tgindex
OROMIA TEACHERS COMMUNITY

OROMIA TEACHERS COMMUNITY

Статистика

This group is open for teachers only!

Последний пост
6 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
23
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
14 042
+163 за 3 дн.
Сутки
+70
+0,50%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
9 790
23 постов
Вовлечённость
69,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 23
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
2 585
1/48двое суток
2 962
1/72трое суток
3 195

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 6 авг.2 93325

    видео или голосовое, без подписи

  • 6 авг.2 89716

    видео или голосовое, без подписи

  • 6 авг.2 87117

    видео или голосовое, без подписи

  • 6 авг.2 8972320

    видео или голосовое, без подписи

  • 5 авг.3 6331223

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 авг.4 2045723

    Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I 1. Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaa’uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu. 2. Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu. 3.Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota jijjiirraaf barbaachisu hunda qopheeffatanii eeguu qabu. 4. Username fi Password'n barsiisoota hundi Sadarkaa Aanaatti ergamuun Waajjiraalee Barnootaa dhaqqabee jira. Kanaafuu Waajjiraaleen Barnootaa Username fi Password barsiisota qabatanii callisuu osoo hin yeroon barsiisota hunda bira gahu qabu BBO beeksiseera!

  • 9 июл.9 9294436

    видео или голосовое, без подписи

  • 2 июл.9 512353

    #Qulqullinni_barnootaa_jireenya #Barattootafi_barsiisotaa_irraa_jalqaba. Hojiin Waldaan Barsiisota Magaalaa Shaggar hanga ammaatti hojjeete hojii nama boonsu, hojii Barsiisota birattis fakkeenya ta'uu danda'udha. Waldaan keenya yeroo hunda mirgaa barsiisotaa kabachiisuu, dandeettii isaanii cimsuu fi qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojii hedduu hojjechaa tureera. Har'as barsiisaan keenya qulqullina barnootaa 100% mirkaneessuuf hojii isaa guutummaatti of kennee hojjechaa jira. Garuu, dhugaa jiru keessaa inni guddaan tokko, barsiisonni hedduun isaanii har'as #mana_kiraa keessatti #maatiifi_ijoollee isaanii wajjin haala ulfaataa keessa jiraacha jiru. Rakkoon kun yeroo baay'ee qaamoota adda addaa biratti hin mul'atu; garuu #jireenya_Barsiisota keenyatti ba'aa guddaa ta'ee itti fufeera. Dhugaa dubbachuuf, barsiisaan kaffaltii amma argatuun #mana_jireenyaa kafalti kana kafalaachu hin danda'u. Haala gatii gabaa yeroo ammaa keessatti immoo kaffaltiin isaa jireenya guyyaa guyyaa qofa ittiin geggeessuuf illee gahaa miti. Barsiisonni keenya hojii isaanii jaalala ogummaa fi dhalootaaf qaban irraa ka'uun arsaa guddaa kaffalaa jiru. Kanaafuu, #qaamoleen dhimmi kun ilaallatu hundi #Bulchinsaa_Magaalaa_Shaggar dabalatee humna dinagdee barsiisotaa hubachun, rakkoo #mana_jireenyaa isaan mudateef furmaata waaraa akka barbaadan kabajaan isiin gaafanna. Barsiisaan humna kaffaltii dhabee rakkachaa yoo jiraate, qulqullina barnootaa yeroo dheeraa tikfachuun ulfaataa ta'uu ni mala. Qulqullinni barnootaa kan mirkanaa'u keessaa inni guddaan tokko fedhii, tasgabbii fi jireenyaa barsiisaa guutuu dha. Kanaaf, mootummaa fi qaamoleen mootummaa hundi akkuma kanaan dura deeggarsa adda addaan barsiisota cinaa dhaabbatanii taasisaa turtan ammas rakkoo #mana_jireenyaa Barsiisota irrattis furmaata qabatamaa fi waaraa akka nuf kennitan kabajaan waamicha keenya dhiyeessina. #Barsiisaan_yoo_kabajame, jirrenyi isaa yoo foyya'ee barnoonni Qulqullinni barnoota ni mirkana'aa; barnoonni yoo guddate immoo biyyi ni dagaaga. Waldaan Barsiisota magaalaa shaggaris karaan irraa deemsa jalqabdan baay'ee gaariidha jabaadha #Waldaan_Barsiisota_kutaa_magaalaa_Buraayyuus Karaa hunda isin cinaa jira. #Kafaltiin_ijaarsa_Mana_jireenya barsiisaf gad bu'ee ammas irraa deebi'uun nuuf haa ilaallamu.

  • 13 июн.8 70317

    Waayeen Barsiisota keenyaa gaaffii ijibbaataa nu barbaachisa. Isinis yaadoota akkasii irraan jabaadhaa nu waliin hirmaadha! ✊

  • 25 мая9 9935

    Barsiisonni akkam jirtu? https://t.me/Yud5star_bot?start=_tgr_Mb0yzyE1MjE0

  • 28 февр.13,3 тыс29

    Magaalaan shaggar barsiisaan qarshii 500000 eessa fida jedhamee yaadameetu akkasitti qajeelfamni qophaa'a?

  • 1 февр.14,5 тыс536

    Barsiisaan qabeenya dhalootaati malee ergamaa daldaltoota siyaasaa miti! Keessumaa bilisummaa #Barsiisotaa eeguuf siyaasa manneen barnootaarraa fageessuun gaariidha.

  • 27 янв.15,6 тыс2713

    видео или голосовое, без подписи

  • 16 янв.8 3612328из oroteachers1

    видео или голосовое, без подписи

  • 13 янв.13,5 тыс29

    Jijjiirraan gaafa 19/05 eegala ammas ammasitti obsaa!

  • 12 янв.13,9 тыс211

    Ethiocodersiif nama kana dubbisaa! Tuqi 👉 Ethiocoders

  • 12 янв.19,2 тыс1541

    видео или голосовое, без подписи

  • 11 янв.14,5 тыс12

    видео или голосовое, без подписи

  • 9 янв.12,7 тыс271

    #Ethiocoders warri feetan comment jalaan kottaa!

  • 9 янв.12,7 тыс2913

    Jijjiirraan Barsiisotaa Naannoo Oromiyaa kan Seemisteera 2ffaa guyyaan itti jalqabu ifoomeera. Akkuma beekamu jijjiirraan kan guutamu karaa online waan ta'eef yeroon itti qopha'anii ragaa barbaachisu qindeeffachuun guutuun murteessaadha. Guyyaan itti guutamus Amajjii 19-25 yommuu ta'u, bu'aan jijjiirraas kan ifa godhamu Guraandhala tokko ta'uu beektanii yeroo kenname keessatti fayyadamuun murteessaadha. #Share