tgindex
ODUU SIMBIRTUU!

ODUU SIMBIRTUU!

Статистика

https://t.me/Oduu_simbirtuu

Последний пост
24 мар. 2025 г.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
1 004
0 за сутки
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 242
20 постов
Вовлечённость
123,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 🙏 Karaan ati deemtuu Milkii siif haa ta'uu Tolaan ati gootu Galma siif haa ga'uu ~ Nagaan kee boora'in Mucucaatteen kufin Daba diina keetiin Tasa kufteen hafin ~ Biyyaa fi biyyeen kee Jiidha haa magarsuu Hamaa siif kaa'ame Sirra haa dabarsuu ~ Gammachuun mana kee Sin boora'in koodee Siin haa araaramuu Kan duraan siin oodee ~ Sin daangessin tolaa Alaa fi manaanuu Gufuun kee gufatee Milkiin sitti haa aanuu ~ Dubbiiin arraba kee Daangaa haa eeggatuu Gaarummaan si woliin Baraan haa jiraatuu ~ Hammeenyi si maqee Gaarummaan haa dhufuu Kan deemtuuf milkaa'ii Sin rukutin gufuun ~ Dukkana mancaasee Dura kee haa ibsuu Kan uumee sin gannee Rabbiin si haa tiksuu.               Aamin!!

  • ☑️ Walaloo barumsaa Barnoota baradhuu seenaa ke qoradhuu umurii dargagguummaa beekumsaan cimsadhuu ogummaa gonfachuuf sirriitti qu’adhuu jireenya foyyaa’aaf barnoota filadhuu daandeettii dabaluuf barsiisaan mariyadhuu iccitii milkaa’inaa barumsaa hubadhuu daldalaaf qonnaafis ka’umsii barumsaa hojii keenyaa hunda beekumsaan deeggarraan bu’aa gaarii finnaa battalaan duroomnaa dargaggoon barate biyya isaa jaallaata faayidaasaa dhiisee kan hawaasa dursaa jireenya ke moo’uuf barumsii furmaata herreegaaf saayinsii hawaasaaaf ogummaa kun hundu barumsaa kalaqa argachuuf sammuu ke siif qaraa kan qofaa mitii dhukkubsataa yaaltaa odeeffaannoo ballaa adduunyaaf gabaaftaa rakkina qorachuun furmaata itti laattaa dukkanaa duufummaa lafarra calaaftaa hawaasa barsiiftaa furtuun sammuu namaa hogganaan addunyaa maddisaa barumsaa ✓👍❤

  • Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii FDRI ta’uun Moggaafaman. **** Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi Manni Maree Federeshinii Sirnaa baniinsaa waloo gaggeessaa jiruun Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii FDRI ta’uun akka tajaajilan Moggaafaman. Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseenis moggaafama isaanii simachuun miseensota mana marichaa fuulduratti dhiyaachuun kakuu raawwataniiru. Dabalataaniis Pireezidaantiin duraanii Saahilawarqi Zawdeen Pireezidaantii ta'uun kan amma moggaafaman Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseetti heera mootummaa kennaniiru.

  • видео или голосовое, без подписи

  • ✍ የመሬት መንቀጥቀጥ ወይም መንሸራተት አንዳንዴ መደርመስ    ሳይታሰብ ድንገት ባህር ሞልቶ ፈሶ     ጎርፍ ተጥለቀለቀ በዚህ ሰበብ ብቻ    ስንት ሰው አለቀ የእርስ በርስ ውጊያ   ዋጋ ቢስ ጦርነት ስንቱን ተጭፍጭፎ   ስንቱን አለቀበት ድንገተኛ አደጋ        በክረምት በበጋ መብዛታቸውን ሲያይ   ልቤ ፈራ ሰጋ ይህን ሁሉ ክስተት   ሲታይ በምድር ላይ ምልክቶች በዙ   ዘመኑ ያስፈራል!!

  • Akkam ooltan ? ✍ Itti gaafatamaa Bul.Gandaa tif 1. Gabasaa taatee akkaataa karooraatin raawwachuu dhabuu fi qaama ilaaluf yeroon dabarsuu dhabuu 2. Bilbila cufachuu fi hojii laaffisuu 3. Kenna tajaajilaa walii walqabatee harkifannaa jaraachuun isaatin tarkaanffiin fudhatamee jira. ▪Jijjiirraa Iddoo Hojii 1. Jibriil Mahammad Haroo Dhugaa irraa Gara Gurrattii 2. Kadiir Abdurahmaan Rimeettii 01 Gara Haroo Dhugaa sababa nama lama waan taheef 3. Abdulmu'iin Hasan waleensuu irraa Gara Hara Maddaa 4. Naasir Aballaa rimeettii 01tti ramadamaniiru ▪ Tarkaanffii Mindaa sababa gabaasa hojii taatee hin galchiniif tarkaanffiin fudhatame. 1. Kadiir Abdurahmaan Qabbanawwaa 2. Tamaam Mahammad Dureettii 3. Aniisaa Qaasim H./Goobaa 4. Abdii Hasan Cophii ▪ Itti Gaafatamtoota gandaa Hojii laaffisaan Tarkaanffii Of Eeggannoo Afaanii fudhatame 1. Maymunaa. Mahammad Torbaan 2. Jamaal Kadiir Rimeettii 02. 3. Ukkaashaa Ahmad. D/Guddoo 4. Mahammad Aliyyii. Qorkee 5. Umar Mahammad M/Ciroo ▪Hojii xiyyeeffannoo kennitaniifii gabaasa guyyaa guyyaan qaamaa ilaaluf kennamuu qaba kana tahuu baannan tarkaanffiin itti aanuu kan fudhatamu taha. ▪Itti Gaafatamtoonni Gandaa Jijjiirraa Iddoo hojii isiniif kenname hanga guyyaa 26/01/2017 tti Gara iddoo itti ramadamtanii deemuun gabaasa akka gootan ▪Taatee galmaa'ee lafa jiru guyyaa guyyaan Gara aanaa akka ergitan G/G Bulchaa Gandaa Hundaaf

  • GABRUMMAA SAMMUU. ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 📌Namni Sammuun Gabroome Of Waliin wal Loleetu, Orma. jaarsummaa Lakkaaawwata. 📌 Namni Sammuun Gabroome Nadhii Dammaa Gateetu, Gagaa nyaachuuf Olkaawwata. 📌 Namni Sammuun gabroome mataa ofii hojiin ala godhee, kan nama biraan ergifatee yaaduu barbaada. 📌 Namni Sammuun gabroome, harka hojii irra harka kadhaaf beekamtii kenna. 📌 Namni Sammuun gabroome, iddoo kennaniif taa'a, waan kennaniif nyaata, waan itti fe'an baata. 📌 Namni Sammuun gabroome, nama ta'uu isaa namni biraa akka mirkaneessuuf ifaaja. 📌 Namni Sammuun gabroome, hayyama namaan nyaata, karaa nama biraa irra kaata, abba torbii orma lakkaawwata. 📌 Namni Sammuun gabroome, milkaa'ina warra biraa tolcha (magic) jedhee Odeessa. 📌 Namni Sammuun gabroome, bara irratti hojjechuu caalaa, barruu isaa raagduun akka jetteen bula. 📌 Namni Sammuun gabroome haaraa ofiif bitate irra, moofaa ormaa yoo miiccatee uffate itti tola. 📌 Namni Sammuun gabroome, gabrummaa isaa bilisummaa se'a. 📌 Namni Sammuun gabroome, akka ofiitti yaaduu irra akka nama biraatti yaaduun qarooma jedhee amana. 📌 Namni Sammuun gabroome, warra isaaf falman irra warra isatti falman jaalata. ✍Mihratuu Shaanqoo!! Dubbisii Dubisun Guutuu Nama Tasiisa https://t.me/Oduu_simbirtuu ❤❤❤❤❤ Fayyaa nuuf ta'aa waan dubbistaniif galatoomaa❤

  • “Baga Bacaqii Gannaa oofkaltanii Booqaa Birraa nagaan geessan”      🔆🌼Booqaa Birraa🌼🔆        Booqaa    Birraa  BooqaaBirraageessan  Booqaa                Birraa Booqaa                Birraa Booqaa               Birraa Booqaa             Birraa                         Birraa                        Birraa                      Birraa                    Birraa                  Birraa             Birraa         Birraa       Birraa   Birraa Booqaa                    Birraa BooqaaBirraa BooqaaBirraa BooqaaBirraa BooqaaBirraa              Birraa Birraa      Booqaa Birraa Birraa BooqaaBirraBooqaaBirra Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa Booqaa                      Birraa BooqaaBirraaBooqaBirra    Booqaa  Birraa   Birraa      BooqaaBirraaBirraa          Booqaa Birraa                                   Birraa              Booqaa         Boo.Birraa               Booqaa                Birraa               Booqaa                Birraa               Booqaa                Birraa               Booqaa                Birraa              Booqaa                Birraa               Booqaa   Birraa Booqaa Birraa   Birraa Booqaa Birraa   Birraa Booqaa Birraa        BagaBirraageessan  BagabooqaBirraageessan BagabooqaBirraa geessan Booqaa                   Birraa Booqaa                     Birraa                                    Birraa                                 Birraa                            Birraa                        Birraa                      Birraa                   Birraa                Birraa              Birraa           BOOQAA           BIRRAA           BOOQAA           BIRRAA                BOOQAA BIRRAA BOOQAA BIRRAA                                                             🔆🔆🔆🔆🔆🔆🔆🔆🔆🔆 🔆🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🌼🔆 🔆🌼🔸🔸🔸🔸🔸🔸🌼🔆 🔆🌼🌻🌻🌻🌻🌻🔸🌼🔆 🔆🌼🌻🌻Baga🌻🌻️🌼🔆 🔆🌼🌻🌻  Birraa. 🌻🌼🔆 🔆🌼🌻🌻geessan🌻🌼🔆 🔆🌼🌻️🌹⁣🌻 💐🌹🌻🌼🔆 🔆🌼 🕊🌻🌻🌻🌻️🕊🌼🔆 🔆🌼🌼 Bara 2017🌼🌼🔆 🔆🌼🌼 🌼🌼🌼🌼🌼🌼🔆

  • Si’a sadii ol nama murteen du’aa itti murteeffamee ture, Daawit Dirribaa. Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamee murtoon adabbiin du’aa yeroo 3 irratti darbee kan ture ta’uu ibsame Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii cabsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakka cimaan himatamee murtoon adabbii du’aa si’a 3 irratti kan darbe ta’uu Poolisiin Federaalaa beeksiise. Yakkamaan kun bara 1989 hanga 1999tti maqaa Daawwiit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakkoota adda addaan himatamuun manni murtii yeroo 3 adabbii du’aa irratti murteessee turuu Poolisiin Federaalaa ibseera. Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Mudde 25, 1999 ooleen yakka saamichaa, hannaa, reebichaa, ajjeechaa fi seera cabsuun himata irratti dhiyaateen adabbii cimaa umrii guutuu irratti murteessee turuu qorannoon poolisiin mirkaneesseera. Shakkamaan kun maqaa Eeliyaas Dirribaa Badhaanee, Jamaal Nuuruu fi Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhu fayyadamuun meeshaalee waraanaa 11 saamuu, hanna garaagaraa, nama 3 ajjeesuu dabalatee yakkoot adda addaa hedduun himatamuun murtoon adabbii cimaa umrii guutuu itti murtaa’ee turuu eereera. Akkasumas Shakkamaan kun saamicha meeshaa waraanaan deeggarame raawwachuu, yakka mana hidhaa miliquu fi yakka hannaa garaagaraa raawwachuu himatamuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Ebla 30, 2000 ooleen irra deebiin adabbii cimaa umrii guutuun adabuu himeera. Shakkamaan kun murtoo du’aa irratti darbe ol iyyannoon gara umrii guutuutti akka jijjiiramuuf taasiisus, irra deebiin iyyannoo dhiyeeffachuun gara adabbii waggaa 25tti jijjiiramuun waggaa 17 mana amala sirreessaa erga turee booda dhiifamaan gadi lakkifamuu Poolisiin qorannoo taasiiseen mirkaneessuu ibseera. 👇 https://t.me/Oduu_simbirtuu

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Qaama ilmaa namaa kana beektu laata 1: Baay’ina lafee: 206 2: Lakkoofsa maashaalee: 639 3: Lakkoofsa kalee: 2 4: Baay’ina ilkaan aannani: 20 5: Baay’ina lafee cinaachaa: 24 (lamaan 12) . 6: Baay’ina golaa onnee: 4 7: Arteriin guddaan: aorta 8: Dhiibbaa dhiigaa idilee: 120/80 mmHg 9: pH dhiigaa: 7.4 10: Baay’ina lafee dugdaa keessa jiran: 33 11: Baay’ina lafee dugdaa morma keessa jiru: 7 12: Baay’ina lafee gurra gidduu: 6 13: Baay’ina lafee fuula irratti: 14 14: Baay’ina lafee mataa keessaa: 22 15: Baay’ina lafee garaa keessaa: 25 16: 17: Lakkoofsa maashaalee harka namaa keessa jiran: 72 18: Baay’ina kutaalee onnee keessa jiran: 2 19: Qaama guddaa: gogaa 20: Ujummoo guddaa: kalee 21: seelii guddaa: ovum dubartii 22: Seelii xiqqaa: isparmii 23: Lafee xixiqqoo: kaaliparoota gurra gidduu 25: giddu galeessaan dheerina mar'imaan xiqqaa: 7 m 26: giddugaleessaan dheerina mar'imaan guddaa: 1.5 m 27: Ulfaatina daa'imaa reefuu dhalatee giddu galeessaan: kg 3 28: Daqiiqaa tokko keessatti onnee dha'uu: yeroo 72 29: Ho’i qaamaa idilee: 35.5-36.7°C (98.4°C) . 30: giddu galeessaan heddummina dhiigaa: liitira 4 hanga 5 31: Umrii seelii dhiiga diimaa: guyyaa 120 32: Umurii seelii dhiiga adii: guyyaa 10 hanga 15 33: Turtii Yeroo ulfaa: guyyaa 280 (torban 40) . 34: Baay’ina lafee miila namaa: 33 35: Baay’ina lafee tokkoon tokkoon harkaa: 8 36: Baay’ina lafee harka keessaa: 27 37: Ujummoo endocrine isa guddaa: ujummoo taayirooyidii 40: Lafee guddaa fi cimaa: lafee qaama saalaa 41: maashaa xiqqaa: stipidus (gurra gidduu) . 41: Lakkoofsa Kiroomozoomii: 46 (23 lama) . 42: Lakkoofsa lafee daa'imaa reefuu dhalate: 306 43: viskoosii dhiigaa: 4.5 hanga 5.5 44: Gosa dhiigaa arjoomtoota idil-addunyaa: O 45: Fuuldura gosa dhiigaa addunyaa maraa: AB 46: seelii dhiiga adii guddaa: monoosaayitii 47: seelii dhiiga adii isa xiqqaa: limfoosaayitii 48: Baay’inni seelii dhiiga diimaa baay’achuun isaa: polycythemia jedhama 50: Lagni jireenyaa: Dhiiga jedhama.

  • Qaamota Ilma namaa kana beektuu Laata!

  • Gosoota dhibee kalee Dhibeen kalee gosoota heddu Qabdi san keessaa muraasni. -Xir'acha kalee Xir'acha kalee jechuun wantoonni Akka Ashaboo fi Ma'aadinni garagara kalee keessatti walitti qabamudha. Hangi xir'acha sanii xixinnaa irraa kaasee yeroo tokko tokko hanga kubbaa teenisii gahutti dhiyaata. Yeroo xir'achi kun kalee keessa ykn tubboo fincaanii keessa sosocho'u dhukkubbiin hedduu namatti dhagayama. Yeroo tokko tokko fincaan waliin dhiigni nibaya. Gubaan hedduu namatti jabaata Garaa keessa gara handhuuraatti nama dhukkuba Dugdas nama dadhabsiisa. Dhangala'aan Qaama keessa jiru jeeqamuun Ashaboo fi Ma'aadinni Qaama keessaa nifaalamu. Xir'achi kalee kan Uumamu yeroo tokko tokko Sanyiin daddarbuu danda'a Akkasumas sababa dhibee biraatiin walqabataniinis dhufuu danda'a. -Madaawuu kalee. Yeroo tokko tokko kaleen keenya sababa wantoonni hoo'aan yoo Qaama keenya irraa kaletti gad lakkifaman madaawuu dandeessi. - Huqqatuu kalee. Yeroo tokko tokko moorri kalee teenya irraa sababa Hoo'a barbaachisu hin arganneef akkasuma yoo baasaan yeroo dheeraa namarra ture ykn yeroo gabaabaa keessatti namatti deddebi'e akkasumas yoo Saalqunnamtii haga barbaachisuu olfayyadamne kaleen keenya huqqatuu ykn hir'achuu dandeessi. -iita'uu kalee. Yeroo tokko tokko kaleen teenya sababa garaa garaa irraa ka'uun iita'uu dandeessi. -Dadhabuu kalee. Kaleen teenya yeroo dheeraaf yoo dhangal'aa humnaa ol calalaa turte dadhabuu dandeessi. -Qilleensa kalee (bokokuu) . Yeroo tokko tokko Qilleensi kalee teenya seenee bokooksuu danda'a. -infeekshiinii kalee. Yeroo tokko tokko yoo Walnyaatiinsi Asiidota Qaama keenya keessaa sirrii hin ta'in kalee teenya irratti infeekshiiniin Uumamuu danda'a. Walumaa galatti sababa garagaraatiif Rakkooleen ykn dhukkubni kalee teenya irratti gahuu heddudha kanaafuu Sirritti ofeeggannoo nubarbaachisa. Kaleen Qaama namaa keessaa Qaamolee jireenyaaf murteessoo ta'an keessaa isii takka waan taateef cimsinee haa kunuunsinuun dhaamsa kooti. ☆wantoota yeroo baay'ee dhukkuba kaleetiifi nusaaxilaan keessaa. 1.Dhukkuba sukkaaraa 2.Dhiibbaa dhiigaa 3.dadhabina onnee 4.dadhabina garaachaa 5.dhukkuba tiruu 6.Alkoolii dhuguu 7.Tanboo xuuxuu fi 8.Dhangala'aa hamma barbaachisuu gad dhuguu fi.k.k.f dha. Mee Amma hanga dhaabbata fayyaa deemnee fayyadamnuuf wantoota manuma keenyatti fayyadamuu dandeenyu kanatti ...... itti fufa.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #DHAAMSA HEAVEN Ana Dubbachuun ulfaatee Barri yaaddoo himee Dubbadhumee kichuu Waanta sitti cimee Ishee Mirga daa'imummaa Humnaan narraa molqee Afaan na ukkaamsee Dubbannaa na dhorkee Na nyaate Getaachoon Lafee narraa qorqee Ana A'aa 💔 Gara jabummaan namaa Tasa daangaa dhabee Daa'ima wallaaltuu Si gudeede qabee Kaabatti dhageenyee Waan gurratti ulfaate Maal jenne dubbannu ? Waanta ati taate Ishee Erga fedhii foonsaa Narratti ba'atee Hodhee na ajj*esee Baasee gad na gatee Ana Si nyaattekee haraamuun Diddee garaa jabaattee Maatii daa'immaniif, Dhaamsa yoo qabaatte.. Ishee Maatii Daa'immaniif Gorsa xiqoon qabaa Dhiiratti laattanii Hin deemiinaa gabaa Namni jira hin se'iinaa Dhiirri ta'eera yartuu Eegumsa ilmaan keessaniif Dursa laadhaa martuu Callistanii hin dhiisiinaa Gatii dhiiga kiyyaa Gurbaa isa nyaatetti Murtoo kennaa biyyaa Bulguu anaan nyaate Guyyaa adii yuusee Dhiigakoo arraabbatee Foonkoo diida buuse Hadaraa kennaafi Adabbii isa madaalu Addunyaarra hin jiru Yakki kana caalu Ana Tokkoof lama miti Siif gadde biyyatu Wan jennu hin jiru Lubbuunkee haa jannatu ! #Nagaatti

  • видео или голосовое, без подписи

  • #AMMAAN_SI_GARSIISAAN! kan akkanaati malee. ............................ Namni lammii kuweetii tahee fi umriin isaa wagga a 28 tahe kun, haadha manaa isaa ta duraanii (ex) amansiisuuf ykn itti agarsiisuuf jecha guyyaa tokkotti jaartii 4 bakka takkatti fuudhe. Sababni akka inni 4 bakkatti fuudhuuf kakaasees, haati manaa isaa tan dhiiftee deemte “mee yoo dhiira taate, ana booda dubartiin biraa haa sitti heerumtuu” jettee waan itti hanjamteefi. “Na obsi sin agarsiisaa” jechuudhaan dargaggeessi waggaa 28 kun haadha manaa 4 kanneen jaartii duraanirra caalan halkan tokkotti nikaa godhate. Honeymoon (shirri shirrii) jara Afran waliin godhuuf $27,000 ramadee shaa shambaa jechaa jira. “Rasaasa tuqaa kaasaa Dhiira tuttuqaa kaasa “ jechuun sun akkanaasa? 🤷

ODUU SIMBIRTUU! — tgindex