360 TECH BLOGS
СтатистикаChannel keenyaratti kannen aragattan. 🤑Odeffanno waayee airdrop 🧑💻Odeffanno waayee technology ttin walqabatan 💰Odeffanno waayee crypto. Group link https://t.me/+fEEHj7X7sxZmZTBk
- Последний пост
- 3 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 54
- 1/48двое суток
- 61
- 1/72трое суток
- 66
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Channel kana kessa Warronni forex trading tatan jirtu mee comment👇?
🚨 ODUU GUDDAA! CARRAA KEE HIN DABARSIN! 🚨 Namoonni hedduun yeroo carraan isaanii dhufu hin beekan. Garuu namni carraa isaa fayyadamu, jireenya isaa jijjiira. Har'a immoo ati carraa sana qabda! 🎟️ Tikkeeta tokko = 200 Birr qofa 🏆 Badhaasaawwan: 🥇 300,000 Birr…
🚨 ODUU GUDDAA! CARRAA KEE HIN DABARSIN! 🚨 Namoonni hedduun yeroo carraan isaanii dhufu hin beekan. Garuu namni carraa isaa fayyadamu, jireenya isaa jijjiira. Har'a immoo ati carraa sana qabda! 🎟️ Tikkeeta tokko = 200 Birr qofa 🏆 Badhaasaawwan: 🥇 300,000 Birr 🥈 50,000 Birr 🥉 30,000 Birr Maaliif hirmaachuu qabda? ✔️ Qarshii xiqqoodhaan badhaasa guddaa mo'achuu dandeessa. ✔️ Namni kamiyyuu hirmaachuu ni danda'a. ✔️ Adeemsi hirmaannaa salphaa fi saffisaadha. Akkamitti bitta? ✅ Qarshii 200 kaffali. ✅ Ragaa kaffaltii ergi. ✅ Tikkeeta kee fudhadhu. ✅ Guyyaa baafamaatti carraa kee eegi. ⏳ Yeroon eeggachuu miti; carraan nama hin eegu! 📲 Tikkeeta kee amma KESSAAN Telegram Channel irraa bitadhu! https://t.me/keessan3
https://t.me/Metaproo_bot?startapp=1320947246 Earn money by watching ads! Join using my link: https://t.me/Metaproo_bot?startapp=1320947246
New airdrop
💡Claude is leading AI in coding, reasoning, and real-world problem solving. @Tech360blog @Tech360blog
"Na Qarqaari kaa" sirbaa haraaa. Isiinif gadhfameraa senaa dawaadhaa. Nu jajjabessa family 🙏 https://youtu.be/8m3502cjpBI?si=oy88kudjOX1g6SVf
sirbaa haraaa. isiinif gadhfameraa senaa dawaadhaa. https://youtu.be/iVvbfj2XWs4?si=SnJ0HDSed41bVsDU
Akkam jirtuu matii kenyaa🥰 AI sirbotaa chatgypt qophaan onee nama akkati xuqqan bektuu lataa maree nutiis kaan qophesiinee sirbaa isiinf gadhisnee jiraa senaa dawaadhaa nuuu jaajabesaa 🙏. https://youtu.be/qK6lah8SoGI?si=R0tQnr778lR-ZHtM
✅ old group durii kan qabdanii yoo ta'ee, gatiin maatii irratti hojjachaa jirra! 🎁 Yeroo bara gareen keessan baname yoo ta'e, baroota armaan gadii keessaa yoo ta'e, ammaa ammaa nu dubbisaa...❗️ ✅ 2018 = 1800 Birr✔️ ✅ 2019 = 1700 Birr✔️ ✅ 2020 = 1600 Birr✔️ ✅ 2021 = 1500 Birr✔️ ✅ 2022 = 1400 Birr✔️ ✅ 2023✔️ 800 ykn 1000 Birr akka gareen keessanitti🚨 ✅ 2024✅ Bitootessa fi durii qofa ⚠️ Madaala ❗️ ⛔ Lakkoofsi membaara garee ''0'' yoo ta'e, gatii walqixa❗️ Wanti nu barbaachisu yeroo bara banamee qofa akka ta'ee hubadhaa. ✅ two step verification akka on ta'ee mirkaneessaa.
видео или голосовое, без подписи
𝔅𝔞𝔤𝔞 𝔞𝔶𝔶𝔞𝔞𝔫𝔞 𝔇𝔞𝔪𝔞𝔯𝔞𝔱𝔱𝔦𝔫 𝔦𝔰𝔦𝔦𝔫 𝔤𝔞𝔥𝔢! @Tech360blog @Tech360blog
linkedln Namooni linkedln account qabdaan kaan wagaa tokko ol tahee kiresuu ni dandesuu Gatiin kafaltii 10$--30$ Kiresuuf 👇👇👇👇👇👇 @Yonas012
DV-2027 ji'aa ittanu kessa galmen ni egala jedhame egamaa. DV'n bara kanaa irratti galma'uuf kaffaltii 1$ isiin barbachisaa(registration fee). Pyment method hangaa amma hin ibsamne, garuu kannen akka MatserCard, PayPal fi kannen biroos fayyadamu dandessu. Garuu Bybit MasterCard fayyadamun karaa salphan kaffalu dandessu. Galmeen onkololessa 6 egalamaa jedhame egama. Odeffanu jiru hordofaa sinbiraan genyaa. @Tech360blog @Tech360blog
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera Ilaallachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et/ 2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot 3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284 @Tech360blog @Tech360blog
Qabxiin kutaa 12 haga boruu guyya sa'aatii 6 akka gadhifamu ibsamee jira @Tech360blog @Tech360blog
Hundessan dhabata Oracle Larry Ellison, Elon Musk caludhan abba qabenyaa tokkoffa adunyaa kanaa ta'ee jiraa. Oracle dhabbata software, database fi cloud computing irratti xiyyefate hojatudha
Wishing you all a Happy New Year once again! 🎉✨
Bagaa bara haaraan isiin gahee!! Bara 2018tti kan yaddan hundii siniif ha milka'uu! Ayyanaa garii siniif hata'uu.
--- 🌍🇪🇹 Hidha Haaromsaa Guddicha (GERD) – Odeeffannoo Guutuu Guyyaa Eebbii: Fulbaana 9, 2025 Muummee Ministiraa: Abiyyi Ahmad --- 🔹 1. Odeeffannoo Waliigalaa Hidhaa Baajata ijaarsa: $5 Billion Humna elektirikaa: 5,150 MW (Afrikaa keessatti isa guddaa)…