tgindex
Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

Jaalala Dhugaa Fi Sinsinnii

Статистика

Love is Respect and Commitment. Jaalalli Kabajaa fi Of kennuudha.Akkasumas Buy ads: https://telega.io/c/+TN6GUelOrJlhNmE8

Последний пост
8 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
32
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 626
+13 за 2 дн.
Сутки
+4
+0,11%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 308
32 постов
Вовлечённость
63,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 32
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
571
1/48двое суток
654
1/72трое суток
705

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtube.com/shorts/Zq-YRIeIDBc?feature=share

  • https://youtu.be/M7V3faENtzc

  • https://youtu.be/ByVm3JHj_lo

  • https://youtu.be/PxgMz7ahyRI?is=3Wgp4Nd2QRpMN5LS

  • https://youtu.be/pa-EGwvBqlM

  • https://youtu.be/JgrX09cALvE

  • 31 июл.1 08721

    🙏E-Birr qabduu? ✅Steps 1. *602# 2. 4 (Wegagen Bank) 3. First name= Maqaa keessa 4. Middle name= Maqaa abbaa 5. Last name= maqaa Akaakayyuu 6. 1 or 2 7. 00131064 galchaa 8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa ✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa! 👇👇👇 @ANG2050

  • 30 июл.1 0723

    ✅Garuu Maallaqa kamuu akka hin galchine 🙏🙏🙏

  • 26 июл.1 4983

    https://youtu.be/VuZhwfs2cDQ?si=iRAfcp1uGiRhxE1m

  • 25 июл.1 35941

    https://youtu.be/RtUKZNCxgWc

  • 16 июн.2 484303из Saayikoloojii1

    ✅Akkaataa Dhiirri Tokko Shamarree Tokko Qalbii Ishee itti hatu (Harka Keessa Galchatu) ➡️Durba tokko akkuma argeen "Sin jaaladhe" jechuu irraa of eeggachuu qaba. Yeroo tokkotti ariifachuun sodaa fi shakkii uuma. 🤝 Lakkofsa bilbila ishee erga fudhateen booda, torban tokkoof ykn isaa ol taa'ee bilbiluufii qaba. Malee inni ammuma bilbila fudhatanii daqiiqaa 5 booda "ani siif du'uuf" jedhan sun nama tasgabbii hin qabne (gagamaa) nama fakkeessiti. 👉Jaalallee qabdaa?" jedhanii durba tokko gaafachuun barbaachisaa miti. Amma utuuma isheen "Hin qabu" jettee sitti tolaa? Jaalallee hin qabdu jechuun amala isheetu sirrii miti ykn hin bareeddu jechuudha? Tasayyuu miti! ✅Durbi tokko sitti bareeddeetti taanaan, jalqaba bifa obbolummaa fi hiriyummaatiin itti dhiyaadhu. Erga amala ishee fi waan hundumaa barteen booda, yoo isheen nama gaarii taate gaaffii jaalalaa dhiyeessiif! 🌹 📞 Bilbilteefii yeroo sararri bilbila ishee qabamaa ta'u, "Eenyuutti haasa'aa oolte?" jettee hin gaafatin! Amma dhuguma "Dhiirattan haasa'aa ture" naan jetti jettee yaaddaa? Isheenoo yeroo hundaa "Adaadaa kiyyaani" jetti, g*wwaakoo! 😁 Waan akkanaa gaafachuu dhiisii, waan bilbilteef qofa dubbadhu. 👉 Waan dubbistaniif galatoomaa! 🙏🏼 Gorsa bifa kanaan bilchaate fi barsiisaa ta'e argachuu yoo barbaaddan,Chaanaalii koo kana Join godhaa! Yeroo gaarii!!🙏🙏🙏   @Saayikoloojii1

  • 7 июн.2 257125из Saayikoloojii1

    ✅Jecha namaa obsaan dabarsi Beela garaa kolfaan dabarsi Rakkoo jireenyaa taphaan dabarsi Yeroo fi umurii qabdu hojii fi barnootaan dabarsi Akka namaan ta'aaf osoo hin taane nama keessaa naman ta'uuf hojjedhu🙏 @Saayikoloojii1

  • 19 мая3 05312

    Jirtuu?

  • 30 дек.5 017133из Saayikoloojii1

    Yeroo walqunnamtii saalaa dubartiin iyyuu (sagalee baasuu) kan  dandeessu sababoota adda addaa irraa kaʼeeti. Kun waan idilee fi uumamaa dha; namni hundi akkasuma miti. Sababoonni ijoo kanaan armaan gadiitti ibsamu: 1. Gammachuu fi fedhii saalaa cimaa Yeroo fedhiin saalaa dabalu, miirri gammachuu fi kakaʼumsi ni cima. Kun dubartiin akka iyyitu ykn sagalee baastu taasisa. 2. Qaamni miira baasu (response of the body) Yeroo walqunnamtii saalaa: Dhiigni gara qaama saalaa ni dabala Hidhamiinsi muruqaa (muscle tension) ni dabala Kanaaf qaamni ofumaan sagalee baasuu dandaʼa. 3. Gadi lakkisuu miiraa (emotional release) Dubartiin yeroo walqunnamtii saalaa: dhiphina sammuu gad lakkisti yaaddoo fi sodaa dhiisti Kunis akka iyyitu gargaara. 4. Qunnamtii miiraa waliin taʼuu Sagaleen: jaalala wal amantii gammachuu waliin taʼuu ibsa. Yeroo baayʼee jaartiin jaalala ishee ittiin ibsiti. 5. Miira dhukkubaa fi gammachuu walitti makame Yeroo muraasa: miirri dhukkubaa salphaan fi gammachuun walitti makamuun iyyuu uuma. 6. Barnoota, aadaa fi muuxannoo Namoonni tokko tokko: aadaa irraa muuxannoo duraanii irraa iyyuu akka mallattoo gammachuutti baratan. Yaadachiisa** Dubartiin hundi iyyuu hin gootu Iyyuun ykn hin iyyuun fedhii saalaa qabaachuu ykn dhabuun wal hin qabu Qunnamtiin wal hubannoo fi walii dubbachuun baayʼee barbaachisaa dha @Saayikoloojii1

  • видео или голосовое, без подписи

  • 24 дек.4 4451

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 24 дек.3 9711

    видео или голосовое, без подписи

  • 23 дек.3 823153

    ✅Steps 1. *602# 2. 4 (Wegagen Bank) 3. First name= Maqaa keessa 4. Middle name= Maqaa abbaa 5. Last name= maqaa Akaakayyuu 6. 1 or 2 7. 00131064 galchaa 8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa ✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa! 👇👇👇 @ANG2050