Ibsa Abdi 👉 Official
СтатистикаChannel kana hordofuun waan haarawa salphatti arkattan 😊😊 Channel Youtube kiyya 👇 Ibsa Abdi Official https://www.youtube.com/channel/UCwyWvcF3Z58C83MLhJ87_mA
- Последний пост
- 2 мар.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtu.be/uYykZqBGbgM?si=89ZI0mzvVZd2Hfcz
Live stream finished (8 seconds)
Live stream started
без подписи
без подписи
Ramadan 1- 10 Ramadan 17 - shawwal 3 Full package 📞 0915168744
https://youtu.be/W1aAYdhV7-g?si=nypOcqL0B0Xa4FVX Nashiida Haarawa ILAAHI Jattu gad lakkifamte Jirti
Umraa Ramadaana Galmee jalqabne waan jirruuf yeroon akka Galmooytan isin Yaadachiisuu barbaanna Tel - 0915168744
Channel photo updated
https://youtu.be/7Bh3_wfIGSk?si=XIh07aJQ5vAFaEz0 Nashiida Haarawa Ballama isiniif seenne Ture gadhiifamu isaa isin beeysisu barbaanna Galatooma Link as olitti arkamtu tana fayyadamuun laalu dandeessan
Follow the Ibsa Abdi channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029Vb7mfZ6EquiJiyreik3k
без подписи
Sagantaa Albama haarawa bifa bareeda gaggeefame Alhamdulillah
《 Abbaas Khalaas 》 Filma gabaabaa Guyya sagantaadhaa bifa bareedaan Kan agarsiifamu waan taheef akka isin hin dabarre High quality Kan dalaga tahuun Isa adda Isa taasisa
Guyyaa December 7 Iddoon - B-Capital Hotel Sa'a - ganama sa'aa 3 irratti Isin hundi afeeramtan galatoomaa
Nashiidaalee Aruuza 4 isiniif gadhiiseetiin jira seentanii dawwachuu dandeessan https://youtu.be/0fqh8sr5JmI?si=E2WA_oT4xdGjtqIg
https://youtu.be/0fqh8sr5JmI?si=lf0cJazzIkxMaLg5
Nashiidaa Haarawa yeroo dhihootti Insha Allah
As wr wb الحمد لله رب العالمين Share fi Like godhuun hawaasa ballaa biraan naa gaha JZK Waggaa Dabre kessa " Nashiida ( music ) dibbee " qabdu gargaarasa rabbiitiin irraa dhaabachu khiyya ifa isiniif godhuun ni yadatama . Guutumaa Guututti dhiisuu osoo hin Tahin akkuma Gaafa Dura jalqabnu hojjacha Baane Nashiidaa Qulqulluu khilaafarraa walaba Taate Albuma Guutuu gargaarsa Rabbiitiin Laffaatii waggaa tokkootiin Booda qabadheetiin isiniif Dhufe . Akka Hawaasni Irraa fayyadamuus Abdi Guddoon Rabbirraa qaba Insha Allah . Albumni Haarawni Isin biraan Gahuuf Deemu wanni If kessatti Hammatu , Yaadachiisa , dhaamsa , du'aii , Galata rabbif galchu , k.k fkn , of kessatti Hammata . Albuma kana wanniin Hojjadheef Duniyaa Tanarrattis Namuu Waan Rabbiin Isa dandeeysiseen Diin Islaam khaddama waan Taheef Aniis Waan Rabbiin kiyya na dandeeysise kessaa Tokko Nashidaa waan Taheef Nashidaadhaan Dhaamsa kiyya dabarfadhe Isiniis dhaamsa kiyya akka dhageefattan abdiin qaba share godha jzk
Obbolleessi Kenya Hamza Naik kitaaba Isaa kan "BARIISAA" ja'uu dhaloota lafaa olka'uuf Kan tahu, bifa bareedaadhaan Hadiisaa fi Qissaa ( seenaa) barreedduu kan ofkeessaa qabu Eeybissuuf haalduree isaa xumuree jira. Koottaa waliin Eeybifnaa. Iddoon : Hotel B- Capital Sa'aa: Sa'aa booda, Sa'aa 9:00 irraa jalqaba. Guyyaan:- Sabtii 5/11/2017 E.C 12/07/2025 GC.