Jemal Muhammadsurur
Статистика- Последний пост
- 16 мая
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 19
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
The owner of this channel has been inactive for the last 11 months. If they remain inactive for the next 18 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
۞-Ibn kasiir yeroo ibn Al-qayyim irraa haasa'u.»ღ « Nama nama hunda caalaa isatti saahiboomee fii irra nama isa biratti jaalatamaatiin ture. Zamana keenya kana keessa warra ilmii qaban kan akka isaa ibaadaa heddummeeysu hin beekhu an. Salaata keessatti haala tokko kan addaa qaba. Hedduu dheereeysee salaata. Rukuu'aa fii sujuuda isiitillee harkiseeti dheereeysa. Yeroo garii hiriyyoonni isaa kanarratti isa komatu. Inni immoo akka kanarraa hin deebi'u irraayiis hin ka'u. Rabbiin ﷻ rahmata isaaf haa godhu.»ღ البداية والنهاية - ٥٢٣/١٨ •. Akka itti ibn al qayyim salaata dheereeysee namoonni biraalleen irratti isaan komatanii fii haala keenya kan zaman kanaa wal biratti ilaali. Hattaan imaamman garii rabbiin ﷻ nu hunda nuhaa qajeelchuu faatiha nama hin ficcisiisan. Gariin keenya du'aa'iilee waajibaatuu jennee jirra moo akkami jechuu faatu nama mudata. Wallaahul musta'an.»ღ •Kuni kan ibn al qayyimi. Silaa kan sheikh al islaam dhageessee waan dubbattu dhabda. Silaa salaata warra durii odeeffatte immoo salaatuma amma dura dalagaa turteewuu shakkita. 🌸wanti yeroo baay'ee mul'atu immoo Dubartoota biratti....kanuma...wallahi....yeroo..akka lukkuu..lafaa waa fuutee deebituu godhantu jira..suduujaa fi ruku'a...😢kanaaf....suuta...suutumaan...Dunyaan tun akka nu hin sobne obboleewwan koo.... 💐mee walii galatti sa'aatii 12 guutuu keessaa....silaa sa'aatii 5...ta'eeyyuu rabbii keetif kennuu dadhabdaa?‼️??😢me haa ta'uuti.... ☀️subhi=daqiiqaa=6(yoo xiqqate) ☀️zuhrii=>> > =10-12)>>> ☀️Asrii= >>> = >>>> ☀️magriiba >>>7-8 >>> ☀️ishaa'i..daq=10-12(yoo xiqqate) Ida'amni meeqa???? ..Daq=36....Qofa😱😰maarree obboloota koo...of haa sirreessinu.... Rabbiin ﷻ rahmata nuuf haa godhu.»🌸🌹🤲🤲🤲🤲🤲 Sha'ban 27,1446H Share🌸🌸👇 https://t.me/quwwatulislaam
Yaa obboleettii koo😢😢... Fashion maali hoo.?😢 Nuti bar muslimootaa...uffata kabajaa qabna...uffata rabbiin nuuf filate......😍...Maali ree ukhtii koo...fashion...muslimtootaaf😢... Waanan yeroo ammaa kana..mul'achaa..jiru🙄yoo fashion..uffatanii hin deemne...FAARAA🤔maal Ukhtiyye...jechi namaa...si miidha moo????...jecha namaatin deemnan🤦♀🤷♀Rabbii kee...irraa.fagaatta.....kana yoo..jedhu....waan gaarii hin taane💯 Shamarran tokko tokko..immoo🙊uffata....fashion uffatani😰👗boorsaa qalbii Namaa HARKISU Uffatani🧳Caamma...haala DEEMSA ISAANII 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢 uffatanii👡😥uffanni isaanii silaa..haa caalu...jalli...baqaqsaadha......Bocni Qaama isaanii ni mul'ata😰dibatni isaan fayyadamanis🙊💄hidhiin isa kana😥💅kotteenis....inumaa kan itti dabalantu jira😰...haala saniin...MANAA BAATEE DEEMTI....DARGAGGEESSI HEDDUUN KANAAN FITNATTI SEENA😔Otoo hin barbaadin....itti seena.......sababa...kararraa baduu isaa...itti taati😰... Maal Ukhtiyye😓ni dagattee....qabrii..dhiphoo...san😭...jawwee achi keessatti si eegu😥😭ammallee...bofaa fi Qaajjibbuu😥..sattaradhu ukhtii koo..... Maaf ofiifis...kabajaa ofirraa fuuta😰intalti muslimaa..KABAJAA QABDI...OF SATTARI OF KABAJI💐 Iɴᴛᴀʟʟɪ ᴋᴀʙᴀᴊᴀᴀ ǫᴀʙᴅᴜ ᴀᴋᴋᴀ ʀɪɢᴀᴀ 𝑖𝑙𝑘𝑎𝑎𝑛𝑖𝑖𝑡𝑖 ᴊᴇᴅʜᴀɴ🥀ʀɪɢᴀᴀ ᴀʙʙᴀᴀ ǫᴏғᴀᴛᴜ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀ💐 Iɴᴛᴀʟʟɪ ᴋᴀʙᴀᴊᴀᴀ ʜ𝑖ɴ Ǫᴀʙɴᴇ...ᴀᴋᴋᴀ..𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑏𝑢𝑟𝑢𝑢𝑠ℎ𝑎 𝑐𝑎𝑎𝑚𝑚𝑎𝑡𝑖 𝑗𝑒𝑑ℎ𝑎𝑛 ʙᴜƦᴜᴜSʜᴀ ᴋᴀɴ ᴋᴀƦᴀᴀ ᴅᴇᴇᴍᴜ ʜᴜɴᴅᴀᴛᴜ 𝖎ᴛᴛ𝖎 𝖋𝖆𝚢𝚢𝚊𝚍𝚊𝚖𝚊😥 𝚔𝚊𝚗𝚊𝚊𝚏 𝚞𝚔𝚑𝚝𝚒𝚒 𝚔𝚘𝚘...𝚘𝚏 𝚔𝚊𝚋𝚊𝚓𝚒..𝚘𝚏 𝚔𝚊𝚋𝚊𝚓𝚜𝚒𝚒𝚜𝚒...𝚖𝚊𝚊𝚝𝚒𝚒 𝚔𝚎𝚎𝚝𝚒𝚜..𝚔𝚊𝚋𝚊𝚌𝚑𝚒𝚒𝚜𝚒𝚗 𝚜𝚒𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊😊 Ukhtii...koo...ANI BEEKUMSA QABAADHEE OSOO HIN TAANE...WAAN GORFAMEEFI DHAGAHE IRRAA SIIF QOODE🤗😊..RABBIIF JEDHEEN.SIN JAALLADHA OBBOLEETTII KOO...MUSLIMAA😊 ✍obboleettii keessan..Quwwatul islaam irra🥀 Nama jaalattaniif QOODAA🥀🥀🥀 https://t.me/quwwatulislaam
#WAY_JAALALA ❕❕ 💝HEdduum Namaa kan Gaafa Oduun JAHANNAM itti dubbatamu itti hin dhagahamne,Waa'ee JAALALAA fi NIKAAHAA yoo itti Haasayan Gammachuu irraa Miira Keessa galee si dhaggeeffata.💞 💘💘sanirra waan nama Ajaa'ibu: ✍DARASAANIS[Barataan Barnoota islaamaas] Gaafa Sheekni كتاب النكاح Seene irraa kaasee Gammachuu fi Mirqaansa guddaadhaan Gaaffiis Gaafadhaa SHEEKA hordofi....!🥰 ...................... 💚Maaliif ta'e isinitti fakkaata❓ T.me/quwwatulislaam
رسالة اليوم 🕹TODAY'S MESSAGE 🧭21-05-17 ✍Part:3 📗#Siiraa Rasuulaa Irraa [S.a.w] #من سيرة الرسول ♻️Nabi Muhammad saw ilmaan Torba qaban... 🧕Dubara🧕 1⃣Zeynab 2⃣Ummu kulsuum 3⃣Ruqayyaa 4⃣Faaximaa 🚥🚥🚥🚥🚥 🤷♂Dhiira🙋♂ 1⃣Qaasim 2⃣Abdallaah 3⃣Ibraahiim #JOIN_US 👇👇👇👇 T.me/quwwatulislaam
#GARAA_GARUMMAA_NABIYYII_FI_RASUULAA 📁Kutaa 1ffaa... 📍Garaa garummaa NABIYYII FI RASUULAA ilaalchisee Beektonni Islaamaa (علماء الإسلام) Yaada 2 irra jiru .. 🗞Yaada 1ffaa.... •الرسول:هو من أوحي بشرع وأمر باالتليغ 🔎RASUULA:namni jedhamu nama Rabbiin Wahyii itti godhee ufirraa geessuttis isa Ajaje... • والنبي:من أوحي اليه بشرع ولم يأمر بالتبليغ.. 🔎NABIYYII:Nama Wahyiin itti godhamee Ufirraa geessutti hin ajajamin... 🗓Yaada 2ffaa.... •الرسول:هو من أوحي اليه بشرع جديد وأمر بالتليغ... 🏷RASUULA;Namni jedhamu Nama Shari'aan haaraan itti Kennamtee ufirraa geessuttis Ajajame.. •والنبي:هو من أمر بتجديد شرع من قبله 🏷NABIYYII:Namni jedhamu immoo Nama Shari'aa Ergamaa Isa Duraa Haaromsuutti [Ummatatti lallabuutti] Ajajame.... 🔖Garaa garummaan Yaadota lameenii NABIYYIIN Ufirraa geessuu[TABLIIGATTI] Ajajamuu,fi Ajajamuu Dhabuudha... 🗳Walumaa galatti,Yaadota lameen keessaa kan Ulamaa'a hedduu biratti Fudhatama qabu Yaada 2ffaa kana ...sababbiin isaa 'ULAMAA'AA fi DU'AATONNUU Ufirraa Geessutti yeroo ajajamanitti NABIYYIIN TABLIIGATTI hin Ajajamne jechuun waan Fudhatama hin qabne waan ta'eefi....... T.me/quwwatulislaam
As wr wb... ✍Mee jiraattonni Magaalaa Roobee baalee lakk.1 naaf tuqaa carraa 1wahii isin beeksisuudhaafii...? 📚Kitaaba Ahmaddiin jabal dhiheenya kana barreesse tokko Namni fudhachuu feetan naaf bilbilaa! ☎️0936798776 🫵Ariifadhaa! Kitaabichi muraasatu jira waan ta'eef.Kitaabni maal akka ta'ee immoo ibsuuf sa'aatiin tokkoo nu hanqata!
без подписи
قال الله تعالى: ○"ولا تحسبن الله غافلا عما يعمل الظلمون... ○"waan babbadaan Namaa Dalagu ni dagata Sittin Fakkaatin!!!"○ ☘Waan Ummata GAZZAA Rabbi dubbate. 🍀Waan Ummata Gazzaa Rabbi Lallabe. 🗿#Yaa_bada_AMERICA!!! 🚍meetiree TANKIIN ❓ 🌟Meetiree Ladderiin ❓ 🛬Meetiree helecopterri ❓ 🪐Meetiree Humni ❓ ✍Humnaa fi Jabeenyi tan ALLAAHAA ta'uu nu argisiisekaa Rabbiin... الحمد لله الذى اجاب دعوى المستضعفين🤲🤲🤲 🇵🇸Ammallee Warra Ummata GAZZAATTI Ibidda qabe Ibidda hin dhaamne Rabbiin itti haa qabu!🤲 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 #JOIN _SHARE 🥰🥰🥰 T.me/quwwatulislaam T.me/quwwatulislaam
✍✍ Mucaa xiqqaa tokkootu akaakoo isaaf gaafii dhiyeesse: ✅✅✅💧✅✅✅✅✅✅✅💧 Yaroo keessan san akkamitti jiraattan? Facebookni, xayyaarri, konkolaataan, interneetni, kompiyotarri fi kkf hin jiran waan taheef. 🥚Jaarsinis: " Akkima isin arra salaata malee, ibaadaa malee, somana, zikrii malee jiraattan kanatti nutis jiraanna jedheen. 🦴🦴 Jireenyi akkuma abbaan itti of amansiise🥨 Garuu jiruun ibaadaa Rabbii malee jiraatan waan feete qabaattus tasgabbii, xum'aniinaa fi raahas hin qabdu. Zikrii Gαиαмαα нιи 𝙙𝙖𝙜𝙖𝙩𝙞𝙣𝙖𝙖🫡 Yaa Rabbii khaatimaa nu bareechi!i🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Nagaa rabbii keessa naaf oolaa.. My family🌹🫀 Rabbih koof isin jaalladha Wassalaam aleykum warahmatullaahi wabarakaatuhuu @quwwatulislaam🌷🥀
Qur'aan https://t.me/groupbarnootaa?videochat=ac317c081246713fc4
🗣🗣🗣HUBACHIISA 🧠#Barattootni Waadaa isiniif gallee turre kan KITAABU TOWHIID suni Har'a galgala sa'aatii 2:00pm irraa kaasee waan Jalqabuuf Warroonni Galmooftanii fi Fedhii qabdan hundinuu koottaatii irraa fayyadamaa.! 🤌#Barnootichis kan kennamu as keessa osoo hin taane GROUP asii gadii kan keessattiidha... 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/groupbarnootaa ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ 📚#Qur'aanas #Warroonni barachuuf galmooftanii fi galmaahuu feetan hunduu boru ganama sa'aa 12:00 irraa koottaatii jalqabaa... 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/groupbarnootaa
💀Du'a maaliif Sodaatta..! 👽Salafni kalee dabran gariin isaanii akkas jedhee dubbata"Sababaan isin akka malee du'a aodaattaniif isin durumaa Duniyaa tana Ijaartanii Aakiraa Waan Onsitaniifi"jedhan 👽Du'a Akka malee Sodaachuun Sifa/Amala Yahuudaati.. 📗Allaahaan akkas jedha "ولن يتمنوه أبداً بما قدمت أيديهم...." "Sababaa waan Dalaganiin wal gahuu sodaaf jecha du'a /hin hawwan/ni Sodaatan" AL-BAQARAH 2,95 🫵Maarree Ati Duuti Galma Nama hundaa ta'uu Eega Beektee Aakiraa tantee Ijaarrataa Kaatimaa gaarii qofa Rabbii kee Gaafadhu..! 👐اللهم اجعل خير أعمارنا خواتمه،وخير أيامنا يوم نلقاك فيه..🤲🤲🤲 T.me/quwwatulislaam
《《《Sirreeffadhumee........ 🫵Quba 1 yeroo namatti qabdu qubni 4 Sitti akka garagalee jiru quba qabaadhu...! 👁Ijji tee tan Eybii namaa malee tee hin argine tuni maali Isiin....? ✍Ergamaan Aalamaa akkas jedhan: "طوبى لمن شغلته عيبه عن عيوب الناس" "Nama Badiin isaa badii nama biroo irraa isa jaataneessiteef jannatatu jira"... 🫵Ammuma irraa kaasii uf irratti APPLY godhimee Akii/Uktii..... https://t.me/quwwatulislaam
🪧#رسالة_اليوم 🪧#ERGAA_GUYYAA_HAR'AA 🏷Boona jechuun shari'aa Islaamaa keessatti maal jechuudha..? 🏷Sila akka nuti yaannu sana Uffata bareedaa uffatanii deemuutu boona jedhamaa...❓ moo nutu faallaa hubate..? 🔖Akka Amantaa islaamaatti; 📁BOONA jechuun Haqa diduu fi Nama Tuffachuudha ..Nabi Muhammad saw akkas jechuudhaan Hiika itti kennan... 📜kanaaf Boonni Uffata bareedaa uffachuuf waan bareeda nyaachuu osoo hin taane Nama xiqqeessuu fi Haqa fudhachuu dhabuudha... #JOIN_US📩📩📩 @quwwatulislaam @quwwatulislaam
#ILAALCHA_DOGONGORAATI🚫 🧕🧕🧕🧕🧕🧕🧕🧕 #SHAMARRIS_DHIIRA_AKKA_ISII_FUUDHU_GAAFACHUU... 👜#Akkuma Beekkamu Hawaasa keenya biratti Shamarri Takka Dhiira tokkoon Na fuudhi jettee gaafachuu ykn warra isaatti ergachuu safuu seehamee yaadama .... Kuni ilaalcha dogongoraa nu bira jiruudha.❌❌❌ ♻️Shari'aa Keessas Wanta kanarraa dhoorkaan hin tokkos jiru.. 🧕Inumaa akka warri Taariikaa jedhanitti Jaartiin Rasuulaa saw kadiijaan Ufii isiitii akka inni isii fuudhu warratti Ergatte jedhu... 👔kanaafuu karaa Adaba qabuun nama jaallattan tokko akka inni isin fuudhu gaafachuu dandeessu... #NU_HORDOFUUF🌱🌱🌱 @quwwatulislaam @quwwatulislaam
✍أجمل ما قيل #Irra bareeda waan dubbatamee ✍#"اذا اصبحت فلا تنتظر المساء واذا امسيت فلا تنتظر الصباح " 👳عبد الله بن عمر ✍"Yoo bariisifatte galagala hin Eeginii waan dalaguu feetu sana dalagi;Yoo Galgaleeffattes Ganamatti osoo hin seenin waan hojjachuu qabdu hojjadhu" 👳♀Abdallah ilma Umar #JOIN_SHARE 🔊🔊🔊 @jamaalchannel
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته #miseensonni channel kanaa hunduu Ana haa dhufu isiniin jennee jirra ..... @jamaalchannel
Channel created