tgindex
Tulu Dimtu No.1 Primary School/Mana Barumsaa Tullu Diimtuu Sad.1ffaa lakk 1

Tulu Dimtu No.1 Primary School/Mana Barumsaa Tullu Diimtuu Sad.1ffaa lakk 1

Статистика

For Academic Office purpose only.

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
2 752
−7 за 4 дн.
Сутки
−3
−0,11%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 402
22 постов
Вовлечённость
50,9%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
426
1/48двое суток
488
1/72трое суток
526

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • без подписи

  • Waajjira Barnoota kutaalee Magaalaa Shaggar hundaaf .Walta'iinsa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee fi Waajjira Barnoota Magaalaa Shaggariin Barattoonnii carraa barnoota bultii addaa shamarranii Etege Meneenii fi Galaan dhiirotaa Damee Afaan Oromoo qofaan magaalaa keenya keessatti baratanii qorumsa seensaa online gaafa 7/12/2018 waan qoramaniif ramaddii isaanii akka armaan olitti beeksisuun ganama keessaa sa'aa 1:30 kaasuum mooraa giddugala qorumsaa itti ramadamanitti akka argaman ergaa guutuu dabarsaa. Barattoonnii kutaa 6ffaa fi 8ffaa guyyaa fi sa'aatii walfakkaataa gaafa 7/12/2018 irratti qoramu waan ta'eef barfachuun hin danda'amu.

  • Barattoota #MBBAfi_MBA Kutaa 9ffaa Seenuu Barbaadan Hundaaf: --------------------- BBO- 03/12/2018 Akaakuu Barnootaafi Qabxii Madaallii Qormaata Seensa Kutaa 9ffaa MBBAfi MBA ilaallata. #1_Akaakuu_Barnootaa Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa 2ffaaf Kennaman: 1 - Afaan Oromoo 2 - Ingiliffa 3 - Herregaafi 4 - Saayinsii Walii Galaa keessaa kan qophaa'an waan ta'eef itti qophaa'aa kan jedhu ergaa keenya yoo ta'u, duraan dursitanii '#online'n: #Galmaa'uufi #Buufata_Qormaataa_filachuu hin dagatinaa! Liinkin Galmeetis:- https://exam.oeb.gov.et/ #2_Qabxii Madaalli Ulaagaalee 1- Qabxini Qormaata Seensaa barreeffamaan kennamu - 80% 2- Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 - 15% 3- Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 7-8 - 5% keessaa kan qabamu yoo ta'u, 100% keessaa barattootni walduraa duubaan caalmaan galmeessisan gara Manneen B arnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, Mana Barnoota Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaatti kan ramadaman ta'uun beekameera. Kanaafuu, Ammaa achi qormaata seensaa 'online'n kennamu irratti xiyyeeffannoon qophaa'un murteessaa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. #Carraa_Gaarii!

  • 7 авг.1 21018

    ቀን፡ 01/12/2018 ዓ.ም ማስታወቂያ ለሁሉም ተማሪዎችና ለተማሪ ወላጆች ከዚህ በፊት የምዝገባ ቀን 26/11/2018 ዓ.ም. እንደሚጀምር ተገልጾ ነበር። ሆኖም የምዝገባ መርሃ ግብሩ ስለተሻሻለ፣ በሚከተለው መሠረት ማስተካከያ ተደርጎል ። የምዝገባ ቀናት 1. 7ኛ እና 8ኛ ክፍል፡ ከ04/12/2018 እስከ 06/12/2018 2. 5ኛ እና 6ኛ ክፍል፡ ከ07/12/2018 እስከ 11/12/2018 3. 2ኛ፣ 3ኛ እና 4ኛ ክፍል፡ ከ12/12/2018 እስከ 15/12/2018 4. 1ኛ ክፍል፡ ከ04/12/2018 እስከ 29/12/2018 5. አዲስ ተማሪዎች (ከ2ኛ እስከ 8ኛ ክፍል)፡ ከ18/12/2018 እስከ 21/12/2018 ለነባር ተማሪዎች ለምዝገባ የሚያስፈልጉ ሰነዶች 1. NID (ብሔራዊ መታወቂያ) 2. የልደት ማስረጃ ፎቶ ኮፒ 3. ከክፍል ወደ ክፍልየተዘዋወረበት ካርድ ለአዲስ ተማሪዎች ለምዝገባ የሚያስፈልጉ መስፈርቶች 1. 2ኛ፣ 3ኛ እና 4ኛ ክፍል ለሚገቡ አማካይ ውጤታቸው 65% እና ከዚያ በላይ መሆን አለበት። 2. 5ኛ እስከ 8ኛ ክፍል ለሚገቡ አማካይ ውጤታቸው 70% እና ከዚያ በላይ መሆን አለበት። 3. ከቀድሞ ትምህርት ቤት የመልቀቂያ (መሸኛ) ደብዳቤ። 4. አንድ የቤተሰብ ፎቶ እና አንድ የተማሪ ፎቶ። 5. አንድ ፋይል (Classier)። 6. NID (ብሔራዊ መታወቂያ)። 7. የልደት ማስረጃ ፎቶ ኮፒ። 8. 6ኛ እና 8ኛ ክፍል የሚገቡ ተማሪዎች የኦሮምኛ ወይም የአማርኛ ቋንቋን መቻል አለባቸው። 9. ከ ክፍል ወደ ክፍል ያልተዛወሩ (ያላለፉ) ተማሪዎችን የማንቀበል መሆኑን እንገልፃለን። ከትምህርት ቤቱ አስተዳደር

  • 7 авг.1 1601

    #SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf ------------- BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna.

  • 5 авг.1 0912из Oromiaeducationbureaucenter

    Beeksisa Ulaagaa Simannaa MBBA.PDF Tolaa Bariisoo Gadaa 💠

  • 4 авг.1 4403

    ቀን፡ 28/11/2018 ዓ.ም. ማስታወቂያ ለትምህርት ቤታችን ተማሪዎች ወላጆች በሙሉ ጉዳዩ፡ የክረምት ትምህርት (ቲቶሪያል) አጀማመርን በተመለከተ ከዚህ ቀደም እንደተገለጸው፣ ከ5ኛ ክፍል ወደ 6ኛ ክፍል ያለፉ እና ከ7ኛ ክፍል ወደ 8ኛ ክፍል ያለፉ ተማሪዎች የክረምት ቲቶሪያል ትምህርት እየተከታተሉ መሆናቸው ይታወቃል። በመሆኑም ከ4ኛ ክፍል ወደ 5ኛ ክፍል ያለፉ እና ከ6ኛ ክፍል ወደ 7ኛ ክፍል ያለፉ ተማሪዎች በሙሉ የዚህን የክረምት ቲቶሪያል ትምህርት መከታተል ግዴታ ስለሆነ፣ በ29 እና 30/11/2018 ዓ.ም. ወደ ትምህርት ቤቱ በመቅረብ እንድትመዘገቡና ትምህርታችሁን እንድትጀምሩ ትምህርት ቤቱ በአክብሮት ያሳስባል። የትምህርት ቤቱ አስተዳደር

  • 4 авг.1 3731

    без подписи

  • 4 авг.1 4321из barsiisotaf

    Gaaffilee Shaakalaa Qormaata Seensaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Sadarkaa 2ffaa

  • 4 авг.1 5303

    Guyyaa 28/11/2018 Beeksisa Maatii Barattootaa Mb Keenyatti ijoollee barsiisaa jirtan Hundaaf: Dhimmisaa Tiitooriyaalii Barnoota Gannaa ilaala. Akkuma olitti ibsamuuf yaalametti Barattoonni kutaa 5ffaa irraa gara 6ffaatti darbanii fi 7ffaa irraa gara 8ffaatti darban tiitooriyaalii barachaa jiraachuun isaanii beekamaadha.Haaluma kanaan barattoonni kutaa 4 irraa gara 5ffaatti darbanii fi 6ffaa irraa gara 7ffaatti darban hundi tiitooriyaalii ganna kanaa barachuun dirqama waan ta'eef Guyyaa 29 fi 30/11/2018 Dhuftanii galmaa'uun barnoota akka jalqabdan manni barnootaa cimsee isin beeksisa.

  • 3 авг.1 3808

    የ2019 ዓ.ም. የልዩ አዳሪ ትምህርት ቤቶች የመግቢያ ውድድር ማስታወቂያ የሸገር ከተማ ትምህርት ጽሕፈት ቤት እና የአዲስ አበባ ከተማ ትምህርት ቢሮ በየዓመቱ በጋላን ወንዶች ልዩ አዳሪ መካከለኛና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት እና በእቴጌ መናን ሴቶች ልዩ አዳሪ መካከለኛና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ለመማር የሚመረጡ የ6ኛ እና የ8ኛ ክፍል ተማሪዎችን በከተማ ደረጃ በተገኘ ውጤት መሠረት በውድድር በመምረጥ ወደ 7ኛ እና 9ኛ ክፍል ያሳልፋሉ። በመሆኑም በ2018 የትምህርት ዘመን በሸገር ከተማ በአማርኛ ወይም በኦሮምኛ የትምህርት ሥርዓት 6ኛ ወይም 8ኛ ክፍል ተምረው ወደ 7ኛ ወይም 9ኛ ክፍል ያለፉና ከፍተኛ ውጤት ያስመዘገቡ ወንድ ተማሪዎች በጋላን ወንዶች ልዩ አዳሪ ትምህርት ቤት፣ ሴት ተማሪዎች ደግሞ በእቴጌ መናን ሴቶች ልዩ አዳሪ ትምህርት ቤት በ2019 የትምህርት ዘመን ለመማር በሚደረገው የመግቢያ ውድድር እንዲሳተፉ ተጋብዘዋል። የምዝገባ መስፈርቶች 1. በ2018 የትምህርት ዘመን በሸገር ከተማ በአማርኛ ወይም በኦሮምኛ የትምህርት ሥርዓት የተማረ/ች መሆን። 2. በ6ኛ ክፍል ወይም በ8ኛ ክፍል የከተማ አቀፍ ፈተና 80% እና ከዚያ በላይ አማካይ ውጤት ማስመዝገብ። 3. ከተማረበት/በት ትምህርት ቤት የሥነ ምግባር ችግር እንደሌለበት/ባት የሚያረጋግጥ የምስክር ደብዳቤ ማቅረብ። 4. በተለያዩ ክለቦችና ትምህርት ቤት እንቅስቃሴዎች ንቁ ተሳታፊ መሆን። ለ7ኛ ክፍል ተወዳዳሪዎች - የ5ኛና 6ኛ ክፍል አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። - የሂሳብ ትምህርት አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። - የእንግሊዝኛ ትምህርት አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። ለ9ኛ ክፍል ተወዳዳሪዎች - የ7ኛና 8ኛ ክፍል አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። - የሂሳብ ትምህርት አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። - የእንግሊዝኛ ትምህርት አማካይ 80% እና ከዚያ በላይ መሆን። የምዝገባ ጊዜ ከሐምሌ 27 እስከ ነሐሴ 1 ቀን 2018 ዓ.ም. ድረስ ይካሄዳል። የምዝገባ ሂደት፦ በመስመር ላይ (Online) ይከናወናል። የመግቢያ ፈተና ወደ 7ኛና 9ኛ ክፍል ለሚወዳደሩ ተማሪዎች የመግቢያ ፈተና በነሐሴ 6 እና 7 ይሰጣል። የፈተናው ቦታና ሰዓት በተለየ ማስታወቂያ ይገለጻል። ማሳሰቢያ ከተወሰነው የምዝገባ ወይም የፈተና ቀን ውጭ የሚቀርብ ተማሪ አገልግሎት አያገኝም።

  • 3 авг.1 62014

    Dorgommii Barattootaa Bara 2019 A.L.I Mana Barumsaa Bultii Addaa Seenanii Ilaala. Waajjirri Barnoota Magaalaa Shaggar fi Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaan akkasumas Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Manan keessatti waggaa waggaadhaan barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata sadarkaa magaalattiin qabxii olaanaa galmeessanii gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti dorgomsiisuun calalee dabarsuuf waliigaltee waliinii qabaachuun ni yaadatama. Haaluma kanaan, bara barnootaa 2018tti Magaalaa Shaggar keessatti sirna barnoota Afaan Oromio yookiin Afaan Amaaraatiin kutaa 6ffaa fi 8ffaa baratanii bu'aa olaanaa galmeessuun gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti ce'an, dhiironni Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaanitti, Shamarran immoo Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaafi 2ffaa Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Mananitti dorgomanii bara barnootaa 2019tti barnoota isaanii hordofaniif simannaa ni taasisa. Kanaafuu, barattoonni ulaagaalee armaan gadii guutan mana barumsaa bultii addaa kana keessatti dorgomuu ni danda'u. Ulaagaaleen Galmee: Bara 2018 Magaalaa Shaggar keessatti sirna barnootaa Afaan Oromoo yookiin Afaan Amaaraatiin barachaa kan ture/kan turte ta'uu. Bara 2018 keessa: @Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 6ffaa irratti giddugaleessaan (Average) 80% fi isaa ol galmeessuu; akkasumas @Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 8ffaa irratti giddugaleessaan 80% fi isaa ol galmeessuu. @Mana barumsaa irraa xalayaa ragaa rakkoo naamusaa kamiyyuu akka hin qabne ibsu dhiyeessuu danda'uu. @Gumiiwwan garaagaraa keessatti dammaqinaan hirmaachaa kan ture/te. Kanneen kutaa 7ffaaf dorgoman: @Galmeeffamtoota kutaa 7ffaatiif, guraandhala (avereejii) bu'aa kutaa 5ffaa fi 6ffaa 80% fi isaa ol kan ta'e, guraandhala bu'aa barnoota Herregaa (Mathematics) 80% fi isaa ol, akkasumas guraandhala bu'aa barnoota Ingiliffaa (English) 80% fi isaa ol kan qaban; Galmeeffamtoota kutaa 9ffaatiif, guraandhala (avereejii) bu'aa kutaa 7ffaa fi 8ffaa 80% fi isaa ol ta'ee, guraandhala bu'aa barnoota Herregaa 80% fi isaa ol, akkasumas guraandhala bu'aa barnoota Ingiliffaa 80% fi isaa ol ta'uu qaba. Guyyaan galmee Adoolessa 27 hanga 1/12/ bara 2018 A.L.Itti ni gaggeeffama. Haalli galmee: Galmeen karaa toora marsariitii (ONLINE) ni raawwatama. Liinkiin galmee: o Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dhiirotaa Galaaniif: https://bs.ministry.et o Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dubartootaa I/Mananiif: https://bs.ministry.et Qormaata seensaa: Barattoota dorgomtoota gara kutaa 9ffaa fi 7ffaatti darbaniif Hagayya 6 fi 7 guyyaa qormaataa ta'a. Haaluma kanaan, bakki fi sa'aatiin qormaataa beeksisaan kan ibsamu ta'a. Bakki fi sa'atiin qormaataa beeksisa addaatiin ni himama. Hubachiisa: Guyyaa galmee fi qormaataa ifoomeen alatti barataan dhufu tajaajila kan hin arganne ta’uu isin hubachiifna.

  • 3 авг.1 110

    без подписи

  • 3 авг.1 2002

    без подписи

  • 31 июл.1 88614из barsiisotaaf

    #Oduu_Ammee Firiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 ifoomee jira. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307 dubara 249,902 #walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%) dubara -221,012 (88.4%) #walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; #Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun #Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et Odeeffannoo haaraa Barnootaan wal qabatu kamuu argachuuf facebook kiyya kana 👇👇 𝑭𝒂𝒄𝒆𝒃𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa #Share_Waliif_gochuun hiriyoota keessan biraan gahaa

  • 30 июл.1 6109из barsiisotaf

    BEEKSISA Barattoota Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf. Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Boruu, Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 - 6:00tti akka ifoomu beekkamee jira. Kanaafuu guyyaa boruu irraa jalqabee website armaan gadii irratti maqaa keessanii fi lakkofsa galmee keessan galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Website: 👉 http://ce6.ministry.et/

  • 30 июл.1 9933

    без подписи

  • 22 июл.2 5275из በዝምታ የሄደ ሰው ለምን እንደማይመለስ ታውቃላቹ ይሄ ሰው የሚሄደው በንዴት፣በብስጭት፣በስሜት፣ተገፋፍቶ ሳይሆን ሁሉን ነገር አይቶ በስተመጨረሻ በቃኝ ብሎ ስለሚሄድ ነው።

    без подписи

  • 22 июл.2 5305

    без подписи