Creative Dev
СтатистикаLet's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
- Последний пост
- 15 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 27
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 7
- 1/48двое суток
- 8
- 1/72трое суток
- 8
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Do you have a Telegram channel? Are you already monetizing it? 🤔 Try Inside Ad — I’ve already started earning. Here’s the link: https://t.me/InsideAds_bot/open?startapp=r_5034841284
« Barattoonni Dhaabbilee barnootaa ol'aanoo irraa gara maatii deebitan Beekumsa shari'aa diin keessanii barachuun boqonnaa dabarsuu irratti xiyyeeffachuun isin irra haa jiraatu. Yeroon keessa jirru yeroo kamuu caalaa diin keenya beekuu fii sirriitti hubachuu nu dirqamsiisa. yeroon boqonnaa gannaa kun immoo yeroo qaalii namni rabbiin ﷻ isa waffaqe gama barnoota diin isaatiin hedduu itti of jijjiiruu fii waan hedduu itti baratuudha. Boqonnaan bareedaa fii irra caalaan boqonnaa kheeyrii dalaguun dabarsan caale hin jiru. Kheeyriin dhimma diin ofii barachuu caalte maaltu jira.?. Bakka kana itti dammaquu nu dirqamsiisa. »ღ Muharram 1,1448H
Haati tee ati hojjattuus hojjachuu baattuus si jaalatti. Jaalalti ishee uumama. Waan si nyaachistu ni qabdi taanaan, hifannaa tokko malee siif kenniti. Garuu guyyaa ati hojjattee galtu akkaataan isiin itti seeqaa "abaluu kiyya, dadhabaa ooltee hoodho mee kana naaf nyaadhu" siin jettu adduma. Hojiif olii gad cehuun kee akka haati kee onnee irraa sitti seeqqattu godha. Haala mijataa hin eeginii, haala keessa jirtu mijeeffadhuu, hanga dandeessetti inuma tattaafadhu. Yeroon kun hamma fedhe ulfaatullee jala ciistee ofitti hin ulfeessin, gammachuu nama gammachuu tee arguu fedhuutiif jacha naaf jabaadhu. Dhaamsi kiyya dhumaa: dargaggummaa keenyatti barnootaa fi hojiinis of utubuu qabna!! zDev
🚀 Portfolio Upgrade — Admin Panel Added I’ve just taken my portfolio website to the next level by building a fully functional admin panel for my site. This upgrade gives me complete control over how I manage contact form submissions—making everything faster, cleaner, and more professional. Key features: ✅ View all messages with details (date, name, email, project type) ✅ Mark messages as read / unread ✅ Reply directly via email ✅ Track replied / not replied status ✅ Search messages by name or email ✅ Clean and intuitive management UI ✅ Secure authentication with logout This system significantly improves how I handle inquiries, stay organized, and respond efficiently—especially as I continue to grow and work with more clients. Built from scratch with a functionality-first approach, then refined into a smooth and professional user experience. 🔗 Explore it my portfolio: www.ararso.dev Always building. Always improving. #WebDevelopment #FullStack #PortfolioProject #AdminPanel #BuildInPublic
видео или голосовое, без подписи
I’m excited to share that I’ve officially launched my professional portfolio website 🚀 Over the past week, I designed and developed this project using HTML, CSS, and JavaScript for the frontend, along with Firebase for backend logic and Firestore as the database. The website features a functional system where visitors can send messages and feedback, and as an admin, I can efficiently manage and review all submissions through Firestore. I’ve deployed it on my own custom domain: 🔗 https://ararso.dev This is just the beginning of my journey. I’m committed to building more advanced and impactful projects in the future, insha Allah. Feel free to check it out and share your thoughts in the comments—I’d love to hear your feedback! https://www.linkedin.com/posts/ararso-dev_webdevelopment-frontend-firebase-activity-7448683631327277056-1SoT?utm_source=share&utm_medium=member_android&rcm=ACoAAFuimH0B-anLAOBf87T2GO1ga2nYRjtlvlQ
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨ Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉 Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu, 👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e 👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame 👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsiitii Freshman Waggaa tokkoffaa Hundaaf Application #FreshmanEthiopia Jedhu Isiniif Gadhiisaniiru 📲 Application kana fayyadamuuf 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian/21 https://t.me/freshmanethiopian/21 Erga hanga kana dubbannee, Qaalii namaa kan maxxansa kana argite waan biraatii miti 👍 👉 Comment fi Share gochuun akka nu jajjabeessitan abdii isinirraa qabna. #FreshmanEthiopia Liinkiin Telegram Chaanaalii Keenyaa Kan Armaan Gadiiti 👇👇👇 https://t.me/freshmanethiopian https://t.me/freshmanethiopian Share Gochuun Hiriyoottan Keessan Affeeraa❤
Biyya teenya dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti barattoonni hedduun barnoota teekinooloojii mooraa yuunivarsiitii fi kolleejjii garagaraa keessatti ni baratu. Barattooni hedduunis muummeewwan barnootaa teekinooloojii kanneen akka software Engineering, Computer Science, Computer Engineering, Information System, Information Technology fi kkf haalaan filatu. Garuu kan nama dhibu irra hedduun barattootaa maqaadhaaf ogummaa kanneen baranne jechuu malee isaanii ogummaalee kanneen keessatti haalaan cimee urjii tahee mul'atee kalaqoota haarayaan gad bahu hin argitu. Isaan caalaa warri kalaqoota haarayaan gad bahuun beekamu warra barnoota teekinooloojii fi programming ofiif of barsiise (self-taught) dha. Namoota ofiin of barsiisanii fi leenjisan muraasa yoo ilaaltu haalli isaan itti of qopheessan nama ajaa'iba. Warroota silaa kutaa 12 xumuranii san booda waggaa 4 hanga 5 mooraa Yuunivarsiitii keessatti barumsa hordofan irra ogummaa, muuxannoo fi dandeettiin isaanii dachaa hedduun caala. Namoonni ofiif of barsiisan kunneen ammoo yoo akkam guddate turtii hanga waggaa 3 itti fudhata. Garuu turtii kana keessatti qaroo ajaa'ibaa tahanii gad bahu. Mooraa Yuunivarsiitii (addatti Yuunivarsitoota biyya keenyaa) keessatti barumsi baratamu irra baay'inaan tiyooriidha. Dhugaa dubbachuuf yoo tahe koorsiiwwan tiyoorii isaanii qofti barsiifamanii qabatamni (practical part) isaa osoo barataaf ifa hin taane bira darbamanis baay’eedha. Kun kan mudatuuf rakkinoota garagaraatiif tahuu mala. Tarii hanqina meeshaa, ykn hanqina ogeessaa, ykn hanqina yeroo fa'a tahuu mala. Kanaan dabalatatti haalli barataan kun jalqaba irra deemaa dhufes waan hedduu nama ajaa'ibaati. Yeroo sadarkaa lammaffaa baratan manneen barnootaa haala mijataa qaban - yoo manneen barnootaa magaalota irra jiran muraasa tahe malee - waan jiran nattin fakkaatu. Nama baay’eetu gaafa department Computer Science seene booda akkaataa itti Computer #Switch on/off godhan bara. Wal nama hin gaafachiisu!! Namni duraanis haala kanaan dhufe, gaafa waan haarayaan wal eegale hanqina meeshaa, kan ogeessaa fi hanqina yeroo kan jiruu waliin walirratti dabalamee turtii mooraa Yuunivarsiitii keessa turutti tiyoorii barumsa kanaa qofa leenji'ee kan bahu lakkoofsa hin qabu. Kun ammoo gad bahee maal ittiin haa hojjatu jenna mee? Ammaas irra hedduun barataa qabxiif je'eeti shaakala dhiisee yeroo hedduu osoo tiyoorii dubbisuun dabarsa. Barataan akkanaa qabxii gaarii galmeessisuu mala, garuu ogummaan yoo sirnaan hin hubataminiif kunis maal bu'aa qaba ree? Amma mee warra ofiif of barsiisu kaniin je'e sanitti haa deebi'u. Namoota muraasaatu jiru - warra haalli mijateefii - waa'ee teekinooloojii fi programming ofumaaf manatti of barsiisuu fi shaakaluu eegalu. Kunneen warra Computer dhaas of biraa qaban warra barsiisaatti hin haajamneedha. Hanga danda’ameef online irraa roadmap isaanii hordofanii san booda ofiif harka isaaniitiin shaakalu. Isaan tiyoorii waan jedhamu maqaa hin dhahan. Shaakala (practical part) qofarratti xiyyeeffatu. Waa'ee ogummaa qofa baratu. Qabxiin isaan reeban hin jirtu. Practically ogummaadhaan of gahoomsu. Namoota hojiiti. Project adda addaa shaakalanii hojjatu. Adeemsa keessa waan addaatiin gad bahu. Akkasitti addunyaaf furmaata tahu. Dhiira jechuunis kana. Yeroo warri digrii barnoota sanaatiin eebbifaman certificate qabatanii deemanitti isaan ammoo Project fi kalaqa garagaraa qabatanii addunyaan dorgomu. Osoo haalli mijatee akki tahuu qabnu ofiif of leenjisuu kana. Garuu kanaafis namni haalli mijatuuf nama muraasaa maal goonaree? Waa hundaafuu nama ogummaa baratee ofii isaa, hawaasa isaa fi addunyaa tanaafillee furmaata tahu Rabbi nuhaa godhu!! ✍️ Ararso Mohammed
https://www.linkedin.com/newsletters/full-stack-development-journal-7427947189563334656
I’m excited to share that my LinkedIn network has grown to over 500 amazing connections. Thank you to everyone who connected with me, supported me, shared knowledge, and inspired me through your posts and conversations. This platform has helped me learn, grow, and connect with professionals from different fields including technology. As a Computer Science student, I truly value being part of this professional community. I look forward to learning more, sharing my journey, and building meaningful collaborations with all of you. Thank you for being part of my network! 🤝 #Gratitude #LinkedInJourney #Networking #Learning #Growth #ProfessionalCommunity
Har'a waa'ee Mobile Operating System waliin ilaalla. Nu waliin turaa. Mobile Operating Systems kanneen jennuun sirna hojii kan bilbiloota irratti hojjataniidha. Isaanis kanneen armaan gadiiti: ● Android – Dhaabbata Google tiin kan hojjatame yeroo tahu, sirna hojii addunyaa irratti haalaan fayyadamamuu fi bilbilootni android ittiin hojjataniidha. ● iOS – Dhaabbata Apple tiin kan dhihaate yeroo tahu, bilbilootni iPhones fi iPads sirna hojii kanaan hojjatu. ● HarmonyOS – Dhaabbata Huawei tiin kan hojjatame yeroo tahu, moobaayiloota Huawei irratti kan hojjatuudha. ● KaiOS – Operating System (OS) kuni kan bilbiloota feature phone (bilbila smart hin ta’in garuu interneetii fayyadamu danda’an kanneen akka Nokia 8110 4G, Nokia 2720 Flip, Itel fi Tecno ) irratti kan hojjetuudha. Barruu itti aanu keessatti keessatti mata duree birootiin walitti deebina. Barnoota teekinooloojii Koorsii qophaa'aa taheen YoursTech Academy 'n isiniif qopheesse galmaa'aa ogummaawwan dijitaalaa baradhaa ofiifis jijjiiramaa, addunyaas jijjiiraa!! Odeeffannoo teekinooloojii argachuuf channel keenya hordofaa. Hiriyoota keessanis share godhaa biraan gahaa. Liinkii galmee barnootaa: https://yourstech.academy/?ref=8VwJcvxls1EVOtu2V7n6qYe34ertKvZd