- Последний пост
- 31 окт.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
彡• Soddaa jiru, sanuu balbala jiruu, wal hin lolan! 彡• Aak jedhan waa tufan, mammaakan waa himan. 彡• Ol kaayan malee, ol ka'aniif waa hin fuudhan.
彡• Re’een baala agarte qeerransa hin argitu. 彡• Harree hin qabnu, waraabessaanis wal hin dhabnu. 彡• Bara gaddaa mataa lafa godhu
#Addaatef ilkaan alanfachuu hin dhiisu. #Ablee qara lamaa, beekaatu itti fayyadama. #Bakkuma dhaqqabani kan hoqqatan.
彡• ''Situ diriiree of qochisiise,'' jedhe gaarri, Lafa diriiraa gadi ilaalee. 彡• Garaa nagaya qabu sukkuumuun, dhukkuba itti fiduudha. 彡• Dhulaandhula garaa jiru, saani cinaacha arraaba.
彡• Nama horii hin beekneef, lukkuun luka lamaas horiidha. 彡• Harkaan kennanii, miilaan barbaacha deemu. 彡• Keessummaan keessa namaa hin beekne, gaaffii namatti dheeressiti.
彡• Intala geettii hin hodhani, deettii hodhanii. 彡• Namni dhukkubsataa manaa qabu, du’a gahii namaa hin oolu ! 彡• Maraattuu keessi gamna !
彡• Keessummaa qamalee, raafuu keessati argu. 彡• Akka cabanitti hokkolan. 彡• Alagaa fi dukkanatti ija hin baasan.
#Shinbirroon laga lagaa, Afaan Afaan dubbattii. #Anuma xuuxxa malee, xuuxxee waa nan xuruursituu. #Qooda qocaa kaa'e, Allaattiin hin fuutu
彡• Jooraa ooltus sareen waan hin jirre hin fuutu 彡• Cuunfaa baay'isuun dubbii gogsuudha.
彡• Garaan badaan waan nyaatan nama himsiisa jedhe abbaan ... 彡• Harkaan dhaabatan lukaan dhiitan 彡• Qaallu salphattu nama du’utti waaman.
彡• Leenca humnaan roorrisu, qamaleen malaan ajjeefte. 彡• Lukkuun biyya hin qabdu, bakka bultu hin dhabdu.
彡• Alanfadhuuti gara fira keetti garagalii liqimsi. 彡• Nama of komatu namni hin komatu. 彡• Amartiin namaa hin taane quba namaa hin uriin.
彡• Namni dhukkubsataa manaa qabu du’a gahii namaa hin oolu ! 彡• Haadhaa fi adurree hin dhaanan !
彡• Haati hattuun intala hin amantu. 彡• Abbaa gabaabaa ijoolleen hiriyyaa seeti. 彡• Abbaan daadhii dhugeef, ilma afaan hin urgaayu.
彡• Re’een baala agarte qeerransa hin argitu. 彡• Harree hin qabnu, waraabessaanis wal hin dhabnu. 彡• Bara gaddaa mataa lafa godhu
彡• Gaafa maal nyaanna jedhan, damma nyaatu. 彡• Mana ormaa bareedaarra, goodo ofii wayya. 彡• Namni gadaa namaa dubbate, gadaa ofii waan dubbatu dhaba.
Barsiisaa Yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture. Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa! A-1 I-9 Q-17 Y-25 B-2 J-10 R-18 Z-26 C-3 K-11 S-19 D-4 L-12 T-20 E-5 M-13 U-21 F-6 N-14 V-22 G-7 O-15 W-23 H-8 P-16 X-24 Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee. HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu: H+A+R+D+W+O+R+K 8+1+18+4+23+15+18+11=98% KNOWLEDGE - Beekumsa: K+N+O+W+L+E+D+G+E 11+14+15+23+125+4+7+5=96% LOVE - Jaalala: L+O+V+E 12+15+22+5=54% LUCK - Carraa L+U+C+K 12+21+3+11=47% Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru. Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu. MONEY - M+O+N+E+Y 13+15+14+5+25=72% qarshiis miti LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree? L+E+A+D+E+R+S+H+I+P 12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti! ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree A+T+T+I+T+U+D+E 1+20+20+9+20+21+4+5=100%👏👏👍 Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse. Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ajaa'ibaam! Maddi:-Waan Dubbisnerraa Horaa Bulaa Deebanaa !!!
“Iyyuuf bakkeen naguma, dhiisuuf laphee na guba” jette jaartiin!
彡• Ani badeen, waan bade hin galchitu. 彡• Ulfeessaniiti, ulfaatu jette, haati ilmaan. 彡• Okkoteen waaqa hin beekne, eelee bishaan kadhatti.
#𝐎𝐝𝐮𝐮simbirtuu 🌙 ======= 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 Hiikaan 𝐃𝐢𝐥𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐓𝐚'𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚! 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐌𝐚𝐫𝐢𝐢 Saud𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐢𝐲𝐚𝐚🇸🇦 𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧𝐚 29/1446 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐀.𝐋.𝐇 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 29/2025𝐭𝐭𝐢 𝐐𝐨𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐀𝐝𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐦𝐦ayyaatiin 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐚𝐭𝐚𝐧𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐤𝐚n 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐚𝐧𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐥𝐠𝐚𝐥𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚'𝐞𝐞𝐟 𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐢𝐥𝐛𝐚𝐭𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐚'𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐦𝐞𝐞𝐫𝐚. 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 #𝐄𝐢𝐝_𝐌𝐮𝐛a𝐚𝐫𝐚𝐤 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐢𝐟𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐰𝐚𝐥 𝐠𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐭𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐧 𝐖a𝐚𝐦𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐣𝐢𝐫𝐚👏🙏🥰