ARDII__JÃALALAA🌏♥️
СтатистикаArdii jaalalaa irraa 👉mamaksa jaalala 👉jechoota jaalala 👉ergaa jaalala 👉 dambali jaalala 👉walaloo jaalala 👉 furmaata jaalala sodaa fi 👉 dhimota jaalalan wal qabatan hunda waliti qabanera YAADAF👉 @fileebar18 Kota 👉join 👉 @hacefunny👏
- Последний пост
- 12 окт. 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtu.be/xnMBg5l5RTA
Air Drop Guyyaa Sadii Booda dhumuf deemu Obboleyan Irraa fayyadama Tokkichii isaa Doller 70 $ sharafama Ja'ame eega Irraa fayyadama Warrii Itti Amantan Qoftiin Link Isaa kunoo Arma jala jira https://t.me/Bananagunrobot?start=r0910320505 Jaalan Kiyya Isin hin dabriin itti fayyadama Dura yaroo Link kana tuyxan San booda Start kan ja'u tuqaa San booda Tesk Afur isiniif fida San booda tesk afuran San erga bantanii Page isaani Follow gootan baqa San booda gahe seena irra fayyadama https://t.me/Bananagunrobot?start=r0910320505
Hi guys Air Drop Haraya kan ta'e kana itti fayyadama Company OKX Hojjate Hundi keysan OKX ni beytan Ja'en yaada dafa seena itti fayyadama Link Isaa kuno as jalati argama https://t.me/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_50941609
Jira jirtu kabajamtoota fi jaalatomtoota hordoftoota keenya kuno Arra #Air drop takka list ta'e jira nutti Eegala jannee wani isin Qadhacha jiruuf akka irra fayyadamtaniifi kuno Gatii Ajaa'ibatin List ta'e jira warri hanga amma Air drop takka Hin eegalin Yoo jirtaan Link as jala isiniif keenya seenati irra fayyadam guyyaa dhiyoo keysati kan list ta'u ni jira link as jala jiruun dafaa egala ilmaan oromo Mojor link👇👇👇👇kuno https://t.me/major/start?startapp=696932100 Hamster combat 👇👇👇👇kuno https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId696932100 Citizen link 👇👇👇👇kuno https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=rp_24127070 Yaada fi Gaafi yo qabaatan keysan nu duubisa
https://t.me/major/start?startapp=984531549 👑Help me to become best of the best and get some Stars! 15⭐️ invite bonus for you 50⭐️ if you are Premium Major
https://t.me/hamster_Kombat_bot/start?startapp=kentId1919931282
Akkuma beekamu Notcoin amma dura tap tap godhanii telegram kana gubbaati malaqa akka dalagama ture San dhummee jira Amma Oso kun isin dura guyyaan hin dhumnee seenati eegala Maqan isaa solana coin ja'ama link kuno as jalaan isiniif kaayati seenati #start ja'a eegala obboleyan itti fayyadama oso guyyan hin dhumne dafaa ammuma seenati tap tap godhaa Obboleyan akkanas akka notcoin tufatanii dhiisina seenati Malaqa keysan hojjadha guyyaa dhumuuf guyyaa murasa qofa hafee link arman gadii kana tuqaati start now kan ja'u tuqaati San booda tap tap godha coin waliti qabadhaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_696932100
Akkuma beekamu Notcoin amma dura tap tap godhanii telegram kana gubbaati malaqa akka dalagama ture San dhummee jira Amma Oso kun isin dura guyyaan hin dhumnee seenati eegala Maqan isaa solana coin ja'ama link kuno as jalaan isiniif kaayati seenati #start ja'a eegala obboleyan itti fayyadama oso guyyan hin dhumne dafaa ammuma seenati tap tap godhaa https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_696932100
Si jallachu kooti gabbee hin bekku yommiyyus gabba jedhe hin yaadu malifi itti yaaden wanan sii jalladhef wa'ee kee yeron yaadu waggota darban guyyota bay'ee bareedan dabarsin sanan yadaadha. Baredina kee akka biftu barii Batu fi bareedin ija kee akka urjii galgalaa bahaan caala akka baredan shakki hin qabu. Ammalee wa'ee kee yaadun hin dhisne guyya guyyaati wa'een kee har'aawa dema lubbuko amma sira faggadheyu gafan wa'ee kee yaadu akka wal bira jirutin yaada yaadniko si bira faggate hin bekku sagaleke inni akka kilolee sana gafan sii yaadadhu gurra kooti dhufa. Garuu anaf atti jalali koof kee nuu maarachera otto itti hin yaadin gaafa hirriyyota ko kessa sagalee ol fudhatee naa waamtu bay'een biradha garu gafan itti yaadu jalali dhugaa of sii walaalchisa Waqayyo qalbi nuuf haa laatu naa jiraadhu B❤️Koo jalala kee dhabu jechun akka qillensa kanan dhaabetin ilala . Lubbuko fayya naa ta'i sin jaladha ❤️ B❤️ koof From by. Galo. Wan Ergaa kaa'uf 👉 @Walaloo_bot @obsiilink
Harkisa jaalalaa... ...... Maali jaalalichi Maaltu si harkisee? Eessa koo jaalattee Maaltu si rakkisee...??? Silaa ani hiyyeessa Harkaa hin qabu meetii Isayyuu ormadhaam Silaa diina keetii.......! Silaa an yakkaamaadhaa Cubbuudhaan kan guutee.... Maaluma siif goonaan Darbitee naaf duutee....? Maaluma siif goonaan Samiirraa gad dhuftee? Gatii cubbuu kootii Dhiiga keetiin cuftee? ..... Dadhabaa jaalattee Dhiphina hirattaa....? Beekaan osoo jiruu Wallaalaa filattaa....?? Waaqummaakee dhiiftee Miila namaa dhiqxaa..... Dhoqqeefii raqraqii Laalaa natti siqxaa...? Maali jaalalichi Maalumaaf gad buutee?? Ani eenyu taanaan Darbitee naaf duutee😭?? ........ Cubbamaaf darbitee Ba'aa cubbuu baattaa Nama yakkamaadhaaf Lubbuu kankee laattaa.... ...... Jireenyiif boqonnaan Dhiigakeerraa maddaa Safuudha uumaa koo Maali jaalalli addaa....... Gatii nan gaafanneem Tola natti siqxee...... Manca'aa jiruu koo Dhiiga keetiin dhiqxee... Ofii keetii baattee Fannoo koo naaf yaabdee Dhiqxee qulleessitee... Fuula abbaa na dhaabdee....❤ @obsiilink
𝐷𝑒𝑒𝑚𝑖 𝑘𝑎𝑟𝑎𝑎 𝑛𝑎𝑔𝑎ℎ𝑎𝑎 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒 𝑑𝑖𝑑𝑑𝑒𝑒 𝑗𝑎𝑎𝑙𝑎𝑙𝑎𝑎𝑛 𝑠𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑢𝑠 𝑒𝑟𝑔𝑎 𝑗𝑖𝑏𝑏𝑎𝑎 𝑓𝑖𝑑𝑑𝑒𝑒 𝑄𝑎𝑏𝑒𝑒 𝑠𝑖 𝑛𝑎𝑎𝑛𝑛𝑒𝑠𝑢𝑠𝑖 𝑂𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑘𝑜𝑜 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑛𝑢𝑡𝑜𝑜 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑎𝑛𝑖 𝑔𝑜𝑜𝑛𝑎 𝑠𝑖𝑙𝑎𝑎 𝑤𝑎𝑎𝑞𝑛𝑖 𝑗𝑒𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑌𝑎𝑎𝑑𝑎𝑛 𝑔𝑎𝑟𝑔𝑎𝑟 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑘𝑎𝑛𝑎𝑎𝑓 𝑎𝑑𝑑𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑛𝑒 𝑏𝑎𝑦𝑦𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑛𝑎 𝑡𝑢𝑟𝑒 𝑜𝑠𝑜𝑜 𝑡𝑜𝑘𝑘𝑜 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑒 𝐸𝑟𝑔𝑎 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑖 𝐷𝑎𝑛𝑑𝑎'𝑒𝑒 𝑠𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑜𝑜𝑟𝑔𝑢 𝑤𝑎𝑎𝑛𝑖 𝑛𝑎 𝑚𝑖𝑖𝑡𝑒𝑒𝑓 𝑖𝑚𝑚𝑜 𝑟𝑎𝑏𝑏𝑖𝑖𝑛 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 ℎ𝑎𝑎 𝑎𝑟𝑔𝑢𝑢 ═══════════ ┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛ #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 @obsiilink
Inni horii qaba, Ittiin daldalata Ittiin waa bitata Ittiin shaqqalata Ittiin si bitata Horiin qabeenya isaa Imaltuu isaati Bareeda isaati Jabina isaati Doorsiftuu isaati Horiin isaaf humna, Fedhu ittiin cabsa Fedhu ittiin dabsa Horiin isaaf boona Ittiin garsiifata Ittiin doorsifata Anaaf garuu... Horiin ani qabu, Nyaataaf ooleen gahu Alatti naan bahu Horiin ani qabu, Mana nattin jaaru Daara ittin waaru Horiinin qabutti, Faaya ifitti godhee Siin hin doorsisu Siin biteen hambisu Horiinin qabutti, Yeroon laalun aara Osoon qabun daara Gaafa gahuu dide Anaaf Ittiin waa kennachuu Ittiin waa ergachuu Ittiin waa elmachuu Ittiin waa doorsisuu Ittiin waa hambisuu Dhumasaa,... Qabeenyi sadeenii Horii yoonin dhabe Humnas yoonin dhabe Beekumsaatu jiraa Sa maafin hiraaraa? Je'eetin if birbira. Inni horiin bitee Yoo siif kenne dila Horiisaan dhaadatee Dhuunfatus kitila Animmoo,... Sammuunin taphadha Sammuunin si soora Beekumsan siif laadha Beekumsaanin ijaara Galma jiruu tanaa Iccitiin siif kenna Bakkan itti gufadhen Garsiisee siif bana Inni... Yoo Horii facaasu Horiin jalaa dhumaa Hin turu gonkumaa, Animmoo... Yoo beekumsa kennu Daran anaaf ifaa Anaaf wal sharafaa Kanaafin... Hogguu boonaa deema Horiif humnas dhabu Qabeenya sadeenirraa Beekkumsa kanin qabu! Shamil N Mohammed ═══════════ ┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛ #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 @obsiilink
Anatu si fedhe Natu si jaalate, Bareeda keetini Onnee na boojite. Simbo-qabeettittii Kuullee afaan dammaa, Guyyuun si dharra'a Si'umaafan dhimmaa! Ani si jaaladhe Jaalala onneerraa, Situ giiftii tiyya Uumama hundarraa! Hunda caaltuu wayii Haadha bareedinaa, Yoomuma naaf dhufta Yoom wal arginaa? .. ... @obsiilink
Utuun si jaalladhuu Onnee banaa dhiiftee Utuun si abdadhuu Summii jibbaa biiftee Keessa koo waraantee Jaalalaan madeessaa Godaanuu filatte Onnee kiyya keessaa Keessi koo si dhabee Halkan guyyaa fiigaa Madaan godaansa kee Kulkulee na dhiigaa Akkaataan jiruu kee Sichi naaf hin ta'uu Sin jaaladhu garuu Si jibbuun danda'uu... ═══════════ ┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛ #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 .. @onsiilink
Ilma Yaayyaa Alii Siree Tokkicha bakar waaree Ilmi Waaqoo Guutuu Oduuf bakka qabaaree? ~~~~ Jaarraa Abbaa Gadaa Qabsoo nu barsiisee Elemoo Qilxuudhaa Diina bayyaa baase ~~~~ Nadhii gammadaatu Karaa nu qabsiisee Leenjisoo diigaatu Qabsoo nutti dhiise ~~~~ Qabsoo muslimaatu Oromoo ol qabee Bifa har'a fakkaatuun Oromiyaa qarqabe ~~~~ Maalummaa iccitii Aliyyi cirrii taraaree Gootaaf fakkeenyi Husseen bunee ture ~~~~ Kormoossoo irraahin Baradhe gootummaa Caammaanuur jabaa Hayyuu caalu kuma ~~~~ Mucee Ahmad mucee Kutataa oromtichaa Warra oromummaan Isaanii hin ta'in jecha ~~~~ Sheek bakrii saaphaloo Warra qubee kaa'e mataa Sheek Mohammed Rashaad Abbaa qubee oromootaa ~~~~ Gaheen muslimootaa Oromummaaf bu'uura Warra qabsoo sabaa Itti godhe hafuura ~~~~ Warra jabeeysee qabee Asiin gahe oromummaa Bu'uurri qabsoo oromoo Jal'dhaabni muslima ~~~~ Oromummaan liqii miti Dhalootaan argamtii Yookiin akka kaardii Nurraa yoom haqamtii? ~~~~ Waalqorraan arganne Dhalootaan argannee Amantaas hin jijjiirre Irruma dhalannee ~~~~ Islaamummaa waliin Oromummaan toltii Kopha kophaa taatu Deemtee ceerbe buuti ~~~~ Gadhee jala fiiydee Of hin xiqqeeysinii Jabeeysii qabadhu Jabduudha amantiin ~~~~ Oromummaa dhunfaa Hin godhin jerjertee Lachuu Rabbii kenne Dubbii Ciro dhumte ~~~~ Barreeysaan ✍️👉@obsamen ..... @obsiilink
#waadaakoo Waadaa waliin qabna Hirbuu waliif seenne Kanafan si soqa Takkaa gadin teenye Mallattoo waadaakoof Kudhaama siif laadhe Summii natti ha ta'u Hirbuu kee yoon nyaadhe Beenyaa na gaafatus Iddoon ani dhaqe Waadaa kee hin haalu Karaa koorraa maqee Erga addaan baanee Takkaa rafeen bulle Garuu sirraa hin hafu Nan dhufa yaa kuullee ════════════ ┗━━━ ━━💞━━ ━━━┛ ✍️....💥𝙸𝚒𝚜𝚊𝚍𝚒𝚒𝚗®✅ 𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴 𝚂𝙷𝙰𝚁𝙴 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹 🌱... .... @obsiilink
Qaba inni jedhee Gamoo guddaa ijaaru Inni dhabe jedhee Jooreetin jawwaaru ~ qarshiiniis danoomee Kan walirra tuulu Inni qarshii dhabees Rakkinaan kulkulu ~~ Inni irraa hafes inni dhabes Obsaa rakkoo Kaayyoon adda miti Kaayyoon tokko ~~~ ofiisaa fooyyessuuf inni Gaara ba'ee bu'u dachaa Rakkinasaaf jedhee Gufuun guggufachaa ~~~ xaaree dafqee dhiigee Dhiigasaallee qoorsaa Jooree deegee labee Joorassaallee obsaa ~~~~ Rakkoof jedhee Beelaan sakaalamaa Yoo kadhates Namaan abaaramaa ~~ "BOR Boriin kan imalu Abaarsa dagachaa Garaa guutuuf miti JIREENYA barbaacha @wolaloo_jaalalaa #share #join. ..... @obsiilink
Bishaan ni ga’a jettee Galteen hafin manatti Maatii dhoksi gannaqii Ammas kottu lagatti Anxaxiin cora jedhii Sobii funyoo fudhadhuu Akkammo sin arginee loo’i kottu dhokadhuu Coreen lafa siif ka’a Adaa walitti qabee Dafiitii qaqqabadhu Onnee siif jecha cabe bakkuma silaa sanaa Anbabbeessa jalattii Mallattoo siifan buusaa Baala laalii lafattii Baala xiqqoo agarraan An dhufuu kiyya beekii Yoo achii na dhabdeellee Hin jarjariin na eegii Dhufa kee natti himuuf Sobii dhadhahi jaarkaa Yoo jaarkaaniin dhibamelle Xiqqoo waliin dhahi arka Bakkan jiruu ol baheen Rakkoo koon sitti himadhaa Maddii kee bitaaf mirgaa Afaan keen si dhungadha Ani silaa sin obsuu Galagalas lo'een dhufaa Jara keessan raffisii dafteemmon cufin cufaa Gadii bahuu fakkeessii Kottuu qoraan fudhadhuu Mana jalan dhokadhaa Dhoksaatti na dhungadhu!! .... @obsiilink
LUBBU TIYYA😘 Ogummaa jalalaan madaa koo wala'aantee. Eessanan ol jedha atoo na sakaaltee. ~~ Manan itti galu mukaan ijaaramee. Hirribaaf gad ciiseen yaada keen qabamee. ~~~ Xiqqoo akkan rafeen abjuun dararamee. Sagalee ol kaaseen Al tokko si waamee. ~~~ Police jaalalaan marfameen qabamee. Waanan si jaaladheef hidhaatin galchamee. ~~~~ Hidhaa keessattillee waa'ee kee jeeqamee. Doctorin na yaaluuf natti jijjiramee. Onnee koo kessatti si qofatu argamee. ❥︎𝄞➳⃝ 📸ßmøkë🕊️⃝❥⃟ ᭄❥︎≛⃝🕊️⃝ @WOLALOO_JAALALAA . @WOLALOO_JAALALAA @WOLALOO_JAALALAA @WOLALOO_JAALALAA @WOLALOO_JAALALAA @WOLALOO_JAALALAA # SHARE # SHARE # SHARE .... @obsiilink
Asoosama Gaggabaaboo #Add #Follow #Join #reposted Harmee💔 Baatii sagal garaatti baattee Kunuunsa addaatiin qabdee Silga harma kee naaf laattee Bifaaf namummaa dhabdee! ~ Hidda keerraan dhangi'ame Handhuurrikee anaaf dhiige Daa'imee dacheerra foqoqe Akka hawwikee ka'een fiige! ~ Daa'imee lukaan deemuuf Faana ol-fuutee dhaabdee Tirannaaf tarkaanfii suutaa Bitaaf mirgaan na qabdee! ~ Ciimmaa ani baadhee ka'u Ganamaan ilaaltee dhiqxa Gaafan gama mirgaa taa'u Ati gara bitaatti naaf siqxa! ~ Qaama koo qullaa dhoksuuf Uffata qabdee natti keessee Akka ani utaalee hin cabneef Ana tiksuuf ulaarra teessee! ~ Guddistee lafaa na kaastee Morgaaf lafee wal qabsiiste Soortee manaa na baastee Ijoollummaa na alqabsiiste! ~ Akka ani kufee cabu feetu Sagal mul'attee ana ilaalta Quufee nyaadha hin seetu Imimmaan jaalalaa calalta! ~ Qajeeltoo yaadaaf amalaa Gorsa haadhaatiin kuultee Hamaaf hammina dhiistee Gaarummaaf gaarii tuultee! ~ Soorata dhala kee soortee Lafeef foonkoo jabeessita Dhihaaf barii lafaa joortee Jiruuf jireenya addeessita! ~ Qannoof qananii hawwitee Duubaa fuulduraatti raagda Daandii jireenyi qaawwitee Obsumaan obsitee saagda! ~ Sabbataan garaa hidhattee Waanuma hin jirres obsitee Abdii boruu galaa godhattee Dafqakee addaan cobsitee! ~ Akkuma halagaa natti taatu Garaankee fedhuum sarmee Jireenyakoo keessaa baatu Madaala hin qabdu Harmee! ~ Oolmaa danuu narraa qabda Gatii narraa nyaatta teessee Anikeevsin jaaladha giiftii koo Umrii dheertuu buli deessee! ♦Barreessuun itti fufa! ♦Balleessuun itti cufa @obsiilink