tgindex
Gasera TVET College

Gasera TVET College

Статистика

Skill and innovation are the foundation of Civilization!!!

Последний пост
10 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
392
мало замеров
Замеров пока мало
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
545
22 постов
Вовлечённость
139,0%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
88
1/48двое суток
100
1/72трое суток
108

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://www.facebook.com/profile.php?id=61590812845665

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Guyyaa 02/12/2018 Tajaajjla lammummaa, hirkoo harka qalleeyyiif Godina Baalee Aanaa Gaasaraatii, hojiin kenna tajaajila lammummaa ganna kanaa Deegarsaa matii harkaa qalleeyyiif Kennaa Tajaajila Lamuumaa Wajjiraa DCI fi Kolleejjii BLTO Gaasaraa waliin ta'uun sagantaa Akka Aanatii qabamee jiruuf gahee keenyaa nutis gamaa keenyaan gummacha tasiisnee jira.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Guyyaa 30/11/2018 Kolleejjii BLTO Gaasaraa Mgt wajjiin dhimmoota gara garaa Boqqonna Ganna kana keessa hojjatama turee fi hojjatamuu qabuu irratii xiyyeeffannoon akka hojjatamaan kan jedhuu irratii marii baldhaa gaggeessuudhaan kallatii hojii ji'aa Hagayyaa keessatti akka hojjatamu qabuu kan jedhuun ilalamee jira hanqina humna nama qabnuu irratis akka hojii dabalatatii kennun Xiyyeeffannoon akka hojjatamuu qabu kan jedhuu ilalamee jira

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Waxabajjii 21/10/2018 Kooleejiin BLTO Gaasaraa Leenjifamtootaa Ogummaale garaa garaatiin Leenjisaa Ture marsaa 2ffaa Leenjifamtootaa 76 Eebbisiise jira ‎ Koleejjii LTO Ogummaa Gaasaraa Leenjiifamtoota Gulantaa/Level 4  dhan ogummaalee  garaa garaatiin leenjisaa ture guyyaa har'aa bakka Bulchaan Bulchiinsaa Aanaa Gaasaraa Obboo Muhammadhuseen Muktaar,I/G/WDCI Aana Gaasaraa Obbo Baqqalaa Assafaa ,W/Afaay'ii irraa Awaal Huseen Subii,Bul. Magaalaa Gaasaraa Obbo Muhammad Aloo fi keessuummoonnii gara gara argamanittii Eebbifamanii jiruu. ‎Sirna eebbaa kanarratti haasawa baniinsaa Diinii Kolleejjii Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa Gaasaraa Inst.Abdurahamaan Umar  taasisaniin Ebbiifaamtootani Ebbii har’a  kun xumura osoo hin taane jalqaba boqonnaa haaraa jireenya keessaniiti. Addunyaan har’aa nama beekumsa, ogummaa, hojii cimaa fi kalaqa qabu barbaaddi. Kanaaf ogummaa argatan hojii irra oolchuun of jijjiiruu qofa osoo hin taane matii, hawaasa fi biyyaa keessan jijjiiruu keessatti gahee keessan baha jedhani jiru

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

Gasera TVET College — tgindex