𝗜𝗯𝗻 𝗔𝗯𝗯𝗮𝘀 𝗔𝗰𝗮𝗱𝗲𝗺𝘆
СтатистикаGosoonni barnootaa waggaa lamaan kanatti barataman kanneen armaan gadiiti: **** 1. Tafsiira Qur'aanaa guutuu, 2. Aqiidaa, 3. Usuul Attafsiir, 4. Fiqhii, 5. Hadiisa, 6. Tarbiyaa, 7. Siiraa fi 8. Lughaa hammata. Xiyyeeffannaan olaanaan Tafsiiraaf kennama.
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 329
- 1/48двое суток
- 377
- 1/72трое суток
- 406
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
As wr wb Bor ganama Tafsiira ni qaraana Inshaa Allaah. Qorumda final qophaa'uus hin dagatinaa
Qorri ganamaa akka asmii natti hin kaafneefin jidduu kana darsii dhiise. Xiqqoo naaf obsaate yeroo utaalloon narraa gale yeroo itti kenninee qaraana. Amma qorumsa kaanitti qophaa'aa.
As wr wb Barattoota as jirtan keessaa nama saddeet kan Audio tafsiiraa juuza tokko tokko muraaja'aa naaf godhun barbaada. Bakki muraaja'aa gootan baay'inaan bakkuma amma final qoramuuf deemtan. Fkn Suuratu Alkahfi fi Maryam nama tokko, Xaahaafi Ambiyaa'i nama biraa... akkasiin juuza 7.5 semisteera kanaa edit goonee app irra galchuuf. Namoonni isiniif mijatu dhuunfaatti naaf barreessaa. Akkaataa edit godhamus addatti isiniif ibsa.
Utaalloon ammallee baay'ee sagalee na qabee jira. Ganamas seenuu waanin danda'u natti hin fakkaatu. Qu'adhaa.
As wr wb Utaalloon sagalee na cufee jira. Harra qu'adhaa. Afwan
Live stream finished (6 hours)
Live stream started
Live stream finished (2 hours)
Qorumsa Tafsiiraa seenaatii qoramaa: https://forms.gle/z1qB7wVLuWtU96Qt7
Tafsiira jalqabneerra seenaa
Live stream started
As wr wb Warri yeroo adda addaa galmee gaafataa turtan yoo Rabbiin jedhe galmeen Hagayya gara boodaa keessa jalqaba Inshaa Allaah.
Beeksisa Qorumsi Tafsiiraa Dilbata dhufu jalqaba Suurat Ar-Ruum hanga dhuma As-Sajdaatti ta'a Inshaa Allaah.
Live stream finished (1 hour)
Live stream started
As wr wb Tafsiira hanga dhuma suuraa Luqmaanitti isiniif gadhiiseera. Amma seenuun naaf hin mijanne.
Live stream finished (2 hours)
Live stream started
Live stream finished (1 hour)
Live stream started