tgindex
Shashemene Poly-technic College Channel

Shashemene Poly-technic College Channel

Статистика

KPT Shaashamannee

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
15
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
1 822
+2 за 3 дн.
Сутки
+1
+0,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
172
21 постов
Вовлечённость
9,4%
к подписчикам
Постов в день
2,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
101
1/48двое суток
115
1/72трое суток
124

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.115из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.115из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.114из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.114из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • без подписи

  • 14 авг.115из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.114из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.114из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.108из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.109из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.109из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.108из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.108из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • 14 авг.109из Abdurahman G.Mama

    без подписи

  • Leenjii Gagaababoo – Culinary Arts 👩‍🍳👨‍🍳 Kolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee keessatti, ogummaa "Culinary Arts" irratti leenjii gagaababoon kennamaa jira.

  • без подписи

  • без подписи

  • Mata-duree: Hoggantoota fi Qaamolee Dhimma Ilaallatu Hunda, Kolleejjii Politeknikaa Shashamanneetiif Hoggantoota kabajamoo Kolleejjii Politeknikaa Shashamannee, Ergaa kana kan barreessuuf na kakaase, Kolleejjii Politeknikaa Shashamannee irratti kabajaa fi fedhii guddinaa ani qabuudha. Yeroo ammaa kana marsariitiin (Website) dhaabbata tokkoo odeeffannoo qofa kennuuf osoo hin taane, eenyummaa dijitaalaa dhaabbatichaa fi addunyaa waliin wal qunnamsiisuuf balbala dijitaalaa guddaa dha. Kanaaf, ani gama koo irraa gumaacha ogummaa gochuuf, marsariitii ammayyaa fi Professional kan maqaa fi sadarkaa Kolleejjii Politeknikaa Shashamannee wajjin walsimu qopheesseera. 👉 https://shashemenepolyteckniccollege.netlify.app/ Kabajaan isin gaafadha, marsariiticha ilaaltanii yaada, gorsa fi qeeqa ijaarsaa naaf kennitan. Kaayyoon koo kolleejjicha qeequu osoo hin taane, fuula dijitaalaa isaa guddisuuf gumaacha koo gochuu dha. Yaada fi gorsa keessaniif kabajaa guddaa qaba. Kabajaa waliin, Desaalegn

  • Kollejjii PooliiTeeknikaa Shaashamanneetti 🎓   🗓️  Hagayya 02, 2018 ================= Guyyaa ​Hardha hooggansa fi koreewwan waliin marii Karoora qophii Eebba Leenjifamtoota bara  2018 bifa  qindoomina qabuun gaggaafameera ​Mariicha irratti Diiniin Kollejjiichaa haasaa taasisaniin, eebbi bara kanaa bu'aa leenjii fi dandeettii leenjifamtoota keenyaa kan itti agarsiisnu fi seenaqabeessa akka ta'uuf kallattii fi dhaamsa gudaa dabarsaniiru. Koreewwan eebbaas gahee isaanii fudhatanii akkamitti hojiitti akka galan irratti kallattiin kaa'ameera. Leenjifamtoota keenyaaf eebba seenaqabeessa gochuuf qophiitti jirra! Odeeffannoo haaraa argachuuf: Feesbuukii keenya: https://www.facebook.com/share/p/1F6rK9T7vy/ Teeleegraamii: https://t.me/Shashe_Poly_Technic_College

  • 8 авг.3461из Boru k

    без подписи