- Последний пост
- 14 мар.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
Channel name was changed to «Sabbontu sabaa 💚❤️»
Channel photo updated
https://t.me/dharraajaalalaa
без подписи
Walaloo Jaalalaa 🌹 Imaanan jaalala kee Dhagaarra ulfaataa Kanaaf qaamni koo baate Onneetu si jaalataa. Iddoo guddaa qabdaa Onnee tiyyaa keessaa Kanaaf si filadhee Bakka yaaden na geessaa. Anis Abdii keen jiraadhee Of keessatti si ilaalaa Dhugaa baga si qabaadhe naaf situu hunda caalaa. Dhibee koo kaleessaa Ogummaa keetin yaalte akkan darbee jiraadhuuf irkoos naaf taate sin jaaladha dhugaa Jaalala gatii jabaa Walakkaa onnee ko keessaa Sihi kan bakka guddaa qabu waada keen baadheen Deemee bakkaan gahaa Jireenya koo fuulduraaf Situu wabii naaf tahaa. onnee guutun siif kennee hunda qaama kootii Situ harkaa qabaa Furtuu onnee kootii gaaddisni koo suma ittisaa Robafii Aduu Hanga ati naaf jirtuu anuu yaada hin qabuu fageenyi nan daangessus hoggayyuu sin yaadaa Of biraa si dhabnaan Jaalala keen Aadaa. qaaman fagaadhullee Yaanni koo si biraa Walakkaa onnee koo situu fudhatee jira nama akka keetii Eessattuu hin argadhuu Dhugaan si jaaladhaa takkiitii koo naaf jiraadhu❤️ 👇👇👇👇 https://t.me/dharraajaalalaa
https://youtube.com/watch?v=ascsPYbeXdA&si=Edfi592bnnd3PsBN
New Oromo Music Hanna Mohammad 2025 👇👇☑️ Youtube Kiyya kana Subscribe Naaf Godhaa. 💚👇👇✅️ https://youtu.be/U2hahbS0YUQ?si=q-iY7hh0Znm1eLw4
❤️
Barreeffama afaan kamiinuu barreeffame fi photo document kamiyyuu gara afaan filannoo keessaniitti jijjiratte dubbisuuf App kana fayyadamuun haala salphan itti fayyadama app liink Kana Jalaa arkattu 👇👇 ✅️ INSTALL 👇👇✅️ https://nr.mvacancy.com/photo-translator-all-languages/
https://nr.mvacancy.com/photo-translator-all-languages/
https://youtu.be/gdgOwJPpgXk?si=8l7j3N9NzdqxW5l7
https://youtu.be/N5-yeZ1fafI?si=z4VlvGlL4Rsa_9dP
Kadir_Martu_-Galanni_Kee_Yadata_Juneydi_New_Oromo_Music2025 YouTube Kiyya Subscribe Naaf Godhaa Please 🙏 https://youtu.be/N5-yeZ1fafI?si=AVsGxSJF-ID_r7HX
New oromo music Kadir martu https://youtu.be/GLOi4agC7cg?si=gDeIyiiESxfCKn7A
በአጋጣሚ ከTelegram፤ Text-Message እና Imo ላይ ዲሊት(Delete) የሆነባችሁን ፅሁፍ፤ ፎቶ እና ቪድዮ በሰከንድ ውስጥ የሚመልስልን ምርጥ Application ስልካችሁ ላይ አውርዳችሁ ተጠቀሙ 👇👇👇 👉Download https://nr.mvacancy.com/recovery-deleted-telegram-message/
ስልክ ቁጥር በማስገባት ብቻ ሰዎች ያሉበትን ቦታ ማወቅ የሚያስችለን አሪፍ አፕልኬሽን, በተለይም ፍቅረኛችን, ልጆቻችን እና የቤተሰባችንን አባል ከኛ በሚርቁበት ጊዜ ያሉበትን ሁኔታ ለመከታተል ሁነኛ መፍትሄ ነው አፑን ለማውረድ 👇👇👇 https://nr.mvacancy.com/phone-call-true/
Appilikeeshinii guddaa lakkoofsa bilbilaa galchuu qofaan bakka namoonni keessa jiran, keessattuu ijoollee keenya akka beeknu nu dandeessisu; Namoonni jaallannu fi miseensonni maatii keenyaa yeroo isaan nu irraa fagaatan eessa akka jiran hordofuun furmaata guddadha 👇👇 DOWNLOAD 👇✅️ https://mworld.mvacancy.com/phone-tracker-by-phone-number/
📚🤳 Appilikeeshinii barreeffama afaan kamiinuu barreeffame sekondii tokko keessatti gara afaan barbaannetti jijjiiru, akkasumas kaameeraadhaan suuraa kaasuun kallattiin barreeffama suuraa irratti hiikuu dandeenyu kanaa liinkii armaan gadii kanaa irraa buufachuun itti fayyadama. Appicha buufachuuf 👇👇👇 https://mworld.mvacancy.com/translate-all-languages/
Makii Oro