Dhiiroo Garbii
Статистика𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 49
- Всего постов
- 435
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 436
- 1/48двое суток
- 499
- 1/72трое суток
- 538
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Dr Dabratsiyoon 'nageenyi Tigraay awwaala Badhaadhinaarratti ijaarama' jechuun yoo dhaadatan dhagahameera.
без подписи
~Moototni Impaayera Itoophiyaa ijaaranii fi dabaree dabaree wal harkaa fuudhanii impaayeritti tiksaa turanTarsiimoo uummata oromoo koloneeffachuuf baafatan keessa Oromoo isa tokko firoomfachuu fi isa tokkorrattii duula qor qalbii fi waraanaa gaggeessuu,sabichuma waliisaa wal irratti ijaaruu fi Tokkummaa uummata oromoo diiguu fi mancaasuu irratti xiyyeeffatanii hojjetaa turan.Ittis Milkaa 'aniiru.Uummata bilisummaa fi walabummaa qabu fi uummata kabajamaa fi sodaaatamaa ture sirnaa fi humna isaa caccabsanii kiyyoo kolonii jalatti Cafaqanii garafanii saamicha lubbuu fi qabeenyaa raawwachaa turan. Har'as oromoon impaayerittiiman roga maraan saamamaa fi waadamaa jira. Har'as Diinonni qabsoo bilisummaa oromoo kolaasuu fi Hongeessuuf hamummatan Tarsiimoo kaleessa San dhaalanii Oromoo isa tokko jajaa isa tokko abaaru.isa tokko kukkuulanii bareechu isa tokkommo dhoqqee dibanii xureessuu hojii idilee godhatu.Tarsiimoon akkasii sadarkaa sabboonummaa fi dammaqinsi ummata oromoo har'a irra jiruun tarsiimoo bitaamuu fi gurguramuu hin dandeenyedha.Tarsiimoon diinota uummata oromoo kaleessaa sun sammuu dhaloota qubee keessatti duutee awwaalamteetti.awwalcha San irratis Tarsiimoo tokkummaa uummata oromoo ijaaruu ,fedhii fi hawwii uummatichi waloon qabu mirkaneessuu innis bilisumma fi walabummaa oromiyaa ijaarutu gad dhaabbatee jira.WBO,n dirree Oromiyaa mara keessatti har'a akeeka jaallan ganamaa dhaalee mul'ata isaanii mirkaneessuuf falma hadhooftuu fi wareegama ulfaata kaffalaa jiru sabboonummaa akka abidda saafa boba'u hidhatee meeshaa diinonni qabsoo oromoo akka siyaasaatti fayyadamanii tokkummaa oromoo diiguuf tattaafatan labooba sabboonummaatiin gubee barbadeessera.WBO'n,bu'aa,bahii qabsoon bilisummaa oromoo keessa qaxxamurtee sadarkaa har'a a irra geesse tolchee beeka.Daandii qabsichi galma qiyyaafate gahuu s bareechee beeka.Firaa fi diinota qabsichaas Akka gaaritti bareechee beeka.Uummanni oromoos akeekaa fi kaayyoo WBO,tolchee beeka.WBOnisTooftaa, Tarsiimoo fi Humna Bilisummaa uummata Oromoo mirkeessu tolchee of harkaa qaba. Xurre Abishee Garbaa ❤️💚❤️.
#Eeruu_Ammee Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa #Begii magaalaa #Kobor keessatti guyyaa har'aa waraanni maafiyaa PP leenjii waraanna deemtu jechuun dirqamaan ijoollee qaba oltee ijoollee daa'imaa walitti guurtee galgala kan gara Aanaa #Begitti fe'ettee Uummanni keenyaa #Of_Eeggannoo keessan cimsaan. Dhaamsa keenyaa guyyaa bor immoo guyyaa gabaatti waan ta'ee Uummanni keenyaa baadiyyaadha gara magaalaa deemtan guyyaa bor #Of_Eeggannoo keessan cimsaan. Dhaamsa keenyaa
#Eeruu_Ammee Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa #Begii magaalaa #Kobor keessatti waraanni maafiyaa PP ijoollee hiyyeessaa umuriin isaan waggaa 15 dabalatee leenjii waraanna deemtu jechuun dirqamaan walitti qabdee jirti. Kaabinoon fi waraanni PP magaalaa #Kobor keessa jirtan gatii keessan yeroo dhiyootti nii argattu isaa dhengadaa Gootichii sabaa WBOn #Hophaa fi #Qashimadoo giddutti gatii keessan isiniif kennee sana ammaas argachuuf jirtuu yeroo dhiyootti qubaa qabaadhaa!
~#WBOn Uummata Oromoo Lixa Shaggar Ona #Jibaat waliin marii abdachiisa taasiseera Kaayyoo Bakar Waaree Tulluu Cilaaloo
👉Oromoo Haati Isaa ykn Haati Ishee WBO Hin Deenyetu WBO qeeqa. 👉Warra Social media irraa Sobee Ija gogaa boo'u Wayyoo Uummata koo jedhee gadoodu mee gadifageessaatii qoradhaa warra WBO abaaraa oolu Warra Maatiinsaanii Oromoof Wareegamuu hinfeeneedha 💯%
#inbox #Aanaa #Hoomaa #Akeekkachiisa Xumuraa #Zannabeechiif Sarara Diinaa yeroo Ammaa kana yaabde asirratti siif maxxansuu baadhus Waraabbiin ke harkakoo keessa Jira. Atis harkakeenya ni dhufta. Sabboontuu ofgootee Sabboontota basaasuunke kana duraa si salphise malee Bu'aa siif in buufne. Gaafati Foon suuraa Irratti argamu kana Kaabinee suuraan isaa si gararraa jiru kanaaf #Hoomaa irra fuutee #Ginbiitti geessaa Osoo jirtuu #sewwaatti harkiko si qabee akeekkachiisa siif laatneerra. Osoo in turinis Yerosuma kaabinee kin Waajjira #poolisii Hoomatti to'atamnaan Kan #Marqaa marquee dafee bira ga'e si'iragaan ijaa Poolisii Suuraake waliin nuuf ergeedha..Amma Garuu dhimmake asirratti in maxxansu. Abbaan Manaashee Sabboonummaa qabaatus si gorsuu in dandeenye ykn badiike in hubatu ta'a. Sarara Diimaa irra jirta.
G/SH/Lixaa Aanaa Jibaat "Akka Qurxummiin kee sirnaan horu barbaadda taanan gaalaannii bo'oo ykn ya'aa tokko keessa akka dhangala'u taasisi" ABO-WBO'n Ummata isaa Oromoo guutuu Oromiyaa keessa jiran haala yeroo, nageenya, barnoota, misoomaa, Aadaa, fi kkf irratti ummata isaa waliin mari'achuu daran jabeessee itti fufee jira!.
Waraana hin mo'amne keessa seenee jira jedha humni Gumuz Ammaa booda magaalaan Gilgel homaa nuuf hin gootu. PP/OPDO awwaaluuf gara Assosa dhufaa jirra jedha humnichi.
Mana teessee hin hin afufiini kotu lolii akka dhiraatt
~Oromoon lafa Lolaatti injifatamee hin beeku. Lafa nagaatti maqaa gowwoomsaa, jaarsummaa irratti garuu injifatee hin beeku. Kanaaf lola jabaan itti baha nagaati, jabaattee lolachuun nagaa kee mirkaneeffadhu. Bobbaas Qeerroo
без подписи
Gotichii WBO Zooni Lixaa Harkaan Qabee irraa Guuraa jira Arguun Amanuudha
Oduu Ammee Godina Arsii Bahaa aanaa heexxoossaa Ganda sibuu abaadiir ttii bilxiginnaan Nama nagaa uummata Shanee Waliin hariiroo qabda jechuun akkasin darara jiru
без подписи
без подписи
без подписи
OOLMA GUYYAA HAR'AAInjifannoo 13/8/2026 Godina wallagga bahaa, aanaalee akka jimmaa arjoo, nuunnuu qumbaa fi waayyuu xuqaa bakkatti lolli gaggeefame, aanaa jimmaa arjoo ganda tibbee, aanaa nuunnuu qumbaa bulchinsa magaalaa adaree bakka addaa baankoo, aanaa waayyuu xuqaa bulchinsa magaalaa qassoo, aanaa waayyuu xuqaa bulchinsa magaalaa bonaayyaa, aanaa waayyuu xuqaa ganda tullu-sa'aa fi ganda weennii warroota kana keessatti tarkaanfii qindaa'aa wbo fi humni ittisaa ykn qeerroo bilisummaa oromoon fudhatamen, waraanni bilisummaa oromoo zooni lixaa birgeedii volkaanoo humna diina irratti injifannoo argachuu beeksiise. injifannoon argame gama meeshaatin, 1,AKM/kilaashiin 45 2,skeesii 6 3,shuulkettii 5 4,Rasaasa AKM 2200 ol walii gala meeshaa 56 booji'amtootni kunis bakka garaa-garaati kan booji'amaanidha Walii galli isaani nama soddomii sagal (39) Tarkaanfiin kunis karaarra gora waan jenne natti fakkaata. IUOF.
Geeraraa bahanii bob-boo'aa galuun jedhan 🌞 akkanaa argi!