tgindex
Badeno wareda Education Office

Badeno wareda Education Office

Статистика
Последний пост
5 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
26
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
7 974
+48 за 4 дн.
Сутки
+18
+0,23%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
5 538
22 постов
Вовлечённость
69,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 26
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Messages in this channel will be automatically deleted after 1 day

  • Messages in this channel will no longer be automatically deleted

  • Messages in this channel will be automatically deleted after 1 month

  • 4 июл.5 88917

    ΔΔΔΔΔAriifachiisaaΔΔΔΔΔ Manneen barnootaa Sadarkaa 2ffaa, Sadarkaa 1ffaa fi BSTD hundaaf. 🟥𝐊𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐨𝐥𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐱𝐢𝐲𝐲𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐢𝐣𝐨𝐨 𝐭𝐚𝐡𝐚𝐧. 1. Hooggansi hundi akkaatuma kallattii taa'een cufaa mana barnootaa bifa istaandardii eeggateen raawwachuun gabaass isaa qindeessee barruun waajjiraaf galchuu. 2. Maallaqa Ethol hojiilee duursa kennamuu qabuuf ittiin hojjachuuf kan karoorfatee san hanga waxabajjii 30/2018 tiitti raawwiin isaa waajjiraaf dhihachuun herregni isaa bu'uu qaba. 3. Manneen barnootaa hunduu barataaf kaardii raabsuu qabu. Kuniis baay'ina barataa galmaaween qophaawee kan dabree fi kan kufeef harkatti kennamuu qaba. 4. Dura bu'oonni barnoota gannaaf deemu yoo jiraate qaama mb bakka bu'u ija ogummaan xiinxalee mariisisee xalaayaan waajjira beeksisuu qaba. 5. Dura bu'oonni roostara barataa akkuma manni barnootaa cufameen qindeessee waajjiratti galchuu qaba. Kuniis duursa haalli qulqullina isaa mirkanaa'uu qaba. 6. Gabaasni hojiilee walii galaa fi karoorri hojiilee gannaas akkasumatti qindaawee hanga Adoolessa 5tti waajjiratti galuu qaba. 7. Ragaalee online guutamaa jiru ilaalchisee akkaatuma sagantaa taa'een kan itti fufuu fi qaamni sagantaa taa'een alatti deemuu fi kan hin guutin mindaan isaa 8. Hojiileen akka walii galaatti abbootii adeemsaa waajjiraatiin isinitti kennamees kallattuma saniin kan itti fufaniidha. Adoolessa irraa eegalee kan adda citu tahuu isaati. ⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️⁉️ ❌𝐐𝐚𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐭𝐚𝐚'𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐚latti oliif gadi gitintiraatu jiraannaan 1. Tarkaanfiin bulchinsaa fi itti gaafatamni seeraa kallattumaan kan irratti raawwatamuudha. 2. Hojiilee jedhame hanga duguugee falchutti mindaan isaaf kaffalamu kan hin jirre tahuu isaa. ✔️Xumura dubbiiti. Lafa nagaa bulaa, horaa deebanaa.

  • 4 июл.5 089

    Manneen Barnoota Ragaa kana hin guutin hatattamaan xumuraa maali rakkoon yoo namni Ragaa hin qabne jiraate adda baasa mindaan isaa akka qabamu taasisna

  • 3 июл.5 0222

    Duubdeebii Galmeessa Raawwii Online Barsiisoota Sad.1ffaa fi 2ffaa Hanga Guyyaa 26/10/2018tiitti jiru

  • 30 июн.4 2961

    Duubdeebii Raawwii Galmee online hanga guyyaa 23/10/2018

  • Manneen Barnootaa Raawwiin keessan gadi bu'aa tahee fi kanneen 100% hin xumuratin guyyaa 19-20/10/2018 tiitti xumurachuu baannaan sarvarri cufamee jira waan taheef akka barsiisaa fedhiin hojii gadi lakkiseetti ykn ragaa tokkollee hin qabneetti lakkaawama waan taheef kana hubachuun wal hubachiisaa. erga sarvarri cufamee dhufnaaniis fudhatama kan hin qabneedha.

  • 26 июн.3 8822

    Duubdeebii Galmeessa Ragaa Online dhaan guutamaa jiru hanga guyyaa 18/10/2018 tiitti.

  • Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Hanga Guyyaa 13/10/2018

  • 21 июн.3 7761

    Ergaa ijoo Manneen barnootaa 21 asirratti duubdeebiin isiniif barreeffaman kun Guyyaan sarvarri online ittiin guuttan kan isiniif banamu guyyaa tokkichaa boruu qofaadha. Kunius guyyaa 15/10/2018 jechuudha. Guyyaa kanatti barsiisonnii fi hooggantoonni manneen barnootaa kuniis dhufee kan ragaa isaa hin guuttanne fedhii isaan akka hojii gadi lakkiseetti galmaa'a. Sababni isaas ragaa fi dookumantii dhabuu isaati. Osoo qabaatee yeroo jedhametti galmaawa waan taheefi. Guyyaan itti aanu kan manneen barnootaa biraatu eegalama. Xumurame!!!! Ergaa waliin gahaa....

  • Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Galee hanga guyyaa 11/10/2018 waajjira barnootaa Aanaa Baddannoo

  • 18 июн.3 3841

    Duubdeebii Raawwii Galmeessa Ragaa Online Kan Guyyaa 11/10/2018 W/Barnootaa Aanaa Baddannoo

  • 17 июн.3 7291

    Link kana add gochuun garee misooma bar fi hog man. Barn sad.1ffaa Aanaa baddannoo hordofuu dandeessu

  • 17 июн.6 0313

    https://t.me/+_Sp7J9SqkL4zYTg0

  • 14 июн.7 5206

    GUYYAA 07/10/2018 Manneen barnootaa sadarkaa guddina barsiisotaa fi fooyya'insa barnootaa bara 2019 hin qabnu jechuun hin galchin. 1.Aammadee 2.Bakkalcha raammis 3. Boosoo raammiz 4.Caffee Ilillii 5.caffee maddaa 6.daawwee raammis 7.dachaatuu 8.daawwitii harawaa 9.dirree xayyaaraa 10.Gasaroo 11.G/Waleensuu 12.G/iddoo 13. Guutuu raammis 14.Haacaaluu l.1fi7 15.liilloo dha. 16. Holqa diimaa 17.ifaa boruu 18.ija qalloo 19.iyyaa awwaaree Manneen barnootaa kunniin yoo waajjiratti galchitanii isin jalaa harca'ee hafe edanuma keessoon akka nu qunnamtanii nu beeksiftan isin beeksifna. Barsiisonni manneen barnootaa kana keessa jiraniis akka sababa tokkollee hin dhiheessine hubachuu qabu. G/G: hoogganaa waajjiraatiif

  • 28 мая8 30985

    без подписи

  • 28 мая9 178120из Adane Alex

    без подписи

  • 28 мая9 092111из Adane Alex

    без подписи

  • 28 мая8 547104из Adane Alex

    без подписи