tgindex
Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush

Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush

Статистика

0928795750 0909316243

Последний пост
11 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
28
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
9 951
−6 за 4 дн.
Сутки
+2
+0,02%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 215
28 постов
Вовлечённость
12,2%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 28
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 11 июл.2 0239

    без подписи

  • 11 июл.2 00632

    Mallattoowwan gurguddaan dhukkuba tiruu kan akka halluun ijaa fi gogaan keelloo ta'uu yokan (jaundice) fi garaan bokokuu dhiita'uu fi kkf kan nama irratti mul'atan yeroo baayyee erga tiruun miidhamee gara sadarkaa cirrhosis ykn kaansarii tiruu (HCC) ga'e boodadha yeroo hedduu sadarkaa kanatti furmaata dhabuu danda'a. Walumaa galatti fayyaa Tiruu Eeggachuuf osoo mallattoo hin jiraatinis yoo xiqqaate waggaa keessatti yeroo lama Mana yaalaa deemnee Qorannoo fayyaa gochuu qabna. Yoo mallattoo agarre immoo Ogeessa Fayyaa waliin mari’achuun, Qorannoo gaggeessuu Yaala sirrii fudhachuun dirqama!. Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush 0944119955 0910333944 0909316243

  • 11 июл.1 4672

    kun mallattoo dhangala’oo tiruu hadhooftuu (Bile Salts) gogaa jala sassaabamuuti. 10. Miira ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa Naannoo tiruu: Akka waan tiruun gadi rarra'ee yokan fannifamee jirutt namtti dhagahama. Mallattoon kun miira dhiibbaa ykn ulfaatina salphaa garaa mirgaa gubbaa, bakka tiruun jirutti mul’atudha. Tiruu Xiqqoo guddachuu ykn inflammation salphaa tishuu Tiruu keessatti jiraachuu agarsiisuu danda’a. 11. Afaan Goguu fi Dheebuu Garmalee: Madaalliin meetaabolii qaamaa yeroo jeeqamu seelonni dhangala’aa xiqqaa qabachuun afaan goguu fi yeroo baay’ee dheebuu fiduu danda’u. Mallattoon kun xiqqaa fakkaachuu danda’a, garuu yeroo tokko tokko rakkoon haala hojii tiruu bu’uuraa irratti jiraachuu calaqqisiisuu danda’a. 12. Madaallii Hormoonii jeeqamuu (Hormonal Imbalance): Tiruun hormoonota akka Estrogen dhiiga keessaa madaalee qulqulleessa. Yoo tiruun miidhame hojii kana rawwachuu baate: Dhiira Irratti: mallattoo Harmi dhiita’uu (Gynecomastia), fedhiin saalaa xiqqaachuu, fi rifeensi qaamaa dhumachuu mul'ata. Dubartoota Irratti: dhiigni Laguu madaallii dhabuu fi dhangala’oon qaama saalaa hamma idilee ol dhangala’uu fi jeeqamuu Mul'achuu danda'a. 13. Sammuu fi yaada keessatti jijjiiramni jiraachu (Cognitive Changes): Yeroo baay’ee waan tokko irratti xiyyeeffachuu dadhabuu, waan hunda dammaqinaan raawwachuu dhabuu fi dagannaa/Irraanfi baay'isu. Tiruun Yeroo dadhabe sirnaan hin hojjenne summiin walitti qabamee burjaajaʼuu fi yaada baayyisuu Hojii tokko irratti xiyyeeffachuu dadhabuu irra deddeebi'ee namatti mul'ata. Akkasumas yeroo tokko tokko Hirriba dhabuu fi halkan sammuun jeeqamu, rafuu dadhabuu fi kkf fidu danda'a. Tiruun yoo dhibee qabaate summiin Ammonia gara sammuu deemuun sirna neervii to’ata. Kun dhibee Hepatic Encephalopathy jedhamuun beekama. 14. Dhangala'aa Afaani Lolloocii baay'achuu. Nama rakkoo fayyaa Tiruu qabu, Dhangala'aa afaan keessatti baay'ata, Gogorra yokan Lolloocii irra deddeebi'ee Mul'ata, dhangala'aatu Afaan isaa keessa baayyata. Akkasumas sababa tokko malee afaan nama hadhaawa, Nyaata nama jibbisiisa. 15. Dhiita’uu/bokokuu Miillaa fi faana jela: Yeroo Tiruun sirriitti hojjetaa jiraachuu baate! Miillaa naannoo jilbaa fi faana jelaan, dhiita'uu bokokuu fi diimaa ta'uu fi ulfaatinni dabaluu mul'achuu danda'a. Akkasumas Faana miillaa fi Koomeen sababa malee baqaquu Gogaan isaa akka malee Goggogaa ta'uu danda'a. Kun kan Uumamuuf, Sababa dadhabbii Tiruutiin haalli vaayitaamiinotaa gaarii ta'uu dhabuu fi kkf irraa kan ka'e, fayyaa gogaa irratti dhiibbaa qaba, Akkuma suuraa irratti mul'atuun gogaa faana miillaa baqaqa. 16. Jaundice, ykn gogaa fi ija keelloo ta'uu: Haalluu ijaa fi gogaa gara Bifa keelloo, yokan bicaatti, yokan gara Daalachaatti jijjiiramaa deemaa. Miidhaan tiruu yeroo qaqqabu gogaa fi ija keelloo ta’uu taasisa. Mallattoon Kun yeroo baay'ee tiruun sadarkaa ulfaataa ta'een booda mul'atu danda'a. Mallattoolee Armaan olitti ibsaman kunneen Tiruun rakkoo keessa jiraachuu kan Argisiisanidha. Hubachiisa namni tokko Mallattoowwan Armaan olitti ibsaman qabaatee qofaaf dhibee Tiruu qaba jechuun hin danda'amu! Mallattoolee kana dhabeefis fayyaadha hin jedhamu. Karaan inni sirriin dhibee addaa baasuu dandeenyu qorannoo Fayyaa laaboraatoorii fi kkf gaggeessuudha. Mallattoowwan Armaan olitti ibsaman kanneen keessaa lama yookiin sadii irra deddeebi'ee mul'ate Gara mana yaalaa deemee Qorannoo fayyaa gochuu qaba!. Mallattoolee kanneen tuffachuu hin qabnu!. Dhibeen tiruu yeroo hedduu mallattoo dhaabbataa ta'e agarsiisuu dhabuu danda'a! Akkuma armaan olitti ibsame Tiruun neervii dhukkubbii keessoo isaa irratti hin qabu. Rakkoon fayyaa tiruu keessa utuu Jira, garuu Mallattoowwan dhukkubbii cimaa fakkaatee mul'achuu dhabuu danda'a. Namni tokko fayyaadha fooyyee qaba Utuu jedhamuu dhibee sadarkaa of booda Deebisuun hin danda'amne bira gahuu fi namni battalumatti lubbuu isaa dhabuu danda'a!.

  • 11 июл.1 0903

    Mallattoolee Armaan gadii kunneen Tiruun gargaarsa barbaadaa jiraachuu fi rakkoon fayyaa jiraachuu agarsiisuu: 1. Dadhabbii Cimaa fi Walirraa Hin Cinne (Chronic Fatigue): Kun mallattoo dhibee tiruu isa dursaati. Namni dhibee tiruu qabu tokko yeroo hunda dadhabbiin itti dhaga’ama. Dadhabbiin kun boqonnaa gahaa yoo fudhataniis nama hin dhiisuu! Keessaahuu naannoo laphee fi morma ol dadhabbii fi miira nuffii guddaa waliin namatti dhufa. Namni baay'een dadhabbii isatti dhaga'amu "sababa hojiif dadhabeeti" jedhee yaada malee dhibee tiruu itti hin fakkaatu. 2. Fedhii Nyaataa Dhabuu fi Foolii Nyaataa Jibbuu Namni tiruun isaa miidhame nyaata kanaan dura jaallatu jibbuu danda’a. Nyaata xiqqoo erga nyaatanii booda miirri quufaa guddaan (early satiety) isaanitti dhaga’ama. Yeroo Beela'ee nyaatu Nyaanni dafee isa cufa, danda'e nyaata gahaa hin fudhatu! Akka nama nyaata heddu nyaatatti itti dhagahama, keessaahuu yeroo nyaata cooma yookaan Zayitii qabu fayyadamu Mallattoowwan garaa bokokuu fi nyaanni bullaa'uu dhabuun mul'ata. Tiruun bullaa’insa nyaataa keessatti gahee guddaa kan qabu yoo ta’u, tiruun hojiin isaa yeroo dadhabu fi hir’atu fedhiin nyaataa ni miidhama, namni tokko dafee akka quufu ykn nyaata jibbuu gochuu danda’a. 3. Lollooijii (Nausea) fi Haqqisuu Miirri ol-guruu ykn lolloojjiin yeroo baay'ee namatti dhaga'amu. Kun yeroo baay’ee ganama ykn nyaata erga nyaatanii booda ni mul’ata. Ni haqqisiisa yokan garaa keessaa garagaluu waan haqqisiisu itti fakkaachuu irra deddeebi'ee mul'ata. Kun Rakkoo meetaabolii ykn dhangala'aa bishaan garaachaa dadhabuu wajjin kan walqabatu yoo ta'u, garaan namaa akka namatti hin tolle fida. 4. Bokoka Garaa Gaasii yeroo baayyee: Tiruun miidhame nyaata caccabsuuf dhangala’aa bullaa’insa nyaataa gahaa oomishuu yeroo hin dandeenyetti, nyaata booda bokoka garaa irra deddeebiin nama mudata. 5. Dhukkubbii mashaalee fi lafee keessa namatti dhagahama: Yeroo tiruun hojii dadhabu hanqina Vitamin fi hirrina albuudota mudata kanaaf Humneetii Qaamaa kan akka lafee dugdaa fi miillaa fi harka, keessaa dhukkubbiin Namatti dhaga'amu danda'a. Garuu yeroo mana yaalaa deemte fayyaadha wanti mul'atu hin jiru. 6. Foolii fi haalluun Fincaanii jijjiiramu (Stool & Urine Changes) Fincaan Bifa shaayii (Dark Urine) qabaachuu fi Bifa bishaan Booruu dhoqee ykn biyyee (Pale/Clay-colored Stool) yoo qabaate. Kun summiin Bilirubin jedhamu uumamaan marrummaa keessaan ba’uu qabu dhiiga keessatti deebi’ee kuusamuu isaa agarsiisa. Yeroo tiruun dadhabu Fooliin fincaan ni Ajaa,aa, Halluun Fincaanii gara bifa Daalachaatti yokan Hurrii fi keelloo tti jijjiirama. Fincaan yeroo biraa caalaa dukkanaa'aa ta'uu fi haalluun jijjiiramu mallattoo tiruun miidhamuu yokan dadhabuu beekamaadha. Haalluun fincaanii bifa burtukaana ykn diimaa ta’uu danda’a. 7. Dhukkubbii yokan waraansa naannoo tiruu: Qoma/lappee gama harka mirgaa Keessatti Dhukkubbiin Namatti dhaga'ama Keessahuu Halkan yeroo hirriibaaf ciisan, Qoma laphee, gara tiruu keessaa darbee,darbee, dhukkubbiin itti dhagayama nama waraana. Naannoo tiruun jirtu Garaa Mirga Oliitti Waraansaa fi Dhiibbaa Dhaga’amaa. Akka waan tiruun rarra'ee jirutti namatti dhaga'amu danda'a. 8. Foolii Afaanii ajaa'uu Foolii badaa qabachuu Fooliin afaanii jijjiiramu Afaan nama ajaa'u, Hafuura ajaa'u garaa keessaa afaaniin ba'a ykn hafuurri Afaaniin foolii badaa qabaata. Namni Qulqullina afaanii osoo eeguu foolin hin baramne uumamuu danda’a, kunis yaala fayyaatiin Fetor Hepaticus jedhamuun beekama. Tiruun seeraan yoo hin hojjenne, dhangala’oon summaa’aa Dimethyl Sulfide jedhamu dhiiga keessaa qulqullaa’uu dadhabee hafuura hargansuu keessaan gara alatti ba’a. Kun mallattoo dhibee tiruu sadarkaa jalqabaa irratti argamudha. 9. Gogaan qaamaa hooksisu (Itching/Pruritus): Utuu dhibee gogaa hin qabaatin gogaan hooksisa, keessattuu harka fi faana miillaa keessa hooksisa. Namni baay’een gogaan isaa yoo hooksise dhibee gogaa (Allergy) qaba jedhaanii yaadu. Garuu gogaan kee utuu hin dhiitayin, utuu madaa hin qabaatin yoo si hooksise, keessattuu faana miilaa fi harka kee, kun mallattoo tiruuti.

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Wiirtuun Yaala Aadaa Kuush tajaajila Ruqyaa Shar'iyyah kennaa jira. Yoo rakkoo: Sihrii Jinnii Ija (Hasada) Budaa Gaggabdoo Ykn rakkoolee hafuuraa kanaan walqabatan qabaattan, ogeeyyii ruqyaa muuxannoo fi beekumsa qaban irraa tajaajila argachuu dandeessu. Ruqyaan keenya Qur'aanaa fi Sunnah Nabiyyii ﷺ irratti kan hundaa'e yoo ta'u, gorsa fi qajeelfama Islaamaa wajjin kennama. Hubachiisa: Fayyisaan dhugaan Rabbii qofa irraa dhufa. Ruqyaan immoo sababoota seeraan hayyamamaniin fayyadamuudha. 📍 Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush 📞 Bilbilaa: 0944119955

  • без подписи

  • 10 июл.1 0404

    Dhukkubni kun Utuu hin yaalamin yoo namarra ture Rakkoowwan fayyaa Armaan gadii namatti fiduu danda'aa: Dubartoota irratti Rakkoo Cufamuu Ujummoo Gadaamessaa fida waan ta'eef Rakkoo dhabuu, Maseenummaa fiduu dandayaa (PID) Ulfa gadaamessaan Ala yokan (Ectopic Pregnancy) Akka Uumamu Taasisaa kunis Lubbuu Dubartoota irratti Sodaachisaa dha ‼️ Dhiirota irratti Rakkoo (Epididymitis) waan fiduuf dhukkubbii fi Rakkoo dhala dhabuu Maseenummaa fiduu danda'aa. Infeekshinii kun Yeroo Qaama keessa babal'atu yokan (DGI) Sammuu fi Gogaa, Onnee fi lafee qaamaa irratti Miidhaa fiduu danda'aa.. Dhukkubni kun haadha irraa gara daa'imaatti darbee, Ija daa'imaa miidhaa, Tarii Daa'ima jaamaa gochuu dandayaa yokan (Ophthalmia Neonatorum) Taasisuu danda'aa.. Wal'aansa dhukkuba Cobxoo ilaalchisee dhukkubni kun dhukkuba baakteeriyaa waan ta'eef mana yaalaa keessatti qoricha farra baakteeriyaatiin yaalamuus ni danda'a. Giddugala Yaala Aadaa keenya keessatti dhukkuba Cobxoof Dawaa afaaniin fudhatamu kan Mala Dhibee kana Fayyisuu olaanaa qabu bifa Qulqullina ol'aanaa qabuun qophaa'e jira. Yaaliin dhibee kanaa guyyaa 14-20 keessatti kan xumuramu yoo ta'u, namni kamiyyuu qaamaan dhufee yaalamuu fi guutummaatti fayyuu isaa ofiin mirkaneeffatee gara mana isaatti galuu danda'a. Yaalaaf qaamaan nu bira dhufuun yoo isiniif Mijachuu baate Dhukkuba keessan nuuf ibsitanii biyya keessaa fi biyya alaa bakka jirtanitti tajaajila argachuu dandeessu. 🌍💊 Teessoon Magaalaa Ganda 01, Daandii guddaa Karaa bahiinsa Baalee, naannoo '30', mana murtii Godina Arsii Lixaa fuulduraan gara harka mirgaatti meetira 200 qofa seene argama. Waajirri lammaffaan Shaashamannee Ganda 01 Naannoo Hoteela Hamiltaniin daandii kobilistoonii gara "Masjiida Al-Iimaan"tti, geessu harka mirgaa irratti argama. Dhukkuboota Walii Galaa tiif, Lakkoofsa Bilbilaa: 0944119955, 0928795750 ykn 0909316243. irratti Ogeessoota Qunnamuu dandeessu. Yaala Dhukkuboota Tiruu kan akka Vaayrasii tiruu Hepatitis B fi Cooma tiruu fi kkf lakkoofsa bilbilaa 091 033 3944 kana irratti Karaa whtsappii fi telegram messege nuuf Erguu dandeessu. Akkasumas Dhimma keessan karaa barreeffamaan SMS nuuf Erguu dandeessu!. Facebook Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Follow godha

  • Dhukkuba Cobxoo yokan Dhukkuba dhiiraa fi Mallattoolee Isaa Dhukkubni Cobxoo, kan Afaan Ingiliffaatiin (Gonorrhea/Gonorrhoea ) jedhamu, dhibee baakteeriyaa (Neisseria gonorrhoeae) jedhamuun dhufu yoo ta'u, dhukkuba daddarbaa karaa wal-qunnamtii saalaa darbu keessaa isa beekamaa dha. Hawaasa keessatti yeroo baay’ee “dhukkuba dhiiraa” jedhamee waamamus, dhugaan jiru dhukkubni kun dhiira qofa osoo hin taane dubartii, daa’ima haaraa dhalate, fi nama wal-qunnamtii saalaa irratti hirmaatu kamiyyuu qabuu danda’a. Sababni “dhukkuba dhiiraa” jedhamee beekameef, yeroo baay'ee mallattooleen dhibee kanaa kan akka fincaan gubuu fi dhangala’aan qaama saalaa keessaa bahuu fi kkf dhiira irratti ifatti mul’achuu danda’u; dubartoota irratti garuu mallattoon yeroo hedduu dhokataa yookaan salphaa ta’uu danda’a. kanaaf namoonni dhukkuba dhiiraa jedhu malee dhibeen kun dhibee nama hundaa qabuu danda'udha. Dhukkubni kun Karaa wal qunnamtii saalaa fi wal dhungachuu fi haadha irraa gara daa'imaatti darbuu danda'a karaalee kanaan baakteeriyaan kun nama Dhukkubstaa irraa gara nama fayyaatti kan darbu yoo ta'u yeroo hedduu dafee mallattoo nama irratti hin Mul'isin, Turuu danda'a. Baakteeriyaan kun Sirna Wal Hormaataa fi Qaama saalaa, Gadameessaa fi kkf irratti miidhaa kan geessisu yoo ta'u, yoo utuu hin yaalamin namarra ture, rakkoo Maseenummaa yokan dhala dhabuu namatti fida, carraa ilmoo dhala godhachuu namaa hirrisuu fi daa'imni dhalatu akka ija agartuu dhabu gochuu danda'a. Mallattoolee Dhukkuba kanaa dhiirotaa fi Dubartoota irratti: 1. Fincaan nama gubaa Akkasumas Yeroo Yeroon irra deddeebiin fincoofsisaa (Frequent Urination). 2. Fincaan booda Dhangala'aan Bishaan wal hormaata yokan Spermii fakkatu kan haalluu bifa daalacha yokan boora,furdaa yokan qal'aa ta'etu fincaaniin booda yokan fincaan wajjiin karaa qaama saalaa nama irraa bahaa. 3. Naannoo Mudhii fi Qaama saalaa Hooksisa ni nyanyaataa, Fiixee qaama saalaa ni Hooksisaa Akkasumas qaama saalaa madeeyssu dandayaa. 4. Sababa malee morma yokaan Kokkee (Throat) keeysaa nama Hooksisa, nama Nyanyaataa, ni Hooksisaa, akkasumas Ijaa fi gogaan Naannoo ijaa, ni diimata, ni jijjiirama, yeroo garii nama hooksisa. 5. Yeroo fincaanii fi Wal qunnamtii saalaa Naannoo mudhii fi qaama saalaa keeysaa dhukkubbiin namatti dhagayamaa. 6. Teessuma daandii Sagaraa yokan finxiixxaa keeysaa hooksisaa (Anal Itching) Bifti naannoo sanas ni jijjiirama. 7. Miilla Lamaan Dudga Harkaa fi Arraba Hidhii irratti madaan xixiqqoon uumama, Waan Akka Finniisaa, fakkaatee, madaan Namatti Ba'aa. 8. Yeroo cime Dhiiroota irratti Naannoo qaama saalaa fi killee Cidhaanii ni Iitayaa, yokan ni Bokokaa.. 9. Toonsilii yokan Dhukkubbii qoonqoo namatti deddeebi'aa. 10. Yeroo cime Lafee miillaa fi Harkaa Dogda keeysaa dhukkubbiin Namatti dhagayamaa, dhiiraa fi Dubartii irratti ni mullataa. 11. Dubartoota Dhangala'aan Qaama saalaa irraa bahu yokan (Vaginal Discharge) Humnaa ol dabalaa Akkasumas Foolii badaa, Ajaa'u Qabaa. 12. Dubartoota irratti Dhiigni Laguu Yeroo isaa Eeggachuu Dhiisu fi hanga duraa caalaa, dhiigni bahu Baayyachuu, Yeroo Dhiigni Laguu Dhangala'u Dhukkubbiin itti dhaga'amuu fi Akkasumas Foolii Ajaa'u dabalu dha. 13. Dubartii Dhangala'aa hin Beekamne Yeroo dhiiga laguu Utuu hin ga'in irraa bahaa. 14. Garaa Keeysaa Naannoo Gadaamessaa tti Dhukkubbiin itti dhagayamaa.. 15 Yeroo wal qunnamtii saalaa Raawwattu dhukkubbiin itti dhagayamaa (Dyspareunia). 16. Sagaraa booda Dhangala'aan irraa bahaa, Akkasumas waan akka dhiiga karaa Sagaraa wajjiin bahaa, (Rectal Bleeding). 17. Yeroo mana fincaanii seente Sagaraaf Teessu dhukkubbiin itti dhagayamaa (Painful Defecation). Kanneen Armaan olitti ibsaman mallattoolee cobxoo ta'uu danda'u, garuu Dhibeen kun Mallattoolee kanneen Hunda Bakka tokkotti yoka namarratti, hin mul'isu, haala turtii fi Cimina dhukkubaa irratti hundaa'uun Mallattooleen armaan ol itti ibsaman kunneen keessaa gariin namarratti mul'achuu danda'a yeroo mallattoon argame mana yaalaa Deemuun qorannoo fayyaa gochuu fi dhibee kana qabaachuu ofii mirkaneessuun barbaachisaa dha.

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Karaalee Qunnamtiu(Contact) ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ Tajaajila qoricha aadaa fi yaala keenya argachuuf, yeroo kamiyyuu nu qunnamaa. Gareen keenya isin simachuuf yoomiyyuu qophii dha. Bilbila: +251 928 795 750 +251 909 316 243 Telegram: https://t.me/kush_herbal Facebook: https://www.facebook.com/kuushHerbal Eddoon Argamaa: Shaashamannee, Naanno 30 jedhamee beekkamu, Adaamaa guyyaa sambataa lameen Sa’aatii Tajaajilaa: Torban Guutuu, Sa’aa 24

  • 10 июл.1 33111

    Tajaajiloota Gurguddoo Nuti Kenninu (Our Services) ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ Dhaabbanni keenya ogeeyyii barnoota fayyaa fi muuxannoo qoricha aadaa gabbataa qabaniin, Qorichoota aadaa haala qulqullina isaa eeggatee fi sadarkaa qorannoo saayinsawaa guuteen qopheessuun, fayyaa hawaasa keenyaa eeguu fi jireenya fayyaalessa ta’e akka jiraattaniif yoomiyyuu qophii dha. Fayyaan keessan dhimma keenya! ▪ Qorichoonni keenya guutummaatti keemikaala miidhaa geessisan irraa bilisa yoo ta’an, qulqullina isaanii eeguuf ogeeyyiin keenya xiyyeeffannoo guddaan qopheessu. ▪ Beekumsa yaala aadaa, teeknooloojii fi qorannoo ammayyaatiin wal-simsiisnee dhiyeessina. ▪ Tajaajila keenya gatii madaalawaa ta'een, naannoo jirtanitti yeroo gabaabaa keessatti akka isin dhaqqabu gochuun fayyaa keessan deebisuuf quunnamtii ariifataa uumna. 1. Yaala Kintaarotii Yaala Opiraasheyinii Malee: Qorichoota uumamaa salphatti fudhataman fi dibatamaniin yaala guutuu kennina. Qaamni usuu hin muramin, usuu hin gubamin, usuu hin madaayin, usuu hin dhiigin yeroo gabaabaa keessatti dhabamsiisna. Dabalataan ammoo Sirna nyaataa dhukkubichi akka hin deebine gargaaru irratti gorsa kennuu. 2.Yaala Sombaa (Respiratory Care): Qufaa cimaa, asmii, michii sombaa fi rakkoolee sirna hargansuu qorichoota uumamaa salphatti fudhatamaniin yaaluu. 3. Rakkoo Qunnamtii Saalaa (Sexual Health Support): Rakkoolee dandeettii qunnamtii saalaa walqabatan qoricha uumamaa fi amansiisaa ta’een yaaluu 4. Qoricha Qopheessuu fi Raabsuu (Herbal Pharmacy): Qorichoota uumamaa (baala, hidda, jirma, firii fi copha) biqilootaa irraa qophaa'an bifa qulqullina qabuun dhiyeessuu. 5.Tajaajila Koobaa (Cupping Therapy/Hijama): Akkaataa aadaa fi saayinsawaa ta’een dhiiga xuraawaa qaama keessaa baasuun dhibeewwan adda addaa yaaluu. 6. Dhukkuba Simbiraa (Jaundice): Hepatayitisii (Hepatitis), Tiruu Cooma'e (Fatty Liver Disease), Siiroosisii (Cirrhosis), Tiruu Alkooliin Miidhame (Alcoholic Liver Disease) Wiirtuu keenya keessatti dhibeewwan kanneen ogeessaan sakatta'uun, qorichoota uumamaa keemikaala irraa bilisa ta'aniin yaala amansiisaa ni kennina. 7. Yaala Dhukkubbii Buusaa fi Lafee (Bone & Joint Care): Mala aadaa kanaan dura turan ammayyeessuun dhukkubbiwwan naannoo buusaa fi lafee yaaluu. 8. Garaa Qulqulleessa (Detoxification Services): Summii (toxins) maxxantoota garaa fi dhiiga keessaa dhabamsiisuuf tajaajila qorichoota uumamaa kennuu. 9. Yaala Gogaa (Natural Skincare): Qorichoota uumamaa irraa hojjetamaniin dhibeewwan gogaa adda addaa yaaluu. 10. Gorsa Nyaataa fi Jireenyaa (Nutritional Counseling): Fayyaa eeggachuuf akkaataa nyaataa fi haala jireenyaa sirrii ta'e irratti gorsa ogeessaa kennuu. 11.Yaala Sirna Bullaa'ina Nyaataa (Digestive Health): Rakkoolee garaa fi mar'ummaan walqabatan qorichoota keemikaala irraa bilisa ta'aniin wal’aanuun. 12. Tajaajila Rakkoo Hormaataa (Fertility Support): Rakkoolee dhala dhabuu dhiiraa fi dhalaa mala uumamaa fi qorannoo saayinsawaan deeggaramee jiruun gargaaruu. 13. Leenjii fi Barumsa Fayyaa Uumamaa (Educational Workshops): Hawaasni akkamitti qorichoota naannoo isaa jiranitti fayyadamee fayyaa isaa eeggachuu akka danda’u leenjii kennuu. 14. Gorsa Dhiphina Sammuu fi Hirribaa (Stress & Insomnia Management): Qorichoota sammuu tasabbessan (calming herbs) fi gorsaan rakkoo hirriba dhabuu furuu. 15.Tajaajila Fayyaa Dubartootaa (Women’s Wellness): Rakkoolee marsaa laguu, dhibee gadameessaa fi kkf mala aadaa fi saayinsawaa ta'een yaaluu. 16. Gorsa Fayyaa fi Qorannoo (Consultation & Diagnosis): Haala dhukkubbi dhuunfaa namootaa sakatta'uun qoricha uumamaa isaaniif ta'u adda baasnee isinii kennuu. 17. Yaala Dhukkubbii Mataa fi Hidda Dhiigaa (Migraine & Sinus Treatment): Mala uumamaa fayyadamuun dhukkubbii mataa fi rakkoo funyaanii yaaluu. 18.Yaala Sukkuummaa (Therapeutic Massage): Dhukkubbii maashaa fi lafee salphisuuf akkasumas dhiphina sammuu (stress) hir’isuuf sukkuummaa ogummaan deeggarame kennuu.

  • 6 июл.2 039

    без подписи

  • 6 июл.2 0551

    без подписи

  • 6 июл.1 53561

    Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Giddugala Yaala Aadaa Oromiyaa waliin tokko ta'uu kanaan dura isiniif ibsineerra. Karaa Website keenyaa seentanii daawwachuu dandeessu. Kan Suuraa irratti argitanu Kun bakka Tajaajilaa haaraa damee Magaalaa Shaashamannee ti!. Ganda 01 Naannoo Hoteela Hamiltaniin daandii kobilistoonii gara "Masjiida Al-Iimaan" geessu harka mirgaa irratti argama. Bakki Tajaajilaa inni guddaan Shaashamannee: Ganda 01 Karaa bahiinsa Baalee, naannoo '30', mana murtii Godina Arsii Lixaa fuulduraan gara harka mirgaatti meetira 200 qofa seene argama. Shaashamannee qofa miti Oromiyaa magaalota biroo keessattis Tajaajila keenya argachuu dandeessu!. Akkasumas Yaalaaf qaamaan nu bira dhufuun yoo isiniif Mijachuu baate Dhukkuba keessan nuuf ibsitanii biyya keessaa fi biyya alaa bakka jirtanitti tajaajila argachuu dandeessu. 🌍💊 Dhukkuboota Walii Galaa tiif, Lakkoofsa Bilbilaa: 0944119955, 0928795750 ykn 0909316243 irratti Ogeessoota Qunnamuu dandeessu. Namoonni Dhukkuboota Tiruu kan akka Vaayrasii tiruu Hepatitis B fi Cooma tiruu yaalamuu fi gorsa feetan, tlakkoofsa bilbilaa 091 033 3944 kana irratti Karaa whtsappii fi telegram qofaan messege Erguu dandeessu. Akkasumas Dhimma keessan barreeffamaan karaa messege SMS nuuf Erguu dandeessu!. Waan hundumaa dura Fayyaa keessaniif dursa ni kennina. Galatoomaa. Wiirtuu Yaala Aadaa Kuush Follow godha

  • 6 июл.1 200

    без подписи