Haramaya University Special Secondary School Official Page
СтатистикаPlatform for sharing resources and informations with our students
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- ещё не заходили
- Постов за неделю
- 5
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 698
- 1/48двое суток
- 799
- 1/72трое суток
- 862
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Dear Our Senior Students, We're are happy to share the list of Grade 10, 11, and 12 students who will continue their studies at HUSSS for the upcoming 2019 E.C. academic year. We will announce the official registration dates in the future via you official telegram, so please wait for our next message patiently. Enjoy the rest of your break! The school!
Barattoota Kutaa 12ffaa MBA Yuunivarsiitii Haramayaa Hundaaf Kabajamtoota barattoota Kutaa 12ffaa, Qormaata Seensa Yuunivarsiitii kan torban kana keessa fudhachaa turtan karaaa nagaan xumuruu keessaniin baga gammaddan! Qormaanni kun kan milkaa'ina olaanaa itti argattan akka ta'u hawwii keenya ibsaa; xummuramuu qormaataa booda, kitaabota barnootaa fi kitaabota wabii (reference books) harka keessan jiru hunda guyyaa boru, Jimaataa ( 26/10/2018 E.C.), ganama sa’aatii 2:30 hanga 5:00tti qofa mana barnootaatti akka deebistan cimsinee isin hubachiifna. Kitaabonni kun barattoota itti aananii qormaata biyyoolessaaf qophaa’aniif waan barbaachisuuf, barattoonni hundi qabeenya mana barumsichaa deebisuun dirqama. Barri kun bara isin itti milkooftan akka ta'e abdii qabna.
Important Notice for HUSSS Grade-12 students Dear Grade 12 Students, Congratulations on completing your University Entrance Examinations! We are incredibly proud of your hard work and dedication this week. We wish you all the very best for your results and hope you achieve outstanding distinction marks. As you conclude your exams, please note that you must return all school textbooks and reference books tomorrow, Friday morning (26/10/2018, between 2:30 and 5:00 AM (local time). These materials are vital for the next batch of students preparing for their national examinations this summer. Therefore, returning all borrowed books is mandatory for all students. We wish you great success in all your future endeavors. Best regards, School Administration Haramaya University Special Secondary School (HUSSS)
BARATTOOTA KEENYA KUTAA 12FFAA HUNDAAF BORU(Isniina) ibsi waa'ee qormaataa waan isiniif kennamuuf, sa'aa 7:00tti gara hulaa mooraa gudda erga dhuftanii booda Galma Afran qallootti immoo sa'aa 7:30 argamtu. Yommuu dhuftan waraqaa qormaataa keessan (Admission card) fiddanii akka dhuftan asumaan isinii dhaamna! Bilbila keessan qabattanii hin dhufinaa!!
без подписи
exp5.ethernet.edu.et
Dear students, check the following link. This is the final link for exam.
без подписи
https://web.facebook.com/share/p/17ZQtuXvXj/
без подписи
без подписи
https://www.facebook.com/share/1Rjc2ASCBX/
без подписи
Barattoota Kutaa 11ffaa hundaaf. Guyyaa Kamisaa jechuunis (11/10/2018) barattoonni hundi kitaaba barataafi kitaabbilee wabii harka keessan jiru guyyaa Jimaataa (12/10/2018) mana barnootaatti galii akka gootan isiniif ibsuun keenya ni beekama. Haata'u malee barattoonni tokko tokko ajaja mana barumsaatiif abboomamuu diduun kitaaba hanga ammaatti hin deebisne. Kanaafuu barataan/ttuun hanga guyyaa boruu jechuunis Kiibxata (16/10/2018) kitaaba hin deebifne kan itti gaafatamtan ta'uu cimsinee isin beeksifna. Mana Barumsichaa
без подписи
без подписи