Qoosa
СтатистикаKolfa qofaan umurii keessan dheereffadhaa! Koottaa miira keessan nu biratti haareffadhaa. Qirqirsinees ta'u inuma sin kofalchiisna. 😂😂😂 I blog about marketing and sales Buy ads: https://telega.io/c/qoosa430
- Последний пост
- 5 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 313
- 1/48двое суток
- 358
- 1/72трое суток
- 386
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
Bubbee S1E18 Misirroo Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K
Akkum tasaan itti ol seene. Innis, isheenis garagalaniiyyuu nan argine. Fiixee golgaa [Maggaarrajaa] kutaa manichaa ol qabadheen gochaasaanii hordofuu itti fufe. Gurbaan intala ‘siqaayiima’ ishee nyaachisa. “Dugdaan ciisiitii miillakee isa tokko fuulduraratti tarkaanfadhu” ittiin jedhe. Yoo isheen tokkicha dugdaan ciistee, miillashees akkuma inni jedhe gootu, innis waan godhu godheetu, “Ammammoo ka’ii keenyan [Grgiddaa] manaatti hirkadhu” jedheen. Isheenis mufii tokko malee kaatee hirkatteef. “Miilla kee isa tokko ol fannisiitii gorroo manaatti ejjadhu” jedheen. Inuma ejjattiif! Takka ol jedhee, takka gad jedhee akka godhu goggodhee ‘style’ biraattimmoo dabarsa. Isaan quba nan qaban. Anis dhiisee hin deemne [Dhimmaafan dhaqewoo]. Teessoowwan lama kan kutaa manichaa keessa ture, tokkoosaarra akka teessuuf ishee abboome. Ni teesse. Gad jedhee ilaallatee ija tokkoon ‘xaqas’ ishee godheetu, “Ammammoo achumarra garaan gadi ciisiitii, duuba/boroo kee as natti naannessi” jedheen. Ni naannessiteef! Gochaa inni ishee godhaa jirutti, isheenis gammadduudha; utuu secondii tokko hin turiin akkuma inni jedhetti oliif-gadi ‘gaggalabbaxamtiif’. Takkaatuu jilbeeffatti, takkaatuu boroo as itti naannessitee ijasaa daawwachiifti, takkaatuu miillashee tokko gorroo manichaatti fannisteefii, harkashee facaastee, ijashee dunuunfattee...akkuma inni jedhetti ajajamteefii garaasaa ciibsiti. “Achi naanna’i, as naanna’i, dugdaan ciisi, garaan ciisi, ammammoo jilbeeffadhu” isheedhaan jedha. Isheenis akkuma inni jedhe tattaatiif! An dhaabbadheeman ilaalee ajaa’ibsiifamaa jira! Erga xumuranii iddoo garaasaanii gahatanii, as naanna’anii yoo na mil’atan ani afaan balbala kutichaa gubbaan jira. “Dabaree eeggataa jirtaa, ol seeni xumureeraa!” yoonni naan jedhun seene. Kana hundumayyuu kan inni ishee godhuuf, suura achii baatee fb irratti maxxansitu ishee kaasuufi! Ayi mana suuraa! @qoosa430
Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw
#nama_siyaasaa Barattoonni lama waliin dubbachaa mana barumsaa deemaa jiru. "Bara darbe eessumni koo paarlaamaaf dorgomaa ture" jedhe inni tokko. "Amma maal hojjetaree?" jedhee gaafate inni kaan. "Amma hojii hin qabu" jedhee deebiseef. "Maaliif hojii dhabe?" gaaffii biroo dabaleef. Deebiin hiriyyaa isaa gabaabaa ture. "Ni filatamekaa!" kan jedhu ture. Kitaabni kan Ebisa Bayissa ti @qoosa430
Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV
Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46
Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e
Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs
#Amuruu_Oborraa... Bara 2005 Balbala keenya fuldura dhagaa tokko irra taa'een gamoo Obbo Taarraqany ijaarsisaa jiru ilaala. 'Yoom xumurama?' jedheen of gaafadha. Akka sanatti yeroon yaadu gamoon sun kankoo malee kan nama biraa hin fakkaatu😂 Gidduutti nama dhukkubsatu tokko sireedhaan baatanii fuldura mana keenyaa dabarsaa jiruun arge. Egaa waan akkasii wal gargaaruun aadaa keenya. Fiigee dhaqeen isa tokkoon 'jalaa bahi sin gargaara'n jedheen. Tole jedhee natti kenne. Namoonni 3 na wajjin baachaa jiran hunduu namoota gurguddoodha. Ani ofii waxaxee kutaa 9 baratu😂 Dhugaadha du'an hawwe. Maaloo Waaqakoo akka gootu godhii kana jalaa na baasin jedhe. Utuun ilaaluu dugdikoo cituuf kaate🥺 Daqiiqaa 2 utuun ture gaggabee namicha dhiisanii akka anaan baatan naa gale. Waaqni isa haa eebbisu tokko fiigee dhufee narraa fuudhe! Nama gargaaruun gaariidha. Garuu humna ofii beekuun gaariidha😂 @Qoosa430
Akkum tasaan itti ol seene. Innis, isheenis garagalaniiyyuu nan argine. Fiixee golgaa [Maggaarrajaa] kutaa manichaa ol qabadheen gochaasaanii hordofuu itti fufe. Gurbaan intala ‘siqaayiima’ ishee nyaachisa. “Dugdaan ciisiitii miillakee isa tokko fuulduraratti tarkaanfadhu” ittiin jedhe. Yoo isheen tokkicha dugdaan ciistee, miillashees akkuma inni jedhe gootu, innis waan godhu godheetu, “Ammammoo ka’ii keenyan [Grgiddaa] manaatti hirkadhu” jedheen. Isheenis mufii tokko malee kaatee hirkatteef. “Miilla kee isa tokko ol fannisiitii gorroo manaatti ejjadhu” jedheen. Inuma ejjattiif! Takka ol jedhee, takka gad jedhee akka godhu goggodhee ‘style’ biraattimmoo dabarsa. Isaan quba nan qaban. Anis dhiisee hin deemne [Dhimmaafan dhaqewoo]. Teessoowwan lama kan kutaa manichaa keessa ture, tokkoosaarra akka teessuuf ishee abboome. Ni teesse. Gad jedhee ilaallatee ija tokkoon ‘xaqas’ ishee godheetu, “Ammammoo achumarra garaan gadi ciisiitii, duuba/boroo kee as natti naannessi” jedheen. Ni naannessiteef! Gochaa inni ishee godhaa jirutti, isheenis gammadduudha; utuu secondii tokko hin turiin akkuma inni jedhetti oliif-gadi ‘gaggalabbaxamtiif’. Takkaatuu jilbeeffatti, takkaatuu boroo as itti naannessitee ijasaa daawwachiifti, takkaatuu miillashee tokko gorroo manichaatti fannisteefii, harkashee facaastee, ijashee dunuunfattee...akkuma inni jedhetti ajajamteefii garaasaa ciibsiti. “Achi naanna’i, as naanna’i, dugdaan ciisi, garaan ciisi, ammammoo jilbeeffadhu” isheedhaan jedha. Isheenis akkuma inni jedhe tattaatiif! An dhaabbadheeman ilaalee ajaa’ibsiifamaa jira! Erga xumuranii iddoo garaasaanii gahatanii, as naanna’anii yoo na mil’atan ani afaan balbala kutichaa gubbaan jira. “Dabaree eeggataa jirtaa, ol seeni xumureeraa!” yoonni naan jedhun seene. Kana hundumayyuu kan inni ishee godhuuf, suura achii baatee fb irratti maxxansitu ishee kaasuufi! Ayi mana suuraa! @qoosa430
Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx
Bubbee S1E2 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/uwEyIJMtBlU?si=aqYUih0W6kSFWc1Y
Bubbee S1E1 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/yDcndaSQV5A?si=-tnYpdd_P1fHau9f
“Ilbiisa Giinxii jedhamee waamamu tokkotu bakka tokko tokkotti uumamee jira. Dhiiras ta'e dhalaaan ilbiisa kanaan ciniinaman, battaluma ilbiisa kanaan ciniinamanitti, nama magaala/ gurraachaa wajjin walqunnamtii saalaa yoo raawwatan, damdamachuu danda'u. Nama diimaa wajjin raawwachuun garuu faayidaa hinqabu. Yoo nama magaala/ gurraacha walqunnamtii saalaa wajjin raawwatan hinqabaanne, battalatti mana yaalaa dhaquun summii ilbiisa kanarraa damdamatu. Nama magaala/ gurraachaa wajjin jiraatanii, summii ilbiisa kanarraa damdamachuun ija ogeessa fayyaatiin yoo hin deeggaramnellee, summii ilbiisa kanaa dadhabsiisuuf, walqunnamtii saalaa nama magaalaa wajjin jiraatamurra badaa hindarbu” @Qoosa430
Baraattoonni Yuunivarsiitii sadii waan qormaataf hin qophaa'inif mala tokko malatan. Kanaanis xumura qorumsaa eeganii wayyaa isaanii zayita konkolaataan balleessanii gara barsiisaa isaanii imalan. "Rakkoo nu muudateen qormaata qoramuu hin dandeenye. Cidha hiriyaa keenya tokkoo irratti hirmaannee yeroo deebinu konkolaataa keenya rakkoon waan muudateef isa osoo sirreessinuu turree, kunoo akkanatti wayyaan keenya xuraa'ee dhufne" jedhaniin. Barsiisaan kunis rakkoo isaanii kana hubachuudhan guyyaa sadi booda akka qormaata isaan qoru itti himee biraa deema. Guyyaa sadi boodas qophii ta'uu isaanii barsiisaa isaanii beeksisan. Barsiisan kunis gaaffii afur qofa baasee sadan isaaniyyuu kutaa adda addaa keessa kopha kophaa teessisee qormaata jalqabsiisa. Gaaffiiwwan 1. Eenyutu fuudhe? (Qabxii 25) 2. Bakki gaa'elli itti raawwate eessa? (Qabxii 25) 3. Konkolaata naannoo kamitti rakkoon muudate? (Qabxii 25) 4. Gosni konkolaatichaa kan akkamiiti? (Qabxii 25) Maddi:- Gola Fuul-barruu @Qoosa430
Jaartiin tokko adurreen ishee jalaa dhukkubee nama yaalaa bineeldotaa naannoo isheetti argamu yaaliif geessite. Doktoriinis erga sirritti qorateen booda, dhuma irratti bu’aa isaa baasa. Doktora:- Adurreen teessan ulfa kanaaf mallattoo addaa argisiifti. Jaartii:- Akkamitti ta’a kun? Doktora:- Maalif hin ta’u? Jaartii:- Adurree biraan wal bira geessee hin beektu manaa baatees hin beektukaa Doktora:- Tarii adurreen ollaa mana keessan dhufee yoo ta’e hoo? Jaartii:- Abadan adurreen mana keenya dhufee beeku hin jiru. Gidduudhumaan adurreen kormaan biraa laphee isaa dhiibaa dhufee tafa jaartii isaarra ciisa. Doktora:- Adurreen kuni hoo kan eenyuti? Jaartii:- kan kooti Doktora:- Maarree isadha kaa abbaan ulfaa. Jaartii:- Lakki inni hin ulfeessu. Doktora:- Akkamitti? Maalif? Jaartii:- Obboleessa ishee Lakkuudha. Namootni tokko tokko bee…. Mee #Share @Qoosa430
Intalli haati ishee qooxii yaabdee yemmuu boqqoolloo buustu balbala ishee argitee Intala:- Harmee balballi suni maalii? Harmee:- Balbala miti Afaani Intala:- Maaliree innoo ilkaan hin qabu. Harmee:- Abbaa keetu rigaadhan irraa fixe Intala:- Amma akkamitti nyaataree? Harmee:- Amma mooqa dhuga Intala:- kan koo yoom mooqa dhuguu jalqabaree? Harmee:- kan kee amma beela’uu hin jalqabne afcufa qofa tufa. Maaltuu ishee jarjarse amma dhiyootti gaafa rigattu viidiyoo of waraabdi motii. Ijoolleen bara kanaamoo… Mee #share @Qoosa430