UNITY IS POWER 🔋
описание
If you join this channel You get life change opportunity that is : Personal Development : Asset Building Business (NWM) @guta6418
147
подписчиков
Охват к подписчикам
216,3%
ERR
Реакции к просмотрам
0,44%
28 на 20 постов
Пересылки к просмотрам
0,42%
27
Постов в день
0,0
всего 20
Где отзываются чаще
доля реакций к просмотрам- 26 дек. 2024 г.GAGGEESSITOONNIS IRRAA BARADHAA! Qabxiillee Jajjaboo Kudha Tokko(11) Lukkuu Haadhoo irraa Barataman 1. Osoo hin haammatin dura jalqaba hanqaaquu gahaa buufti ☞KAROORA QINDAA'AA 2.Yeroo hanqaaquu ishee irra taa'uu jalqabdu ykn haammattu sochii ni xiqqeessiti ☞NAAMUSA 3.Sababa hanqaaquu ishee hammattuuf nyaatas waan hir'istuuf, ulfaatinni qaamaa ishee ni hir'ata ☞WAREEGAMAA FI OF KENNUU 4.Hanqaaquu lukkuu birootiif irra taa'uu ni dandeessi ☞AL-LOOGUMMAA FI ARJUMMAA 5.Guyyaa digdamii tokko (21) hanqaaquu ishee irra teessee obsaan eeggatti, yoo jalaa shamtellee deebitee hanqaaquu biroo buufti ☞AMANTAA, ABDII FI ABDII KUTANNAA DHIISUU 6.Hanqaaquu cuucii hin qabne adda baafattee kophaa baafti ☞XIINXALAA FI HUBANNOO 7.Hanqaaquu manca'e dhiistee tokko qofa yoo ta'ellee ilmoolee kan qabdu kunuunsuu eegalti ☞OGUMMAA, DAMMAQINAA FI DHUGAA 8. Cuucii ishee homtuu hin tuqu ☞KUNUUNSAA FI JAALALA 9. Cuucii ishee hunda walitti qabdi ☞TOKKUMMAA FI KAAYYOO 10.Ilmooleen ishee osoo of hin danda'in kophaa hin dhiistu ☞ITTI GAAFATAMUMMAA 11.Yeroo hunda ilmoolee ishee fuuldura deemti ☞HOGGANSAA FI FAKKEENYUMMAA2,52%
- 28 мая 2025 г.#Xiyyeeffadhu!!! Daandii milkaa’inaa irra deemaa jirta taanan, wantoota armaan gadii irratti xiyyeeffadhu! 👇👇👇👇👇👇👇 ✅Of irratti xiyyeeffadhu. 👉Namoota hordofuu dhiisi! ✅Kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Waanuma hunda hojjachuu dhiisi! ✅Sammuu kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Sammuu kee isa ittiin hojjattu kunuunsi! ✅Waan feetuf Dursa kennuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Waan hinfeenef yeroo kee hingubin! ✅Of jaallachuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Jaalalli jalqabaa of jaallachuudha of jaalladhu! ✅Gammachuu kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Yeroo hundumaa gammachuu qabaachuu shaakali! ✅Ofii kee waliin nagaa qabaachuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Waldhabdeen hamaan kan ofii kee faana waldhabduudha ofii kee faana nagaa qabaadhu! 🙏Jireenya Kaayyoo isin haa jiraachisu! @guta64182,51%
- 27 янв. 2025 г.Hojii idilee kee hojjechaa yookiin baratas kan jirtu,akkasuma eebbifamaas yoo taate,yeroo boqonnaa keetti Networking na faana hojjechuu nii barbaaddaa? Investment xiqqaa qofa kan si barbaadu. @guta6418 irratti Networking jedhii naaf barreessi @@guta64182,02%
- 31 окт.#Walloo_University 👇 Barattoota Shamarranii University WALLOO jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Eebba Barattootaatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan kabajaan affeeramtaniittu! Imalli gara Guddinaatti! Sanyii Guddataa0,91%
- 29 янв. 2025 г.Journey to Success0,73%
- 29 янв. 2025 г.без подписи0,60%
- 2 дек. 2024 г.Si Caalatti Kan siif Yaadu Hin Jiru. Sumatu ofiif Jira. Sirra kan sitti aanu hin jiru. Yeroo baay'ee maatiin keenya, namni nuyi baay'ee jaallannu nu irra nuuf wanta yaadan nutti fakkaata; garuu miti; si irra kan siif yaadu, eenyumtillee hin jiru yoo Uumaa kee ta'e malee. So, yeroo fudhuu ofii kee jijjiiruuf yaali! Ammayyuu ni dandeessa. Zeeroo fuutee tokko gochuu. Jabaadhu, Waaqni si waliin haa ta'u! Yeroo tokko tokko hunda caalaa of jaalachuun maalif barbaachise beektaa? Sababni isaa: Ati yoo of hin kakaafne homtuu garagalee si hin ilaalu! Kan siif jiruu fi jiraatu suma! Akka ati of qabdutti eenyullee si qabuu hin danda'u! Maarree maaliif of hin kakaaftu, maaliif of hin dadammaqsitu? Dammaqaa ta'uun hojii tokko dandeettii guutuu ta'een hojjechuuf si gargaara. Humnaa fi ayyaana uumamaan siif kennametti fayyadamuuf cimina siif laata. Dadammaqinni sababa uumamuu yookiin kalaqa waan tokkootiif ka'uumsa dha. Namni dammaqe rakkina isaa irratti dhiibbaa uumuuf qophiidha. QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN: ➊. Kaayyoo ofiitiif bitamuu! ➋. Xiyyeeffannoo qabaachuu! ➌. Galma ofii beekuu! ➍. Ejjennoo qabaachuu! ➎. Jalqaba haaraan eegaluu ➏. Karaa salphaa adeemuu ➐. Mul'ata qabaachuu ➑. Waan addaa uumuu ➒. Beekumsa ofiitti fayyadamuu ➓. Ofitti amanamummaa qabaachuu Ati yoo of hin kakaafne homtuu si hin kakaasu! #Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde #gaarii fi #qajeelaa taanaan #namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Waa'ee keef #ragaan si caalu hin jiru. Waan #hojjechuu dandeessu kan beeku #oollaa kee osoo hin taane si #mataa_keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka #dhuunfaa keetti #jiraachuuf_uumamte. @segnigudeta @WABIISG0,26%
- 19 февр. 2025 г.Dhaabbilee nama dhunfaa, Waldaa Aksiyoonaa, dhaabbata motummaa fi miti motummaa kamiyyuu yeroo hundeeffamu seeraa qabeessa ta'u qabu. Akkasumas 4P's of Marketing Mix qabaachuu qaba isaaniis 1ffaa. Product/Omishaa fi tajaajila dha. Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila ittin hawaasaa tajajiluu qabaachuu qaba 2ffaa. Price/Gatii/ Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila isaa ittiin gurguru qabaachuu qaba garuu gatii isa Fixed price ykn Variable price ta'u danda'a akkasumas Taxable or non taxable ta'u danda'a. 3ffaa. Place/Teessoo/ Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu Teessoo mataa isa qabachuu qaba HO, DISTRICT, BRANCH, FRANCHISE OFFICE ta'uu danda'a. 4ffaa. Promotion/Beeksisa Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila fayyadamaan gahuuf kara ittiin beeksisu qabachuu qaba beeksisa miidiyaa TV, RADIO, NEWS PAPER adda addaa fayyadame ykn Beeksisa Afaan /Mouth to Mouth advertising/ ta'u danda'a @baro2017✅@baro2017✅0,25%
- 31 окт.#Walkite_University 👇 Barattoota Shamarranii University Walqixxee jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Gamoo Bulchiinsaa haaraatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan! Imalli gara Guddinaatti! Sanyii Guddataa0,00%
- 31 окт.✍️Baratoota Shamarranii Yuunivarsiitii Haramaayaa jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Afran qallootti leenjii mata duree 'Goal setting, Time management, designing your future ' jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin isiniif qophaa'ee waan jiruuf ganamaa sa'atii 2:00 irraa eegaluun hirmaadha! ✍️F𝚘𝚛 𝚝𝚑𝚎 F𝚎𝚖𝚊𝚕𝚎 s𝚝𝚞𝚍𝚎𝚗𝚝𝚜 𝚘𝚏 H𝚊𝚛𝚊𝚖𝚊𝚢𝚊 U𝚗𝚒𝚟𝚎𝚛𝚜𝚒𝚝𝚢, 𝚘𝚗 𝚝𝚑𝚎 22/02/2018, 𝚊 𝚝𝚛𝚊𝚒𝚗𝚒𝚗𝚐 𝚝𝚒𝚝𝚕𝚎𝚍 'G𝚘𝚊𝚕 𝚜𝚎𝚝𝚝𝚒𝚗𝚐, T𝚒𝚖𝚎 M𝚊𝚗𝚊𝚐𝚎𝚖𝚎𝚗𝚝, D𝚎𝚜𝚒𝚐𝚗𝚒𝚗𝚐 𝚢𝚘𝚞𝚛 F𝚞𝚝𝚞𝚛𝚎' 𝚑𝚊𝚜 𝚋𝚎𝚎𝚗 𝚙𝚛𝚎𝚙𝚊𝚛𝚎𝚍 𝚏𝚘𝚛 𝚢𝚘𝚞 𝚋𝚢 B𝚛𝚎𝚊𝚔𝚝𝚑𝚛𝚘𝚞𝚐𝚑 T𝚛𝚊𝚍𝚒𝚗𝚐 S𝚑𝚊𝚛𝚎 C𝚘𝚖𝚙𝚊𝚗𝚢 𝚊𝚝 𝚝𝚑𝚎 A𝚏𝚛𝚊𝚗 𝚚𝚊𝚕𝚕𝚘 𝚑𝚊𝚕𝚕. T𝚑𝚎𝚛𝚎𝚏𝚘𝚛𝚎, 𝚊𝚝𝚝𝚎𝚗𝚍 𝚜𝚝𝚊𝚛𝚝𝚒𝚗𝚐 𝚏𝚛𝚘𝚖 2:00 AM. Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2 Galatoomaa Sanyii Guddataa0,00%
- 6 февр. 2025 г.без подписи0,00%
- 6 февр. 2025 г.без подписи0,00%