English Learning From Abi
СтатистикаLet's improve our English Grammar and Spoken https://telega.io/?r=VLwXPHC0
- Последний пост
- 8 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 455
- 1/48двое суток
- 521
- 1/72трое суток
- 562
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtube.com/shorts/Zq-YRIeIDBc?feature=share
https://youtu.be/M7V3faENtzc
https://youtu.be/PxgMz7ahyRI?is=3Wgp4Nd2QRpMN5LS
https://youtu.be/pa-EGwvBqlM
https://youtu.be/JgrX09cALvE
https://youtu.be/vs080omhG_s?si=CeJRi5KU8WEutEoM
видео или голосовое, без подписи
Career Work Job ✅Jechoonni kun hiika wal fakkaataa qabu, garuu garaagarummaa xiqqoo qabu: ✅Career – Ogummaa ykn hojii nama tokkoo yeroo dheeraa keessatti hojjetu. Fakkeenya: Banking is my career. (Baankiin ogummaa koo dha.) ✅Work – Hojii waliigalaa ykn waan hojjetamu. Fakkeenya: I have a lot of work today. (Har'a hojii baay'een qaba.) ✅Job – Hojii addaa ykn iddoo hojii namni itti qacaramee hojjetu. Fakkeenya: I got a new job at a bank. (Baankii keessatti hojii haaraa argadhe.) 👉Gabaabumatti: Career = ogummaa hojii yeroo dheeraa Work = hojii waliigalaa Job = hojii/qacarrii addaa Fakkeenya: 🙏My career is banking. I work at a bank. My job is Customer Service Officer. ⤵️⤵️⤵️. ⤵️⤵️⤵️ @Saayikoloojii1 @English_Learng
🙏E-Birr qabduu? ✅Steps 1. *602# 2. 4 (Wegagen Bank) 3. First name= Maqaa keessa 4. Middle name= Maqaa abbaa 5. Last name= maqaa Akaakayyuu 6. 1 or 2 7. 00131064 galchaa 8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa ✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa! 👇👇👇 @ANG2050
✅Garuu Maallaqa kamuu akka hin galchine 🙏🙏🙏
https://youtu.be/VuZhwfs2cDQ?si=iRAfcp1uGiRhxE1m
https://youtu.be/RtUKZNCxgWc
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
If I can, I will help you and support you. If I can’t, I will never hurt you. Yoon danda’e sin gargaara, sin deeggara. Yoon dadhabe si hin miidhu. Ykn Yoon danda’e cinaa kee nan dhaabbadha, sin gargaara, sin deeggara. Yoon dadhabe garuu onnee kee hin miidhu. @English_Learng
Remind me tomorrow Boru na yaadachiisi I will remind you Sin yaadachiisa Thanks for reminding me Waan na yaadachiifteef galatoomi Don't remind me Nan yaadachiisin @English_Learng
I made this book → “Ani kitaaba kana barreesse / hojjedhe.” Who made this phone? → “Bilbila kana eenyutu hojjete?” Who made you? → “Si eenyutu uumee/hojjete?” The coffee made me awake → “Bunni na dammaqse.” The burger made me fat → “Burger na furdise.” I made a promise → “Ani waadaa gale.” I made an apology → “Ani dhiifama gaafadhe.” I made a friend → “Ani hiriyyaa horadhe.” The stairs made me tired → “Sadarkaan na dadhabsiise.” @English_Learng
✅Did I offend you? Sin mufachiisee? ✅ I didn't mean to upset you. Si aarsuu yaadee miti. ✅Don't take it the wrong way. Kallattii hin taanetti hin fudhatin. @English_Learng
✅Are you coming or not? Ni dhufta moo hin dhuftu? ✅Are you eating or not? Ni nyaatta moo hin nyaattu? ✅Are you going or not? Ni deemta moo hin deemtu? @English_Learng
✅Why would you lie? Maaliif sobda? ✅ I didn't lie Hin sobne ✅ I'm getting tired Dadhabaan jira ✅ I'm getting hungry Beela'aan jira ✅ I'm getting sleepy Hirribni na qabaa jira ✅ I'm getting bored Na nuffisiisaa jira @English_Learng