- Последний пост
- 5 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 453
- 1/48двое суток
- 519
- 1/72трое суток
- 559
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
Irbuu galmooftanii Fayyadamaa Jirtuu?
Hin Geenyeen Ni Geesse. IRBUUN isin bira ga’uuf guyyaan Beellamameera. Pilaatformii guddaan Oromoo hundumtuu wal faana ittiin boonuu fi gammachuun simatu tokko achii as ba’uuf deema. Hojii guddaan kun kan Nama tokkon hojjetame miti; Ogeessonni baay’ee nu duubaan hiriiraniiru. Finfinnee, Birbirsa Gooroo (Piassa) 📅 Adooleessa 26, 2018 📍 Galma Adwaa 00tti IIRBUUN Ni eebbifama. Waaree booda Sa’aatii 7:00tti IRBUUN: Karaa Kaleessaa; Galaa Boriiti. Guyyaa kana irra beellama biraa akka hin qabanne ; akka nurraa hin hafne Isinin Jenna.
Quba Qabduu laata? Dhageessanii hojii Guddaa tokkoon dhufaa akka jirru?
Channel photo updated
Channel name was changed to «IRBUU.COM»
Yooyyaa akka jirtu Nagaa keessanii maatiin keenya. Yeroo dhi’ootti hojii gaarii dhan dhufaa jirra. Group OSFNA kana instagram irraan join godhaa https://ig.me/j/AbbHU_cDuxQ9-VSi/
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Barattoota Ambooo yuunivarsitii muraasa faana ! Yaadannoo Wareegamuu waggaa 6ffaa Aartistii Daadhii Galaan Wadaajoo ilaachisuun Irbuu Printing And Advert dhufanii Tishert hojjechiifatanii nu biratti dungoo Ibsuun Goota keenya Artistii Daadhii Galaanis Yaadataniiru! 🙏
Ashamaa nagaan isiniif ha ta’u ! Yeroo dheeraaf wal jalaa badneerra yeroo dhi’ootto pdf kitaabota muraasaa asirra isiniif nan ka’a asumaan Hojii maxxansa Walii galaa jalqabnne jirra Irbuu printing and Advert Filannoo keessan godadhaa🙏 warrii hojii keenya barbaaddan channel armaan gadii join gochuun no hordofaa https://t.me/IRBUUPRINTING
без подписи
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.irbuu.sabaafapp