tgindex
Health Tips

💪 Everyone Deserve good Health. 💊 Medical should be free For all. This channel is created for wellness and awareness about Health issues. Buy ads: https://telega.io/c/Dhimma_Fayyaa Contact: @YaadafiGaaffii_bot

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
8
Всего постов
31
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 934
+15 за 3 дн.
Сутки
+4
+0,10%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
319
31 постов
Вовлечённость
8,1%
к подписчикам
Постов в день
1,1
всего 31
Упоминаний
44
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
205
1/48двое суток
234
1/72трое суток
253

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍

  • QABXIILEE FARRA QAAMA WAL HORMAATAA DHIIRAA TA’ANII FI DHALA MALEE DHIIRA HAMBISUU DANDA’AN Dhukkuba sukkaara -Ulfaatina garmalee dabaluu -Ulfaatina garmalee gadi bu’aa -Alkoolii -Tamba’oo xuuxuu -Viyaagraa -Seeggaa fi filmii waa’ee wal quunnamtii saala qabu hordofuu (masturbation and porn) -Qorichoota dhiibbaa dhiigaa ol ka’e yaaluuf gargaaran -Yeroo hunda bishaan baay’ee ho’aan dhiqachuu -Ibidda fi raadi’eshinii gara garaatti qaamni hormaataa siiquun yoo ture -Hirriiba ga’aa argachuu dhabuu - Ujummoo spermii cidhaan irraa gara qaama saala dhiiraa geessu sababa garagaraan yoo baqaqsanii qaama keessa baafamu/kutamu(vasectomy). Yaaliin baqaqsanii yaaluu kun yeroo tokko tokko dhiironni dhala hin barbaadu jedhanii yeroo murteessan Kan raawwatamudha. -Dhukkuboota wal-quunnamtii saalan daddarban Qabxiileen armaan olitti heeraman Kan namni kamiyyuu irraa off eeggannoo gochuu danda’udha. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Fedhii wal-qunnamtii saalaa guyyaatti yeroo 50 fi isaa oli... Amanda jedhamti. Uumamaan guyyaatti yeroo 50 oli fedhiin saal-qunnamtii ishee garmalee dabaluun dhiibbaa guddaa irraan gaha. Yeroo sana hunda wal-qunnamtii saalaa gochuu feeti. Mee waa'ee rakkoo  kana namoonni biyya keenyaa qabaniif na gaafatanis waan jiraniif waa xiqqoon isiniif barreessa. Rakkoon kun persistent genital sexual arousal disorder jedhama. Uumamaan rakkoon kun namoota muraasarratti kan mul'atu yoo tahu saala lamaan kan hubu tahus hedduminaan shamarran irratti argama. Kunis utuu dhiirri isaan itti hin buhin, waan fedhii saal-qunnamtiif isaan kakaasu osoo hin argin  ykn yeroo wal-qunnamtii saalaan ala fedhiin isaanii dabaluun fiixeen qaama saalaa isaanii dhiita'uun, hidhiin ykn harmi isaanii miira addaa fedhii saal-qunnamtii  keessa galuun ofto'achuu yoo dadhabanidha. Dabalataan mallattoowwan akka hafuura itti ciccituu, onneen garmalee dha'achuu, fuulli itti diimachuu, kottoonfachuu maashaawwan qaamaafi dhukkubbii qaama saalaafas dabalachuu ni mala. Namoonni tokko tokko guyyaa guyyaan fedhii ofirraa baasuu filatanis kun furmaata tahuu hin malu. Kanaaf namoonni rakkoo akkasii qabdan yaaliin xiinsammuu fi kan biraas waan jiruuf mana yaalaa deemuun ilaalamaa. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • Shamarran halkan yeroo raftan uffata jalaa/paantii malee rafuu adeeffadhaa! Fayyaa qaama saalaa keessaniif gaaridha. Naannoon qaama saalaa keessan qilleensa qulqulluu argachuun carraa infeekshinii fangasii qaama saalaa hir'isuu keessatti ga'ee guddaa qaba! Kunis qaamni saalaa isin nyanyaatuu ykn hooqsisuu dabalatee dhibeewwan infeekshinii qaama saalaa keessan miidhan hedduu isinirraa ittisuuf isin gargaara! Faallaa kanaatin halkaniifii guyyaa paantidhaan ukkaamsuun carraa Infeekshinii fangasii qaama saalaatiif saaxilamuuf qabdan guddisa! React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • 👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵‍💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.286141

    🔵OF-EEGGANNOO IJA YKN AGARTUUF GODHAMUU QABU Ijji bu’aa dhagna keenya keessaa murteessaa ta’ee fi of eeggannoo baay’ee barbaaduudha. ➡️Wantoota ija keenya miidhan 1. Ifa fodda televeziyoonii , bilbila fi kompiyuutara irraa dhufu 2. Ifa aduuf baayyee saaxilamuu (UV ray) 3. Alkoolii fi tamboo gar malee 4. Awwaara fi wanttoota alaa ija keenya galan 5. Nyaata madaalamaa dhabuu fakkeenya, Hanqina nyaata vitamin A jaamina halkanii fida. 6. Infeekshinii garaagaraa qabamuu fi dafanii yaalamuu dhabuu 7. Hir’ina qulqullinaa dhibeewwan akka TIRAAKOOMAAf nama saaxila 8. Dhibeewwan akka sukkaaraa , dhiibbaa dhiigaa fi 9. Dubbisa yeroo dheeraaf walitti fufaan dubbisuu ➡️IFA TV, MOOBAYILII FI KOMPIYUTERAA AKKAMITTI IJA KEENYA EEGNA? 1 . Hamma ifa isaa (Brightness) isa hir’suu 2. Daqiiqaa 30 30 n yoo xiqqaate ija keenya ificha irraa kaasuu ykn boqochuu 3. Yeroo ” screen” irratti dabarsinu xiqqeessuu kunis guyyaatti sa’aa 2 gadi 4. Gaafa ilaallu ofirraa fageessuu yoo xiqqaate hamma dhundhumaa tokkoo! 5. Marayaa ( eye glass) dhimma kanaaf tolfaman fayyadamuu 6. Gaafa dubbistanimmoo daqiiqa 30 booda ijaaf boqonnaa kennaa kunis daqiiqaa 30, 30n sekondii 30 iddoo fagoo jiru ilaalaa. 7. Hirriba fi boqonnaa gahaa gochuu 8. Nyaata madalamaa akkasumas kuduraa fi muduraa soorachuu. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • "Operation dhaan deessa naan jedhani..." Haati tokko Operation (Surgery) dhaan akka deessuuf sababi maal fa'i? Afaan Meedikaalaatiin procedure'n hojjetamu Cesarean Section (CS) jedhama! Cesarean Section jechuun gadameessa baqaqsanii daa'ima fi ofkaltii (Placenta) karaa garaa haadhaa baasuu jechuudha. Sababootni Isaas [  ] Miixuun yoo akka eegametti deemuu dide. [  ] Daa'imarra balaan yoo ga'e (Fetal distress). [  ] Ofkaltiin bakka malee gara balbala gadameessaati yoo argame (Placenta previa) [  ] Ofkaltiin yeroo malee utuu mucaan hin dhalatin gadameessarraa yoo gadhiise.(Placental abruption) [  ] Ciisichi mucaa sirrii yoo ta'uudhaa baate (Udduun, addaan, fuulaan, gatiittiin...yoo dhufe) [  ] Hiddi handhuuraa adda mucaa dursee yoo gadi rarra'e (Cord prolapse) [  ] Daa'imni baay'ee guddachuu (Macrosomia) [  ] Buqqeen sammuu mucaa fi lafeen teessumaa haadhaa wal yoo hin simne (CPD). [  ] Kana dura yoo hojjatameeraaf ta'e (Previous CS) fi kkf dha. Faayidaan isaas: [  ] Inni guddaan Lubbuu haadhaa fi daa'imaa baraara. Rakkoolee inni haadhatti fiduu danda'u keessaa muraasni: [  ] Dhiigni baay'ee dhangala'uu.(till 1000ml) [  ] Infection. [  ] Rakkoo qoricha adoochaa duukaa wal qabatu (anesthesia related risk or side effect) [  ] Guyyoota muraasaaf hospitala turuu ( De'umsa normal duukaa gaafa wal bira qabnu) [  ] Dhukkubbii dugdaa (May result from Spinal or epidural anesthesia) [  ] Kana qofa miti akkasumallee madaa duukaa wal qabatee complication biraa fiduu ni danda'a."Operation dhaan deessa naan jedhani..." Haati tokko Operation (Surgery) dhaan akka deessuuf sababi maal fa'i? Afaan Meedikaalaatiin procedure'n hojjetamu Cesarean Section (CS) jedhama! Cesarean Section jechuun gadameessa baqaqsanii daa'ima fi ofkaltii (Placenta) karaa garaa haadhaa baasuu jechuudha. Sababootni Isaas [  ] Miixuun yoo akka eegametti deemuu dide. [  ] Daa'imarra balaan yoo ga'e (Fetal distress). [  ] Ofkaltiin bakka malee gara balbala gadameessaati yoo argame (Placenta previa) [  ] Ofkaltiin yeroo malee utuu mucaan hin dhalatin gadameessarraa yoo gadhiise.(Placental abruption) [  ] Ciisichi mucaa sirrii yoo ta'uudhaa baate (Udduun, addaan, fuulaan, gatiittiin...yoo dhufe) [  ] Hiddi handhuuraa adda mucaa dursee yoo gadi rarra'e (Cord prolapse) [  ] Daa'imni baay'ee guddachuu (Macrosomia) [  ] Buqqeen sammuu mucaa fi lafeen teessumaa haadhaa wal yoo hin simne (CPD). [  ] Kana dura yoo hojjatameeraaf ta'e (Previous CS) fi kkf dha. Faayidaan isaas: [  ] Inni guddaan Lubbuu haadhaa fi daa'imaa baraara. Rakkoolee inni haadhatti fiduu danda'u keessaa muraasni: [  ] Dhiigni baay'ee dhangala'uu.(till 1000ml) [  ] Infection. [  ] Rakkoo qoricha adoochaa duukaa wal qabatu (anesthesia related risk or side effect) [  ] Guyyoota muraasaaf hospitala turuu ( De'umsa normal duukaa gaafa wal bira qabnu) [  ] Dhukkubbii dugdaa (May result from Spinal or epidural anesthesia) [  ] Kana qofa miti akkasumallee madaa duukaa wal qabatee complication biraa fiduu ni danda'a. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • видео или голосовое, без подписи

  • FUNUUNA ykn DHIIGUU FUNYAANII ( nasal bleeding) AKKAMIIN DHAABUU QABNAA? YEROO BAAY'EE MALIRRAA KA'AA? 1. Funyaan keenya quba gudaa fi quba elemtuu gidduutti jabeessinee qabachuudhaan gara lafee jalatti argamuutti gadi dhiibuu. 2. Gara fuulduraatti xiqqoo gadi jechuu. Gara dudduubaatti jechuun dhiigni akka ujummoo nyaataa ykn ujummoo qilleensaa seenu taasisa malee dhiiga dhaabuuf hin gargaaru. 3. Gadi ciisuu dhiisuu. Funyaan keenyaa waan dhiigaa jiruuf sadarkaa onnee olitti ( above heart level ) eeguu qabna. Kanaaf gadi ciisuu dhiifnee taa’uu ykn yoo dadhabne ammo mataa keenya ol qabannee ( 30 to 40 degree above horizontal) ciisuu. 4. Bishaan baay’ee dildllaa’aa ( cabbii yoo arganne gaariidha) fuula fi funyaan keenya irratti naquu. Kunis ujummooleen dhiigaa xixiqqoon akka kottoonfatan waan gargaaruuf. MAALIRRAA KA'AA? Funyaan hiddoota dhiigaa qaqalloo fi baay'ee gara alaatti dhuyaatanii jiran qaba. Kanaafa qaamota kanneen biroo irra dhiiguuf saaxilamaadha. Yeroo baay'ee kan dhiigu sababa goggoguu keessa funyaaniiti. keessumaa waqtii bonaa yeroo qilleensi gogaan jiru. Erga keessi funyaan keenyaa gogee booda harki keenya yoo xiqqoof itti bu'e (fakkeenyaaf yoo fuula dhiqannu), keessaa isaa yoo tuttuqne fi kkf salphumatti dhiiga. Dhiigni sababa kanaan dhiigu salphumatti akka armaan olitti ibsametti dhaababata. Kana irra darbee baay'ee dhiiga taanaan rakkoo biraa kan qaama keessaa ta'uu waan danda'uuf mana yaalaa deemtanii ilaalamuu qabdu. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • RAKKOOWWAAN ULFA BAASUUN WAL-QABATAN MAALII? Gaaffii baay'een keessan karaa keessaan na gaafattaniif deebii dha. Maxxansa kana irratti kan ilaallu ulfa baasuu (abortion) isa karaa yaala fayyaan sababawwan fudhatama qaban garaagaraa irraa kan ka’e taasifamuu fi osoo hin barbaadin dubara irraa ofumaan bahuu jalqabuudha yookiin ba'ee dhumuu dha. Dubbii keenyarratti ulfa baasuun karaa lama kunis, qoricha liqimfamuu fi waraannamuun ykn baqaqsanii yaaluun ta’uu danda’a. Rakkoowwan ulfa baasuun walqabatan bakka lamatti qoodnee ilaalla. Kunis: 1. Rakkoowwaan yeroo gabaabaa keessatti dhufan (Acute complications) • Garmalee dhiigni lola’uu • Infeekshinii gadameessaa • Rakkoo miidhama gadameessaa irra gahu • Miidhama qaamota naannoo gadameessatti argaman fi • Dhukkubbii naannoo gadameessaa dhufu faa dha. RAKKOOWWAAN YEROO DHEERAA BOODA ULFA BAASUUN WALQABATANII DHUFAN: • Ulfa karaa fulduraa yeroon osoo hin gahin dhalachuu (preterm birth) • Rakkoo infekshinii gadameessaa fi naannoo gadameessaa (PID) • Rakkoo maseenummaa ykn dhala dhabuu • Rakkoowwaan xinsamuu akka mukaa’ummaa , Cinqama sammuu (anxiety), rakkoo xinsamuu mudaannoo hamaa boodaa (Post traumatic SD) fi kkf WALUMAA GALATTI: • Ulfa hin barbaachifne ittisuuf of eeggaachuu • Manatti yookiin lafa jiraatanitti karaa aadaa yookiin karaalee biroon jechuunis mana yaalaan ala ulfa baasuu yaaluun balaa du’aa fi rakkoolee hamaaf nama saaxila tasuma akkas godhamuu hin qabu. React🥰❤️🙏 @Dhimma_Fayyaa 🩺

Health Tips — tgindex