaatti shaakaluu. Kun mala tuttuquu (masturbation) fayyadamuun yoo sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu gidduutti dhaabuudha. Ammas irra deddeebi’anii hojjachuudhaan of shaakalsiisuudha. Yoo kana godhanyoo qaamaan haadha manaa yokaan jaalallee isaanii bira deeman illee qabachuu danda’an. 3. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saalaa dhiiraa (penis) qaamarraa itti ka’u jalaaan jabeessanii gadi qabuu (Squeezing) akka dafee hin dhangalaane gargaara. Kanas qofaa ofii shaakaluun gaariidha. 4. Yoo qunnaamtii saalaa goodhamu guutummaa guutuutti yaada keenya qaama saalaa keenyarra kaa’uu dhiifnee bakka biraa yaadaa raawwachuun hedduu gargaara. 5. Jarjaruu fi ariifannaa, sodaa fi miirota kana fakkaatan haga dandeenye ofirraa fageessuu qabna. 6. Namootni walqunnaamtii saalaa yeroo dheeraaf hin godhiin yoo turan waan kun akka mudatu ni taasisa. Akkuma deddeebineen raawwanneen garuu fooyya’aa deema. 7. Yoo qunnaamtii saalaa goonu akkuma miirri olka’aa deemee gara dhangala’uutti dhiyaateen sochii gadi xiqqeessuudha. Yoo garmalee sosocho’an dafee akka dhangala’u waan taasisuuf. %Chanali keenya join jechuun nu hordofaa https://t.me/heran_official Dr. Heeraan https://t.me/heran_official https://t.me/heran_official https://t.me/heran_official https://t.me/heran_official

  • Yeroo tokkotti dhiiraa lama irraa ulfaa'uu (superfecundation) *** Dubarri tokko yeroo hanqaaquun gadhiifamtu( Ovulation) yeroo gabaabaa keessaatti dhiira lama wajjiin qunnamtii saalaa yoo goote carraan lamaan isaanitiin ulfaa'uu ni jira! Daa'immaan haala kanaan dhalatan lakkuu yoo yoo dhalataniyyuu wal hin fakkaatan kunis abbaa isaanii fakkaachuu danda'u jechuudha! Biyyaa keenya keessaattis yeroo da'ima lakkuun dhalatan tokko kiyyaa miti jechuun ni muudata.Kunis sababa qala'insa jireenyaa qofaaf osoo hin taane carraa da'immaan lakkuu dhalatan kan abbaa adda addaa tahuu danda'u jechuudha. Kanas adda baasuu qorannoo DNA kan barbaachisu yoo tahu biyya keenya keessatti baayyee hojiirra hin oolle. Seenaa dhugaa irratti hundaa'en  dubartiin biyya Ameerika  kutaa Niiwu Jeersii keessatti deesse suuraa armaan gadii ilaalaa Daa'ima bifa gurraacha fi adii lakkuu deesse SAFUU jedheera ani! Isinhoo? **** Galatoomaa Dr. Heeraan https://t.me/heran_official

  • Vitamin D hojiiwwan fayyaa barbaachisoo qaama keessatti hojjetaman hedduudhaaf barbaachisaa dha. Sababoota ijoo vitaamin D barbaachisaa ta’eef muraasni kunooti: 1. Fayyaa lafee: Vitamin D xuuxamuu kaalsiyeemii garaacha keessatti gahee murteessaa kan qabu yoo ta’u, kunis lafee fi ilkaan fayyaa ta’e eeguuf baay’ee barbaachisaadha. Daa'imman irratti rickets fi ga'eessota irratti osteomalacia fi osteoporosis ittisuuf gargaara. . Vitaamin D gahaa ta’e qabaachuun carraa infekshinii fi dhukkuboota ofirraa ittisuu hir’isuuf gargaaruu danda’a. 3. Hojii Maashaalee: Vitamin D hojii maashaalee fi ciminaaf barbaachisaa dha. Maashaalee akka hin uumamneef kan gargaaru yoo ta’u, ga’eessota dullooman irratti carraa kufaatii hir’isuu danda’a. 4. Fayyaa onnee fi ujummoolee dhiigaa: Qorannoon tokko tokko akka jedhanitti, vaayitaamiin D dhiibbaa dhiigaa to’achuu fi carraa dhukkuba onnee hir’isuu dabalatee fayyaa onnee keessatti gahee qabaachuu danda’a. 5. Fayyaa Sammuu: Vitaamin D miiraa fi fayyaa sammuu irratti dhiibbaa uumuu akka danda'u ragaaleen agarsiisan guddachaa jiru. Vitaamin D gadi aanaa ta'uun carraa dhiphina sammuu fi jeequmsa miiraa biroo dabaluu wajjin walqabatee jira. 6. Ittisa Dhukkuba Yeroo Dheeraa: Qorannoowwan tokko tokko akka agarsiisanitti, hammi vitaamin D gahaan dhukkuboota yeroo dheeraa tokko tokko kan akka dhukkuba sukkaaraa, dhukkuba maltipilee iskilaaroosii fi kaansarii tokko tokkoon qabamuuf carraa xiqqaa ta’uu danda’a. 7. Madaallii Hormoonii: Vitamin D qaama keessatti akka hormoonii ta’ee kan hojjetu yoo ta’u, oomisha insuliinii fi to’achuu dabalatee hojiiwwan qaamaa adda addaa to’achuu keessatti hirmaata. 8. Fayyaa Gogaa: Vitamin D haala gogaa kan akka psoriasis fooyyessuuf gargaaruu fi fayyaa gogaa waliigalaa guddisuu danda'a. Hamma vitaamin D gahaa ta'e eeguuf ifa aduu gahaa ta'e argachuun, nyaata vitaamin Dn badhaadhe (kan akka qurxummii cooma qabu, oomishaalee aannani jajjaboo, fi hanqaaquu), ykn yoo barbaachisaa ta'e dabalataa ilaaluun barbaachisaa dha. Yeroo hunda sirna dabalataa haaraa kamiyyuu jalqabuu kee dura ogeessa fayyaa waliin mari’adhu. https://t.me/heran_official

  • Mallattoowwan armaan gadii qabaannaan Hir’ina Vaayitamin D tahuu mala waan taheef qorannoo isaa gochuun yaalamaa 1. Dhukkubbii Lafee 2. Dhukkubbii maashaa 3. Dadhabbiin Yeroo baay’ee namatti dhaga’amuu 4. Miirri namaa jeeqamuu(mukuu/Dibbirtii) 5. Dhukkubbii Buusaa lafee

  • 22 дек. 2024 г.3 28541из X_Filmzone

    HIRKOO_MARSAA_2_FFAA_-_KUTAA__21_FFAA(480p).mp4 HIR-KOO ... Kutaa 3 ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲ѕнαяє📲 sнαяє        👇👇👇👇 👇 👇👇👇👇 ▷ @hirkodirama ◁ ▷ @hirkodirama◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 #Diramaa_Hirkoo #hirkoo

  • Fedhii wal-qunnamtii saalaa dhiiraa maaltu hir'isa? 1.Dhiphina /stress 2.Sochii qaamaa gochuu dhiisuu ykn sochii qaamaa garmalee humnaa oli gochuu 3.Ulfaatina qaamaa garmalee 4.hirriba dhabuu 5.Ofitti amanamummaa dhabuu 6.Alkoolii baay’inaan dhuguu 7.Dhibee akka sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa 8.Qorichoota tokko tokko kanneen dhiibbaa dhiigaaf kennaman fi mukuu namaaf kennaman (side effect) 9.Hir'achuu hormoonii testestiroonii Halkan gaarii isinif haa ta'u!!! Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! https://t.me/heran_official

  • Maaltu Bareedina fuulaa balleessa? 1. Ifa Aduu- Carallaan Ifa aduurraa dhufu ykn UV ray kallattiin yeroo baayyeef fuula keenya yoo argate gogaan qaama fi fuula keenya akka shushuntuuruuf dafee dulloomu godha. Keessattuu Aduun akka biyya keessaa sahaa 4:00-10:00 jiru aduu hamaadha. Kanaaf Ifa Aduu keessa hojii hedduminaan nu tursu qabaanne wantoota Ifa Aduu direct kanneen gogaa keenyarraa dhorkan uffata harkaa dheeraa , kishaafa ykn fuullee ijaa, baarneexaa, dibaabeefi kkf fayyadamuun gaariidha. Dabalataan dibatni Ifa Aduu direct dhufu akka gogaa keenya hin miine godhan Kan “ Sunscreen jedhamu fayyadamuun gaariidha. 2. Bishaan garmalee ho’aan dhiqachuu akkasumas bishaaniin Yeroo dheeraa dhiqachaa turuu. 3. Saamunaa jabaa taheef fuulaaf hin oomishmamne fayyadamuu . Hedduun keenya saamuna ittiin qaama fi harka dhiqannuun fuula keenya dhiqanna. Akkasumas namoonni saamunaa uffataa isa jabaa sanaan fuula dhiqatanis jiru. Saamunaan jajjabaan kunniin dibata fuulli keenya maddisiisu nurraa waan kaasuuf fuulli keenya akka shabashabamuuf gogu godha. Kanaaf saamunaawwan fuulaaf filatamoo tahan akkasumas “cleanser bifa dhangala’aan jiran fayyadamuun gaariidha 4. Yeroo Rifeensa fuulaas tahe Kan saphii qulqulleeffatan of eeggannoo gochuu dhiisuu. Gaafa rifeensa Kanneen qulqulleeffatan dibata ykn cream fayyadamuun kallattii rifeensi guddatuun shave gochuu gorfama. Kallattii faallaa taheen haaduun akkasumas gogaa isaa haaduun gogaan naannoo sanaa akka rifatu gochuun Bareedina gogaa keenyaa balleessa. 5. Erga shave goodhattanii ykn dhiqattanii booda erbee jiidhaan qoorsuu dhiisuu. Erga qaama dhiqattanii ykn shave gootanii booda uffata erbeen qoorsuun bareedina gogaa keeenyaaf gaariidha 6. Nyaata kuduraaf fiduraa fayyadamuu dhiisuu 7.Bishaan hedduminaan dhuguu dhiisuu https://youtube.com/@furiitube?si=wnhOu09Js9yhO3ga

  • FAAYIDA WALQUNNAMTII SAALAA RAAWWACHUUN DHIIROTAAF QABU Walqunnamtii saalaa raawwachuun yeroo baay'ee akka waan fedha ofii ofirraa baasuu akka ta'eetti ilaalama, garuu faayidaalee hedduu qaba faayidaa inni dhiirotaaf qabu keessaa muraasni kanneen gadiiti 1. Faayidaa fayyaa qaamaa: 🍎Fayyaa onnee fi ujummoolee dhiigaa: Sochiin saalqunnamtii raawwachuun fayyaa onnee fooyyessuu fi carraa dhukkuba onnee hir’isuu keessatti gahee guddaa qaba. 🍎 Hamma dhukkuboota ofirraa ittisuu qaama keenyaa guddisuuf ni gargaara. 🍎Madaallii hormoonii: Sochiin saalqunnamtii sadarkaa hormoonii to’achuuf gargaaruu danda’a, kunis testosterone dabalatee, fayyaa waliigalaadhaaf barbaachisaa dha. 2. Faayidaa fayyaa sammuu: 🍎 Dhiphina hir’isuu: Walqunnamtiin saalaa dhiphina uumamaa ta’uu danda’a, boqonnaa namaaf kennuu fi yaaddoo hir’isuu danda’a. 🍎 Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu hoormoononni endoorfiinii fi oksitoosiin gadhiifamuun miira gammachuu akka dabalu taasisa. 🍎Sosochii saalqunnamtii hordofuun qulqullina hirribaa fooyya’aa ta'e argachuu akka dandeenyu nu taasisa. 3. Faayidaa hariiroo Cimsuu 🍎 walitti dhufeenya miiraa hiriyoota gidduutti cimsuu keessatti gahee Olaanaa qaba. 4. ofitti amanamummaa Cimsuu 🍎Hariiroo jaalalaa keessatti ofitti amanamummaa guddisuu danda’a. 5. Fayyaa piroostaatii: 🍎Qorannoon tokko tokko akka agarsiisutti, wal-qunnamtiin saalaa raawwachuun balaa kaansarii piroostaatii hir’isuu akka danda’u eera. 6. Miira Dhukkubbii Hir’isa 🍎Yeroo walqunnamtii saalaa hoormoonii endoorfiin gadhiifamuun kan akka dhukkubbii mataa irraa bilisa nama baasuu danda'a ❤️HUB:- Faayidaan walqunnamtii saalaa namaa namatti garaagarummaa guddaa qabaachuu akka danda’u hubachuun barbaachisaa dha. Halkan gaarii isinif haa ta'u!!! Galatoomaa!!! Fayyaan faaya!!! Fayyaa ta'aa!!! Guutuu isaa asiin argattu 👇👇 https://t.me/heran_official

  • 17 нояб. 2024 г.4 748215из X_Filmzone

    HIRKOO_MARSAA_2_FFAA_-_KUTAA__16_FFAA(480p).mp4 HIR-KOO ... Kutaa 3 ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲ѕнαяє📲 sнαяє        👇👇👇👇 👇 👇👇👇👇 ▷ @hirkodirama ◁ ▷ @hirkodirama◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺

  • Namoonni baay'een yeroo baay'ee paantii ni godhatu. Akkuma jiraachuuf qilleensa yeroo yerootti harganuun nama barbaachisu paantiis yeroo hunda godhachuun dirqamaafi paantii osoo hin godhatin turuun waan danda'amu kan itti hin fakkaannes jiru. Paantii godhachuun faayidaafi miidhaa mataa isaa qaba. Haa ilaallu: Faayidaalee Paantii godhachuu: Paantiin dhiiraafi dhalaafis faayidaa ni qaba. #Dhiiraaf: 1. Akkuma qabduun harmaa dubartoota harma isaanii qabuuf gargaaru paantiin immoo cidhaan fi qaama saalaa dhiiraaf gargaarsa ni godha. 2. Naannoon qaama walhormaataa yeroo baay'ee iddoo dhokfamuudha waan ta'eef paantiin dhoksuuf ni gargaara. 3. Ofitti amanamummaa dabaluufi haala mijataan akka namatti dhagahamuuf ni gargaara. 4. Qulqullina naannoo qaama saalaaf ni gargaara, keessattuu paantiin 'cotton' irraa oomishame. 5. Qaama saalaa dhiiraa balaa irraa eeguuf. 6. Qaamni saalaa dhiiraa karaa irratti akka tasaa yoo ka'e tasgabbeessuuf ni tola. #Dubartootaaf: 1. Akkuma olitti 2ffaa irratti jenne dhokfachuudhaaf. 2. Qulqullina naannoo qaama saalaa, keessattuu yeroo marsaa laguu irra jiran. 3. Infeekshinii jermoota alaatiin namatti dhufan tokko tokko ittisuuf ni gargaara. 4. Wantoonni garagaraa Fknf, dhukkeen qaama saalaa akka hin seenneef. 5. Dhaabbannaa gaarii akka qabaataniif ni tola. 6. Balaan qaama saalaa irra akka hin geenyeef ni gargaara. #Miidhaa_Isaa Akkuma faayidaalee olitti jenne qabu yeroo hunda paantii godhachuunis miidhaa qaba. Isaaniis: 1. Akkuma infeekshinii tokko tokko irraa nama dhorku, tokko tokkoof immoo nama saaxiluu danda'a (keessattuu dubartoota) 2. Rakkoo dhala dhabuuf nama saaxiluu danda'a, keessattuu paantiin nama qabu (dhiiraaf) 3. Dhangalaa'an baay'een akka jiraatu gochuu danda'a, Kunis qaamni saalaa akkuma qaamota biroo qilleensa barbaada. Gaafa qilleensa kana argachuu baate, dhangalaa'an akka baay'atu godha. (dubartoota) Guutuu isaa telegram channel Koo join godhaa dubbisaa 👇 https://youtube.com/@furiitube?si=wnhOu09Js9yhO3ga

  • Waa'ee aanga'aa olaanaa dubartoota dhibbaan lakkaa'aman waliin ciisuu ykn sagaaggaluu Ammallee ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa addunyaa ta'uu itti fufeera. Ijoo dubbii kan taasise keessaa gaa'elaafi ijoollee osoo qabuu dubartoota dhibba hedduutti lakkaa'aman waliin saal-qunnamtii raawwachuu. Dubartoonni waliin saal-qunnamtii raawwate ammoo haadhotii warraa aanga'oota olaanoofi kan obbolaan isaa dabalatee haadhotii warraa firoota isaa ta'uu. Saal-qunnamtii raawwate hunda ammoo viidiyoon waraabuu isaa Saal-qunnamtii bakki itti raawwate ammoo waajira dabalatee bakkawwan garagara ta'uu....🔞🔞🔞🔞🔞🔞🔞

  • FAAYIDAA FAYYAA ROQAA Qorannoon akka agarsiisutti Roqaan dhiiraa fi dubartoota fedhii saalaa fi ga'umsa saalqunnamtii akka dabalu gargaaruu danda'a. FAAYIDAA ROQAA 1. Bullaa'insa nyaataa ni fooyyessa 2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara 3. Kaansarii ni lola 4. Madaan garaachaa akka hin uumamne ni ittisa 5. Qufaa, qorra fi dhukkuba asmii ni yaala 6. Dhukkuba sukkaaraa to'achuuf gargaara 8. Madaa fayyisuuf gargaara 9. Gogaa qulqulleessa 10. Finniisa ni fayyisa, pigmentation dhabamsiisa 11. Rifeensi akka hin baane ittisa 12. Hamma kolestroolii ni to'ata 13. Dhiiga qulqulleessituu 14. Sirna ittisa qaamaa ni guddisa 15. Goginsa garaa hir'isa 16. Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa 17. Akkasumas faayidaa ajaa'ibaa tokko tokko kan qaama dubartootaaf dibata saalaa fooyyessuu qaba. 18. Guddina harmaa guddisuuf gargaara. Wantoota dhadhaa kan akka timira, burtukaanaa fi fuduraalee biroo nyaachuun guddina harma guddisuuf gargaara 19. Kaalorii xiqqaa fudhachuuf gargaaruu danda'a. 20. Dhukkuba Tiruu cooma qabu ofirraa baasuuf gargaaruu danda'a. 21. Hojii qaamaa hedduu keessatti kan gargaaru maagniziyeemiin baay'ee qaba. 22. Dhukkuboota akka busaa yaaluufis ni danda’ama. 23. Antioxidants fi amaloonni farra inflammatory qaban dhukkuba onnee fi sukkaaraa irraa of eeguuf gargaaruu danda'u AKKAATA KAMIIN ITTI FAYYADMNU??? Yeroo nyaata bilcheessitu nyaata keessanitti dabaluu, juusii tolchuu ykn adduma isaa nyaachuu dandeessu. Miidhaa Cimaa Roqaa 1. Alarjii Fiduu Danda'a 2. Yoo timira baay'inaan nyaattan, iimaaliin ilkaan keessanii qaama asiidii isaatiin xuuxamuu hin https://t.me/heran_official

  • FAAYIDAA LOWZII YKN OCHOLOONII 1). Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada. 2). Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba'u taasisa. 3). Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa. 4). Mataa dhukkubii nutti wayyeessa 4). Gubaa fincaanii ni qabbaneessa 5). tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada. 6). Raammoo garaa ni dhabamsiisa. 7). Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa. 10). Dawaa dhukkuba kaleeti. Keessattuu, nama kaleen isaa xiqqaate ykn suntuuref faayidaa guddaa qaba. 11). Qaama namaaf dhiiga bareedaa ykn qulqulluu maddisiisa. Akkasumas furdina qaamaaf ni fayyada 12). Dhukkuba utaalloo nurraa balleessuuf ni fayyada 13). Agartuu fi qaroo ija keenyaaf ni fayyada. 14). Sammuu namaa jabeessuuf ni fayyada. 15). Dhukkuba qorraa nurraa ittisa. 16). Fayyuummaa Gadaamessaaf ni fayyada. 17). Dhiigni qaama keessaa bifa gaariin akka dalaguuf ni gargaara. 18). Dhukkuba dugdaaf dawaadha. 19). Dhukkuba sukkaaraaf dawaadha. 20). Dhukkuba adda, addaa gogaa keenya irratti ba'aniif dawaadha. 21). Madaa'uu kalee fi dhibee kaakkeef dawaadha. 22). Bareedinna gogaaf ni fayyada. 23). Madda anniisati.👇👇👇👇😱 https://youtube.com/@furiitube?si=wnhOu09Js9yhO3ga

  • Please subscribe 👇👇👇👇👇 https://youtu.be/jNLJwgEIo-8?si=idutLNaZi8lY8TUt

  • https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=adQIZjbo LFG! PAWS is the new top dog! 🐾

Dr.heran official 👩‍⚕ — tgindex