- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 40
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 87
- 1/48двое суток
- 99
- 1/72трое суток
- 107
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Unka kana hanga saa'aa 7 guutaa naa deebisaa Ariitiin barbaadamaa
Soft copy gabaasa invantary maaliif nuu erguu dhabdan?
видео или голосовое, без подписи
Cuunfaan gabaasa inventarii keessanii isa armaan gadii kana tahuu mirkaneeffadhaa.
Akkam jirtan? Aanonni, Magaalli akkasumas kolleejjonnii fi Dhaabbileen leenjii hundi ragaan inventarii ergamaa jiru hanqinoota akka:- 1. Shiitiin 1ffaan irratti odeefannnoon gaafatamu sirnaan guutamuu dhabuu 2. Unka gabaasa waliigalaa fi IMX cehan irratti sochooftonni guutamanii fi sadarkaa barnootaan wal madaaluu dhabuu. 3. Unkootata wal irraa waraabamaa deeman cunfaan ragaa waliin kan waldhahan waantaheef hanqinoota kana irra deebi'uun sirreessitanii akka ergitan cimsinee isin beeksifna.
Dhaabbilee LTO Godina keenyaa hundaaf Piroofaayilii leenjistoota warri hin ergin ariitiin guutaa nuu ergaa.
Karoora kennaa Leenjii bara 2019 Adeemsa kenna leenjii Godina Baalee bahaa updated
Dhaabbileen LTO Godina keenyaa hundaaf Bara 2019 unka gabaasa kana fayyadamuun" Misooma Leenjifamtootaa" qofaaf kana fayyadamuun dhaabbileen gabaasa ji'a Adoolessa hin ergin nuu erganii. Ijarsaa fidaa dandeetti fi misooma leenjistootaa unkuma duraan gabaasaa turtaniin nuu gabaasaa. Karoora gadi bu'een ala kan biraa fayyadamuun aad-maleedha. Hub:- dhaabbileen piroofaayilii leenjistoota kur.4ffaa nuu hin ergin atattamaan nuu ergaa.
Akkam Ooltan? Ragaa Atattamaan barbaadamu kana akka nuu ergitan asiin dura isin gaafachuun keenya ni yaadatama. Haa ta'u malee hanga har'aa waan nuu hin erginiif hanga guyyaa 15 -11-2018 saa 'aa 4tti unka 002.1 -002.6tti dhaabbileen LTO keenya hunduu akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna. Nagaa wajjiin.
13/11/2019 Akkam jirtu? Baga nagaan bara baajataa bara 2019tti nagayaan ceetan jechaa Gabaasa ji'a Adoolessa aanaan hanga ammaa hin ergin atattamaan akka nuu ergitan cimsisinee isin beeksifna
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи