Ergaawwan Jaalalaa ❤️
СтатистикаMee shaa shaa godhaa https://telega.io/c/E_Jaalalaa
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 161
- 1/48двое суток
- 184
- 1/72трое суток
- 198
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://telegram.me/wallet/start?startapp=ref-3-z2HCakJhza0 👋 Hey! I'm using Wallet in Telegram to buy crypto — it's right inside the app, no extra setup. Join with my link and you can get up to $50 back on your first trade.
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
Bubbee S1E18 Misirroo Siitkoomiin Bubbee garamitti deemaa jira? Bubbee fi Jiituun gaa’ela dhaabbatan moo? Michuun akkam taati laata? Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/LTPnq2dNB9I?si=IHWVrXF9HvyuK3_K
Guyyoota gaarii jedhaman baay'ee dabarseera. Eeyyeen guyyoota utuu deebi'anii dhufanii jedhee himadhu baay'een nii jiru. garuu guyyoota gaarii ani dabarse sun hundi utuu walitti cuunfamee guyyaa tokkicha ani si faana dabarse sana tokkoon walin gitu.. Guyyoota hunduma isaa caalaa guyyoonni ani si faana dhiisifadhee bariisifadhe.. ji'oonni, torbanoonni, guyyoonni, daqiiqonni, sekoondonni hundi isaanii miira gaarii fi gammachuu guutuu naaf kennanii addunyaa foolii urgooftuu gaarii qabdu uumanii keessa na jiraachifatu... Ana kanaaf si yaaduun qofti na gammachiisa, si argachuunimmoo addunyaa kanattii na kutee addunyaa biraa uumee keessa na jiraachisa... Si argachuu kootti ani yeroo hunda gammadduudha! Anaakee carra qabeettii ishee ayyaanomterraa.. gooticha kiyya👩❤️👨 @E_Jaalalaa
Bubbee S1E13 Hirmii Siitkoomiin Bubbee sadarkaa biraatti ce’aa jira. Jiituun (Tiyyaan) erga dhuftee as bifa haaraan ol ka’ee hojjatamaa jira. Mee kutaa ajaa’ibaa kana hundumtuu daawwadhaa! https://youtu.be/8-Nt6pP5zNU?si=vVtZktknEvtdaTDw
Bubbee S1E12 Tiyyaan gara Bubbeetti Jiituu taatee dhufteetti. Waan ajaa’ibaa ilaaluuf qophooftanii? Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/IcGVKl1o1RI?si=b23JcbiKgl5k1TEV
Twitter warreen qabdan maatii keenya ta’aa! https://x.com/kaachuu_y/status/2054094675523371278?s=46
Bubbee S1E8 Boba’aa Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/3Gpe8OlHuNg?si=qtxyI8LNJ96jcY9e
📢 Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details
Bubbee S1E5 Battallee Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/9ys0owk_ewI?si=WkVSJqekxpVdcC3m
Ammoo, jira namni wayii,... Kan calliseema sijaallatu; hamaakeef rakkinakee dhaga'uun akka waan qaamni isaa tuqameetti kan isa dhukkubu... Kan calliseema waan gaarii siif yaadee gara qajeelummaaf milkiitti si bobbaasuu barbaadu... Kan yoo ati gammaddee boquu ol qabattee deemte malee, tasa miira dhiphuuf rakkinaa sirraa arguus dhaga'uus hin barbaanne, Kan jiruuma dhuunfaakeetii akka fooyyeffattuuf bulee ka'ee daandii siif ciru, Hooksisni kee isas akka qaama isaatti kan hooksisu, Jira—namni wayii! Ammas jira namni wayii kan utuu barruu kana hin dubbisin suura kana ilaalee kolfu!😔
Bubbee S1E4 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/_r3xujyB4qI?si=fs7VR1HUGR0i2yxs
Bubbee S1E3 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/VjjtwzGkZv8?si=4KVXpJnyfMLGpQkx
Ganama ganama Biiftuu tiyya, Guyyaa guyyaa gaaddisa tiyya, Halkan halkan ji’a tiyya ati! Akkuma sitti toletti naaf jiraadhu Simboo tiyya!
Akkamitti namni waan hundaan guutuu ta’ee uumama? Ati anaaf guutuu koodha!
Sin Jaaladha hunda caalchisee!
Bubbee S1E1 Siitkoomiin haaraa mata dureen Bubbee jedhu eegaleera. https://youtu.be/yDcndaSQV5A?si=-tnYpdd_P1fHau9f
Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻 It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches. ⚡️ Place your ad here in three simple steps: 1 Sign up 2 Top up the balance in a convenient way 3 Create your advertising post If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it. Start your promotion journey now!
Follow me on instagram https://www.instagram.com/kaachuu_yw?igsh=MThqOHZuOG14bXB0dQ%3D%3D&utm_source=qr
● Jaalalli karaa mataasaa adeemsa mataasaa qaba. Seera mataasaa, hooggansa mataasaa qaba. Addunyaa isaatti seerasaa baayyee kabaja. Seera biraa at yoo ofirratti qabaatte mirga diiguu sin gaafatu. Yoom akka diiges sin beeksisu. Hooggansi isaa akka isaaf ta'etti diigee hiikee ijaaree akka ta'uu qabutti sirreessee taasisee, ofiikee of si argisiisa. Ofiikeerratti deebitee dammaqxa. An nama akkasii hin turre jetta. Humnasaatti raajamta. Ajajaa jabaadha🤎 Daabee