tgindex
Shemsu Shifa✍

Shemsu Shifa✍

Статистика

Teacher

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
59
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
14 568
+98 за 3 дн.
Сутки
+42
+0,29%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
6 764
40 постов
Вовлечённость
46,4%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 59
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
2 479
1/48двое суток
2 840
1/72трое суток
3 064

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 13 авг.2 85224

    Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019.pdf

  • 12 авг.2 73873

    #Kutaa8ffaa_MBBA_Dorgomaniif! #Galmee: Guyyaa 2qofatu hafa! #GuyyaanQormmaata: Hagayya 20/2018 waan ta'eef ganama sa'aatii 1:30tti buufata itti galmooftanitti argamuun #online'n akka qoramtan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiseera!

  • 9 авг.5 58463108

    #Oduu_Gammachiisaa #Moosaajiin_Jijjiirraa_Barsiisotaa_Banameera ✍️ Barsiisonni keenya jijjiirraa hawwiin eegaa turtan baga gammaddan jechuu barbaanna! Liinkiin kanaan seenuun ilaalaa! https://tmis.oeb.gov.et/landing

  • 8 авг.5 448116

    Oduu Gammachiisaa! Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf ---------- BBO - Hagayya 02/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Shan Keessatti Bara 2018 Irraa Eegalee Barattoota Qaxalee Kutaa 9ffaa Simachuun Barsiisuu Kan Eegale Ta'uun Ni Beekama. Haaluma kana bu'uureeffachuun Ministeerri Barnootaa Bara Barnootaa 2019 Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa adda addaa keessatti barachaa turan kutaa 9ffaa irraa gara 10ffaa qabxii olaanaan darban dorgomsiisee Manneen Barnootaa 5 ( Walisoo, Bu'ii, Jigjigaa, Bongaafi Gaambeellaa ) keessatti simachuuf ulaagaa baasee waamicha taasisuuf qophii xumuruu beeksisee jira. Kanaafuu, Barattootni MB. Sad. 2ffaa kamiyyuu keessatti barachaa turtaniifi kutaa 9ffaarraa gara 10ffaa qabxii olaanaa galmeessiftanii dabartan dorgomtanii galuu akka dandeessan qophii barbaachisaa akka taasiftan isin beeksifna. Carraa Gaarii!

  • 8 авг.4 66898

    Liinkii Galmee:- https://exam.oeb.gov.et/

  • 8 авг.4 7891310

    #SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu. #Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna.

  • 6 авг.5 36319

    видео или голосовое, без подписи

  • 6 авг.5 4073216

    #QabxiiDorgommiiMBBultiiAddaa2018 #Ministirii: dhi 83 fi isaa ol, dub 80 fi isaa ol #GuyyaaGalmee: Adoolessa 30-Hagayya 12/2018 #GuyyaaQormaataa: Hagayya 19/2018 online kennama!

  • 4 авг.8 17210129

    #SagantaaJijjiirraaBarsiisotaa2019 ❶Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaa’uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu. ❷Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu. ❸Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota jijjiirraaf barbaachisu hunda qopheeffatanii eeguu qabu. ❹Username fi Password'n barsiisoota hundi Sadarkaa Aanaatti ergamuun Waajjiraalee Barnootaa dhaqqabee jira. Kanaafuu Waajjiraaleen Barnootaa Username fi Password barsiisota qabatanii callisuu osoo hin yeroon barsiisota hunda bira gahu akka qabu BBO beeksiseera! 👉Odeeffannoo dabalataaf https://t.me/Shemsu01 follow godhaa!

  • 30 июл.8 95884

    #Beeksisa_Qabxii_Qormaata_Kutaa_6ffaa_2018 #Barattoota_Qormaata_Kutaa_6ffaa_Bara_2018_Fudhatan_Hundaaf •=•=•=•=•=• ✅ Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa bara 2018 gaafa guyyaa boruu Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00-6:00 keessatti kan ibsamu tahuu BBO beeksiseera.

  • 30 июл.8 829281

    #Dogoggora_sirreeffame #Barsiisota Dippiloomaa irraa gara #Digriitti barnoota fooyyeeffachuuf dorgomtan kanneen gosti barnootaa keessan dogoggora akka qabu aanaa keessanitti iyyachaa turtaniifi barsiisonni muraasni bakki Yuunvarsiitii itti ramadamtan jijjiirameera waan ta'eef hordofaa.

  • 28 июл.8 839291

    Ramaddii Yuunivarsiiitii Barsiisota Barnoota Gannaa Dorgomanii Barsiisonni  Bara kana Carraa Foyyeffanna Barnootaa Dorgomtanii turtan hundi Ramaddii Yuunivarsiiitii Ilaallachuu ni dandeessu! https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 27 июл.8 91852

    #GannaKanaDeeggarsaNiBarbaadduu? Qorannoo, Asaayimentii, Seeminaara, Pirojektii, Gabaasaa, Propoozaalii fi hojiiwwan barnootaa biroo irratti tajaajila ogummaa fi amanamaa nan kenna. ✅ Hojii qulqullina olaanaa qabu ✅ Yeroo isaatti xumuramee kennama ✅ Iccitiin ni eegama ✅ Gatii madaalawaan Har'a na qunnamaa; milkaa'ina barnoota keessaniif isin cinaa nan dhaabadha. https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 27 июл.7 16816

    #NeedAcademicSupportThisSummer? Looking for reliable help with your academic work? I provide professional assistance with research, assignments, seminars, projects, reports, proposals, and other academic tasks. Expect high-quality, original work, timely delivery, complete confidentiality, and affordable rates. Feel free to contact me today for dependable academic support! https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 26 июл.7 321185

    Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014 https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 26 июл.8 424511

    Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014 https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 26 июл.8 68116

    #Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Boorana Bahaa Barsiisota barbaada ✍️ Iddoon Galmee Waajjira Barnoota Godina Borana bahaa kutaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa ✍️ Muuxannoo:0 ✍️ Guyyaan Galmeen:17/11/2018 -08/12/2018 tti tura Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353

  • 26 июл.7 65236

    Qajeelcha/Guideline Raawwii Fo'annoofi Filannoo Barattoota Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Sad. 2ffaa Hagayya, 2016 Qophaa’e

  • 25 июл.8 362271

    #KalaandarriBarnootaa2019 #BaruuBarsiisuun Fulbaana 05/2019 jalqaba. #Guyyaan Barnootaa Sem.1ffaa =107 #Guyyaan Barnootaa Sem. 2ffaa =103 https://t.me/Shemsu01

  • 25 июл.7 1021

    видео или голосовое, без подписи

Shemsu Shifa✍ — tgindex